Jechoota kaka'umsa
From #abdataaonline guyyarra kan isin qaqqabu ta'a fedhii rabbiitin
Isin ammo share walii godhuudhan bekkumsa wal horachisa#join godha wal goosisa

Odeeffannoo waliigalaa COVID-19⬇️
Dhibeen COVID-19 addunyaarra biyyoota heddurratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni miiliyoona 2.1 ol dhibee kanaan qabamaniiru. Isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 143 ol darbeera.
🌏Addunyaa 🌏
•Namoonni qabaman = 2,144,719
•Namoonni du'an = 143,278
•Namoonni bayyanatan = 543,079
Ameerikaa(USA)🇺🇸
•Namoonni qabaman = 666,949
•Namoonni du'an = 33,875
Ispeen(Spain)🇪🇸
•Namoonni qabaman = 182,816
•Namoonni du'an = 19,130
Xaaliyaan(Italy)🇮🇹
•Namoonni qabaman = 168,941
•Namoonni du'an = 22,170
Faransaay(France)🇫🇷
•Namoonni qabaman = 147,863
•Namoonni du'an = 17,167
🌏Afrikaa🌏
•Namoonni qabaman = 18,659
•Namoonni du'an = 946
•Namoonni bayyanatan = 4,024
Ityoophiyaa(Ethiopia)🇪🇹
•Namoonni qabaman = 92
•Namoonni du'an = 3
@abdataa3

Ameerikaa fi Iraan
Humni Galaanaa US “gochawwan hamoofi tutuqqaa” Humni Eegduu Warraaqsa Islaamiik Iraan (IRGC) qaama bishaan idil-addunyaa klan Galoo Galoonaa irratti taasisaa jirtuuf himataa jira.
Bidiruuwwan Humna Galaanaa Iraan Roobii darbe Humna Galaanaa US qarqara galaanaa eegaa jiran ja’atti irra deddeeebiyuudhaan “qoccoluun kotaasisaa” turan.
Tokkoyyu ammoo meetira 9 dhiyaatee Eegduu Qarqara Galaanaa US bira darbe.
Bidiruuwwan US ammoo shaakala loltummaa Elekoopteroota US waliin taasisuurra ture.
Gama Iraaniin dhimma kana ilaalchisuun wanti jedhame hin jiru.
Gochi kun kan uumames erga namoonni hidhannoo qaban miseensota Humna Waraanaa Iraan ta’u jedhamee amanamu Taankerii alaabaa Hong Koong godhattee deemaa turte Galoo Galaanaa Omaan irraa butanii saatii muraasa tursiisanii gadhiisanii baadadha.
Maddi:- bbc

👉 godhuu hin oolu hin jedhiin godhuuf deema jedhi
👉jiruun tun akka bishaan garbaati.inni yoomile hin tasgabba'u simatu akka itti daakan baratu qaba male
By abdataa
@abdataa3
@abdataa3
#Instagram abdisa mama fellow me

ŔĪÏĐĪȚŤĮ ÔFFÏĆÆĽ👌:
Abdeks man kush:
Hawwi-TiMES:
Haala dhukkubsattoota :-
1, Lammii Ityoophiyaa ganna 22 - Dubaay irraa dhufe iddoo tursiisa keessa ture fi namoota dhukkubichaan qabaman waliin hariroo qaba.
2, Lammii Ityoophiyaa (ganna 52) fi jiraattu magaala Finfinnee, nama vaayirasichaan qabame waliin tuttuqqaa qabdu
3, Lammii Ityoophiyaa ganna 52 - jiraataa magaala Baahirdaar fi nama vaayirasichaan qabame waliin tuttuqqaa qabu
4, Lammii Ityoophiyaa fi jiraattu magaala Addis Qidaam, haala vaayirasichaan qabamte qoratamaa jira
@Abdekso3
Join
http://t.me/Abdekso3

Telegram
Abdeks man kush
Channel kana irraa Kan isiniif taru! #seenaa
#da'waa
#waa'e sooma irra
#mammaksota adda adda
#waan yeron wal qabatu
#Tatewwan gara gara
#nasheda
#jechoota Jalala
#baaco gara gara
#kabaja hadhafi abbaa
K.k.f ni argattan join godha irra fayyadama.
.

