Abbu Tech
39.8K subscribers
9.05K photos
367 videos
143 files
4.79K links
🌟 Stay Ahead in Technology!
πŸ”Ή Get the latest tech news and updates
πŸ”Ή Discover insights and trends in crypto

Join us as we explore the future of tech

Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech

CEO: @Abi_Jss
Download Telegram
Abbu Tech
🫳Warri Binance isin rakkiseef Obsaa.✌️
Binance amma hojjechaa jira check godhadhaa.
πŸ”₯10❀1πŸ‘1
Bybit Alphaanis dhufaa jira.😁
πŸ‘10😎2❀1
Abbu Tech
Bybit Alphaanis dhufaa jira.😁
Hubadhaa.

βœ…Binance fi Bybit wal dorgommaa jiru fakkaata. Gidduu kana immoo fayyadamtoonnii Enyu isinitti fakkaata. Jabaadhamee jara keenya.

❇️Open.

Binance, Bybit and OKX βœ…
πŸ’―8❀2
Task 1

🫳Badhaasa nama 4 f

✌️Mee video kanaan Sadarkaa keessa yoo baane, namoota 4 badhaasa nan kenna.

https://x.com/darebible07/status/1978519642608939095?t=MIutVWRE4t36zX5N7oguRA&s=19

Seenaa
A. like
B. Repost
C. Comment bareessaa. Interlink jedhaa.

Badhaasa guddaa qabaπŸ™


🫳Nan amana sadarkaa keessa akka baanu.✌️
βž₯Please Screenshot qabadhaa.πŸ€”
❀9😱1
Good Morning Everyone ✌️
πŸ‘1
Task 2

🫳Badhaasa nama 4 f

✌️Mee video kanaan Sadarkaa keessa yoo baane, namoota 4 badhaasa nan kenna.

https://youtube.com/shorts/EcNE4W_XxC4?si=Wz-JtKoCORpcpSV7

Seenaa

A. like fi
B. Comment bareessaa. Interlink jedhaa.

Badhaasa guddaa qabaπŸ™

🫳Nan amana sadarkaa keessa akka baanu.✌️
βž₯Please Screenshot qabadhaa.πŸ€”
❀8πŸ”₯2
🫳 Interlink Baayyee dhibbaa hojjachaa jira,

Ammayyuu Yeroo qabdu.

🫳Groupiin kun
@daretube Waayyee Interlink qofadha.
⚑️Gaaffii kamiyyuu gaafachuu ni dandeessu.
⚑️Video inni gubbaa like comment jedhee kanan isin rakkisuu badhaasa Dollar waan qabnuufidha. Innis Dorgomuu dandeessu.
⚑️Akkaata isaa hunda isin deeggaraa. Only InterLink βž₯
@daretube

.
πŸ™6πŸ‘1
🫑InterLink Verified Taane. βœ…

πŸ‘‰πŸΌCongratulations for us.

Jabaadha, Hojjaadha.

✏️hojiin isaa karaa lamaanidha

1. kophaan hojjachuu
2. Groupiin Hojjachuu.

Haaraa Yoo taatan Link Kana fayyada

https://interlinklabs.ai/8968068
https://interlinklabs.ai/8968068

Erga fixanii Barnoota fudhaachuun Ambassador ni taatu
@daretube
❀15πŸ‘2
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
🫳Maatiin Trump crypto Billion 1 ol hojjataniiru keessatu mucaa isaa.


🫳Qoyi gaaffiin koo.

Otoon mucaa trump ta'e, sila ganamaan ka'ee gaaffii tokko dhiyyeessa.

Trump essa deemta jedheen gaafadha, inni deebiseefi warri chayyinaa kanatii dhaqeen itti hima liklik eshee.πŸ€”

βž₯Yeroo sana maal hubadheere jara keenya. Crytpon waan gad bu'uuf. Dollar maatii koo hunda qabaadheen ta'aa.

βž₯Gowwaadha malee sana olii buufata ture.
βž₯Silaa abbaa isaati waan dubbatu ni beeka. Amma immoo media bahanii billion tokko buufanneera, lubbuu kuma 2 ol gaalafataniiπŸ€”

Safuudha Abo!
πŸ”₯10😎6❀3
Namoonni giruupp baayinaan bittanii kaa'aa jirtan yeroo ammaa kana of eeggannoo gaarii godhaa...account namoota hedduu akkasuma giruuppii baayyeen ugguramanaa jira

Sababa kanaafis gatiin kana duraa baayyee gad buhaa jira
πŸ‘16πŸ”₯6❀3🀩3πŸ‘1
πŸ“… OCTOBER 16, 2025 β€” OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS

βœ… Knovus β†’ D
βœ… Marina β†’ A
βœ… Xenea β†’ A
βœ… Spur β†’ B
βœ…
Syntax β†’ C
Syntax vault: 2 9 5 8
❀5πŸ‘2
Guys Binance fi bybit irra maaltu uumame?

P2P exchange kana lamaan irratti Rakkoo ta'ee jira...sababni maalii akka jiru fi wanta kana duuba info kam akka jiru ammalle adda bafachuu hin dandeenye

Exchange kana lamman irra Max Price 161 dhaan usdt 1 jijjiiramaa kan jiru ....isumayyu ads yeroo hedduu fudhataa hin jiru!

