Boordiin Filannoo Biyyaalessaa karoora tarsiimawaa waggoota shanii ifoomse
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Boordiin filannoo Biyyaalessaa Itiyoophiyaa karooraa tarsiimawaa waggoota shanii ifoomseera. Sirna beeksisa karoorichaarratti, Walitti Qabduun Boordichaa Meelaatwarqi Haayiluu akka jedhanitti, karoorri tarsiimawaan kun deeggarsa Sagantaa Misoomaa Dhaabbata Mootummoota Gamtoomanii, Giddigalaa Deeggarsaa Filannoo Awurooppaa fi Faawundeeshinii Sirna Filannoo Idil Addunyaarraa fi tattaaffii qaamolee dhimmichi ilaallatuurraa argameen kan qophaa’eedha. Karoorichi, ofiin adeemsa filannoo…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/boordiin-filannoo-biyyaalessaa-karoora-tarsiimawaa-waggoota-shanii-beeksise/

Qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeesuuf hojiileen hojjetaman cimanii itti fufu-Obbo Ordiin Badrii
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Naannoo Harariitti oomishtummaa qonnaan bultootaa guddisuun qaala’iinsa jireenyaa tasgabbeessuuf hojiileen jajjabeessoon hojjetamaa jiran cimanii kan itti fufan ta’uu Pireezidaantiin Naannichaa Obbo Ordiin Badriin dubbatan. Naannichatti damee qonnaaf xiyyeeffannaa kennuu fi deeggarsa taasisuun oomishaa fi oomishtummaa dabaluuf hirmaannaan taasifamaa jiraachuu ibsan. Haaluma kanaan dhiyeessii xaa’oo, mootara bishaanii fi sharaa bilisaan qooduun…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/qaalaiinsa-jireenyaa-tasgabbeesuuf-hojiileen-hojjetaman-cimanii-itti-fufu-obbo-ordiin-badrii/

Yuunivarsitiiwwan Fulbaana walakkaa jalqabee hojii baaruuf barsiisuu akka eegalaniif hojjetamaa jira-Piroofeesar Birhaanuu Naggaa
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Waggaa dhufuu Yuunivarsitiiwwan hojiif baruufi barsiisuu Fulbaana walakkaa akka eegalaniif hojiileen garaagaraa hojjetamaa jiraachuu Ministirri Ministeera Barnoota Piroofeesar Birhaanuu Naggaan ibsan. Gamaaggamni raawwii bara baajatichaa guyyoota 100 bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffameera. Raawwii karooraa Ministeera Barnootaarratti bal’inaan mari’atamuu Piroofeesar Birhaanuun dubbataniiru. Bara baajatichaatti hirmaannaa hawaasaa…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/yuunivarsitiiwwan-fulbaana-walakkaa-jalqabee-hojii-baaruuf-barsiisuu-akka-eegalaniif-hojjetamaa-jira-piroofeesar-birhaanuu-naggaa/

Guyyaan Arjoomtota Dhiigaa 20ffaan Jimmaatti kabajame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Guyyaan arjoomtoota dhiigaa dhiigaa akka addunyaatti yeroo 20ffaaf Magaalaa Jimmaaatti kabajameera. Waggootan 20’n hammii arjoomtoota dhiigaa dabaluus hamma tishuulee dhiigaa dabaluun akka hin dandaa’amne Baankiin Dhiigaa Biyyaaleessaa beeksiseera. Baankiin dhiigaa Itophiyaa yeroo hundaa’eerraa kaasee hubannoo arjooma dhiiga cimsuu fi arjoomtotarraas dhiiga walitti qabuun hojilee garaagaraa hojjechaa turuusaa Daayirektarri Olaanaa Baankii…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/guyyaan-arjoomtota-dhiigaa-20ffaan-jimmaatti-kabajame/

Galteewwan wal’aansaa fi qorichaaleen %36 ta’an oomisha biyya keessaan bakka buufamuu ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Itiyoophiyaatti yeroo ammaa galteewwan wal’aansaa fi qorichaaleen %36 ta’an oomisha biyya keessaan bakka buufamuu Ministirri Ministeeraa Fayyaa Dooktar Maqdas Dhaabaan ibsan. Baraa baajatichaatti raawwiin guyyoota 100 bakka Ministirri Muumee Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffameera. Dooktar Maqdas Dhaabaan waltajji gamaaggamichaarratti dhimmoota ijoo kaafaman ilaalchisuun ibsa kennaniin, damee tajaajila fayyaa haadholii, daa’immanii…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/galteewwan-walaansaa-fi-qorichaaleen-6-taan-oomisha-biyya-keessaan-bakka-buufamuu-ibsame/

