Abdisa Bancha Jara
26.6K subscribers
966 photos
8 videos
2 files
762 links
This is ABJ Tech Blog - A channel for who have a passion for Computer Vision, #ICTNews and #MachineLearning, #AI #DigitalMarketing & #TechUpdates
Download Telegram
World Economic Forum yaa'ii Idil-Addunyaa bara kana gaggeesseen akka ibsetti carraalee Hojii waggoota shanan dhufanitti akka Idil-Addunyaatti jiran 170M keessaa mil.80tt hiiqu Tekinoolojii(AI, Big Data, Cyber security...) dhaan tahuu ibsameera.

Kanaafuu waggoota muraasaaf iddoon xiyyeeffannoo kam akka tahe beekuun gaariidha jechumaaf..
Itti-Fayyadama Marsaalee Hawaasaa fi Digitalization irratti Marii dheeraa OBN Radio irratti👇

https://web.facebook.com/share/v/1EjrjLquvb/
Gandi #maraattuun keessatti walgeette diigamuuf qophii xumuraa irra jira. #chawchealse 😁
Mootummaa rabbitu aangessa, Barri bulchiinsa Mootummaa sanaas Ayyaana Mootummaa sanaati jedha dur maatiin keenya.
Kanarraa ka'uunis namni tokko gara aangoo yoo dhufu jalqabuma waa'een biyya sanaa tilmaamu.

Barri Mootummaa abaluu bara quufaaf gabbinnaati, Barri Mootummaa abaluu bara Abaarsaati, bara gadadoo fi rakkinati, Uumaan dafee nurraa haa buqqisu jedhama...

Biyyi Olaantummaadhaan addunyaa tana ofjalatti sukkuumaa jirtuu fi Dimookiraasiidhaan fakkeenyummaa himattu Ameerikaan Mootii Olaantummaa biyya keenyaa itti fufsiisa jette Pireezidaantii Donald J. Trump filattee hardha kabajaan #barcumaa yaabbifteerti.

Sirnicharratti Abbootiin qabeenyaa idil-addunyaa dursaa jiran keessattuu warri damee Tekinoolojii osoo hin hafne affeeramanii fuulduratti hiriiranii hirmaatan, bulchitootni biyyoota qaroomanii kanneen michuu Ameerikaa hundumatu affeerame, garuu #Afrikaa irraa tokkollee hin affeeramne.
Sirna dimookiraasii osoo hin ijaaratin waltajjii filannoo dimookiraasii irratti affeeramuun silas hin tahu, faayidaas hin qabaatu.

Mootichi barcumaa guddicha idil-addunyaa kore #Trump yeroo 2ffaaf masara mootummatti kan deebi'aa jiru yoo tahu, muuxannoo gahaa kan qabuu fi #hojmanee marsaa duraa osoo beekees tahee osoo hin beekin yeroon irratti dhumee osoo hin xumurin masaraa bahe amma #xumuruuf akka deebi'aa jiru hubachuun salphaadha.

Haaluma kanaan #Trump osoo masaratti hin deebi'in #waadaa fi karoora hedduu baasuudhaan hojitti hiikuuf karoorseera, namoota karoora isaa raawwachiisanis qopheeffateera.
》Abbootii qabeenyaa idil-addunyaa ofjalatti kan hiriirses karoora raawwii kanaati.
》Baqattoota seerummaa hin qabne biyya keessaa baasuu,
》Olaantummaa diinagdee waggoota dheeraaf isaa harka ture fuulduratti tarkaanfachiisuuf
》Digitalisation, Social Medias, Cryptocurrency, Cybersecurity fi Guddina Tekinoolojii guutumatti tumsuuf akka tahe dureeyyii isa marsan kanarraa hubachuun salphaadha.

