Abbu Tech
39.8K subscribers
9.05K photos
367 videos
143 files
4.79K links
🌟 Stay Ahead in Technology!
πŸ”Ή Get the latest tech news and updates
πŸ”Ή Discover insights and trends in crypto

Join us as we explore the future of tech

Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech

CEO: @Abi_Jss
Download Telegram
Good Morning Everyone πŸ™
❀6πŸ‘3🀩2
🟒XENEA - Spur Protocol
❌ Daily Quiz: 12 October

βž–βž–βž–βž–βž–βž–βž–
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀3πŸ‘2πŸ”₯2
πŸ“… OCTOBER 12, 2025 β€” OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS

βœ… Knovus β†’ A
βœ… Marina β†’ D
βœ… Xenea β†’ A
βœ… Spur β†’ A
βœ… Syntax β†’ B
❀3πŸ‘2
Kana Qofarraa Dollar 60
❀8πŸ‘6
Abbu Tech
Kana Qofarraa Dollar 60
Guyyaa Har'aati.

1. Namoota point 200 ol qaban duwwaatu eligible dha.
2. Isaa gad yoo ta'ee ineligible dha, jechuun Airdrop keessa hin hirmaatu.
3. Yeroo kana binance App keessan Update yoo gootan akka kooti baayyee rakkatuu, Buy | Sell akka version 3.4.3 miti. Dollar hanga 2 lose godheera Trade Volume create gochuuf.

inni haaraan Version isaa Version 3.4.4 jimaata darbee gad dhiisanii turan

4. Kanaaf binance keessan update hin godhinaa.
5. Tarii Update gootanituu yoo ta'e immoo Reverse Order Fayyadamaa.

🫳Hub:

βž₯Namoonnii Guyyaati Trade gootanii point 10 gad hangas mara isin hin fayyadu.
βž₯Haala Qindeessa Jira. Waan ta'eef qophaa'a.

Maal fa'aa.
1. Open X
2. Dollar
3. Interest ✌️
❀18πŸŽ‰4
Ta'iinsa dheengadaattiin Namoonnii kuma 2 ol ta'an lubbuun isaanii darbeera.

Crypto Market irratti
.
3😒28😱5❀2🀩1πŸ’”1
Abbu Tech
Ta'iinsa dheengadaattiin Namoonnii kuma 2 ol ta'an lubbuun isaanii darbeera. Crypto Market irratti.
🫳Lubbuu nama irrattii Qoosti jarrii.

🫳Kalleessa lola, achiin inni kaan in bitta, inni kaan long term galee bo'aa, har'a immoo Araara jedhu inni kalleessa yeroo rakkasaa bittee jarrii yeroo Araaraman deebisuu gurgura. πŸ˜‚

🫳Ay Addunyaa Crypto!
❀7πŸ’―4
πŸ˜‚Olmaan Garuu bareeddaπŸ˜‚


🫳Magariisa Uffattee muudii qabattii, lubbuu namaa bade.πŸ’š

✌️Maalummaafuu fetaa jedhaa.
πŸ”₯11πŸ’”3❀1😱1
Yeroo Boonsaa Hawaasa Interlink Network Labs Ambassadorsaf 🌟

Hawaasni Interlink carraa isa jalqabaa offline ta’e Hindii keessatti geggeessuu danda’e, magaalaa bareedduu Shimla, Himachal Pradesh keessatti, miseensota 200 ol kan hirmaatan waliin.

Hojii boonsaa kana Community Builder InterlinkMonika
(Jitender) fi Team Himachal qindeessan, akkasumas Interlink Moderator fi Community Builder Dhiraj Kumar akka Chief Guest tajaajilaa turan.

Fedhii, tokkummaa, fi kutannoon, Ambassadors keenya hojii Interlink itti fufanii jiru β€” hubannoo babal’isuun, hawaasota kakaasuun, fi mul’ata decentralization fi eenyummaa dhugaa namaa addunyaa guutuu keessatti tarkaanfachiisuu. 🌍πŸ”₯

🫳Hubadhaa.

