Guyyaa guutuu soomaa oollee nu hiiksisuu didan.
Barattoonni amantaa Ortoodoksii Yuunivarsitii Bulee Horaa βguyyaa guutuu soomaan oollee yeroo mana amantaatii halkan saβa 9:30 tti gara mooraattii deebinu qophii tokko malee nu eeguun isaa waan nama gaddisisuudha β jechuun komii mooricha irraa qaban miidiyaa @Abdii_Sabaaβf gabaasan.
Yuunivarsitii biyyattii keessatti yeroo ayyaana sooma hiikaa kana barattoota sooma hiiksisuun gocha baramaa yommuu taβu Yuunivarsitii Bulee Horaatti qophiin kum taassifamuu dhabuun barattoota mufachiiseera!
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
πODEEFFANNOO BARNOOTAAF π
@ABDIISABAA π
π abdiisabaa.com
π abdiisabaa.org
Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
ππππππππ
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb

ABDII SABAA
Photo
Sammuu namtolcheen (AI) yeroo jalqabaaf xiyyaara waraanaa balaliise.
sammuu namtolchee guddachaa kan jiru yoo taβu, amma balaliistota xiyyaara waraanaa bakka buusuuf yaaliin godhamaa jira.
Humni Qilleensaa Ameerikaa balalii yaalii xiyyaara waraanaa AI gaggeesse.
Hanga ammaatti teknooloojiin kun gargaarsa namaa malee ofuma isaatiin balalii yaalii 20 kan taasise yoo ta'u, ogeeyyiin hedduun qorannoo kana hordofuun balaaleffataniiru.
APn ogeeyyii AI wabeeffachuun AI xiyyaara waraanaa akka balali'u hayyamuun of eeggannoo akka barbaadu ibseera.
Boombii fi meeshaalee waraanaa biroo AI'f kennuunis akka tasaa bakka namoonni itti baay'atanitti boombii darbachuu fi namoonni miidhamuu akka danda'an ogeeyyiin kun akeekkachiisaniiru.
Humni Qilleensaa Ameerikaa yaalii kana gaggeesse balalii xiyyaara waraanaa AIn gargaaramtu yaaliin akka itti fufu beeksiseera.
Qormaanni balalii kun keessumaa naannoowwan dhala namaatiif balaa qaba jedhamee fudhatamu haleeluu, fi haleellaa mudaa hin qabne raawwachuuf akka fayyadu beeksiseera.
Dhaabbileen addunyaa hedduun sammuu namtolchee bal'inaan fayyadamaa kan jiran yoo ta'u, ogeeyyiin garuu teeknooloojii kana irratti to'annoo cimaa akka qabaatan gaafachaa jiru.

Facebook
Log in or sign up to view
See posts, photos and more on Facebook.
Guyyaa har'aa balaliin Daandii Qilleensa Itoophiyaa lakkoofsi ET154 Hawaasaa irraa gara Finfinneetti imalaa kan ture yoo ta'u, aarri xiyyaaricha keessatti mul'ateera.
Haa ta'u malee, Daandiin Qilleensa Itoophiyaa xiyyaarri kun rakkina tokko malee buufata xiyyaaraa idil addunyaa Finfinnee Booleetti karra imaltootaaf murtaa'e irratti akka dhaabbate beeksiseera.
Imaltoonni xiyyaara irraa nagaan akka bu'an dubbateera.
"Yeroo ammaa kana sababni taatee kanaa qoratamaa jira," jechuun Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa taatee mudateef maamiltoota isaa dhiifama gaafateera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
πODEEFFANNOO BARNOOTAAF π
@ABDIISABAA π
π abdiisabaa.com
π abdiisabaa.org
Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
ππππππππ
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Haa ta'u malee, Daandiin Qilleensa Itoophiyaa xiyyaarri kun rakkina tokko malee buufata xiyyaaraa idil addunyaa Finfinnee Booleetti karra imaltootaaf murtaa'e irratti akka dhaabbate beeksiseera.
Imaltoonni xiyyaara irraa nagaan akka bu'an dubbateera.
"Yeroo ammaa kana sababni taatee kanaa qoratamaa jira," jechuun Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa taatee mudateef maamiltoota isaa dhiifama gaafateera.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
πODEEFFANNOO BARNOOTAAF π
@ABDIISABAA π
π abdiisabaa.com
π abdiisabaa.org
Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
ππππππππ
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Konkolaachiftoonni dhugaatii alkoolii dhuguun konkolaachisuun argaman 40 adabamaniiru
Abbaan Taayitaa Bulchiinsa Tiraafikaa Magaalaa Finfinnee tibbana konkolaachiftoota 638 irratti qorannoo afuuraa kan gaggeesse yoo ta'u, konkolaachiftoonni dhugaatii alkoolii dhuguun konkolaachisuun argaman 40 adabamuu beeksise.
Abbaan taayitichaa waajjirichi toβannoo konkolaachisaa machaaβee oofuu cimsuu isaa kan beeksise yoo taβu, toβannoon kun karaa waajjiraalee damee Boolee, Lammii Kuraa, Aqaaqii Qaallittii fi Araadaatiin raawwatameera.

Wachaamoo Yuunivarsitii keessatti sababa Baankii daldala Itoophiyaan wal qabatee baratoonni poolisootaan mana hidhaatti guuramaa jirra jedhan.
Haalli mooricha keessa jiru baayyee nama yaaddessa kan jedhe barataan nu dubbise βYeroo barattoonni qorumsa irra jiran kana irratti barattoota mana hidhaatti guuruun sirrii mitiβ jedheera.
βBarattoonni hedduunis maallaqa gara dabarsan waallaaluun rakkoo hamaaf saaxilamanii jiru, gariin ammoo mana hidhaatti dararamaa jiruβ jedha maddi keenya kun.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
πODEEFFANNOO BARNOOTAAF π
@ABDIISABAA π
π abdiisabaa.com
π abdiisabaa.org
Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
ππππππππ
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Haalli mooricha keessa jiru baayyee nama yaaddessa kan jedhe barataan nu dubbise βYeroo barattoonni qorumsa irra jiran kana irratti barattoota mana hidhaatti guuruun sirrii mitiβ jedheera.
βBarattoonni hedduunis maallaqa gara dabarsan waallaaluun rakkoo hamaaf saaxilamanii jiru, gariin ammoo mana hidhaatti dararamaa jiruβ jedha maddi keenya kun.
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
πODEEFFANNOO BARNOOTAAF π
@ABDIISABAA π
π abdiisabaa.com
π abdiisabaa.org
Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
ππππππππ
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Nyaata Yuunivarsitii Amboo mooraa guddichaa!

Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
π‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA π‘
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
βMootummaan qabeenya keenya waan nu jalaa uggureef nuti barattoonni godina harargee barachuu dadhabnee jirraβ
Kanaan dura maatiin keenya daldala jimaatiin nu barsiifachaa turan kan jedhan barattoonni miidiyaa Abdii Sabaa dubbisan yeroo ammaa kana maatiin keenya ofiyyuu dadhabuun daandiirraa kadhachaa jiru jedhan.