Abbu Tech
48.6K subscribers
9.3K photos
379 videos
146 files
4.92K links
🌟 Stay Ahead in Technology!
πŸ”Ή Get the latest tech news and updates
πŸ”Ή Discover insights and trends in crypto

Join us as we explore the future of tech

Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech

CEO: @Abi_Jss
Download Telegram
πŸ™Thank you for your trust..🀝



╔════════════════════════════════════╗
πŸ’Έ MEC  BUYING CENTER πŸ’Έ
β•šβ•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•β•
🀝 Nama Hanganaa irraa bitneera!


πŸ“’ Namoonni ME Pass gurguruu barbaaddan, DM NOW!

πŸ’° MEC Price.

πŸ”Ή 0.1 MEC = 110 ETB
πŸ”Ή Hanga 20 MEC nan bitta.


🏦 All banks accepted.

⚑️ DM NOW: πŸ‘‰
@daretubeNBO

πŸš€ Itti fufaa! πŸ”₯

Ergaa addaa.

πŸ‘‰ Live saattii 2 Wayyee Interlink hunda isinitti hima
.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ₯°9❀4😱1
πŸ”½πŸ”½πŸ”½

@abbu_tech 
@abbu_tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ”₯2πŸ’”2
#InterLink

πŸ‘‰Namoota Interlink Hojjatan maraaf.

Amma saatti 2:30 Live qabna. Asumaattii gaaffii kamiiyyuu gaafachuu ni dandeessu.

➑️Namoonnii Verified taatan

1 ITL : 200 ETB nan bitta.

➑️Akkaata Itti verified taatan isinitti argiisisa.

Be ready.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘4πŸ₯°2❀1
GRM 2026 confirmed Listing πŸ‘€

πŸ‘‰Start now Fam
πŸ”₯2
Abbu Tech
GRM 2026 confirmed Listing πŸ‘€ πŸ‘‰Start now Fam
Gramnetwork Mining Live! πŸ’₯
Community Reward | 44.0% | 220,000,000 GRM

πŸ†•New, now mining power is much higher.

πŸ’£UK Project. βœ…
πŸ†•Everyone joins quickly.

Join & Mining Start
πŸ‘‡

https://t.me/Gramnetwork_bot?startapp=693199560
https://t.me/Gramnetwork_bot?startapp=693199560

Don't miss claiming every 4 hours.
πŸ€‘
10 GRM 0.02$ - 0.015 - 1$ - Pre-P2P Unofficial Sale πŸ‘€ Earn Daily Like Sidra

The token is being sell unofficially.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ”₯2
Live stream started
Live stream finished (35 minutes)
OTC and Migration 2
Abbu Tech
❀4πŸ‘1πŸ₯°1
╔════════════════════╗
πŸ’Έ MEC & ITL BUYING CENTER πŸ’Έ
β•šβ•β•
══════════════════╝
πŸ™ Thank you for your trust and support! 🀝

βœ… We have successfully purchased from another trusted seller.

πŸ“’ Want to sell your ME Pass or ITL? DM NOW!

πŸ’° Current Buying Prices πŸ”Ή 0.1 MEC = 110 ETB πŸ”Ή Buying up to 20 MEC

πŸ’° 1 ITL = 200 ETB πŸ”Ή Buying up to 30 ITL

🏦 All Ethiopian banks accepted
πŸ“© DM: πŸ‘‰ @daretubeNBO

━━━━━━━━━━━━━━━━━━━━

πŸ”₯ SPECIAL ANNOUNCEMENT πŸ”₯

πŸŽ™οΈ Join our Live Session to learn everything about InterLink, including:

✨ Night at 2:00

β€’ Keep Growing! 🌍
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀1
#Grass.

πŸ‘‰Isayyuu season 2 dollar 1 gad kenanii, season 3 jalqabneera jedhan.πŸ˜‚
πŸ”₯3
#InterLink

1. Influencer jechii jedhu Ambassador ta'uu keessan mul'isa.

πŸ‘‰Tarii Namni ambassador ta'uu barbaaddu. Ambassador jedhee naaf haa barreessu.
@daretubeNBO

πŸ‘‰Yeroo hunduma sanbata sanbata gala formiin.