Guyyaa darbe kana Ethio telecom datadhan wifi dhan binance naaf banu didennan safaricom fayyadamaa ture

Sababa waan kanaa amma dandeenye barbaadnee isin biraan ni geenya...namooti usdt gurgurtan garuu yeroof exchange kanneen biroo yoo fayyadamtan bareedaa natti fakkaata

Waan haaraan hanga isiniif deebibu obsaan nu eegaa!❀️

Halkan Gaarii!
πŸ‘12❀10
Xenea Wallet New Astra Nova Quiz Answers:

1) A     6) A
2) A     7) D
3) C     8) C
4) D     9) B
5) B     10) D
❀6πŸ‘1
TON Ecosystem Today Token Prices (with ATHs )

$BLUM = $0.050
$PX **** = $0.026 (ATH: $0.77)
$NOT = $0.00083 (ATH: $0.027)
$MAJOR = $0.11 (ATH: $1.7)
$DOGS = $0.000068 (ATH: $0.0016)
$HMSTR = $0.00040 (ATH: $0.0085)

πŸͺ™ Other Token Current Prices:
πŸ€‘
$BTC = $107K
πŸ€‘
$ETH = $3831
πŸ€‘
$SOL = $181
πŸ€‘
$TON = $2.11
πŸ”Έ
$BNB = $1109
πŸͺ™
$BGB = $4.60

Abbu Tech
πŸ‘4❀1
Crypto isn't looking GoodπŸ”½
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ’”3
Abbu Tech
Crypto isn't looking GoodπŸ”½
✏️Sababni isaa Mootiin Crypto gad deemaa waan jiruufi $BTC = $107K πŸ”½
πŸ‘6πŸ”₯2
Abbu Tech
πŸ“… OCTOBER 16, 2025 β€” OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS βœ… Knovus β†’ D βœ… Marina β†’ A βœ… Xenea β†’ A βœ… Spur β†’ B βœ… Syntax β†’ C Syntax vault: 2 9 5 8
πŸ“… OCTOBER 17, 2025 β€” OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS

βœ… Knovus β†’ C
βœ… Marina β†’ A
βœ… Xenea β†’ D
βœ… Spur β†’ C
βœ…
Syntax β†’ C
Syntax vault: 2 7 6 3
πŸ‘5πŸ”₯2❀1
πŸ–Me jara Keenyaa  Warri  Premium Qabdan  Boost Godhaame Channel Kana

⚑️https://t.me/boost/abbu_tech
⚑️https://t.me/boost/abbu_tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘9πŸ‘2
#Me Pass

🫳Wanti kun baayyee dabalaa jira, yeroo dhiyoon booda dollar 20 gala jedhamee eegama.

🫳Verified ta'uu akka hin irraanfanne.
βž₯Haaraa yoo taatan Naannoo Dollar 7 argattu. Jechuun 1 Mec ✌️
βž₯Guyyaati jechoota muraasa barreessu duwwaadha.

Haaraa yoo taatanπŸ‘‡

https://i.mec.me/?c=qtcvy56s

Invitation Code: qtcvy56s

.
❀11πŸ‘1πŸ₯°1
βž₯Yeroo kana Warri Computer qabdan. Win 11 fayyadamaa. Win 10 keessa banneera.πŸ˜‚

βž₯Rakkoon win 10 yoo dhufe, itti hin gaafatamnu jedhaniiru warri...

βž₯Qoyi warra maalitti? Comment jala.πŸ˜‚
πŸ₯°3
Abbu Tech
βž₯Yeroo kana Warri Computer qabdan. Win 11 fayyadamaa. Win 10 keessa banneera.πŸ˜‚ βž₯Rakkoon win 10 yoo dhufe, itti hin gaafatamnu jedhaniiru warri... βž₯Qoyi warra maalitti? Comment jala.πŸ˜‚
Sababa Win 11 godhaa jedhaniifπŸ€”

βž₯Dursa gaaffii nati ta'a.

🫳Qoyi, Window 9 jiraa?πŸ€” Maalif irra darbanπŸ€” yaadanii beektu?

βž₯Code isaa 9 yoo jenne Source code durii faana wal nu jalaa fakkaata ykn detect nu jalaa ta'a ykn break win98 or win95 source code

βž₯Sababa markeetiis ta'uu danda'a jedhu...
βž₯Kanumaa immoo Source Codiin isaa isaan bira jira.
βž₯jechuun nuti Edit ykn gara barbaannetii illee jijjiiruu hin dandeenyu.

Waan tokkon yaade, Win 11 keessa source Code dhoksaan otoo ka'in maalin beeknaπŸ€”

βž₯Yoo isaan win11 godhaa jedhan addunyaan percent 70 ol window OS waan fayyadamuuf dafanii jijjiru.

Linux jira kingiin πŸ˜‚

🫳Open Source Codiidha. GitHub gubbaa akka barbaaddanitti jijjirtanii fayyadamtu.
βž₯OS kana namoota ykn Hackaarotatuu itti fayyadamaa.

🫳Yoo barbaaddaniis al tokkoti OS lama fayyadamuu dandeessuπŸ˜‚
πŸ‘5