Tarminaalli Buufata Xiyyaara Jeneeraal Waaqoo Guutuu eebbifamaa jira
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Magaalaa Roobeetti Tarminaalli keessummeessa maamiltootaa Buufata Xiyyaara Jeneeraal Waaqoo Guutuu eebbifamaa jira. Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaafi Hojii Raawwachiisaa olaanaa Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa Obbo Masfin Xaasaw dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa fi Naannolee saganticharratti argamaniiru. #Oromiyaa #Ethiopia
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/tarminaalli-buufata-xiyyaara-jeneeraal-waaqoo-guutuu-eebbifamaa-jira/

Atileet Ruut Aagaa fi Daawwit Waldeen fiigicha Maaraatoonii Chaayinaatti gaggeeffame injifatan
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Atileet Ruut Aagaa fi Daawwit Waldeen fiigicha Maaraatoonii Chaayinaa Shiyaameenitti gaggeeffame riikkardii fooyyessuun injifatan. Atileet Ruut Aagaan fageenyicha sa’aatii 2 fi daqiiqaa 18 fi sekondii 46 xumuruun yoo injifattu, Atileet Daawwit Waldeen ammoo sa’aatii 2 fi daqiiqaa 6 fi sekondii 6 xumuruun riikkardii bakkichaa bara 2015 qabamee ture fooyyeessuun…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/atileet-ruut-aagaa-fi-daawwit-waldeen-fiigicha-maaraatoonii-chaayinaatti-gaggeeffame-injifatan/

Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa fi Obbo Masfin Xaasew Tarminaala Buufata Xiyyaaraa Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbisan
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Pireezidaantiin Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Hojii Raawwachiisaa olaanaan Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa Obbo Masfin Xaasaw Tarminaal Keessummeessa Maamiltootaa Buufata Xiyyaaraa Jeneraal Waaqoo Guutuu eebbisisaniiru. Pireezidaantii Mootummaa naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaa fi Hojii Raawwachiisaa olaanaa Daandii Qilleensa Itiyoophiyaa Obbo Masfin Xaasaw dabalatee hoggantoonni olaanoon mootummaa Federaalaa fi Naannolee…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/pireezidaanti-shimallis-abdiisaa-fi-obbo-masfin-xaasew-tarminaala-buufata-xiyyaaraa-jeneraal-waaqoo-guutuu-eebbisan/

Magaalaa Bahiirdaaritti balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbe
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Magaalaa Bahiirdaar Ganda 16 naannawaa Gudoo Bahiir jedhamutti kaleessa galgala balaa Tiraafikaa mudateen lubbuun namoota 6 darbuu ibsameera. Konkolaataan Deddeebisa ummataa Siinootiraakii waliin walitti bu’uun balaa kana qaqqabsiisuu eerameera. Balichaan lubbuun namoota 6 yoo darbu, qabeenyarra miidhaa cimaan gahuu ragaan Poolisii naannoo Amaaraarraa argame ni mul’isa. #Oromiyaa #Ethiopia
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/magaalaa-bahiirdaaritti-balaa-tiraafikaa-mudateen-lubbuun-namoota-6-darbe/

Obbo Awwaluu Abdiin Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejereetti gurmaa’insa caasaa Ganda Dhaamottuu daawwatan
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaan Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Awwaluu Abdiin Gurmaa’insi caasaa gandaa haaraa Godina Shawaa Lixaa Aanaa Ejeree Ganda Dhaamottuu daawwataniiru. Hawaasni tajaajila si’ataafi dhaqqabamaa ta’e naannoosaatti akka argatuuf hojiin gurmaa’insa caasaa gandaan hojjetamaa jiru bu’aa argamsiisaa jiraachuu Obbo Awwaluu Abdiin ibsuu ragaan K/godinichaarraa argame ni mul’isa. #Oromiyaa #Ethiopia
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/obbo-awwaluu-abdiin-godina-shawaa-lixaa-aanaa-ejereetti-gurmaainsa-caasaa-ganda-dhaamottuu-daawwatan/

