Waan kana yaalaa mee guyyaa 4 tu hafe jedhan... Dog akkuma kaffale Kunis ni kaffala jedhanii yaalaa https://t.me/Tomarket_ai_bot/app?startapp=0000R4p6
Hey, if you're a Hamster, DOGS, Blum or Catizen user... you have something very special to claim in the Tomarket app now.
The Tomarket airdrop is coming! πͺ
Claim with this link.

Telegram
Tomarket
Harvest, farm and obtain $TOMATO. Be early for what's coming. The more, the better. ππͺπ¦
Firiin Qormaata kutaa 12ffaa guyyaa boorii gadhiifama. Odeeffannoo amanamoo dhimma kanaan Wal qabatu asiin hordofnee isin biraan geeenya. Nu eegaa...jechaa barattootaaf carraa gaarii hawwina.
β€3π2
Kutaa 12ffaa Barattoonni bara kana qoraman baayyinaan 684,205 yoo tahan kana keessaa barattoonni 29,718 onlaayin yeroo jalqabaaf qoramaniiru. har'a waaree booda ibsa kennamu isin biraan geenya Firii qormaata keessaniis websaayitii kanaan seentanii yeroo isaatti daawwachuu dandeessu nu hordofaa π https://alexootech.com/2024/09/09/how-to-check-grade-12-students-national-exam-result-20162024/
HamsterKombat Tapha jedhamu taphataa warri turtan baga Gammaddan jechaa ...baayyeen keessan dhiistanii turtan waan hafe sinitti fakkaatee...Amma garuu gabaatti bahuuf guyyaa 10 qofatu hafe jedha hooggannaan isaa. Namooti Miliyeena 200 ol kan taphatan yoo tahu kana keessaa seera eegee kan taphate Miliyeena 80 hin caalu jedhaπ. Maalumaafuu itti deebinee guyyaa hafte kanaaf haa hojjennu
π3
Taphni kun amanamaadha jedhama kan Binance dha dursaa yaalaa isin fayyaduu dandahaa ...waan amanamaa asumaan siniif qoodna π https://t.me/Binance_Moonbix_bot/start?startApp=ref_578471199&startapp=ref_578471199&utm_medium=web_share_copy
Telegram
Moonbix
Moonbix is a Binance crypto-themed game on Telegram Mini App game. Explore the galaxy, collect items, and boost your score!
Waan kun reefuuu eegalaa Yaalaa Verified tahaa dha π https://t.me/coub/app?startapp=coub__marker_
Telegram
Coub
Π‘oub is a gamified video hub where you can explore, create, and earn π€
Coubsπ€are a new type of digital asset that continuously generates rewards for holders.
Here's what you can do with Coub:
π Discover millions of creative videos!
π Earn $COUB tokens byβ¦

Hamster Kombat Marsaan 1ffaan xumurame. Marsaa 2ffaa eegaleera. Ilaalladhaa. Guyyaa 5 booda gabaatti baha.
Yaalaa mee waanta kana Telegram tu gadhiise...akkuma Major dha.. Reefuu gadhiifamaa Carraa keessan yaalaa warri siniif mijatu hojjedhaatii Air drop haaraadha kunooπ https://t.me/sparkscirclebot?start=ref726987
Join me in Circle and try your luck to earn $CIRCLE tokens soon!
β΄οΈ 100 sparks bonus for you.
β΄οΈ 500 sparks bonus if you have Premium.

Circle
Become the luckiest player in Telegram!
$CIRCLE token coming soonβ¦
Community: @sparkscircle
$CIRCLE token coming soonβ¦
Community: @sparkscircle
β€1
Udacity Certificate fudhachuu warri barbaaddan akkaataa itti barnoota isaa eegaltanii fi deemsa deemuu qabdan jalqabaa hanga xumuraatti suur sagaleen siniif qoodna. Kanaaf Channel #Alexootech jedhu Kara Youtube hordofaa search godhaatii
Facebook Page n baayyeen Followers kan hin mullisnee fi Gaafa seenuuf yaalan Ergaa kana namatti agarsiisaa jira guyyaa har'aa kana ... egaa rakkoon kun kan keessan miti system irraa ykn Dhaabbata Facebook tu sirreessaa jira waan taheef eegaa... odeeffannoo haarawaa kanaan Wal qabatu akkaataΓ itti sirratus hordofnee siniin geenya Kara youtube Alexootech s hordofaaa
β€1
Furmaata1.
Warreen Facebook Page namootaa gaafa ilaaluuf jettan siniif banuu dide...Facebook lite dhiisaa Facebook normal dhaan fayyadamaa .
Furmaata itti aanuuf nu hordofaa

β€3π3
Furameera.
Dhaabbanni Facebook Rakkoo Facebook Page n followers mullisaa hin turre amma fureeraπ

