Ammar Ababiya - አማር አባቢያ
8.51K subscribers
164 photos
5 videos
1 file
25 links
Kottaa kayrii woliif dhamnee Hamtuurraa wol dhorkinaa waan beeknurraas wooli qoodaa Diniittii tola oollaa

"Yaada keessan nuuf dhaama
hamlees nu jajjabeessaa maal
jettumee yaannii keessaan Nasiihaa maal naaf dhaamtanii"

||Yaadaaf📩 @Amaar70_Bot
Download Telegram
Barattoonni Yunivarsiitii Sunnaa Giddugala Bilaalul Habashii daawwatan

Barattoonni Yunivarsiitii Sunnaa irraa bara kana eebbifamaniifi kanneen duraan eebbifamanii hojii irra jiran wal ta'uun Giddugala Bilaalul Habashii daawwataniiru.

Hundeessaafi perezidaantii Yunivarsiitii Sunnaa Doktar Sheyik Muhaammad Hamiddiin dabalatee imaamonni, du'aatonni, barsiisonnifi istaafiin Yunivarsiitichaa kanneen daawwii taasisaniidha.

Nu hordofaa:
Raabbii ni'imaa ofii nun Wollaalchisin

Sheek Abdulkariim Ahmed (Ambuyye)
__||. Namni tokkolleen Sunnaa fii Warra Sunnaatti Duuleetuma Salphatee caphu Malee hin hafu.
*|[ ati inni salaata fajrii har'aa jama'aadhaan salaatte; Baga Gammadde . Salaata rabbi biratti irra caalaa ta'e akka salaatte yaadadhu. Carra qabeeysa namaati . Rasuulli ﷺ " irraa caalaan salaatootaa Rabbiﷻ biratti Subhii guyyaa jumuaa Jama'aan Salaatuudha " jedhan صحيح الجامع ١١١٩ ]|*

📕🖌تغريدة نور على الفيس[ 24 ]
#NourTweet
*|[ Jumu'aa fii iida dhaquuf jecha Uffataa adii uffatuun Jaalatamaa ta'uu keessatti hanga beeknu Garaagarummaan Ulamaa jidduu hin jirtu ]|*.

Haafiz Ibn Rajab-Rahimahullah

فتح الباري ٨/١١٩


★. Adii keessan uffadhaa!! Foaaaah jedhaa jumu'aa keessan!!
📕🖌تغريدة نور على الفيس[ 12 ]
#NourTweet
#al_suniy
*|[ Rasuulliﷺ akkana jedhan " irra caaltuun dubraa isii yeroo ilaalte si gammachiistu,kan yeroo ajajje siif ajajamtu fii isii yeroo ati fagaatte lubbuu isii fii qabeenya kee tiksituudha." ]|*.

صحيح الجامع 3299
*|[ intalti taabi'oota irraa taate takka akkana jetti " subhaanaka yaa rabbi Karaa ati nama hin qajeelchin maalumaatu akkanatti dhiphise. Subhaanaka Karaa ati isa keessatti bohaarsaa namaaf hin tahin maalumaatu akkanatti Mukheeyse [dibbirtii keessa guute]. ]|*.

Ibn Quteyba || عيون الأخبار 1/245
*|[ Wal-dhabbiin argamuu qofaan Wal-diinoomfachuun Manhaja [adeemsa] Salaftootaa miti. Salaftoonni haala namichaa fii qabatama dubbichaa irratti hundaa'uun [ haala waldhabdichaa] adda baasanii ilaalu. Niyyaan Qulqulluu ta'uu wajjiin Wal-dhabdeen Jaalala hin balleessitu ]|*.

🎙الشيخ محمد بن عمر بازمول حفظه الله
*|[ har'a Towhiida keessan tolchitanii Mirkaneeffachuuuf tattaafadhaa; Isa Malee Wanti Rabbittiin ﷻ Nama ga'u hin jiru. Haqoota Rabbiitiin ﷻ Dhaabbachuurratti bololaa; Isa Malee Wanti azaaba Rabbii ﷻ Jalaa Nama baasuu hin jiru. ]|*.

Ibn Rajab-Rahimahullah
كلمة الإخلاص 45.

📕🖌تغريدة نور على الفيس[   12 ]
#NourTweet
#al_suniy
*|[ Dubartiin Dhiira Malee Qiixaaxamtuudha taati. Dhiirriniis Dubartii Malee Qixaaxamaadha. Haa ta'uu Malee Yeroo Abbaan Manaa fii Haati Manaa Lamaan Wal-Gitan Walitti qabaman; Kuni Guutamiinsa ni'imaa irraayi. ]|*.

الشيخ د الصالح الفوزان حفظه الله
[ﺇﻋﺎﻧﺔ ﺍﻟﻤﺴﺘﻔﻴﺪ (2/220)] 📚

📕🖌تغريدة نور على الفيس[   12 ]
#NourTweet
" علموا أبناءكم أن الآباء لا يعثرون على الأموال في الطرقات ..
إنما هي أعمار تدفع، و صحة تذهب، و جسد تأكله الأيام ."
السلام عليكم ورحمة الله وبركاته

Yaa Ahbaabal kiraam

Otoo dhukkubsattee sireerran ciisin
Otoo Awwaalamte ganda ahkiraa hin deemin.

Fayyaa qabaattee baga jumaa harraa salaattee.

Du'عaiin guyyaa jumaa Asrii booda maqbuulaa kadhachuu hin dagatinaa

"Erraa caalaan guyyaa keessaanii guyyaa juma'aati isii keessaa salawaata narrattii buusuu heddummeessaa" jedhan Ergamaan rabbii ﷺ

Namni salawaat tokkoo ergaamarattii buuse rabbiin salawaata kudhan erattii buusaa ﷺ

@Abu_Amaar12 ||ኢስላማዊ ቻናል