We have successfully completed this summer's classes. Thank you to our volunteers and students who love learning.
The closing ceremony will be held one day next week. We will let you know.
ይህንን የክረምት ትምህርት በተሳካ ሁኔታ አጠናቅቀናል። መማር ለሚወዱ ተማሪዎቻችን እና ለበጎ ፈቃደኞቻችን እናመሰግናለን።
የመዝጊያ ስነ ስርዓቱ በሚቀጥለው ሳምንት አንድ ቀን ይካሄዳል።
Barnoota ganna kanaa milkaa'inaan xumurree jirra. Tola ooltotaa fi barattoonni keenya barumsa jaallatan galatoomaa.
Sirni cufiinsaa torbee dhufu guyyaa tokko ni gaggeeffama
@albert_tutorial_2014
alberttutorial.com

#FRIDAY_24_12_2016
Join us for the closing ceremony this Friday. We look forward to seeing you there. All our members are invited
በዚህ አርብ ለመዝጊያው ስነስርዓት ይቀላቀሉን። በጉጉት እንጠብቃቹዋለን። ሁሉም አባሎቻችን ተጋብዘዋል
Jimaata kana gara sirna cufiinsa keenyaatti koottaa. Achitti akka isin arginu abdii qabna. Miseensonni keenya hundi affeerramtaniittu

Finally, we have closed our summer program. 🔥
We are sincerely grateful to our volunteers and students.
In addition, we would like to thank Goro Secondary School for their support and recognition certificate
በመጨረሻም የክረምት ፕሮግራማችንን ዘግተናል።
በጎ ፈቃደኞቻችንን እና ተማሪዎቻችንን ከልብ እናመሰግናለን።
በተጨማሪም የጎሮ 2ኛ ደረጃ ት/ቤት ላደረጉልን ድጋፍና እውቅና ሰርተፍኬት እናመሰግናለን
Dhumarratti sagantaa ganna keenya cufnee jirra.
Tola ooltotaa fi barattoota keenyaaf galata guddaa qabna.
Kana malees, Mana Barumsaa Sadarkaa Lammaffaa Goroo Deeggarsa fi ragaa beekamtii nuuf kennaniif galata guddaa qabna