Africa Samsung
228 subscribers
56 photos
2 videos
3 files
262 links
Technology, odeeffannoo haarawa fi dhaamsa gaggabaaboo.
Download Telegram
mobile screen isaa dheeraa  akkamitti walakkaa qofa irrattifayyadamna?
Video daawwachuufπŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/FiRqnZiPilM

Join me on telegram.
@abdulwahabumar
Tiktok kiyya namni hedduun hin daawwatu, #maali_furmaanni?

Video daawwachuuf πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://youtu.be/zTTwAIWP0DU

Join me on telegram
Https://t.me/abdulwahabumar
Youtube waan haaraya fide!!!

Video daawwachuuf as tuqaa.
https://youtu.be/363MAZxRSEQ
Barnoota Technology barachuuf channel Africa samsung YouTube irratti subscribe godhaa,
Akkasuma telegram keenya join godhaa!!!
Https://t.me/abdulwahabumar
Suraa bade deeffachuu dhiphachuu dhiisaa!
yeroo hedduu deddeebiidhaan waa'ee suuraa/photo mobile keessaa nu jalaa baduutiin wal qabsiisee gaafii ka'uuf deebii isaa. kuni furmaata gahaa isiniif ta'a jedhee abdadha.

Video daawwachuuf as tuqaa
https://youtu.be/UKo0TZLtYyk
Garaagarummaa Yaadannoo fi Kuusaa {Difference Between Memory and Storage}

Garaagarummaan guddaan mimoorii fi kuusaa gidduu jiru mimoorii qaama kompitara keessatti daataa yeroo gabaabaaf kuusu yoo ta’u, kuusaan ammoo qaama kompitara keessatti daataa yeroo dheeraaf kuusu ta’uu isaati. Kana malees, mimoorii jechuun Random Access Memory (RAM) yoo ta’u, storage ammoo mimoorii lammaffaa agarsiisa.
Yaadannoo fi kuusaan jechoota lama shallaggii keessatti wal jijjiiruun itti fayyadamanidha. Garuu garaagarummaa qabu. Lamaanuu qaamolee sirna kompiitaraa ti. Memory ykn RAM yeroodhaaf daataa kan kuusu yoo ta'u saffisa sirnichaa murteessuuf gargaara. Gama biraatiin, kuusaan ykn mimoorii lammaffaan daataa dhaabbataadhaan kuufata. Kana malees, memory volatile yoo ta'u storage ammoo nonvolatile dha. Kuusaan piroosesarri yeroo gabaabaaf akka argatuuf deetaa isaa gara mimoorii akka dabarsu isa dandeessisa.

Subscribe my YouTube channel
https://youtube.com/channel/UCKlULM5tpk6mfPkmf21jEUg

πŸ‘‡
Https://t.me/abdulwahabumar
= WhatsApp waan haaraya fide!!!
============================
Hawaasa beeksisuu
Garee walqabatan salphaatti qindeessuun beeksisa erguu. Amma hawaasni keessan akkuma naannoo ykn manneen barnootaa bakka mataa isaanii qabaachuu danda’u.

WhatsApp updates 2 new features
=============================
Introducing communities
Easily organise your related groups and send announcements. Now, your communities, like neighbourhoods or schools, can have their own space.

https://youtu.be/MetQGb_ON8E
Software Update, waan nama mobile qabatu hundaaf murteessaa ta'e!
Software Bilbila kiyyaa ammaa ammatti Update na gaafata???
Video daawwadhaa!!!
https://youtu.be/E7A-xTeGuYw

Join me on telegram
Https://t.me/abdulwahabumar

Software Updates godhuun maaliif barbaachisa?
Mobile charge"n isaa hedduu bareeda ta'e, akkasuma hojiin isaas gaarii ta'e, kan qarshiin isaa madaalawaa bitachuu yoo barbaaddan mobile kanniin filadhaa. Https://t.me/abdulwahabumar