Keeniyaan qabiyyee dhiiga pilaazmaatiin
dhukkubsattoota Covid-19 yaaluuf
Seelota dhiigaa keessaa tokko kan ta’e
qabiyyeen dhiigaa pilaazmaa, inzaayimoota,
soogiddaa fi bishaan of keessaa qaba.
Gosi dhiigaa kun qaamni keenya weerara dhibee
alaa itti seenu ofirraa loluuf qaama keenya kan
gargaaruudha.
Keeniyaan gosa dhiigaa kanaan namoota
Covid-19 dhukkubsatan yaaluuf akka hojjechaa
jirtu ibsite.
Dhangala’aa gosa dhiigaa halluu gara keellootti
siquu fi dandeettii vaayirasicha qolachuu qabu
kun namoota Covid-19 irraa dandamatan irraa
argama jedha Ministeerri Fayyaa Keeniyaa.
Ministeerri kun akkaataa qabiyyee dhiiga kanaa
fayyadamuun danda’amurratti qajeeltoon sirrii
ta’e bu’uureffamaa jira.
‘’Qorannoo kanaan ogeeyyiin akkamiin dhiiga
kana namoota dhibamanii dandamatan irraa
argatu kan jedhu dhimma ijoodha. Kan haala
kanaan wal’aanamanis kanneen dhukkubbii giddu
galeessaa qabaniidha’’ jedhan qondaalli
Ministeera kanaa Meersii Waganga.
Addunyaarratti qorannoowwan 80 caalan, dhiiga
namoota Covid-19 irraa dandamataniirratti
gaggeeffamaa jira.
Afriikaan Kibbaas yaalii kana gaggeessaa jirti.
@topnewsabsol
#join #join #share #share
👍👍👉👉@topnewsabsol👍👍👍

‘Apple’ kaampaanii Ameerikaa gatii tiriiliyoona
2 baase is jalqabaa tahe
Dhaabbatni teekinolojii Apple kaampaanii
Ameerikaa yeroo jalqabaaf doolaar tiriiliyoona
lama baase tahe.
Milkaa’ina kanarra kan gahe erga waggaa lama
dura dhaabbata addunyaa doolaara tiriiliyoona
baase taheen boodadha.
Gabaa ganamaa Ameerikaa Roobii irratti qooda
doolaara 457.77 qabaachuuni kan tiriiliyoona 2
gale.
Akka addunyaatti kaampaaniin doolaara
tiriiliyoona lama baasee ture dhaabbata boba’aa
Saa’udii Araamkoodha.
Haa tahu malee gatiin Armaakoo gad-bu’ee
doolaara tiriiliyoona 1.8 tahuun Apple dhaan
caalameera.
Dhaabbatni bilbila iphone gurguru kun daldaluma
weerara koroonaavaayirasiin qabbaneesse
keessatti dha gaheen bittaa isaa harka 50 kan
guddate.
Inumaayyuu gatiin gahee dhaabbata kanaa yeroo
biyyooti weerarIchaan dhiphataa turanirraa
qabeetu dachaan dabaluu jalqabe.
Apple gabaasa waggaa murna sadaaffaa irratti
galii doolaara biiliyoona 59.7 argachuu ibsee
ture.
Gaheen gatii Apple yeroo gabaabaa keessatti
dabaluun, ‘’kan diniqsiifamu dha,’’ jechuun
xiinxalaan gabaa teekinolojii Paawoloo
Peskaatiroo dubbatu
‘’Amma bilbilli iphone 5G eegamaa jiru immoo
fedhii maamiltootaa ol kaasa,’’ jedhan.
Maaykiroosoftii fi Amaazon gabaa Ameerikaa
keessatti gatii tiriiliyoona 1.6 baasuun sadarkaa
Apple itti aanu qabatu.