#COVID19
Ityoophiyaatti sa'aatii 24 darban keessatti qorannoo laabraatorii 842 gaggeeffameen namoota dabalataa 4 irratti vaayirasichi jiraachu mirkanaa'e jira. Kun lakkoofsa waliigalaa 96 taasiseera.
Haala dhukkubsattoota :-
1⃣ Lammii Ityoophiyaa ganna 22 - Dubaay irraa dhufe iddoo tursiisa keessa ture
2⃣ Lammii Ityoophiyaa (ganna 52) fi jiraattu magaala Finfinnee, nama vaayirasichaan qabame waliin tuttuqqaa qabdu
3⃣ Lammii Ityoophiyaa ganna 52 - jiraataa magaala Baahirdaar fi nama vaayirasichaan qabame waliin tuttuqqaa qabu
4⃣ Lammii Ityoophiyaa fi jiraattu magaala Addis Qidaam, haala vaayirasichaan qabamte qoratamaa jira
@abdataa3
@abdataa3
#abdisamama twitter fellow me

#Covid_19 Ministeera fayyaa Su'uudii;
Su'uudii keessatti ammas namoonni 762 yommuu qabaman,4 ammoo du'anii jiru,akkasumas 59 bayyanatanii jiru,waliigalatti hanga ammaatti;
Namoonni qabaman=7142
Kan bayyanatan=1049
kan du’an =87
Al-Jaziiraa wabeefanne
T.me/muhsen3

محسن ......
Forwarded from QUBE JENRATION(DQ) (Űmműhšěň Řûđ)
Trump Deggersa Maallaqa WHO irraa Dhaabuuf Murteessuu Isaanii Irra Deebi’uun Mirkaneessan
Addunyaa irratti lakkoobsi namoota COVID 19n du’anii dabalaa yeroo jiru kanatti prezidaantiin Ameerikaa Doonaald Tramp jarmayaa fayyaa addunyaa ykn WHOf maallaqa kennan dhaabuuf murtii fudhatan irra deebi’uun sirrii dha jechaa jiru.
Jaarmiyichi weerara vaayiresii koronaa itisuuf waan quubsaa hin hojjenne akkasumas Chaayinaaf looga jedhan.
VOA wabeffanne
oduma wal fakkatuun
Ameerikaan sababa dhukkuba vaayirasii koronaatin kan ka'e lubbuu lammiilee 37,000 dhabdee jirti.
Namoonni biyya ishiitti vaayirasichaan qabaman waliigalaan 700,000 gahee jira.
@muhsen3

□》foon lakkayi jennaan rajijiin tokko jedhe.
□》akka ija tiyyaa maaltuu naa kajeela jette sareen.
□》 Lukkuun biyyaa ofiitti kormaa.

#COVID19 #Ityoophiyaa
Ministirri Fayyaa Dr Liyaa Taaddasaa akka ibsanitti Ityoophiyaatti namoonni har'a vaayirasichaan qabamu mirkanaa'e 9 keessaa; 8 lammii Ityoophiyaa yoo ta'an, 1 lammii biyya Ikuwaatoriyaal Giinii dha.
Walumaagalatti Ityoophiyaa keessatti hanga ammaa namoonni 105 dhibee kanaan qabamaniiru.
Namoonni vaayirasichi keessaa argame keessa 6 seenaa imala biyya alaa kan qaban yoo ta'u, 3 ammoo nama vaayirasichaan qabame waliin tutuqqaa qabu.
Isaan keessa afran (4) jiraattota magaala Finfinnee, sadi (3) Jiibuutii irraa dhufani iddoo tursiisa Dirree Dhawaatti kan turan, tokko (1) jiraattu magaala Jimmaati.
Dabalataan har'a namni tokko dhibee kanarra bayyanachu Dr Liyaan himaniiru.

#COVID19 Gargaaraan Prezdaantii Naayjeriyaa dhibee COVID-19'n du'an
Gargaaraan Prezdaantii Naayjeriyaa Mohammad Buhaarii kan turan Abaa Kiyaar vaayirasii Koronaan erga qabamanii booda du'u isaani himame.
Waajjirri Prezdaantii biyyattis ibsa baaseen "Du'a Obbo Kiyaar uummataaf yeroo ibsu gadda guddaan" akka ta'e ibseera.
#BBC

