Awash Bank
121K subscribers
4.16K photos
255 videos
130 files
997 links
The First Private Bank in Ethiopia
Website- https://awashbank.com/
E-mail- contactcenter@awashbank.com
Direct line- 8980
Download Telegram
የATM ካርድ ወድያውኑ ይቀበሉ!
የATM ካርድ አመልክተው ረጅም ጊዜ መጠበቅ ሳያስፈልግዎ ወድያውኑ አቅራቢያዎ ከሚገኝ የባንካችን ቅርንጫፍ ይቀበሉ!

Kaardii ATM battalatti fudhadhaa!
Kaardii ATM’f iyyattanii yeroo dheeraa osoo hin eegiin battalumatti damee keenya isinitti dhihoo jiruu fudhadhaa!

#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #payment #InstantCard #DigitalPayment #DigitalEthiopia
ወርሃዊ የኤሌክትሪክ ፍጆታ ክፍያ በአዋሽ ብር ፕሮ ቀሏል
=======
ካሉበት ሆነው ክፍያዎን ወድያውኑ ይፈፅሙ!
የአዋሽ ብር ፕሮ መተግበሪያን ከ https://onelink.to/j7fnbz አውርደው በመመዝገብ በአቅራቢያዎ በሚገኝ ቅርንጫፋችን ቀርበው ያስጀምሩ!
አዋሽ ባንክ!

Kaffaltiin ji'aa humna ibsaa karaa AwaashBirr Pro’dhaan salphaadha.
==========
Bakkee jirtan irraa kaffaltii keessan battalumatti raawwadhaa!
Appilikeeshinii AwaashBirr-Pro https://onelink.to/j7fnbz irraa buufachuun galmaa’aatii damee keenya isinitti dhihoo jiru dhaquun jalqabsiisaa!
Baankii Awaash
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #payment #AwashBirrPro #DigitalPayment #DigitalEthiopia
አዋሽብር ፕሮ ክፍያን ያቀላል!
============
አዋሽ ብር ፕሮ ሞባይል መተግበሪያን በመጠቀም በተለያዩ የገበያ ማዕከላት፣ በካፍቴሪያ፣ በሱፐርማርኬት፣ በፋርማሲ እና በሌሎች የንግድ ተቋማት የአዋሽ ባንክ ‘QR Code’ ሰካን በማድረግ ብቻ በቀላሉ ክፍያዎችን ይፈፅሙ! ዘመናዊ የአከፋፈል ስርአትን ይቀላቀሉ!

አዋሽ ባንክ!

Appilikeeshinii moobaayilaa AwaashBirr Pro fayyadamuun bakkeewwan giddu-gala daldalaa, kaaffee, suuppar-maarkeetii, manneen kuusaa qorichaa fi dhaabbilee daldalaa birootti ‘QR Code’ Baankii Awaash fayyadamuun kaffaltii keessan salphaatti raawwadhaa! Sirna kaffaltii ammayyaa shaakalaa!

Baankii Awaash!
#AwashBank #AwashBirrPro #NurturingLiketheRiver #ScanandPay #DigitalPayment #DigitalEthiopia
Maashinii ATM Baankii Awaash irraa kaardii ATM malee maallaqa baasuuf adeemsa armaan gadii hordofaa
A) Appilikeeshinii AwashBirr-Pro
1. AwashBirr-Pro banaa
2. ‘Baasii’ isa jedhu tuqaa
3. ATM irraa (Cardless Money Send) isa jedhu filadhaa
4. Fuula itti aanu irratti
📍 Bakkee ‘Akkaawuntii itti dabarsitan’ jedhu irratti Lakkoofsa bilbilaa galchaa
📍 ‘Hanga’ bakkee jedhu irratti maallaqa hanga baasuu barbaaddan galchuun akkasumas sababa barreessuun adeemsa itti aanan raawwadhaa.
5. Itti aansuudhaan ergaa barreeffama gabaabaa (SMS) lama lakkoofsa iccitii qabate baankii keenya irraa isin qaqqaba.
B) Maashinii ATM Baankii Awaash isinitti dhihoo jiru dheemuudhaan
1. ‘Maallaqa fudhachuu’ (Receive Money) isa jedhu filadhaa
2. Itti aansuun ‘Mobile/Internet’ isa jedhu filachaa
3. Jecha icciitii dijiitii 8 qabu karaa ergaa barreeffama gabaabaa isin qaqqabe galchaa
4. Lakkoofsa mobaayilaa galchaa
5. Adeemsa itti aanan xumuruun qarshii keessan fudhadhaa.