Itiyoophiyaan waancaa Afrikaa qopheessuuf fedhii qabdu milkeessuuf karoorri dandeessisu qophaa’e – Obbo Qajeelaa Mardaasaa
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Itiyoophiyaan waancaa Afrikaa qopheessuuf fedhii qabdu milkeessuuf karoorri dandeessisu qophaa’uu Ministirri Aadaa fi Ispoortii Obbo Qajeelaa Mardaasaan ibsan. Gamaaggamni raawwii bara baajatichaa guyyoota 100 bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffameera. Raawwii karooraa Ministeera Aadaa fi Ispoortirratti bal’inaan mari’atamuu Obbo Qajeelaa Mardaasaan dubbataniiru. Akkaataa kallattii mootummaan Itiyoophiyaan…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/itiyoophiyaan-waancaa-afrikaa-qopheessuuf-fedhii-qabdu-milkeessuuf-karoorri-dandeessisu-qophaae-obbo-qajeelaa-mardaasaa/

Sagantaan Badhaasa Artiist Haacaaluu Hundeessaa 3ffaan Waxabajjii 22, 2016 gaggeeffama
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Sagantaan Badhaasa Artiist Haacaaluu Hundeessaa 3ffaan Waxabajjii 22, 2016 kan gaggeeffamu ta’uu Faawundeeshiniin Hacaaluu Hundeessaa ibse. Badhaasni Haacaaluu Hundeessaa Waggaa Waggaan Waxabajjii 22 gageeffama . Guyyaa Haacaaluu warreegame yaadachuu fi Kaayyoo isaa itti fufsiisuuf badhaasa waggaa waggaan gaggeeffamu Hojii Walitti Qabduun Boordii Faaawundeeshinichaa Aadde Faantuu Dammisseen ibsa miidiyaaleef kennaniin…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/sagantaan-badhaasa-artiist-haacaaluu-hundeessaa-3ffaan-waxabajjii-22-2016-gaggeeffama/

Milkaa’ina misoomaa fi guddina galmaa’eetti bu’uureffachuun daran hojjechuun barbachisaadha-Obbo Tamasgeen Xurunaa
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)-Milkaa’inaa misoomaa fi guddina galmaa’eef bu’uureffachuun daran hojjechuun barbachisaa ta’u Ministirri Muummee Itti Aanaa Obbo Tamasgeen Xurunaan ibsan. Gabaasni raawwii karoora Dinaagdee Gooroo baatiiwwan 10’n darbaniirratti waltajjiin marii gaggeeffameera. Saganticharratti Obbo Tamasgeen Xurunaa dabalatee, Sadarkaa Ministira Muummee Itti Aanaa Qindeessaa Giddugala Ijaarsa Sirna Diimookiiraasii Obbo Adam Faaraahi dabalatee qoondaltoonni Olaanoo Mootummaa,…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/milkaaina-misoomaa-fi-guddina-galmaaeetti-buuureffachuun-daran-hojjechuun-barbachisaadha-obbo-tamasgeen-xurunaa/

Miidha daa’immanii ittisuuf sirni qabiinsa odeeffannoo daa’immanii hojiirra ooleera-Dooktar Ergoggee Tasfaayee
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Miidhaa daa’immanii ittisuuf sirni qabiinsa odeeffannoo daa’immanii hojiirra ooleera jedhan Ministirri Ministeera Dhimma Dubartootaa fi Hawaasummaa Dooktar Ergoggee Tasfaayee. Gamaaggamni raawwii guyyoota 100 karoora bara baajataa kanaa bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamaniitti gaggeeffameera. Ministirri Dhimma Dubartootaa fi hawaasummaa Dooktar Ergoggee Tasfaayeen, dhimmoota hawaasummaa biyyaalessaa waltajjicharratti ka’an ilaalchisuun…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/miidha-daaimmanii-ittisuuf-sirni-qabiinsa-odeeffannoo-daaimmanii-hojiirra-ooleera-dooktar-ergoggee-tasfaayee/