Murtoo Tiraamp fi gorsa ogeeyyii fayyaa wal faalleessu
Pirezedantiin Ameerikaa kutaaleen Ameerikaa sochiin namoota itti daangeffame deebi'e banamuu qaba jedhu, ogeeyyiin fayyaa garuu ammas namoonni mana turuu qabuu jedhanii gorsaa jiru.
Ameerikaan biyya koronaavaayirasiin hunda caala miidhe ta’uun sadarkaa jalqabaarra jirti.
Maddi:- bbc
@abdataa3
@abdataa3
Pirezedantiin Ameerikaa kutaaleen Ameerikaa sochiin namoota itti daangeffame deebi'e banamuu qaba jedhu, ogeeyyiin fayyaa garuu ammas namoonni mana turuu qabuu jedhanii gorsaa jiru.
Ameerikaan biyya koronaavaayirasiin hunda caala miidhe ta’uun sadarkaa jalqabaarra jirti.
Maddi:- bbc
@abdataa3
@abdataa3
Odeeffannoo waliigalaa COVID-19⬇️
Biyya Ameerikaa magaala Niwyoorkitti qofa sa'aatii 24 darban keessatti lubbuun namoota 540 darbeera. Dhibeen COVID-19 addunyaarra biyyoota heddurratti kan tamsa'e yoo ta'u, namoonni miiliyoona 2.3 ol dhibee kanaan qabamaniiru. Isaan keessaa hanga ammaatti lubbuun namoota kuma 158 ol darbeera.
🌏Addunyaa 🌏
•Namoonni qabaman =2,308,072
•Namoonni du'an = 158,870
•Namoonni bayyanatan = 590,392
Ameerikaa(USA)🇺🇸
•Namoonni qabaman = 728,293
•Namoonni du'an = 38,244
Ispeen(Spain)🇪🇸
•Namoonni qabaman = 191,726
•Namoonni du'an = 20,043
Xaaliyaan(Italy)🇮🇹
•Namoonni qabaman = 175,925
•Namoonni du'an = 23,227
Faransaay(France)🇫🇷
•Namoonni qabaman = 147,969
•Namoonni du'an = 18,681
Jarman(Germany)🇩🇪
•Namoonni qabaman = 142,797
•Namoonni du'an = 4,416
Briiteen(UK)🏴
•Namoonni qabaman = 114,217
•Namoonni du'an = 15,464
🌏Afrikaa🌏
•Namoonni qabaman = 21,346
•Namoonni du'an = 1,054
•Namoonni bayyanatan = 5,274
Ityoophiyaa(Ethiopia)🇪🇹
•Namoonni qabaman = 105

#Hubachiisa
COVID-19 akka qoosaatti hin ilaalinaa! Itoophiyaa keessatti tatamsa'ina vaayirasicha saffisaan dabalaa jira. Tatamsa'ina biyya Ameerikaa keessatti agarsiisaa ture waliin wal bira qabne yoo madaallee kan biyya keenyaa haalaan saffisa qaba.
Tatamsa'ina COVID-19 Ameerikaa 🇺🇸 keessatti (kan biyyoota jalqabaa 35)
Amajjii 22: 1(namni jalqabaa qabame)
Amajjii 29: nama 5 gahe
Gurraandhala 5: 11 gahe
Gurraandhala 12: 13 gahe
Gurraandhala 19: 15 gahe
Gurraandhala 26: 59 gahe
Tatamsa'ina COVID-19 Itoophiyaa 🇪🇹 keessatti (kan biyyoota jalqabaa 35)
Bitootessa 13: 1(namni jalqabaa qabame)
Bitootessa 15: 4 gahe
Bitootessa 21: 11 gahe
Bitootessa 28: 16 gahe
Ebla 4: 38 gahe
Ebla 11: 69 gahe
Ebla 18: 105 gahe
Hubachiisa: Dursa yeroo vaayirasichi biyyatti seenu namni waa'ee dhibee COVID-19 hubannoo argachuun tattaaffii godhaa ture. Of eeggannoos godhaa ture. Erga guyyaa muraasa asii garuu namni waan hunda dagatee gara jireenya dagannaatti deebi'e jira. Dhibeen kun akka salphaatti yoo ilaalame miidhaa hamaa uummata fi biyyarraa geessisa. Kanaaf ammas taanaan gorsa ogeeyyii fayyaa dhagahuun of eeggannoo cimaa akka gootan dhaamsa dabarsuu barbaanna.
Mana turaa, Of baraaraa!