#Tiktokπ
Amerikaan Dhaabbileen akka #Google fi #Apple store akka isaan Tiktok achi irraa buusan itti himte ...
Jiraattonni Amerikaa Keessaa tiktok fayyadaman immoo Yeroon Tiktok n achii cufamu waan dhiyaateef nagaa dhaammataa jiru...
Odeeffannoo #Tekinoloojii yeroo yeroon argachuuf Telegram irraan nu hordofaa waan hedduu dhagahuuf deemnaaπ https://t.me/alexootech

π₯4
Dhimma #Meta_Ai n wal qabsiisee gaaffii namoota baayyeef deebiin kunooti:
Meta Ai fayyadamee namni tokko #Inbx nama biraa dubbisa shakkii jedhuun wal qabsiisee...waanti dhugaan jiru akkasi dha.
Meta Ai n :β οΈTekinoloojii Dhaabbatni Meta dhiyeenya hojiirra oolche yoo tahu Kunis kan inni gargaaruuf
βοΈSalphaatti hojjettoota dhaabbata Meta gaaffii dhimma Facebook, watsapp fi Messnger keenyaa gaafachuu dandeenya.
βοΈakkuma #Chtgpt gaaffiiwwan barbaachisoo tahan gaafachuun deebii argachuu dandeenya...
βοΈSuuraawwan babbareedoo barbaanne tekinoloojii kanaan hojjetachuun hiriyyoota keenya waliin qooddachuuf
βοΈwalumaa galatti Tekinoloojiin kun Gaaffiiwwan Messneger , Facebook fi Watsapp jechuun Oomishoota Meta waliin wal qabatan salphaatti akka gaafannee argannuuf nu fayyada malee icciitii keenya dabarsee kan kennu miti.
Kanaaf Sodaachuu hin qabnu.
#Hubachiisa: hanga ammaatti biyya keenya Itiyoophiyaatti Tekinoloojiin kun (Meta AI) hojiirra hin ooliin jira.warri biyya bakkee jirtan garuu Meta Ai For messenger, Meta Ai for Watsapp fi Facebook jettanii argachuun fayyadamuu dandeessu..faayidaawwan gubbaatti ibsaman argachuu dandeessu
π https://t.me/alexootech

β€3
Odeeffannoowwan karaa Teeleegraamiin hatamaa jiru jedhame
Guyyaa har'aa Odeeffannoowwan karaa Teeleegraamiin hatamaa waan jiraniif fayyadamtoonni of eeggannoo barbaachisu akka taasisan Bulchiinsi Nageenya Odeeffannoo hubachiise.
Har'aa eegalee karaa akkaawuntii Teeleegraamiin (phishing link) dabalatee karaalee biroon odeeffannoon hatamaa jiraachuu bulchiinsichi ibseera.
Madda: FBC
Sababa kanaan fayyadamtoota Teeleegraamii kamiyyuurraa liinkii ergamu banuu dhiisuu fi battalumatti balleessuun barbaachisaa ta'uu himeera.
#Oromiyaa #Ethiopia

π1
πTiktok Amerikaa keessaa balleeffamuun murtaaheera.
Manni murtii olaanaa himata guyyaa Jimaata harraa dhiyaate ilaaluun himaticha kufaa taasisuun Dilbata dhufuu eegalee...Akka Tiktok haqamu murteesse amerikaa keessaaπ’
@alexootech

Odeeffannoowwan Barbaachisoo fi Hojiiwwan Mana keessan teessanii hojjechuu dandeessan kara LInked in argattu . anis waantota haaraa achiin siniifan qoodaa Connect gootanii hordofuu dandeessu isin fayyadaa. warri LinkedIn qabdan kara kanaan π https://www.linkedin.com/in/alemayehu-negash-904438188/
π1
Seera Haarawaa FacebookβΌοΈ
June 22 irraa eegalee Viidiyoon 'Facebook Live ' irratti umurii guyyoota 30 olii qabu fb keessan irraa ni haqama.
Seerri kun guyyaa jedhame kanaa eegalee hojiirra oola.
Kanaaf 'Live' irratti viidiyoo waraabdanii qabdan utuu inni hin badiin waan sin fayyadu buufattanii ol keewwachuu dandeessuβΌοΈ

Of eeggannooβ οΈβΌοΈ
Telegram keessan irratti hiriyyoota keessan isin beektaniin Message akkasii siniif ergamaa jira taanaan nama sana jalaa Tg n isaa butameera.
Kanaaf irraa of eeggadhaa nama sanaaf bilbilaa beeksisaa...
'Link' sana akka tuqxaniin kallattumaan Tg keessan fudhatamee odeeffannoo Telegram keessan irraa dhabdu. Waliif qoodaa wal oolchaa....
Anaan nama 2 irraa tibbana na qunnameera.
Salphaamatti Website kun kan seera qabeessa miti.
Https utuu tahee secured dha amma garuu http qofa...kanneen biroo siniif qoodna nu hordofaa

π10
Sodaa guddaan kana booda jiru AI dhaan suur-sagalee fi Suuraawwan kana booda hojjetamanidha.
Tekinoloojiitti dhiyaachuun ammaπ€
Tekinoloojiitti dhiyaachuun ammaπ€
π₯°7β€4