Arjuka ร˜ro Mรธรธti ๐Ÿ‘‘
65 subscribers
179 photos
1 video
1 file
7 links
Chanala Kenya kanarratti Jechotaa
Babbareda
โ™ฅ๏ธJalalan Buharaa
๐ŸฅฐGammachu Arkaadha
๐Ÿ˜˜ Qalbii Gammachisa
Aada fi Afaan Kenya walin taane ha guddisnu
Yaada Fi gaafi yo qabatan @Arjuka1
Chanalaa kenyaa๐Ÿ‘‰ #JOIN_JOIN_GODHO

๐Ÿ‘‰t.me/arjukamooti
Download Telegram
#๐™น๐šŠ๐šŠ๐š•๐šŠ๐šŒ๐š‘๐šž ๐š”๐šŠ๐š— ๐š๐šŠ๐š—๐š๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šž ๐š“๐šŠ๐šŠ๐š•๐šŠ๐š•๐šŠ ๐š”๐šŽ๐š—๐š—๐šž ๐šข๐š˜๐š˜ ๐š๐šŠ๐š—๐š๐šŽ๐šŽ๐šœ๐šœ๐šŽ ๐šš๐š˜๐š๐šŠ๐š๐š‘๐šŠ๐Ÿ˜˜

#JOIN-JOIN-GODHA
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Tg:@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜˜
Tg:@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ˜˜๐Ÿ˜˜
#Qamaan si dharra'us Abjuunin si laala!โ™ฅ๏ธโค๏ธ

JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Yon si arkadhe malee dhukkubsa dhe hin fayyu
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ
#akkasi Haye sifhatu gaaru wati ati beeku qabdu akkan si jaaladhu yomile_____โ™ฅ๏ธ
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ
#Mooti tiyya ya Mooti jaalala โฃ๏ธ
Si naaf caala!๐Ÿคด๐Ÿคด๐Ÿ‘ธ๐Ÿ‘ธ

JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Ana Fi si hin qabnu Wal maleโฃ๏ธ
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Akka bishaan qilxu jalaa Ani dhuge siin quufu!โฃ๏ธ
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Zahira Fi Abjuunis suman dawadhaa!๐Ÿฅฐ

JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Facebook

Fesbuukii, Mesenjarii, Waatsaappi fi Inistaagiraama akka addunyaatti hojii dhaabaniiru. Rakkinichi maal akka ta'e hanga ammaatti kan hin beekamne yoo ta'u, miidiyaalee addunyaa hedduun dhimmicha gabaasaa jiru.

@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿคด
@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿคด
# Dubbin bareedinaa akka abban ilalee
Bareedinaa miti midhagina mitii an Kolfa ishen jalle๐Ÿฅฐโฃ๏ธ

#JOIN_JOIN_GODHA
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Tg:
@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
Tg:
@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Tan na wallalchifte bobba Fi gala te Jaalala๐Ÿ˜˜


#JOIN_JOIN_GODHA
,๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Tg;
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
Tg:
@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
Forwarded from Ferhan Abdulselam
Kisaaraan hanga ammaatti saa'aa 3f cufamuu Facebook, WhatsApp fi Instagram qofti dhaabbata Facebook irratti geessisu doolaaraa Ameerikaa Milyoona $500'tti tilmaama. Messenger fi Oculus VR yeroo irratti dabalamu kisaaraan isaa ni dabala jedhameet tilmaama. Odeeffannoon xiqqoo hin qabduuf isiniif maxxanse. t.me/FerhanAbdulselam
Forwarded from Ferhan Abdulselam
Duula Twitter kana itti fufaa.
https://oromohub.me/tweets.html
FB Debi'e jira
#Namayyu wanni Isa Gammachisuu Adda Anaaf garuu gamachuman sanu ati ya soora qalbi tiyyaโฃ๏ธ


#JOIN+GODHA
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Tg:
@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
Tg:
@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Osoon si jaalachu jiru jaalalan miidhamun ko natti dhaga'ame garu heddu nama gamamchisa๐Ÿฅฐ

#JOIN+GODHI
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Tg:
@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฅฐ๐Ÿฅฐ
Tg:
@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿฅฐ๐Ÿฅฐ
#Bareedina ke caala,gara bal'ina ke yaadakee fi eenyummaa keetu na mo'ateโฃ๏ธ

#JOIN-GODHI
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Tg:@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
Tg:@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#๐™น๐šŠ๐šŠ๐š•๐šŠ๐š•๐š’ ๐š๐šŠ๐š–๐š–๐šŠ๐šŒ๐š‘๐šž๐šž ๐š‘๐šž๐š—๐š๐šž๐š–๐šŠ ๐š๐š‘๐šŠ๐š ๐š–๐š˜๐š˜๐š๐š’๐š’ ๐š๐š‘๐šŠโฃ๏ธ

