ABDII SABAA
448K subscribers
11.5K photos
120 videos
205 files
6.19K links
SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

@Abdii_Sabaa

πŸ’¬NU QUNNAMUUFπŸ’¬
@AbdiiSabaaDm

🎯BARNOOTAAF
@Abdiisabaa

🎯MARIIF
@Garee_Abdii_Sabaa
Download Telegram
Guyyaa guutuu soomaa oollee nu hiiksisuu didan.

Barattoonni amantaa Ortoodoksii Yuunivarsitii Bulee Horaa β€œguyyaa guutuu soomaan oollee yeroo mana amantaatii halkan sa’a 9:30 tti gara mooraattii deebinu qophii tokko malee nu eeguun isaa waan nama gaddisisuudha β€œ jechuun komii mooricha irraa qaban miidiyaa @Abdii_Sabaa’f gabaasan.

Yuunivarsitii biyyattii keessatti yeroo ayyaana sooma hiikaa kana barattoota sooma hiiksisuun gocha baramaa yommuu ta’u Yuunivarsitii Bulee Horaatti qophiin kum taassifamuu dhabuun barattoota mufachiiseera!

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
ABDII SABAA
Photo
Sammuu namtolcheen (AI) yeroo jalqabaaf xiyyaara waraanaa balaliise.

sammuu namtolchee guddachaa kan jiru yoo ta’u, amma balaliistota xiyyaara waraanaa bakka buusuuf yaaliin godhamaa jira.

Humni Qilleensaa Ameerikaa balalii yaalii xiyyaara waraanaa AI gaggeesse.

Hanga ammaatti teknooloojiin kun gargaarsa namaa malee ofuma isaatiin balalii yaalii 20 kan taasise yoo ta'u, ogeeyyiin hedduun qorannoo kana hordofuun balaaleffataniiru.

APn ogeeyyii AI wabeeffachuun AI xiyyaara waraanaa akka balali'u hayyamuun of eeggannoo akka barbaadu ibseera.

Boombii fi meeshaalee waraanaa biroo AI'f kennuunis akka tasaa bakka namoonni itti baay'atanitti boombii darbachuu fi namoonni miidhamuu akka danda'an ogeeyyiin kun akeekkachiisaniiru.

Humni Qilleensaa Ameerikaa yaalii kana gaggeesse balalii xiyyaara waraanaa AIn gargaaramtu yaaliin akka itti fufu beeksiseera.

Qormaanni balalii kun keessumaa naannoowwan dhala namaatiif balaa qaba jedhamee fudhatamu haleeluu, fi haleellaa mudaa hin qabne raawwachuuf akka fayyadu beeksiseera.

Dhaabbileen addunyaa hedduun sammuu namtolchee bal'inaan fayyadamaa kan jiran yoo ta'u, ogeeyyiin garuu teeknooloojii kana irratti to'annoo cimaa akka qabaatan gaafachaa jiru.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Guyyaa har'aa balaliin Daandii Qilleensa Itoophiyaa lakkoofsi ET154 Hawaasaa irraa gara Finfinneetti imalaa kan ture yoo ta'u, aarri xiyyaaricha keessatti mul'ateera.

Haa ta'u malee, Daandiin Qilleensa Itoophiyaa xiyyaarri kun rakkina tokko malee buufata xiyyaaraa idil addunyaa Finfinnee Booleetti karra imaltootaaf murtaa'e irratti akka dhaabbate beeksiseera.

Imaltoonni xiyyaara irraa nagaan akka bu'an dubbateera.

"Yeroo ammaa kana sababni taatee kanaa qoratamaa jira," jechuun Daandiin Qilleensaa Itiyoophiyaa taatee mudateef maamiltoota isaa dhiifama gaafateera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Konkolaachiftoonni dhugaatii alkoolii dhuguun konkolaachisuun argaman 40 adabamaniiru

Abbaan Taayitaa Bulchiinsa Tiraafikaa Magaalaa Finfinnee tibbana konkolaachiftoota 638 irratti qorannoo afuuraa kan gaggeesse yoo ta'u, konkolaachiftoonni dhugaatii alkoolii dhuguun konkolaachisuun argaman 40 adabamuu beeksise.

Abbaan taayitichaa waajjirichi to’annoo konkolaachisaa machaa’ee oofuu cimsuu isaa kan beeksise yoo ta’u, to’annoon kun karaa waajjiraalee damee Boolee, Lammii Kuraa, Aqaaqii Qaallittii fi Araadaatiin raawwatameera.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Wachaamoo Yuunivarsitii keessatti sababa Baankii daldala Itoophiyaan wal qabatee baratoonni poolisootaan mana hidhaatti guuramaa jirra jedhan.

Haalli mooricha keessa jiru baayyee nama yaaddessa kan jedhe barataan nu dubbise β€œYeroo barattoonni qorumsa irra jiran kana irratti barattoota mana hidhaatti guuruun sirrii miti” jedheera.

β€œBarattoonni hedduunis maallaqa gara dabarsan waallaaluun rakkoo hamaaf saaxilamanii jiru, gariin ammoo mana hidhaatti dararamaa jiru” jedha maddi keenya kun.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Nyaata Yuunivarsitii Amboo mooraa guddichaa!

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb
Yaadaa, Qeeqaa fi Eeru qabdan karaa https://t.me/AbdiiSabaaDM nu qaqqabsiisaa, sagalee keessan dhageessisaa.

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!
β€œMootummaan qabeenya keenya waan nu jalaa uggureef nuti barattoonni godina harargee barachuu dadhabnee jirra”

Kanaan dura maatiin keenya daldala jimaatiin nu barsiifachaa turan kan jedhan barattoonni miidiyaa Abdii Sabaa dubbisan yeroo ammaa kana maatiin keenya ofiyyuu dadhabuun daandiirraa kadhachaa jiru jedhan.

SABA GUDDAA WAAN TAANEEF MIIDIYAA GUDDAATU NUUF MALA!

πŸ“‘ MIIDIYAA @ABDII_SABAA πŸ“‘

πŸ“šODEEFFANNOO BARNOOTAAF πŸ“š
@ABDIISABAA πŸ“š

🌐 abdiisabaa.com
🌐 abdiisabaa.org

Karaa Fuula Feesbuukiin Nu Hordofuuf!
πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡
https://www.facebook.com/AbdiiSabaaFb