Abbu Tech
39.7K subscribers
9.05K photos
367 videos
143 files
4.79K links
🌟 Stay Ahead in Technology!
πŸ”Ή Get the latest tech news and updates
πŸ”Ή Discover insights and trends in crypto

Join us as we explore the future of tech

Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech

CEO: @Abi_Jss
Download Telegram
Forwarded from Abbu Tech (α΄…α΄‡Κ€α΄€Κ€α΄€βœŸ)
Gemgala jedhama nama 1 afeeruun $1 isiniif kenna.

Jalqabuuf step gadii hordofaa:

1. Data storage kan Play store keessan clear godhaa

2. VPN Buufadhaa(Thunder VPN or kan biroo)

3. VPN keessan kan biyya US(United States) ykn UK(United Kingdom) tti connect godhaa.

4. Link (
https://getblock.me/u/25009805) kana banuun "Download Now" kan jedhu tuqaa

5. Erga app isaa buufattanii booddee account create gochuun fuula kessaniin verify godhaa.

6. Link keessan copy gochuun isinis nama afeeraa.

Warri isiniif hin galle yoo jiraate video kana ilaalaa -
VIDEO (video credit from Kiyya Tech)
❀8πŸ’”2
Nama meeqatu TimeBucks hojjechaa jira?
Platform kun 100% ni kaffala(mirakaneeffadheera) , haalli hojii isaas salphaadha

1. Nama afeeruu(optional)
2. Task hojjechuu
3. Survey xumuruu qofadha.

Minimum withdraw'n isaa $3 dha.

Yemmuu signup gootan "
Continue with Google" kan jedhu filachuun signup godhaa yoo email keessaniin gooran bonus isiniif hin kennu.

Link:
https://timebucks.com/?refID=227775984
πŸ‘5❀2
DV-Lottery - Oduu Gammachiisaa

DV waan jedhamu hambisuuf yaalii Donald Trump taasise hin milkoofne. Carraa DV Ameerikaa yaaluun akka itti fufu mirkanaa'ee jira. Seerri haaraanis bahee jira.

Guyyaa kaleessaa March 11 karaa qaama mootummaa Ameerikaa federal register jedhamuun DV'n seera haaraa haaraa fi akkaataa adda ta'een guutamuuf akka jiru ibsameera.

Seera haaraa bahe kanaan namni DV guutu nama paaspoortii qabu qofa akka ta'ee fi kaffaltiin galmee doolara tokkoo akka hojiirra oolu ibsameera.

Foormii(unka) DV irrattis jijjiiramni akka jiraatuu fi jijjiiramni kunis April 10 irraa kaasee akka hojiirra oolu ibsameera. Haa ta'u malee guyyaa itti DV'n guutamu hin ibsamne. Gaafa ibsamu isinan beeksisa.

Eba Digital

πŸ‘@Abbu_Tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ•Š9❀8😒1
πŸŽ‰ Welcome to Ads Galaxy!

Your channel has been successfully connected. Start earning by posting quality ads.

How it works:
βœ… Get matched with quality ads
βœ… Post ads on your schedule
βœ… Earn instantly

Earning Potential:
πŸ’° 10K subscribers = up to $20/day
πŸ’° 50K+ subscribers = up to $50+/day

No upfront costs. No stress. Just post and earn! πŸ’΅

πŸ“± Visit Ads Galaxy
πŸ‘4❀1
❀5πŸ‘1
Xenea confirm TGE Q2-Q3 2026.
❀4πŸ‘3πŸ’”1
Yooyyaa.

🫴🏿akkuma Beekamuu. blockchainoonnii lafaa qabaachaa jiru.
🫴🏿InterLink Ji'aan dollar 50 ol naaf kena. hojjiin koo immoo akka addunyaati qabxii waanan kenuuf.
🫴🏿Ammas Immoo Unich na filateera. Qarshii ji'aan Naaf eeyyameera. Ambassadoroota baayyee akkan leenjisuus eyyamaa naaf kenneera, Official account kan Ethiopiyyaas naaf kenaniiru,[ Orommiiffanaan hojjadha😁 Yeroo jalqabaaf]
🫴🏿Kanaaf amma gargaarsa keessan na barbaachisa, kana yeroon jedhu, isiniis Reward argattuu, anis nan argadha jechuudha.
🫴🏿Organize fi Event guddaa akka ethiopiatti nan qopheessa jedhaniruu, kanaaf carra isaa isiniif kena.
🫴🏿Amma Appicha bustaanii achiin group irra leenjii jalqabna.

Unich Ambassador program


➫leenjiin gaafa Wixaata yeroo hunda jira.
➫Appii kana buustanii Mine gootu saattii 24 keessattii al tokko qofa Tuqxu.

Download App

https://play.google.com/store/apps/details?id=com.unichlabs.unich.prd.android

Refer kana fayyadamaa.

my referral code:


🫳🫳 ZXDQAHEJ

Official Unich Group [ Join Godha ]

https://t.me/+lWiYhcgROmQ3ZmNk
https://t.me/+lWiYhcgROmQ3ZmNk
❀8πŸ‘2πŸ’”1
Namoonni ⭐️star account keessan irraa qabaattanii gurgurachuu barbaaddan na dubbisaa isin irraan bita.

⭐️Star 1 β‰ˆ 1.5 birr

Inbox
πŸ’­ α΄…α΄‡Κ€α΄€Κ€α΄€βœŸ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Abbu Tech
βœ‹ Sticker
Guys 1 jechuun koo 1 qofa fidaa jechuukoo mitiim😭😭

Star 1 birr 1.5 dha.
❀4😱1πŸ’”1🍾1