https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-53836608
@topnewsabsol
#join #join #share #share
👍👍👉👉@topnewsabsol👍👍👍
@topnewsabsol
#join #join #share #share
👍👍👉👉@topnewsabsol👍👍👍
BBC News Afaan Oromoo
Abbootiin seeraa Oromiyaa iddoo adda addaatti adeemsa seeraa malee hidhamuun gaaffii kaase
Naannoo Oromiyaa iddoo adda addaatti abbootiin seeraa mirga hidhamuufi himatamuu dhabuu osoo qabanii hidhamuun isaanii gaaffii kaase.
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-53838794
@topnewsabsol
#join #join #share #share
👍👍👉👉@topnewsabsol👍👍👍
@topnewsabsol
#join #join #share #share
👍👍👉👉@topnewsabsol👍👍👍
BBC News Afaan Oromoo
Haqa: Shakkamtoota manni murtii akka gadhiifaman ajaje polisiin diduu danda'aa?
Dhiheenya kana gaazexessaa lammii Keeniyaa Yaasiin Jumaa akka mana hidhaatii bahuuf Manni Murtii Waliigalaa ajaja kennuunsaa ni yaadatama. Kana duras Manni Murtii Olaanaa Federaalaa dhaddachi ramaddii Lidataa Yaasiin Jumaa dabalatee namoonni biroo 11 wabiidhaan…
https://www.bbc.com/afaanoromoo/oduu-53846077
@topnewsabsol
#join #join #share #share
👍👍👉👉@topnewsabsol👍👍👍
@topnewsabsol
#join #join #share #share
👍👍👉👉@topnewsabsol👍👍👍
BBC News Afaan Oromoo
'Mootummaan karaa nagaatti balbala waan cufateef uummanni karaatti ba'e' - BBC News Afaan Oromoo
Namoota biyya alaa taa'anii hiriira Oromiyaa keessatti gaggeeffamaa jiru tumsan jedhaman keessaa tokko kan ta'an Dr Ittaanaa Habtee mootummaan karaa nagaatti waan balbala cufateef uummanni karaatti ba'ee falmachuu eegale jedhan.
Akkam jirtu hordoftoota BBC Afaan Oromoo?
Tamsaasa kallattii ittiin odeeffannoo biyya
keessaafi kan alaa gaggabaabsinee isin biraan
geenyu jalqabneerra.
Channel keeyna join godhaa👉👉👉👉👉👍👍👍👇👇👇👇👇👇👇
@topnewsabsol
#join #join #share #share
@topnewsabsol
@topnewsabsol
Tamsaasa kallattii ittiin odeeffannoo biyya
keessaafi kan alaa gaggabaabsinee isin biraan
geenyu jalqabneerra.
Channel keeyna join godhaa👉👉👉👉👉👍👍👍👇👇👇👇👇👇👇
@topnewsabsol
#join #join #share #share
@topnewsabsol
@topnewsabsol
Top 10 Gun Brands in the World
The gun industry is the most controversial
sector in the world with lots of organizations
speaking against them. In spite of such
actions, total arms sale is on a continuous rise
be it for military, police or personal usage. It
is a multi-billion dollar business that includes
popular and reliable firearms.
There are numerous variants of a gun in the
market like assault rifles, automatic rifles,
carbines, machine guns, shotguns, rifles, long-
guns, and handguns. Modern guns are
described by their gauge or bore diameter.
Selection of a top-quality gun is dependent on
its ease of use, capacity, accuracy, reliability,
features, design, and overall
To see top10 list Go to @topnewsabsol

Do you like our channel
public poll
Like – 7
👍👍👍👍👍👍👍 58%
It's me, Taju, Damina, Abdulkarim, Akarabifi, Ukkash, ,Melkee
Yes i will Share and invite – 5
👍👍👍👍👍 42%
Abdii.kadir, @Absolek747, Rev Legesse, @naabeekuufwahekoobeekuungargarii, Jamaal
👥 12 people voted so far.

