Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
“Waa’ee keenyaaf kan kadhatu Iyyesuus Kiristoosidha” (Room.8:34). ❌
Guutummaa barreeffamichaaf, “Instant View” kan jedhu tuqxuun banaa dubbisaa!
Join: @abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Waaee-keenyaaf-kan-kadhatu-Iyyesuus-Kiristoosidha-Room834-04-29

Telegraph
“Waa’ee keenyaaf kan kadhatu Iyyesuus Kiristoosidha” (Room.8:34). ❌
Yeroo baay’ee shakkitoonni caqasa kana fudhachuudhaan, “Iyyesuus Kiristoos nuuf kadhata nu araarsa” jechaa jiru. Ergaa gara warra Roomaatti barreeffamee, “ergaa gara warra Roomee” jedhamee kan waamamu kana kan barreesse qulqulluu Phaawuloosidha. Haa ta’u…
Forwarded from Gaaffii Shakkitootaaf Deebii Ga’aa (Misganu Mulatu)
“Kadhannaa isa ‘Yaa abbaa keenya’ jedhuu gadiitti, ‘Nagaa ergamaa Gabri’eel qulqulluutiin . . . ’ jedhu itti dabaltanii kan kadhattan kun eessumaa dhufe, eessaa fiddan?”
Join: @abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Nagaa-Ergamaa-Gabrieel-qulqulluutiin-05-27

“Nagaa Ergamaa Gabri’eel qulqulluutiin, . . . ”
Manni kiristiyaanaa keenya Ortodoksii Tewaahidoo kadhannaa isa “Yaa abbaa keenyaa ...” jedhutti dabaluudhaan kan isheen kadhattu “Nagaa ergamaa Gabri’eel qulqulluutiin ...” isa jedhuudha. Shakkitoonni “kadhannaa gooftaan keenya Iyyesuus kiristoos barsiise…
“Waa’ee guyyaa sanaa fi sa’aatii sanaa Abbaa irraa kan hafe ergamoota samiis ta’e Ilmis kan beeku hin jiru” (Maat.24:36).
Join: @abdiimaariyaamiifinjira
Join: @abdiimaariyaamiifinjira
Telegraph
...
“Waa’ee guyyaa sanaa fi sa’aatii sanaa Abbaa irraa kan hafe ergamoota samiis ta’e Ilmis kan beeku hin jiru” (Maat.24:36). Sagalee caqasa (Ilmis hin beeku! (Maar.13:32, Maat.24:36)) jedhu kanarra jiru fudhachuudhaan warri waaqa hin beeknee (ahizaabonnii)…
“Nuyi garuu, Kiristoos isa fannifame lallabna . . .” (1Qor.1:23).
“Instant View” kan jettu tuquun seenaa dubbisaa!
✍️ Dn Taarikuu Gammadaa
Channel Telegram: @abdiimaariyaamiifinjira
Group Telegram: @DeebiiGaaffiiShakkitootaa
Yaada fi gaaffiidhaaf: @YaadgaaffiiBot

Bara kana akkuma argaa jirru jalloonni nama jallisan baay’een isaanii biyya lafaa irra faca’anii jiru. Dubbiinii fi hojiin isaanii jallaadha. Wangeela yaada mataa isaaniitiin hiikkachuudhaan kaayyoo dhuunfaa isaanii galmaan ga’achuuf jecha Kiristoosiin fannoo…
"Aaga Qabna❕"
►Bara gurri keenya wantoota dhagahuuf nama yaaddessan dhagahuu baay'ise kanatti missiraachoo akkasii dhagahuun akka haadha osoo ciniinsuu irra jirtuu gidduutti booqonnaan wayii isheetti dhagahamuuti. Waaqayyoo kan milkii nuuf haa taasisu! Miidiyaan Sootiriyaa (Sootiriyaa jechuun fayyina) dhufaan jira jedheera. Hammasitti Link gadiin seenuun maaddii miidiyichi yeroo dhiyootti qabatee bahuuf jedhu kana hirmaachuuf haa qophoofnu! Qajeelummaadhaan hiriyyoota keenya haa affeerru!
➭YouTube►https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg
➭Telegram Channel►https://t.me/Soteriamedia
➭Facebook Page►https://www.facebook.com/61558509670583/posts/1562095994581129/?substory_index=1562095994581129&app=fbl
🙏Nagaan Nuuf Koottaa!🙏