#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #HonoringSuccessLookingBeyondTheHorizon #AwashBank30thAnniversary #Cardlesswithdrawal #DigitalPayment
በግብይት እና በአገልግሎት መስጫ ስፍራዎች ጥሬ ገንዘብ መያዝ ሳይጠበቅብዎ የአዋሽ ባንክን የክፍያ መፈፀሚያ ማሽኖች (ፖስ) በመጠቀም በቀላሉ በካርድዎ ክፍያ ይፈፅሙ፡፡

Bakkeewwan daldalaafi kenna tajaajilaa adda addaatti qarshii callaa qabachuun osoo isinirraa hin eegamiin maashinoota bakkeewwan gurgurtaa ykn POS fayyadamuun kaardii ATM keessaniin salphaadhumatti kaffaltii raawwadhaa.

#AwashBank #AwashPOS #Ethiopian #DigitalEthiopia #awashdigital #HonoringSuccessLookingBeyondTheHorizon #awashbank30thanniversary #DigitalPayment
አዋሽ ብር ፕሮ ሞባይል መተግበሪያን በመጠቀም በተለያዩ የገበያ ማዕከላት፣ በካፍቴሪያ፣ በሱፐርማርኬት፣ በፋርማሲ እና በሌሎች የንግድ ተቋማት የአዋሽ ባንክ ‘QR Code’ እስካን በማድረግ ብቻ በቀላሉ ክፍያዎችን ይፈፅሙ! ዘመናዊ የአከፋፈል ስርአትን ይቀላቀሉ!      
      
አዋሽ ባንክ!

Appilikeeshinii moobaayilaa AwaashBirr Pro fayyadamuun bakkeewwan giddu-gala daldalaa, kaaffee, suuppar-maarkeetii, manneen kuusaa qorichaa fi dhaabbilee daldalaa birootti ‘QR Code’ Baankii Awaash fayyadamuun kaffaltii keessan salphaatti raawwadhaa! Sirna kaffaltii ammayyaa shaakalaa! Baankii Awaash!

Baankii Awaash!
#AwashBank #AwashBirrPro #NurturingLiketheRiver #ScanandPay #DigitalPayment #DigitalEthiopia #HonoringSuccessLookingBeyondTheHorizon #AwashBank30thAnniversary
ሁሉን አካታች በሆነው የዲጂታል ባንኪንግ አገልግሎቶቻችን ተጠቃሚ ይሁኑ!
ለበለጠ መረጃ www.awashbank.com ይጎብኙ!

Filannoowwan tajaajila baankii dijitaalaa dhiheessine fayyadamaa!
Odeeffannoo dabalataaf www.awashbank.com daawwadhaa!

#AwashBank #AwashBirrPro #NurturingLiketheRiver #ScanandPay #DigitalPayment #DigitalEthiopia #HonoringSuccessLookingBeyondTheHorizon #AwashBank30thAnniversary
ያለጥሬ ገንዘብ ይገበያዩ!
==========
የአዋሽ ባንክ POS ማሽኖች በመጠቀም ያለ ጥሬ ገንዘብ በካርድዎ ይገበያዩ! አገልግሎቱን በተለያዩ የገበያ ማዕከላት፣ በካፍቴሪያ፣ በሱፐርማርኬት፣ በፋርማሲ እና በሌሎች የንግድ ተቋማት ማግኘት ይችላሉ።
Maashinoota kaffaltii (POS machine) Baankii Awaash fayyadamuun maallaqa callaa malee kaardii fayyadamuun daldala raawwadhaa! Tajaajila kana bakkeewwan giddu-gala daldalaa, kaaffee, suuppar-maarkeetii, manneen kuusaa qorichaa fi dhaabbilee daldalaa birootti argachuu dandeessu.