Walumaagalatti, waggoota 4n as deemanitti President Trump jijjiirama Ameerikaa keessatti qofa taasisan qofa osoo hin taane #dhiibbaan Siyaas-Diinagdee idil-addunyaa irratti qabaattu olaanaa waan taheef bara quufaaf gabbinnaa, fi nagaa akka tahu hawwina.
Barichi Abdiisaafis Trumpii Tekinoolojii biyya keenyaa akka tahu hawwineerra🤗🥰
BTW:- Marsaalee hawaasaa irratti Eenyummeessa dhuunfaa #sponsor gochuun ykn kafalanii beeksisuun hin ta'u. Warri sponsored godhu maaliif akka tahe naaf hin galu. #planwithoutgoal!
Sponsor kan godhamu dhaabbileedha, page dhaaabileetu maamila bira gahuuf Sponsor godha.
GALATOOMAA. ...
"📲 Join #HUCISA's Telegram Livestream with Abdisa Bancha! 🎙

Meet Abdisa Bancha Jara , a CEO and Founder of OICT Solutions, a Senior IT Expert with 11 years of experience and a graduate of Haramaya University. Abdisa has worked with global tech giants like Google and Facebook, contributed to adding Afan Oromo to Google, and earned the 3rd World Prize (YCEC), Best Social media influencer of 2023 in Ethiopia, 2024 Distinguished OSA Award winner and 5 Ethiopian Languages coordinator on Google.

📽 What You’ll Learn:
🔻 Abdisa’s inspiring journey and career milestones.
🔻 Using technology for social impact.
🔻 Insights from his work with Google and Facebook.
🔻 Tips for freelancing and IT development.
🔻 Building a successful IT career.

🗓 Date: Saturday, January 25
Time: 2:30 Night, Local Time
📍 Where: Telegram @hucisa

🚀 Don’t miss this chance to grow! "
Good news:- Google Announced Afaan Oromo among some African languages to start-voice recognition...👏👏
Imalli Guddina aAfaan Oromoo sadarkaa itti-aanutti tarkaanfachuu Google beeksisee jira.
akka ibsa kanaatti Yaaliin Tajaajila Afaan Oromoo Hiikkaa Sagalee Afaanota Afrikaa muraasa waliin hojii eegaluun ibsameera.

Hojiin eegalle guddaadha, imalli keenya fagoodha!
#AfaanOromoo #afaaneenyummeaadha
Dhiira jabaa duuba dubartii jabdutu jira jedha Oromoon.
Miirri Haati warraa I/A Presidantii Ameerikaa JD Vance yeroo sirna kakuu raawwatu agarsiisaa turte Addunyaa ajab jechiise.
Gammachuu keessa ishee ibsachuu malee fuuldura miidiyaa jiraachullee waan quba qabdu miti.
Ogeettiin seeraa Ushaan ilma Hiyyeessaa JD Vance Utubdee akka sadarkaa kana gahu shoora olaanaa taphachuu miidiyaaleen gabaasaa jiru.
Sa'aatii 1:30 booda marii kallattiin wal argina
📲 Join HUCISA's Telegram Livestream with Abdisa Bancha! 🎙

Meet Abdisa Bancha Jara , a CEO and Founder of OICT Solutions, a Senior IT Expert with 11 years of experience and a graduate of Haramaya University. Abdisa has worked with global tech giants like Google and Facebook, contributed to adding Afan Oromo to Google, and earned the 3rd World Prize (YCEC), Best Social media influencer of 2023 in Ethiopia, 2024 Distinguished OSA Award winner and 5 Ethiopian Languages coordinator on Google

📽 What You’ll Learn:
🔻 Abdisa’s inspiring journey and career milestones.
🔻 Using technology for social impact.
🔻 Insights from his work with Google and Facebook.
🔻 Tips for freelancing and IT development.
🔻 Building a successful IT career.

🗓 Date: Saturday, January 25
Time: 2:30 Night, Local Time
📍 Where: Telegram @hucisa

🚀 Don’t miss this chance to grow!
Qe'ee na oomishte, bu'uura imala jireenyaa keessatti jalqabe keessaa Haramaayaan ishee tokko,Barattoota akkuma koo achirraa biqilaa jiraniif muuxannoo akka qoodu affeerraa kabajaa naaf dhiyaateef Galatoomfachaa mariin keenya eegaluuf jedha...👇🏽👇🏽

https://t.me/hucisa?livestream