Manni Murtii Obbo Jawaar fa'i irratti ragaa
dhaggeeffatu eegale
Mana Murtii Federaalaa Sadarkaa Jalqabaatti
dhaddachi Ramaddii Araadaa galmee Obbo
Jawaar fa'i irratti jecha ragaalee Abbaa Alangaa
dhaggeeffachuu eegale.
Beellama har’aatin Obbo Jawaar Mahaammad,
Obbo Baqqalaa Garbaa fi Hamzaa Adaana
(Booranaa) dabalatee namootni saddeet
dhiyaataniiru.
Galmeen qorannoo duraa kuni kana dura sababa
garaa garaan si'a sadiif guyyaa biraatti darbeera.
Wiixata darbe Obbo Jawaar Mohaammad na
dhukkube jechuun mana murtiitti dubbatanii ture.
Manni murtiis adeemsa jirun yaala akka argan
ajaja kan kenne.
Kanumaan walqabatees abbaan alangee
shakkamtooniifi abukaatoonni isaanii ragaaleen
akka hin dhagahamne 'gufachiisaa' jiru jechuun
himachuun ni yaadama.
Akka ogeeyyiin seeraa jedhanitti qorannoo duraa
waggoota booda kana manneen murtii Itoophiyaa
keessatti hojiirra oolee hin beeku.
Obbo Jawaar Mohaammadiifi kaan yakka afurin
shakkee to'atu isaa poolisiin kana dura ibsuun ni
yaadatama
Dhaddachi qorannoo duraa maali?

Saamtonni galaanarraa Somaaliyaa doonii butan
Saamtonni galaanarraa Somaaliyaa doonii
alaabaa Paanaamaa ofirraa qabdu UAE irraa gara
buufata doonii Moqdishuutti imalaa turte butan.
Hojjattoonni doonii kana oofan halkan otoo rafanii
haleellaa irratti banuudhaan butuusaanii tajaajilli
oduu Anadoluu jedhamu qaama nageenyaa
Puunt Laand wabeeffachuun gabaaseera.
Saamtonni galaanarraa 6 haleellaa kana
raawwachuusaanii bulchaan Puunt laand Musee
Salaah Rooyitarsitti himaniiru.
Qondaaltonni mootummaa naannoo Beerii
jedhamuutti balaa kun qaqqabuu dura doonicha
rakkinni sochii dhorku horatee ture jedhaniiru.
@absolek

Afrikaatti manneen barnootaa deebi'anii
banamuu qabu- WHO fi UNICEF
Dhaabbanni Fayyaa Addunyaa fi UNICEF
mootummoonni biyyoota Afrikaa of eeggannoo
weerara koronaavaayiraasii barbaachisu gochuun
manneen barnootaa deebi’anii akka banaman
jajjabeessuu qabu jedhu.
Manneen barnootaa yeroo dheeraaf cufamuun
barattoota miidha jedhu.
Mana wayita turan ijoolleen ol adeeman, ulfa hin
karoorfamneef, jeeqamuu fi soorata dhabuufillee
saaxilamu jedhu dhaabbileen kun.
Kanaafuu mootummaan manneen barnootaa
iddoo koronaavaayirasiin itti hin tatamsaane
gochuurratti hojjachuu qaba jedha.
Daarektarri Dhaabbata Fayyaa Addunyaa damee
Afrikaa Dr Matishisoo Moyitii, manneen
barnootaa Afrikaatti ‘iddoo ijoolleen itti
dheessani/balaa jalaa miliqanii’’jedhaniiru.
Tattaaffiin Covid-19 to’achuutti dhaloota
ga’oomsuun dagatamuu hin qabu jedhan.
Afrikaatti daarektarri UNICEF Mohaammad Fool,
manneen barnootaa cufamuun egeree
daa’immanii fi hawaasaa keessatti dhalatanii
miidha jedhu.
Afrikaatti ragaa biyyoota 39 irraa sassabameen,
biyyoota 6 qofaatu guutummaatti manneen
barnootaa deebise bane jedhu Dhaabbanni
Fayyaa Addunyaa fi UNICEF.
Biyyoonni muraasni weerarri vaayirasii
daballaan,battaluma bananiitti deebisanii cufan,
Kaan barattoota qorumsa xumuraa baay'ee
murteessaa ta’e qofa qormaataaf dhiyeessan.
Keeniyaan immoo guutummaatti bara barnoota
2020 haquun ni yaadatama.