#AwashBank #NurturingLiketheRiver #AwashPOS #POSmachine #DigitalPayment #DigitalEthiopia #HonoringSuccessLookingBeyondTheHorizon #AwashBank30thAnniversary
በአዋሽ ብር ፕሮ ክፍያዎችን ያቅዱ! 
==================== 
የተለያዩ ክፍያዎችን ለመክፈል ቀኑ ደረሰ ወይም አለፈ ብለው መጨነቅን የሚያስቀረውን የአዋሽ ብር ፕሮ የክፍያ እቅድ (Schedule Payment) አገልግሎትን በመጠቀም አስቀድመው ያቅዱ፣ ክፍያዎችን በቀላሉ ይፈፅሙ!  
የአዋሽ ብር ፕሮ መተግበሪያን ከ https://onelink.to/j7fnbz አውርደው በመመዝገብ በአቅራቢያዎ በሚገኝ ቅርንጫፋችን ቀርበው ያስጀምሩ!  
አዋሽ ባንክ!

AwaashBIRR-PRO dhaan kaffaltiiwwan garaagaraa karoorfadhaa!
===============
Kaffaltiiwwan garaagaraa raawwachuuf guyyaan kaffaltii natti ga’e ykn darbe yaaddoo jedhu kan  hambisu AwashBIRR- PRO  fayyadamuun dursaa kaffaltiilee karoorfachuun, kaffaltii salphaatti raawwadhaa!
Appilikeeshinii AwashBIRR- PRO https://onelink.to/j7fnbz irraa buufachuun galmaa’aatii damee keenya isinitti dhihoo jiru dhaquun jalqabsiisaa! 
Baankii Awaash!

#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #payment #AwashBirrPro #DigitalPayment #DigitalEthiopia
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
የዕቁብ ክፍያዎን ካሉበት ቦታ ሆነው ለአጠቃቀም ቀላል እና ምቹ በሆነው አዋሽ ብር ፕሮ ይክፈሉ!
የአዋሽ ብር ፕሮ መተግበሪያን ከ https://onelink.to/j7fnbz አውርደው በመመዝገብ በአቅራቢያዎ በሚገኝ ቅርንጫፋችን ቀርበው ያስጀምሩ!

Kaffaltii Iqqubii (Equb) keessan bakkee jirtan irraa fayyadamaaf salphaa fi mijataa kan ta’e AwashBirr Pro fayyadamuun kaffalaa!
Appilikeeshinii AwaashBirr-Pro https://onelink.to/j7fnbz irraa buufachuun galmaa’aatii damee keenya isinitti dhihoo jiru dhaquun jalqabsiisaa!

#AwashBank #AwashBirrPro #NurturingLikeTheRiver #Equb #DigitalEqub #DigitalPayment #DigitalEthiopia #HonoringSuccessLookingBeyondTheHorizon #AwashBank30thAnniversary
ወርሃዊ የኤሌክትሪክ ፍጆታ ክፍያ በአዋሽ ብር ፕሮ ቀሏል
=======
ካሉበት ሆነው ክፍያዎን ወድያውኑ ይፈፅሙ!
የአዋሽ ብር ፕሮ መተግበሪያን ከ https://onelink.to/j7fnbz አውርደው በመመዝገብ በአቅራቢያዎ በሚገኝ ቅርንጫፋችን ቀርበው ያስጀምሩ!
አዋሽ ባንክ!

Kaffaltiin ji'aa humna ibsaa karaa AwaashBirr Pro’dhaan salphaadha.
==========
Bakkee jirtan irraa kaffaltii keessan battalumatti raawwadhaa!
Appilikeeshinii AwaashBirr-Pro https://onelink.to/j7fnbz irraa buufachuun galmaa’aatii damee keenya isinitti dhihoo jiru dhaquun jalqabsiisaa!
Baankii Awaash
#AwashBank #NurturingLikeTheRiver #payment #AwashBirrPro #DigitalPayment #DigitalEthiopia #HonoringSuccessLookingBeyondTheHorizon #AwashBank30thAnniversary
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
አዋሽብር ፕሮ
=================  
ዘርፈ ብዙ አገልግሎት የሚሰጠውን አዋሽብር ፕሮ የሞባይል መተግበሪያ በመጠቀመ የተሟላ የባንክ አገልግሎት ያግኙ!
መተግበሪያውን ለማውረድ https://onelink.to/j7fnbz  ይጫኑ!     
አዋሽ ባንክ

Tajaajila hunda galeessa kan kennu AwaashBirr- Pro fayyadamuun tajaajila baankii guutuu argadhaa!  
Appilikeeshinicha buufachuuf https://onelink.to/j7fnbz  cuqaasaa!   
Baankii Awaash!

#AwashBank #AwashBirrPro #NurturingLiketheRiver #ScanandPay #DigitalPayment #DigitalEthiopia