Dameen Tuurizimii gumaacha diinagdeef taasisu guddisuuf hojiileen hojjetaman bu’aan galmeessaa jiraachuun ibsame
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Bakkeewwan hawataa Tuurizimii biyyattii maddaa qabeenyaa akka ta’aniif hojiilee hojjetamaa jiraniin bu’aaleen galmaa’u Ministirri Ministeera Tuurizimii Ambaasaaddar Naasisee Caaliin ibsan. Gamaaggama raawwii karoora bara baajatichaa Bakka Ministirri Muummee FDRI Dooktar Abiy Ahimad argamanitti gaggeeffameera. Walatajjichaarratti damee tuuriizimiin hojiilee hojiitaman ilaalchisuun Ambaasaaddar Naasiiseen ibsa kennaniin, Itiyoophiyaatti damichi gumaachaa diinagdeef taasiisuu guddisu…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/dameen-tuurizimii-gumaacha-diinagdeef-taasisu-guddisuuf-hojiileen-hojjetaman-buaan-galmeessaa-jiraachuun-ibsame/

Manni Maree Ministirootaa dhimmoota adda addaarratti mari’achuu murteewwan garaagaraa dabarse
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Manni Maree Ministirootaa Walga’ii Idilee 35ffaa har’a gaggeesseen dhimmoota adda addaarratti mari’achuu murteewwan garaagaraa dabarseera. 1.Wixnee labsii Piroojektii dhiyeessa Bishaan dhugaatii fi Saaniiteeshinii magaalootaa marsaa 2ffaaf kan oolu liqaa dabalataa Mootummaan Itiyoophiyaa Waldaa Misooma Addunyaa waliin waliigaltee mallatteesse raggaasiisuuf qophaa’erratti mari’ateera. Liqaan argames Doolaara Ameerikaa miiliyoona 207.2 yoo ta’uu…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/manni-maree-ministirootaa-dhimmoota-adda-addaarratti-mariachuu-murteewwan-garaagaraa-dabarse/

Qonna Arfaasaan callaan kuntaalli miiliyoona 28 ni eegama-BQO
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Qonna Arfaasaan lafa hektaara miiliyoona 1.5 misoomerraa callaan kuntaalli miiliyoona 28 kan eegamu ta’uu Biiroon Qonnaa Oromiyaa beeksise. Godina Boorana Bahaa Aanaa Liibanitti qamadii kilaasteraan misoome daawwatameera. Hogganaan Biroo Qonna Oromiyaa Obbo Geetuu Gammachuun daawwannicharratti akka himanitti Naannoo Oromiyaatti Qonna Arfaasaatiin lafti hektaarri miiliyoona 1.5 sanyiin uwwifameera. Haaluma kanaan callaan…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/qonna-arfaasaan-callaan-kuntaalli-miiliyoona-28-ni-eegama-bqo/

Aadde Adaanech hoggantoota paartilee siyaasaa miseensoota mana maree waliin mari’atan
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Kantiibaan Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee Aadde Adaanech Abeebeen hoggantoota paartilee siyaasaa miseensoota mana maree magaalattii waliin mari’ataniiru. Aadde Adaanech gama miidiyaa hawaasummaa isaaniin akka ibsanitti, aadaansiyaasaa waloon hojjechuu paartii biyya bulchaa jiruu fi paartilee morkattootaa fooyya’aa fi dagaagaa dhufe daran cimsuun, bara kana waa’ee nageenya magaalattii, misoomaa fi aadaa siyaasaa dagaagsuu…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/aadde-adaanech-hoggantoota-paartilee-siyaasaa-miseensoota-mana-maree-waliin-mariatan/

Paartileen Afrikaa Kibbaa mootummaa waloo ijaaruuf waliigalan
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Paartileen Afrikaa Kibbaa filannoo torban lama dura gaggeefameen sagalee mootummaa ijaaruu osoo hin argatiin hafan mootummaa waloo ijaaruuf waliigalteerra gahuu gabaafame. Paartiin waggoota 30 oliif Afrikaa Kibbaa bulchaa ture Paartiin ANC filannoo kanaan yeroo jalqabaaf sagalee mootummaa ijaaruuf isa dandeessisu osoo hin argatiin hafeera. Kongireessiin Biyyoolessaa Afrikaa filannoo kanaan…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/paartileen-afrikaa-kibbaa-mootummaa-waloo-ijaaruuf-waliigalan/