2. 6600 Immoo kanan Mine gochaa turedha. Isattuu Gara ITL jijjiirama yoon verified ta'e.

3.19 000 Jechuun Point kanaa Yeroo darbaan Sirritti hojjachaa tureen jechuun gara point 26 000 walittii qabaadhee achiin sababa ta'een nan dhiise or bil najalaa bade or na dabaree achiin dhiise kan jalaa badeedha.

Furmaata.

πŸ‘‰19K sana deebisuuf baayyee salphaadha.
πŸ‘‰Hojii keessan akkuma duraanii jechuun Mine si 4 ol guyyaati claim gootu. Sana booda point muraasa muraasa isiniif kenaa deemaa. Akkasitti deebisuu dandeessu.

πŸ‘‰Torbee kana nama 10 Ambassador nan barbaada. Keessan na dubbisa.

1. Twitter or Facebook or social media tokko qabaachuun dirqaama.
2. Interlink App qabaachuun dirqaama.
3. Baqa ulaaga biraa hin gaafatu. Active ta'uun hunda caala

DM NOW:
@daretubeNBO

πŸ‘‰Hub:

πŸ‘‰Project kana Ergaan asirrattii dubbachuu jalqabaa waggaa 1 ol ta'eera.
πŸ‘‰Kanaaf isin xumursiisuun qaba. Sababni isaa Gatiin isaa baayyeem guddaa ta'ee argame. Otoo list hin ta'iin.
πŸ‘‰Long Term Project waan ta'eef ammayyuu yeroo qabdu.
πŸ‘‰Wantoota gaaffii isinitti ta'aan kamiyuu na gaafachuu dandeessu. Record or Text gochuu dandeessu.
πŸ‘‰Waggaa 1 dhamaatanii dhuma geessanii hin laafinaa. KYC dha ijoon isa darbinaan. Migration 1, 2 jedhee nuuf kenamaa deema.
❀5πŸ₯°2
#InterLink

πŸ‘‰Namoonnii Akkas isin jalaa ta'ee tureef.

1. Namnii yeroo hunda active ta'ee claim gochaa tureef salphaati argatta.
2. Nama HCS guddaa qabuufi dafee dhufa.
3. Group mine rate fi Daily mining Rate irra yeroo hunda active ta'ee claim godhuufis dafee dhufa.
4. Transaction or Testnet tITL kan godhuufi dafee dhufa.
5. Nama gamee taphachaa oolufis dafee dhufa, activity Appitti waan ta'eef.
6. Synchronize your metrix jedhu amma amma deebitanii hin tuqinaa. Al tokko qofa tuqxuu ni dhiistu.

πŸ‘‰Walumaa galattii Interlink App fi ITLX Wallet faana Hariiroo isin gootan irrattii hunda'aa.
πŸ‘1πŸ₯°1
Abbu Tech
#InterLink 1. Influencer jechii jedhu Ambassador ta'uu keessan mul'isa. πŸ‘‰Tarii Namni ambassador ta'uu barbaaddu. Ambassador jedhee naaf haa barreessu. @daretubeNBO πŸ‘‰Yeroo hunduma sanbata sanbata gala formiin. 2. 6600 Immoo kanan Mine gochaa turedha. Isattuu…
➑️Hubachisaa.

1. Namoonnii Ambassador na gaafachaa jirtan. Gaafa Sanbaata promot. Isin godheen Wixaata ykn Kibaata App keessan irratti Influencer kan jedhu ni dhufa. Sana booda Ambassador officail badge fudhataniittu jechaadha.

2. Sana booda Interlink Website waan qabuuf isin kan offio keessanii Create godhatuu. Sana booda. Pointiin hundinuu achirrattii galmaa'a.

πŸ‘‰ACS point
πŸ‘‰Task Hojjatan.
πŸ‘‰Nama meeqa akka leenjistan.
πŸ‘‰Social media keessan.
πŸ‘‰Yoo T2 taatan immoo Mindaa ji'aa keessan.

πŸ‘‰Just Baayyem website haaja'ibaatti.

Hub:
πŸ‘‰Wantan barreessu baayyeen jira garuu Live irra isin hubachiisu wayya.
πŸ‘‰Yeroo hunda saattii 2ti qophaa'a. Nama 1 arganaan Baayyeem guddadha.
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘2