Abdisa Bancha Jara
26.6K subscribers
966 photos
8 videos
2 files
762 links
This is ABJ Tech Blog - A channel for who have a passion for Computer Vision, #ICTNews and #MachineLearning, #AI #DigitalMarketing & #TechUpdates
Download Telegram
Dhugaadha kana amanuun ni ulfaata! #Artistootni Biyya kana keessatti Afaan Aadaa fi Safuu saba biroo olfuudhanii baatanii deemaa jiran #Oromoota yoo jedhame dhuguma amanuun ni ulfaataamii - Lakki hin ulfaatu, #LooreetTsaggaayee, #EnjAyanaBirru, Balaay Zallaqaa fa'ayyuu Oromoodhuma kan ofii godhatanii itti-fayyadamanii afaan, aadaa fi aartii ofii guddisaa turan, ammas sanumatti jiru... hundaafuu Gareen kun ijoollee keenya yeroo ammaa miira eenyummaasaanii waan calqqisiisaniif gama soddaadhaniitii dhiibamaa jiran, garuu gamanatti mooraa isaan simatu dhabanii qilleensarra jiran tahuu qalbeeffadhaa hordofaa....
Ammaaf daba Oromiyaa keessatti raawwatamaa turee fi jiru bifa fiilmii #Guddifachaan karaa OBN Horn of Africa darbaa jiru kana duuka bu'aa hordofaa....
#hirribakeessa turre, hirriba keessa jirra ammas. πŸ‘‡
https://youtu.be/bNsVIJVqT70
Ilkaan Daraartuu Adiidha.
Kitaaba Afaan Oromoo kutaa 2ffaa....🫑
Daree haadha araaraa
Daree Itoophiyaa guutuu
Dareen biyya..
Derartu Tulu
Minneapolis, Minnesota Seenaa dalagan! #irreecha2024

Ayyaana Irreechaa Minisootatti kabajame irratti lammiin Ameerikaa maqaan ishee #JettaWiedemierBower jedhamtu aadaa fi duudhaa Oromoon qabduu jaalachuun ayyaana irreecha kana irratti karaa harma hodhaatiin Oromoo taatee moggaasni maqaa #JaalanneeMalkaa jedhamu kennameefii jira.

Ayyaanni irreechaa Ameerikaa kutaa bulchiinsa Minisootaa magaalaa Miniyaapoolisitti guyyaa kaleessaa haalaa miidhaagaan kabajameera

Ayyaanni Irreechaa hanga sadarkaa idila addunyaatti beekkamtii argachuun kaalandara irra taa’utti Oromoon biyya keessaa fi biyya alaa qindoomina uumuun akka kabajanii fi hojjetan dhaamameera.

#Irreechi2024 seenaa haaraan eegaleera.

Irreechi irree Oromummaa, Aadaa fi Sirna Gadaati.

Baga Geenye Baga Geessan
@abdisabancha
"AYYAANTUU" Albamnii haaraa Andualam Gosaa Gallakkifameera. Dhageeffadhaa.

Andualam Guddaa Galatoomi!
#incredible - TIRRII 😍
Damma Nadhii Qulqulluu
Kan ati soorattuu
Kiila Lixe Abbee
Loon 100 elmatuu

Eededa booresse
Qulqulluu waa hin qabne
Aadaaf safuun bulta
Boontuu mudaan qabne

Baale maqaan lafa
Hunduu Ilmaan Arsee
Jaarsi dubbii fixa
Yoom bitmaa cabse maarree

Andualem Gosa | Tirrii (New Oromo Music 2024)πŸ‘‡
https://youtu.be/GDhL_zNz8_E
Airdrop kafaltii gaarii kafaluu danda'a jedhamee tilmaamutti jiru β­οΈπŸ‘‡ kana walaffeeraa, taphadhaa

https://t.me/major/start?startapp=710286813