ABDII SABAA ( BARNOOTA )
61.7K subscribers
1.17K photos
12 videos
62 files
649 links
ODEEFFANNOO BARNOOTAA

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

πŸ’¬NU QUNNAMUUFπŸ’¬
@AbdiiSabaaDm

🎯MARIIF
@Abdiisabaa
Download Telegram
Yuunivarsitiin Finfinnee Sagantaa Ifaxaara barattootaaf qopheesse.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaF
Barattoota Oromoo Yuunivarsiitii Naannoo Amaaraatti barataa jiran irratti cunqursaan gaggeeffamaa jiru sadarkaa yaaddessaarra ga'e.

Mucaan suuraa kana irratti mul'atu barataa Yuunivarsitii Walloo yemmuu ta'u, mucaa kana dhimma desippiliiniitiif barnaadamta jechuun polisoonni biirootti waamanii booda mucaan afaan Amaaraa sirnaan dubbachuu waan hin dandeenyeef haala kanaan reebicha irratti raawwataniiru.

Qaamni dhimma ilaallatu barattoota kanaaf furmaata atattamaa akka kennitan kabajaan isin gaafanna.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaF
Yuunivarsitii Saayinsii fi Teeknooloojii Adaamaatti barattuu siivil Injinariingii kan turtee fi yaalaaf deeggarsi godhamaafii kan ture du'aan Addunyaa kanarraa boqotte.

Barattuun kun maqaan ishee Beezaawit Gebira Yohaannis yemmuu jedhamtu, dhukkuba Aniyurisim Rapichar dhukkuba jedhamuun qabamuun Hospitaala Leenca gurraachaatti yaalamaa turtus du'aan Addunyaa kanarraa boqachuu ishee Yuunivarsiitichi ibse.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaF
Yuunivarsiitiin Bulee Horaa Sagantaa Ifxaara Daandii Irraa Barattoota hordoftoota Amantaa Musliimaatiif Qopheesse.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaF
hordoftoota Amantaa Musliimaa Martuu Baga Ayyaana Iid Al-fixrii 1445ffaa geessan.

Ayyaanni kun kan jaalalaafi gammachuu kan tokkumaa akka isiniif tahu hawwina.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
#Oduu_Gaddaa

Yuunivarsitii Haramaayaatti Barataa Muummee Kilinikaal Faarmaacii kan ta'e, Natinaa'e Daawit dhibee tasaa isa mudateen gaafa guyyaa 3/08/2016 addunyaa kanarraa lubbuun isaa boqoteera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Yuunivarsitii Finfinneeti barataa Muummee Gaazixeessummaa kan baratu, barataa Soraa Jirma, sirna gaggeessaa Jaal Battee Urgeessaa irratti hirmaachuuf magalaa Finfinnee irraa gara magaalaa Maqiitti eega imaleen booda achi buuteen isaa dhabamuu maddeen keenya Yuunivarsiticha irraa nuuf gabaase.

Akka maddeen keenya nuuf gabaasetti barataan kun eega dhabameen booda, namoonni dhuunfaa garagaraa tarkaanfii irratti fudhanne jechuun fuula fb eenyummaan isaa hin beekamneen dhaaddataa turuun isaanii gaabaasaan keenya kun nuuf ifoomseera.

Qaamni dhimma ilaallatu barataa kana atattamaan akka gadhiistan kabaajaan isin gaafanna.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Yuunivarsiitiin Jimmaa barattoota sagantaa barnoota garaagaraan leenjisaa ture eebbisiiseera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb