Arjuka ร˜ro Mรธรธti ๐Ÿ‘‘
68 subscribers
179 photos
1 video
1 file
7 links
Chanala Kenya kanarratti Jechotaa
Babbareda
โ™ฅ๏ธJalalan Buharaa
๐ŸฅฐGammachu Arkaadha
๐Ÿ˜˜ Qalbii Gammachisa
Aada fi Afaan Kenya walin taane ha guddisnu
Yaada Fi gaafi yo qabatan @Arjuka1
Chanalaa kenyaa๐Ÿ‘‰ #JOIN_JOIN_GODHO

๐Ÿ‘‰t.me/arjukamooti
Download Telegram
#Dubin takka takka nama ati jiibu hin feneti akka jibitu si gooti๐Ÿ˜
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
Forwarded from ๐Ÿ’ก ALBURHAAN MEDIA ๐Ÿ’ก (ุงู„ู‡ู… ุงู†ูŠ ุงุณุฆู„ูƒ ุฑุถุงูƒ ูˆุงู„ุฌู†ุฉ ูˆุงุนูˆุงุฐ ุจูƒ ู…ู† ุณุฎุทูƒ ูˆุงู„ู†ุงุฑ ๐ŸŒŸAbdurrahman)
JAALALA BILAAL RASUULA RABBIITIIF QABU
S.A.W !!!
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข
Nabiyyiin jaalatamaan nabi Muhammad (s.a.w)
gara aakhiraatti eega godaananii booda guyyaa
tokko Bilaal Ibn Rabaah ( r.a ) abjuun isaan arge.
Yommuu
akkana isaan jedhan dhagahe. "Yaa Bilaal, sila
maaliif narraa fagaatte dhuftee na hin ziyaartuu?"
Jedhaniin.
Bilaal onneen isaa gaddaan guuttamtee hirriba
isaa irraa dammaqe. Gaala isaatiin gulufee gara
Madiinatti qajeele. Madiinaa yommuu gahus
qabrii Ergamaa Rabbii ( s.a.w ) ni ziyaare.
Guyyaa muraasaaf qabrii isaanii biratti taa'ee
booye.
Jaalatamtoota ilmaan namaa kan tahan Hasanii
fii Huseen dhufaniitiin Mu'azzina Ergamaa Rabbii
( s.a.w ) kan turan Bilaal Ibn Rabaah ofitti
qabuun jaalalaan hammatan. "Yaa Bilaal
keenya!..." jedhaniin. "Maaloo azaana kee
yaadnee jirra koottuu maaliif dhuftee azaana
Rabbii nu hin dhageessifne!" jechuun warwaatan.
Bilaalis isaan mufachiisu waan hin barbaadneef
"Tole! " isaaniin jedhe. Eega Ergamaan Rabbii
s.a.w gara aakhiraatti deebi'anii booda guyyaa
takka azaana godhee hin beeku. Gara minbaraatti
ol bahe.
Sagalee isaa bareedaa sanaan "Allahu Akbar
Allahu Akbar!" Jedhee lallabe. "Ashihadu Allah
ilaaha illa Allahu" yommuu jedhu yaadannoon
Rasuulaa
(s.a.w )naannawa magaalattii sanaa fii jiraattota
magaalatti marse. Akka waan Rasuulli Rabbii ( s
a w) deebi'anii dhufanitti isaanitti dhaga'ame.
Jiraattotni makkaa ni imimmaan harcaasan.
Sahaabotni hundi ni booyan. Makkaan eega
Ergamaan Rabbii ( s.a.w ) gama aakhiraatti
godaananii booda yeroo jalqabaatiif imimmaaniin
dhiqamte. Bilaal booyichaan azaana gochuu hin
dandeenye. Kophummaan itti dhaga'ame.
Onneen Rasuula Rabbii ( s.a.w ) cinaa ofiiti
dhabde duwwummaan akkamitti itti hin
dhaga'amne jettaniiti?
Isaan kan ajjeese ture bar muhabbaa Ergamaa
Rabbii ( s.a.w )malee waan biroo hin taane.
Isaan bar kan akkasitti isaan boochise jaalala
Rasuula Rabbii ( s.a.w ) ti malee waan birooti
miti. Musiibaan Nabiyyii isaanii lubbuun of biraa
dhabuu caalte addunyaa tana irratti isaan hin
mudanne.
Har'a garuu addunyaan yommuu maqaa Rasuulaa
kabajamaa keenya xureessuuf gurmooftee kaatee
jirtu argaa jirra. Jaalalli nuti Rasuula keenyaaf
qabnu
garuu hammuma yahuudaa fii nasaaraan maqaa
isaanii xureessuuf tattaaffii isaanii jabeessaniin
jabaataa deema malee gonkumaa hin hir'atu.
Fidaak Abii wa ummii yaa Rasuulallah
Mee namni ONLINE irra jirru hundi Rasuula
keenya irratti salawaata haa buufnuu!
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
@Alburhaan_media
@Alburhaan_media
#Jummaa_Mubarak
Jumma arra kana jumma amman dura irra dabarte cufa sif ha caalu ๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹

JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Akka yadamte tahum dirqama keti garu akka yadamte ol tahu mirga keti โค๏ธ
#โฃ๏ธCongara

JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Jaalala yeero wajji kuttu oso hin taane........โค๏ธ


JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Namni bira akka si jaalatuuf of hin jijjirin______โฃ๏ธ
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti
#Hangaan Lubbun jiru addunya tanarra furtuun gammachu to suma harka jira๐Ÿฅฐ
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti
#Ija tiyyan laalun arka immiman ishira gaad ya'u_____๐Ÿ˜ฅ
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti
Forwarded from JECHOOTA GAMNAA (๐—˜๐˜…๐—ฝ๐—ฒ๐—ฟ๐˜ ๐— ๐—ฎ๐—ป)
"Addunyaa kana irraa namoonni baay'ee barbaadaman namoota rakkinaaf furmaata qajeelaa fidanii dha."

@Jechoota_gamnaa
#Lakki lakki Mooti Too akkana natti hin boonin ...๐Ÿ“ฑ๐Ÿ“ฑ

JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Ammin Ya Rabbi


JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Ya Allah!
Give my mother good health strength Happiness and keep her safe ...Ameen

JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
Mama Sin Jaladha โค๏ธ
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Jumma Mubarak ๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹
JAALAN KO isin hin daganne
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Jaalali maal akka fakkatu situ jalqabarrati na barsisee....

JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
My love โฃ๏ธ
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Yeroo barbaaddutti mallaqa qabaachurra hiriyya dhuga qabaachuutu caala๐Ÿ˜
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Akkan si jaaladhu namni beeka male Hanqan si jaaladhu hin beekan fixadheโฃ๏ธ
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
โฃ๏ธsi jaaladhef sin yaadu๐Ÿ˜Ni bareddaf sin laalu๐Ÿ‘ฉโ€โค๏ธโ€๐Ÿ‘จna dhiyattef sin jibbu๐Ÿ™‚โค๏ธsin jaaladha Habibiti โฃ๏ธ
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Addunya kana irra heddu kan Aja'ibsifadhu sin jaalatamuko qofa๐Ÿ‘ฉโ€โค๏ธโ€๐Ÿ‘จโฃ๏ธ


JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