Taphoonni Waancaa Awurooppaa 17ffaan Istaadiyeemoota 10 keessatti taphatamu
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC) – Taphoonni Waancaa Awurooppaa 17ffaan qopheessummaan Jarmaniin gaggeeffamu Istaadiyeemoota 10 keessatti taphatamu. Taphoonni Waancaa Awurooppaa 2024 kun har’a Waxabajjii 7, 2016 hanga Adoolessa 7, 2016tti taphatama. Taphni baniinsaa har’a halkan sa’aatii 4:00 irraa jalqabee Jarmaniifi Iskootilaandi gidduutti Istaadiyeemii Aliyaanz Areenaatti taphatama. Biyyoonni Awurooppaa 24 magaaloota Jarman 10 keessatti falmiin taasiisan…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/taphoonni-waancaa-awurooppaa-17ffaan-istaadiyeemoota-10-keessatti-taphatamu/

Faransaay hirmaannaa Itiyoophiyaan nageenya Idil Addunyaa kabachiisuu keessatti qabdu dinqisiifatte
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)-Faransaay hirmaannaa Itiyoophiyaan nageenya Idil Addunyaa kabachiisuu keessatti qabdu dinqisiifatte. Gareen jilaa Daayrektarri Olaanaa Nageenyaa fi Loltummaa Faransaay Leetenaal Jeneraal Kool Koombeetiin durfamu dhaabbata leenjii nageenya kabachiisaa Idil Addunyaa fi Giddugala Kabachiisa Nageenya Raayyaa Ittisa Biyyaa daawwateera. Itiyoophiyaan hirmaannaa nageenya kabachiisuu Dhaabbata mootummoota Gamtoomanii keessattu taasisaa jirtu akkasumas hojiilee barnootaa fi…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/faransaay-hirmaannaa-itiyoophiyaan-nageenya-idil-addunyaa-kabachiisuu-keessatti-qabdu-dinqisiifatte/

Milkaa’ina damee qonnaa itti fufsiisuuf fooyyeessi faayinaansii taasifameera-Ministeericha
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)-Damee qonnaan jijjiirama olaanaa galmaa’e itti fufsiisuuf dhiyeessii faayinaansiirratti fooyyessi taasifamuu Ministeerri Qonnaa beeksise. Gufuulee invastimantiiwwan qonnaa guguddaarratti mul’atuu fi kallattiiwwan furmaataarratti waltajjiin marii qaamolee dhimmichi ilaallatuu gaggeeffameera. Waltajjicharratti Ministirri Ministeera Qonnaa Dooktar Girmaa Amanteen akka jedhanitti, jijjiiramoota qabatamaa damee qonnaan galmaa’an ibsuun, jijjiiramicha itti fufsiisuuf dhiyeessii faayinaansiirratti fooyyessi taasifameera jedhan.…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/milkaaina-damee-qonnaa-itti-fufsiisuuf-fooyyeessi-faayinaansii-taasifameera-ministeericha/

Lammiileen Itiyoophiyaa kuma 1 fi 149 gara biyyaatti deebi’an
Finfinnee, Waxabajjii 7, 2016 (FBC)- Guyyaa har’aa balalii marsaa sadiin gaggeeffameen Saa’ud Arabiyaatti haala rakkisaa keessa lammiilee turan kuma 1 fi 149 gara Itiyoophiyaatti deebi’aniiru. Deebitoonni hundi dhiirota yoo ta’an, kanneen keessa guddattoonni umriin 18 gadii 10’n ta’uun eerameera. Lammiilee kanneeniif deeggarsaa fi kunuunsa barbaachisaa taasisuun hojiin maatii isaanii waliin walquunnamsiisuu hojjetamaa jiraachuu ragaan Ministeeraa…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/lammiileen-itiyoophiyaa-kuma-1-fi-149-gara-biyyaatti-deebian/

Ayyaanni Iid Al Adahaa Arafaan waayita kabajamu namoota rakkatan gargaaruun ta’uu qaba – Mana marichaa
Finfinnee, Waxabajjii 8, 2016 (FBC) – Hawaasni Musiliimaa Ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waayita kabajan akkaataa barsiifata amantichaan kan qaban waliif qooduun kabajuu akka qaban Manni Maree Waliigalaa Dhimmoota Islaamummaa waamicha dhiyeesse. Manni marichaa Ayyaana Iid Al Adahaa Arafaa waggaa 1445ffaa guyyaa boruu kabajamu ilaalchisee ergaa dabarseera. Hawaasni Musiliimaa waayita Ayyaana kana kabaju akkaataa barsiifata…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ayyaanni-iid-al-adahaa-arafaan-waayita-kabajamu-namoota-rakkatan-gargaaruun-tauu-qaba-mana-marichaa/