Mootummaan Jijjiiramaa rakkoolee bu’uuraalee misoomaa jiran hiikuun dilbii naannawichaa gara fayyadamummaatti jijjiiruuf xiyyeffannoo olaanaan socho’aa jira – Pir. Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Mootummaan Jijjiiramaa rakkoolee bu’uuraalee misoomaa jiran hiikuun dilbii naannawichaa gara fayyadamummaatti jijjiiruuf xiyyeffannoo olaanaan socho’aa jiraachuu Pireezidaantiin naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan ibsan. Pireezidaanti Shimallis Tarminaala Buufata Xiyyaaraa maqaa Jeneraal Waaqoo Guutuun moggaafame eebbisisaniiru. Eebbifamuu Tarminaalichaa ilaalchisee Pireezidaanti Shimallis ergaa dabarsaniiru. Guutuun ergaa isaanii haala armaan gadiin dhiyeetera. Guyyaa har’aa…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/mootummaan-jijjiiramaa-rakkoolee-buuuraalee-misoomaa-jiran-hiikuun-dilbii-naannawichaa-gara-fayyadamummaatti-jijjiiruuf-xiyyeffannoo-olaanaan-sochoaa-jira-pir-shimallis-abdiisaa/

Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa furuun Badhaadhina Itiyoophiyaaf murannoon ni hojjenna – Aadde Adaanech Abeebee
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Rakkoolee kenniinsa tajaajilaa furuun Badhaadhina Itiyoophiyaaf murannoon ni hojjenna jedhan Kaantibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen. Yaa’iin duraa Yaa’ii idilee 2ffaa Paartii Badhaadhinaa Hoggantoota olaanoo Magaalaa Finfinnee mata duree ‘Waadaa hanga Aadaa’ jedhuun guyyoota sadiif gaggeeffamaa ture xumurame. Paartiin Badhaadhinaa akkaatuma ummataaf waadaa galeen raawwii qabatamaan aadaa ta’ee akka itti…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/rakkoolee-kenniinsa-tajaajilaa-furuun-badhaadhina-itiyoophiyaaf-murannoon-ni-hojjenna-aadde-adaanech-abeebee/

Addaan ciccituu Humna Elektirikaaf xiyyeeffannoon akka kennamu Koreen dhaabbichaa hubachiise
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) –Damichi humna guutuun oomishuun addaan ciccituu Humna Elektirikaaf xiyyeeffannoon akka kennamu Koreen Dhaabbii Dhimmoota Indaastirii fi Albuudaa hubachiise. Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataatti Koreen Dhaabbii Dhimmoota Indaastirii fi Albuudaa tibbana magaalaa Dirre Dawaatti daawwannaa garaagaraa gaggeesseera. Indaastiriiwwan humna guutuun akka oomishan rakkoon addaan ciccituu humna elektirikaa xiyyeeffannoo argachuu akka qabu…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/addaan-ciccituu-humna-elektirikaaf-xiyyeeffannoon-akka-kennamu-koreen-dhaabbichaa-hubachiise/

Konkolaattoonni boba’aa fe’anii dhokatanii turan to’ataman
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Bootteewwan Boba’aa fe’anii iddoolee garaagaraatti dhokachaa turan to’atamuu Abbaan Taayitaa Boba’aa fi Inarjii beeksise. Biiroon Daldalaa Naannoo Afaarii fi qaamoleen nageenyaa hordoffii taasisaa turaniin bakkeewwan dhokatanii akka bahan taasiifamuu eerameera. Boba’aa Finfinnee dabalatee naannolee garaagaraaf dhiyaachuu qabu Naannoo Afaar bakka Saardoo Admaas jedhamutti dhoksaa osoo jiranuu to’annoo jala ooluu…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/konkolaattoonni-bobaaa-feanii-dhokatanii-turan-toataman/

Kilabni magaalaa Adaamaa Yuuniversiitii Walwaaloo Addigraat injifate
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Piriimeer Liigii Itiyoophiyaa torbee 12ffaa har’a taphatameen Kilabni magaalaa Adaamaa Yuuniversiitii Walwaaloo Addigraat injifateera. Tapha Istaadiyeemii Yuuniversiitii Saayinsiif Teeknooloojii Adaamaatti taphatamaa jiruun magaalaan Adaamaa galchii 3 fi 0n Yuuniversiitii Walwaaloo Addigraat injifateera. Ammee Mahaammad, Nabiil Nuurii fi Eeliyaas Laggaseen galchii tokko tokko Adaamaaf galchaniiru. #Oromiyaa #Ethiopia
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/kilabni-magaalaa-adaamaa-yuuniversiitii-walwaaloo-addigraat-injifate/