1. Otoo active taanee, Event Akkasii Oromia keessattiillee qopheessu dandeenya ture, ambassador naannoo keenyaa waan hin jireeffan cal jedhe,
Baasin hunduu isaanirraa ture.

2. Namoonnii keenya project kana tafataniiru. Garuu projectiin kun baayyee guddaa ta'a.

Multi account✌️

🫳🫳 Interlink Chat

#Interlink #ITL #ITLG #ITLX
❀16πŸ‘2😒1πŸ’”1
🫳Qophaa'a Yeroo isaa yoo gahu isin beeksiisa. Bonus guddaa waan ta'eef.

Tarii Haaraa yoo taatan link kana fayyaadamaa.

✌️1000FD ✌️

🫳
Unich Project

.Be active and Telegram or X Notification On.

Hub

🫳Torbee guutu kan hojjatan mannaa, isa wixaata saatii ganamaa kana hojjatantuu dachaa 50 ta'a
🫳All information Video Keessa jira.
πŸ”₯11❀1πŸ‘1
Partner With KUCOIN ✌️

🫳Unich jalqabuuf yoo barbaaddan.

🫳Haaraa yoo taatan video ilaalla.
Full Vidio βž₯ Unich Project

🫳Jalqabuuf link kana fayyadamaa.

https://unich.com/en/airdrop/sign-up?ref=JDQBV9j0fy


Referal Code: JDQBV9j0fy

🫳🫳🫳🫳🫳🫳🫳🫳🫳
❀2πŸ‘2
Abbu Tech
🫳Qophaa'a Yeroo isaa yoo gahu isin beeksiisa. Bonus guddaa waan ta'eef. Tarii Haaraa yoo taatan link kana fayyaadamaa. ✌️1000FD ✌️ 🫳 Unich Project .Be active and Telegram or X Notification On. Hub 🫳Torbee guutu kan hojjatan mannaa, isa wixaata…
Seenaa amma fudhadhaa. ✌️ Point 40FD duwwaaπŸ˜‚

βž₯Saatii hangana guutu eegne.

Garuu X page isaaniirattii 717FD jedhani, πŸ˜‚ jarrii Soba jalqabanii moo rakkoo ServeriittireeπŸ˜‚
❀8πŸ‘2
🫳🏻Due to a temporary system glitch in today’s Epic Monday task, some users received only 40 FD Points instead of the intended 717 FD Points.

We sincerely apologize for the inconvenience πŸ™

If you did not receive the full 717 FD Points, please fill out this form to claim your missing points:

πŸ‘‰
https://forms.gle/zzTJdvrLsY6XwoMJA

πŸ‘‰πŸΌNamoonnii 717 hin fudhannee Yoo jiraatan Formii kana Guuta, Isiniif kenama.

πŸ”₯Haaraa Yoo jiraattan Link kanan jalqabuu dandeessu
unich.xyz

@abbu_tech
@abbu_tech
❀9πŸ‘4
Abbu Tech
🫳🏻Due to a temporary system glitch in today’s Epic Monday task, some users received only 40 FD Points instead of the intended 717 FD Points. We sincerely apologize for the inconvenience πŸ™ If you did not receive the full 717 FD Points, please fill out this…
Sorry Fam.

Kun saattii 24 Qofadha, garuu hanga guyyaa 3 gidduuti Pointicha isiniif seerreesu. gmail itti jalqabdaniin galchiitu, screenshot fi gmail akka hin daganne.
❀6πŸ™3
🫳Namoota muraasaf Sirraateera.✌️

🫳Unich.xyz
.
πŸ‘7
🫳Akkam Bultaan fam✌️
πŸ‘4πŸ”₯2
Unich 🀝 KuCoin partner

πŸ‘Œ Link: βž₯ unich.xyz

.
❀2😱2