#JOIN-JOIN -GODHA
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Tg:@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
Tg:@arjukamooti๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
#Dubin takka takka nama ati jiibu hin feneti akka jibitu si gooti๐Ÿ˜
๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘
Forwarded from ๐Ÿ’ก ALBURHAAN MEDIA ๐Ÿ’ก (ุงู„ู‡ู… ุงู†ูŠ ุงุณุฆู„ูƒ ุฑุถุงูƒ ูˆุงู„ุฌู†ุฉ ูˆุงุนูˆุงุฐ ุจูƒ ู…ู† ุณุฎุทูƒ ูˆุงู„ู†ุงุฑ ๐ŸŒŸAbdurrahman)
JAALALA BILAAL RASUULA RABBIITIIF QABU
S.A.W !!!
โ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ขโ€ข
Nabiyyiin jaalatamaan nabi Muhammad (s.a.w)
gara aakhiraatti eega godaananii booda guyyaa
tokko Bilaal Ibn Rabaah ( r.a ) abjuun isaan arge.
Yommuu
akkana isaan jedhan dhagahe. "Yaa Bilaal, sila
maaliif narraa fagaatte dhuftee na hin ziyaartuu?"
Jedhaniin.
Bilaal onneen isaa gaddaan guuttamtee hirriba
isaa irraa dammaqe. Gaala isaatiin gulufee gara
Madiinatti qajeele. Madiinaa yommuu gahus
qabrii Ergamaa Rabbii ( s.a.w ) ni ziyaare.
Guyyaa muraasaaf qabrii isaanii biratti taa'ee
booye.
Jaalatamtoota ilmaan namaa kan tahan Hasanii
fii Huseen dhufaniitiin Mu'azzina Ergamaa Rabbii
( s.a.w ) kan turan Bilaal Ibn Rabaah ofitti
qabuun jaalalaan hammatan. "Yaa Bilaal
keenya!..." jedhaniin. "Maaloo azaana kee
yaadnee jirra koottuu maaliif dhuftee azaana
Rabbii nu hin dhageessifne!" jechuun warwaatan.
Bilaalis isaan mufachiisu waan hin barbaadneef
"Tole! " isaaniin jedhe. Eega Ergamaan Rabbii
s.a.w gara aakhiraatti deebi'anii booda guyyaa
takka azaana godhee hin beeku. Gara minbaraatti
ol bahe.
Sagalee isaa bareedaa sanaan "Allahu Akbar
Allahu Akbar!" Jedhee lallabe. "Ashihadu Allah
ilaaha illa Allahu" yommuu jedhu yaadannoon
Rasuulaa
(s.a.w )naannawa magaalattii sanaa fii jiraattota
magaalatti marse. Akka waan Rasuulli Rabbii ( s
a w) deebi'anii dhufanitti isaanitti dhaga'ame.
Jiraattotni makkaa ni imimmaan harcaasan.
Sahaabotni hundi ni booyan. Makkaan eega
Ergamaan Rabbii ( s.a.w ) gama aakhiraatti
godaananii booda yeroo jalqabaatiif imimmaaniin
dhiqamte. Bilaal booyichaan azaana gochuu hin
dandeenye. Kophummaan itti dhaga'ame.
Onneen Rasuula Rabbii ( s.a.w ) cinaa ofiiti
dhabde duwwummaan akkamitti itti hin
dhaga'amne jettaniiti?
Isaan kan ajjeese ture bar muhabbaa Ergamaa
Rabbii ( s.a.w )malee waan biroo hin taane.
Isaan bar kan akkasitti isaan boochise jaalala
Rasuula Rabbii ( s.a.w ) ti malee waan birooti
miti. Musiibaan Nabiyyii isaanii lubbuun of biraa
dhabuu caalte addunyaa tana irratti isaan hin
mudanne.
Har'a garuu addunyaan yommuu maqaa Rasuulaa
kabajamaa keenya xureessuuf gurmooftee kaatee
jirtu argaa jirra. Jaalalli nuti Rasuula keenyaaf
qabnu
garuu hammuma yahuudaa fii nasaaraan maqaa
isaanii xureessuuf tattaaffii isaanii jabeessaniin
jabaataa deema malee gonkumaa hin hir'atu.
Fidaak Abii wa ummii yaa Rasuulallah
Mee namni ONLINE irra jirru hundi Rasuula
keenya irratti salawaata haa buufnuu!
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
Sallallaahu Aleeyhi Wasallam
@Alburhaan_media
@Alburhaan_media
#Jummaa_Mubarak
Jumma arra kana jumma amman dura irra dabarte cufa sif ha caalu ๐Ÿ•‹๐Ÿ•‹

JOIN
+
SHARE
+
GODHAA

JOIN+GODHUN=๐Ÿ˜

JOINโ†”๏ธโ†”๏ธJOIN๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

       ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡           ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘

@arjukamooti ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘ˆ๐Ÿ‘‘๐Ÿ‘‘