Magaalichatti saaxilamummaa kirkira lafaan walqabatee koreen ogeeyyii hundaa’e
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Magaalaa Finfinneetti carraa saaxilamummaa kirkira lafaa gara fulduraa mudachuu malu hubannoo keessa galchuun qorannoo of eeggannoo duraa gaggeessuuf koreen ogeeyyii hundaa’eera. Kaantiibaan magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hayyoota Yuuniversiitii Finfinnee Ji’oofiiziksii, Dhaabbata Saayinsii hawwaa fi Astiroonoomii, akkasumas Ji’ooloojikaal Sarveey waliin mari’ataniiru. Kirkira fi hollannaa lafaa kutaalee biyyattii garaagaraatti mudachaa…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/magaalichatti-saaxilamummaa-kirkira-lafaan-walqabatee-koreen-ogeeyyii-hundaae/

Liiverpuul 2 – 2 Maanchiister Yuunaayitiid
Finfinnee, Mudde 27, 2017 (FMC) – Taphoota Piriimeer Liigii Ingilaand torbee 20ffaan taphni eegamaa ture Darbiin Laankishaayer qixaan xumurameera. Morkiin seenaa taphni Liiverpuulii fi Maachiister Yuunaayitiid gidduutti taphatame galchii 2 qixa xumurameera. Maanchiister Yuunaayitiid osoo hin eegamne ga’umsa olaanaa mul’isuun dursaa liigichaa Liiverpuulirraa qabxii qoodateera. #Oromiyaa #Ethiopia
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/liiverpuul-2-2-maanchiister-yuunaayitiid/

Du’aan boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaa hordofee Dooktar Abiy Ahimad gadda isaanitti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC)- Du’aan boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaa hordofee Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Gadda Isaanitti dhaga’ame ibsan. Dooktar Abiy ergaa gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin dabarsaniin, waan danda’an hundaan biyyasaaniifi Afrikaa kan tajaajilan, ejjennoosaaniitiin cimaa, ummattoota walitti dhiyeessuuf kan dhama’an, waan dhugaadha jedhanii itti amanan eessattuu yoomiyyuu kan dubbatan turani jedhan. “Maanguddoo…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/duaan-boqochuu-obbo-bulchaa-dammaqsaa-hordofee-dooktar-abiy-ahimad-gadda-isaanitti-dhagaame-ibsan/

Obbo Bulchaa Dammaqsaan Du’aan Addunyaa kanarraa boqotan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Hayyuu fi qabsaa’aa gameessi Obbo Bulchaa Dammaqsaan du’aan Addunyaa kanarraa boqotaniiru. Hayyuu diinagdee kan ta’an Obbo Bulchaa Dammaqsaa erga bara Hayilasillaaseetii kaasee buleeyyii siyaasa Itiyoophiyaa qabsoo olaanaa taasisaa turan keessa tokko. Siyaasa alaa taajjabu qofa osoo hintaane keessatti hirmaachaas turaniiru. Haala siyaasaa biyyattii ilaalchisees yaada yeroo garaagaraa waltajjiiwwan irratti…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/obbo-bulchaa-dammaqsaan-duaan-addunyaa-kanarraa-boqotan/

Dooktar Abiy Ahimad Maaddii qoodan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) –Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad Hojjettoota Waajjira Ministira Muummee galii gadi aanaa argatanii fi Daa’immaan waajjirichi guddisaa jiruuf maaddii qoodaniiru. #Oromia #Ethiopia
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/dooktar-abiy-ahimad-maaddii-qoodan/

Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa ergaa baga geessanii dabarse
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Yaa’iin Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa Ayyaanaa Qillee sababeeffachuun ergaa baga geessanii dabarseera. Barreessaa Olaanaan Yaa’ii Dhaabbilee Amantaalee Itiyoophiyaa Lubni Taagay Taaddaleen hordoftoota Amantaa Kiristaanaa maraan baga guyyaa dhalachuu Iyyesuus Kiristoosiin isin gahe jedhaniiru. Dhalachuun Iyyesuus Kiristoos abdii fayyina dhala namaa kan ifoomse, boqonnaan jireenya dhala namaa haaraa kan itti eegale,…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/yaaiin-dhaabbilee-amantaalee-itiyoophiyaa-ergaa-baga-geessanii-dabarse/

Du’aan boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaan Gaddi Itti dhaga’amuu Aadde Adaaneech ibsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC)- Du’aan boqochuu Obbo Bulchaa Dammaqsaan gaddi itti dhaga’amuu Kantiibaan Magaalaa Finfinnee Aadde Adaaneech Abeebeen ibsan. Aadde Adaaneech,Guddina Diinagdee fi demookiraasii Itiyoophiyaatiif ciminaan hojjechuun,waan ummataa fi biyya isaanii ni fayyada jedhanii amanan irratti onneedhaan qabsaa’uun kan beekaman Obbo Bulchaa Dammaqsaa du’aan boqachuutti gaddi itti dhaga’amuu ibsaniiru. Maatiifi jaalattoota isaaniif jajjabina hawwaniiru.…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/duaan-boqochuu-obbo-bulchaa-dammaqsaan-gaddi-itti-dhagaamuu-aadde-adaaneech-ibsan/

Qabsa’aa gameessi Oromoo Obbo Bulchaa Dammaksaa du’aan boqochuun gadda guddaadha-BKO
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC)- Qabsa’aa gameessi Oromoo Obbo Bulchaa Dammaksaa du’aan boqochuun gadda guddaadha jedhe Biiroon Kominikeeshinii Oromiyaa. Biirichi ibsa baaseen, Obbo Bulchaa Dammaksaa Itiyoophiyaatti jijjiiramni akka dhufuuf namoota dhiibbaa taasisaa turan keessaa isaan tokko turan jedheera. Guutuun ibsichaa akka ittaanutti dhiyaateera. Taatee uumamaa ta’ee namonni dhalachuu, jiraachuufi du’aan boqochuun waan haaraa miti. Namoonni…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/qabsaaa-gameessi-oromoo-obbo-bulchaa-dammaksaa-duaan-boqochuun-gadda-guddaadha-bko/

Obbo Adam Faaraah Du’aa Boqochuu Obb Bulchaan gadda itti dhaga’ame ibsan
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) –Pireezidaantii Itti Aanaa Paartii Badhaadhinaa fi Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaatti Itti Gaafatamaan Giddugala Qindeessa Ijaarsa Sirna Diimookiraasii Obbo Adam Faaraahin du’aan boqoqchuu Obbo Bulchaa Dammaqsaan gadda itti dhaga’ame ibsaniiru. Obbo Adam gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin,Seenaa siyaasaa Itiyoophiyaa keessatti Aadaan dimookiraasii akka dagaguuf qabsoo kara taasisuun kan beekaman Obbo Bulchaan…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/obbo-adam-faaraah-duaa-boqochuu-obb-bulchaan-gadda-itti-dhagaame-ibsan/

Faana isaanii dhalootaf siidaa jiraata taasifnee kan darbarsina –Pireezidaanti Shimallis Abdiisaa
Finfinnee, Mudde 28, 2017 (FMC) – Pireezidaantiin Mootummaa Naannoo Oromiyaa Obbo Shimallis Abdiisaan Du’aan addunyaa kanarraa boqachuu Obbo Bulchaa Dammaqsaatin gadda itti dhaga’ame ibsan. Pireezidaanti Shimallis gama miidiyaa hawaasummaa erga dabarsaniin, Obbo Bulchaan bara jireenya isaanii, damee faayinaansii, dinagdee fi hirmaannaa siyaasatiin biyya isaanii sadarkaa olaanatti tajaajilaniiru. Akkasumas sirni dimokiraasii akka dagaagu, walqixxummaan sabootaa fi…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/faana-isaanii-dhalootaf-siidaa-jiraata-taasifnee-kan-darbarsina-pireezidaanti-shimallis-abdiisaa/