#BARANAS_BILISAAN !
Tutoriin Albert baratootaaf bilisaan barnoota kennaa tureera. Bara kanas Adoolessa 11 irra jalqabee kutaa 7ffaa hanga 12ffaa bilisaan barnoota ganna kennuuf qophii fixneera. Haaluma kanan Wixata irra hanga Jimaata sa’aatii 2:30 hanga 6:30 tti gosoota barnootaa English, Mathematics, Biology, Chemistry, Physics fi Aptitude (kutaa 12ffadhaf) barnootni kan kennamu ta’a. Barnooni kunis kan kennamu baratoota yuunivarsiitii muuxanno barisisuu qabanii fi barattoota iskoolar-shippi(scholarship)dhan biyya alaatti barachaa turani ganna gara biyyaatti debi’aniidha. Barnoonni kutaa 7ffaa fi 8 ffaa Afaan oromotin fi Afaan Amaratin kan kennamu ta’a.
Tessoon:
Adaamaa, M/B Gooroo Sadarkaa Lammaffa
Telegram: @Albert_tutorial_2014
Odeeffanno dabalataaf: 0965904254 / 0915832902

ምዝገባ ሰኞ( ሀምሌ 11 ) ከ2:30 - 3:30 ነው።
ከ3:30 በኋላ ትምህርት ይጀመራል!
አድራሻ: አዳማ፣ ጎሮ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት
Galmeen wiixataa (Adoolessa 11) sa'aatii 2:30- 3:00ti.
Sa'aati 3:30dhan booda barumsi kan jalqabu ta'a.
Teessoon: Adaamaa, M/B Gooroo sadarkaa lammaffaa.
ከ3:30 በኋላ ትምህርት ይጀመራል!
አድራሻ: አዳማ፣ ጎሮ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት
Galmeen wiixataa (Adoolessa 11) sa'aatii 2:30- 3:00ti.
Sa'aati 3:30dhan booda barumsi kan jalqabu ta'a.
Teessoon: Adaamaa, M/B Gooroo sadarkaa lammaffaa.
Photo| በ2011 ተማሪዎችን በፈተና ላይ!
ከኮሮና መልስ በተጠናከረ ሁኔታ በ2014ም ክረምት ለማስተማር ዝግጅት ጨርሰናል!
ሰኞ ሀምሌ 11 እንገናኝ!
share በማድረግ ይተባበሩን!
* * * * *
* * * * *
Photo| Bara 2011tti barattoonni keenya qormaatarrati.
Dhukkuba Koronaadhaan booda ganna bara 2014 barsiisuuf qophii fixneerra.
Wiixata adoolessa 11 wal haa agarru!
'share' gochuun nu gargaara!
@Albert_Tutorial_2014

#ALBERT_TUTORIAL_AND_VOLUNTEERISM_CENTER
#closing_program
Photo | በ2011 ከተለያዩ በጎ ፍቃደኛ ድርጅቶች እና ተማሪዎች በተሰበሰበ ብር እና የትምህርት ቁሳቁስ የተቸገሩ ተማሪዎች ሲረዱ ።
ዘንድሮም ይቀጥላል!!!
**
**
Photo| Bara 2011tti baratoonni harka qalleeyyii maallaqa fi meeshaalee barnootaa barattoota fi dhaabbilee tola ooltota irraa sassaabameen yemmuu gargaaraman.
Baranas ittifufa!!!
@Albert_tutorial_2014

#ATVC
#GRADE_12TH
ዘንድሮም በነፃ ከ7ኛ - 12ኛ ክፍል!
ምዝገባ አሁንም እንደቀጠለ ነው!
Baranas Bilisaan, kutaa 7-12
Galmeen ammas akkuma itti fufetti jira.
@Albert_Tutorial_2014
#GRADE_12TH
ዘንድሮም በነፃ ከ7ኛ - 12ኛ ክፍል!
ምዝገባ አሁንም እንደቀጠለ ነው!
Baranas Bilisaan, kutaa 7-12
Galmeen ammas akkuma itti fufetti jira.
@Albert_Tutorial_2014
#ATVC
#GRADE_10TH
ዘንድሮም በነፃ ከ7ኛ - 12ኛ ክፍል!
ምዝገባ አሁንም እንደቀጠለ ነው!
Baranas Bilisaan, kutaa 7-12
Galmeen ammas akkuma itti fufetti jira!
@Albert_Tutorial_2014
#GRADE_10TH
ዘንድሮም በነፃ ከ7ኛ - 12ኛ ክፍል!
ምዝገባ አሁንም እንደቀጠለ ነው!
Baranas Bilisaan, kutaa 7-12
Galmeen ammas akkuma itti fufetti jira!
@Albert_Tutorial_2014
#ATVC
#GRADE_11TH
ዘንድሮም በነፃ ከ7ኛ - 12ኛ ክፍል!
ምዝገባ አሁንም እንደቀጠለ ነው!
Baranas Bilisaan, kutaa 7-12
Galmeen ammas akkuma itti fufetti jira!
@Albert_Tutorial_2014
#GRADE_11TH
ዘንድሮም በነፃ ከ7ኛ - 12ኛ ክፍል!
ምዝገባ አሁንም እንደቀጠለ ነው!
Baranas Bilisaan, kutaa 7-12
Galmeen ammas akkuma itti fufetti jira!
@Albert_Tutorial_2014
Group for entrance exam candidates in 2014.
Join by clicking the following link
https://t.me/+k551IQwgXvJjZTU8
Join by clicking the following link
https://t.me/+k551IQwgXvJjZTU8