Forwarded from MIIDIYAA SOOTIRIYAA ሶትርያ ሚዲያ (Lamessa Teshome)
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
⚜️Miidiyaa Sootiriyaa⚜️
Liinkiiwwan kanaa gadiin seenuun like, subscribe, follow, join gochuun haa firoomfannu!
➭YouTube
https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg
➭Telegram Channel
https://t.me/Soteriamedia
➭Facebook Page
https://www.facebook.com/share/Fism921qf9FupwCN/?mibextid=oFDknk
🙏Yeroo Dhiyootti🙏

Gaafa as irratti, “‘Miidiyaa Sootiriyaa’ ‘Subscribe,’ ‘Join’ fi ‘Follow’ godhaa!” jedhamu, jechaan waanuma salphaa nutti fakkaata. Dhugaadha, garuu aarsaan kana as nutti fiduudhaaf kaffalame hagam akka ta’ee eenyuutu hubate? 🤔
Kanaaf isin immoo ‘kana gochuun keenya gatii isaanii kana deebisuudhaafidha’ jedhaa yaadaatii waanuma isiniin jedhame, “Miidiyaa Sootiriyaa” : ‘YouTube Channel’ — ‘Subscribe’ ; ‘Telegram Channel’ — ‘Join’ ; ‘Facebook Page’ — ‘Follow’ gochuun miseensa taane cina dhaabannee jajjabina taanee, tajaajila mana kiristiyaanaa keenyaas daran akka cimuuf yoo deeggerre mee maal rakkoo qaba?🤔
Kanaafuu:
1. ‘YouTube Channel’ - ‘Subscribe’
2. ‘Telegram Channel’ - ‘Join’
3. ‘Facebook Page’ - ‘Follow’ taasisaa!🙏

Audio
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Hafuura Qulqulluu Waaqa Tokko Amen
Dhukkubbii (Himamat)
Barressaan Dn Heenok Haylee
Afaan Oromootti hiikun kan dubbifame : Chaayinaalii Daandii Jireenyaa
Kutaa 1: Dabaree Kan Si Kennu Eenyu?
Share waliif haa taasisnu
Kutaawwan itti aanan itti fufu, dursitanii kan barbaaddan yoo jiraattan liinkii youtube armaan gadiin argachuu dandeessu.

Kutaa 2 : Miilota Yihuudaa

Kutaa 3 : Isaan Kun Haa Deemaniiti Dhiisa
Share waliif haa taasisnu
Viidiyoon hordofuu warreen barbaaddan liinkii armaan gadii fayyadama.

“Gidiraa Waaqa Ilmaa kan dubbatu afaan akkamidha!

Kutaa 4 : Mooraa Qormaataa Keessatti

Kutaa 5 : Yaa’ii Yihuudotaa Guddicha, Maaliif Na Rukkutta?

Kutaa 6 : Mana Murtii Dukkanaa

Natti Yaadatamaa Oolmaan kee guyyaa Jimaataa💔
Walaloo ajaa'ibaa seenaa dhaggeeffadhaa; Miidiyichas hordofuu hin dagatiinaa👇
https://youtu.be/5ksHXPrBaRE

YouTube
Natti yaadatama! | | Walaloo Barsiisaa Guutamaa Goobanaatiin
✝️Natti yaadatama!✝️
🔔 karaa linkiiwwan kanaan seenuun Miidiyaa hundeeffamarra jiru kana Subscribe, Join, follow godhaa!👇
▶️ Youtube https://youtube.com/@Soteriamedia21?si=VMAMZpRtucXIkMwg
▶️ Telegram: https://t.me/Soteriamedia
▶️ Facebook: https://…

Fayyuun kan biraan hin jiru.pdf
1.9 MB
“Fayyinni kan biraatiin eenyunillee hin jiru; maqaan kan biraa, ittiin fayyuun kan nuuf ta’u, samii gaditti ilmaan namootaaf hin kennamne” (H.D.B.4:12).
Join: https://t.me/abdiimaariyaamiifinjira

“Uffata Halalee/የጋለሞታ ልብስ” (Uma.38:14).
✍️ B/saa Dn Baacaa Nagaasaa (BTH)
Join: @abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Uffata-Halalee-06-17
✍️ B/saa Dn Baacaa Nagaasaa (BTH)
Join: @abdiimaariyaamiifinjira
https://telegra.ph/Uffata-Halalee-06-17
Telegraph
Uffata Halalee
Maqaa Abbaa Kan Ilmaa Kan Afuura Qulqulluu Sadan Waaqa Tokkoon Ameen! “Uffata Halalee / የጋለሞታ ልብስ” (Uma.38:14). Kutaa 1ffaa Uffanni! Kan dhalli namaa qullaa foonsaa ittiin golgatu dha. Dhalli namaa horii irraa kan ittiin adda ba’u keessaa tokko qullaa qaamasaa…