Abbu Tech
#InterLink #ITLG #ITL Namni amma InterLink keessatti hojii eegale ji’a tokko keessatti meeqa $ITLG walitti qabachuu danda’a? Wanti asii olitti argitu ka’umsa isaa akka X account irraa kan fudhatame yoo ta’u, nama tokko yeroo ammaa irratti $ITLG miliyoona…
3. Mining: Namni referral hin qabne, yoo guyyaa guyyaatti sa’aatii 6 mining godhe, guyyaa tokkotti $ITLG 180 argata. Ji’a tokko keessatti (torban 4) $ITLG 5,040 argachuu danda’a.
4. Security Group: Yoo guyyaa guyyaatti active ta’e, torban 4 keessatti $ITLG 5,040 argachuu danda’a.
5. Ambassador: Namoonni InterLink jala hojjatan, hojii isaanii irratti hundaa’uun ji’a ji’aan $ITLG mindaa argatu.
6. Spin Game: Tapha “spin” jedhu yoo taphatte fi beeksisa ilaaltan, $ITLG 20 itti dabalataan argatta.
Jalqabuuf👇
https://interlinklabs.ai/8968068

👍7❤3
📅 OCTOBER 11, 2025 — OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS
✅ Knovus → C
✅ Marina → B
✅ Xenea → D
✅ Spur → B
✅ Syntax → A
✅ Knovus → C
✅ Marina → B
✅ Xenea → D
✅ Spur → B
✅ Syntax → A
❤6👍1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤3👍2🔥2
Abbu Tech
Batch 7 jalqabeera hanga October 12 ti Tura. 1. Interlink Ambassador ta'uuf warra fedha qaban Qofa. 2. Content akkamitti akka hojjaniillee qaba. 3. Interlink jalqabuun dirqaama. Jalqabuuf Link kana fayyadama. ➥ Download Formii kan guutun keessaniin duraa…
Har'a Dhuma ✌️
https://forms.gle/s9FQb2fzQM9d5i3u6
https://forms.gle/s9FQb2fzQM9d5i3u6
➥Interlink Ambassador Ta'uu Yoo barbaaddan⚡️
For Support Click Here

❤4👍1
📅 OCTOBER 12, 2025 — OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS
✅ Knovus → A
✅ Marina → D
✅ Xenea → A
✅ Spur → A
✅ Syntax → B
✅ Knovus → A
✅ Marina → D
✅ Xenea → A
✅ Spur → A
✅ Syntax → B
❤3👍2
Abbu Tech
Kana Qofarraa Dollar 60
Guyyaa Har'aati.
1. Namoota point 200 ol qaban duwwaatu eligible dha.
2. Isaa gad yoo ta'ee ineligible dha, jechuun Airdrop keessa hin hirmaatu.
3. Yeroo kana binance App keessan Update yoo gootan akka kooti baayyee rakkatuu, Buy | Sell akka version 3.4.3 miti. Dollar hanga 2 lose godheera Trade Volume create gochuuf.
inni haaraan Version isaa Version 3.4.4 jimaata darbee gad dhiisanii turan
4. Kanaaf binance keessan update hin godhinaa.
5. Tarii Update gootanituu yoo ta'e immoo Reverse Order Fayyadamaa.
🫳Hub:
➥Namoonnii Guyyaati Trade gootanii point 10 gad hangas mara isin hin fayyadu.
➥Haala Qindeessa Jira. Waan ta'eef qophaa'a.
Maal fa'aa.
1. Open X
2. Dollar
3. Interest ✌️

❤18🎉4
Abbu Tech
Ta'iinsa dheengadaattiin Namoonnii kuma 2 ol ta'an lubbuun isaanii darbeera. Crypto Market irratti.
🫳Lubbuu nama irrattii Qoosti jarrii.
🫳Kalleessa lola, achiin inni kaan in bitta, inni kaan long term galee bo'aa, har'a immoo Araara jedhu inni kalleessa yeroo rakkasaa bittee jarrii yeroo Araaraman deebisuu gurgura. 😂
🫳Ay Addunyaa Crypto!

❤7💯4
Yeroo Boonsaa Hawaasa Interlink Network Labs Ambassadorsaf 🌟
Hawaasni Interlink carraa isa jalqabaa offline ta’e Hindii keessatti geggeessuu danda’e, magaalaa bareedduu Shimla, Himachal Pradesh keessatti, miseensota 200 ol kan hirmaatan waliin.
Hojii boonsaa kana Community Builder InterlinkMonika (Jitender) fi Team Himachal qindeessan, akkasumas Interlink Moderator fi Community Builder Dhiraj Kumar akka Chief Guest tajaajilaa turan.
Fedhii, tokkummaa, fi kutannoon, Ambassadors keenya hojii Interlink itti fufanii jiru — hubannoo babal’isuun, hawaasota kakaasuun, fi mul’ata decentralization fi eenyummaa dhugaa namaa addunyaa guutuu keessatti tarkaanfachiisuu. 🌍🔥
🫳Hubadhaa.
1. Otoo active taanee, Event Akkasii Oromia keessattiillee qopheessu dandeenya ture, ambassador naannoo keenyaa waan hin jireeffan cal jedhe,
Baasin hunduu isaanirraa ture.
2. Namoonnii keenya project kana tafataniiru. Garuu projectiin kun baayyee guddaa ta'a.
Multi account✌️
🫳🫳 Interlink Chat
#Interlink #ITL #ITLG #ITLX

❤16👏2😢1💔1
🫳Qophaa'a Yeroo isaa yoo gahu isin beeksiisa. Bonus guddaa waan ta'eef.
Tarii Haaraa yoo taatan link kana fayyaadamaa.
✌️1000FD ✌️
🫳 Unich Project
.Be active and Telegram or X Notification On.
Hub
🫳Torbee guutu kan hojjatan mannaa, isa wixaata saatii ganamaa kana hojjatantuu dachaa 50 ta'a
🫳All information Video Keessa jira.

🔥11❤1👍1
Abbu Tech
🫳Qophaa'a Yeroo isaa yoo gahu isin beeksiisa. Bonus guddaa waan ta'eef. Tarii Haaraa yoo taatan link kana fayyaadamaa. ✌️1000FD ✌️ 🫳 Unich Project .Be active and Telegram or X Notification On. Hub 🫳Torbee guutu kan hojjatan mannaa, isa wixaata…
Guyyaa Gad hin dhiisne. X page gubbaati Garuu KuCoin faana Partner akka ta'an dubbatan. ✌️
Partner With KUCOIN ✌️
🫳Unich jalqabuuf yoo barbaaddan.
🫳Haaraa yoo taatan video ilaalla.
Full Vidio ➥ Unich Project
🫳Jalqabuuf link kana fayyadamaa.
https://unich.com/en/airdrop/sign-up?ref=JDQBV9j0fy
Referal Code:
🫳🫳🫳🫳🫳🫳🫳🫳🫳

JDQBV9j0fy🫳🫳🫳🫳🫳🫳🫳🫳🫳
❤2👍2
Abbu Tech
🫳Qophaa'a Yeroo isaa yoo gahu isin beeksiisa. Bonus guddaa waan ta'eef. Tarii Haaraa yoo taatan link kana fayyaadamaa. ✌️1000FD ✌️ 🫳 Unich Project .Be active and Telegram or X Notification On. Hub 🫳Torbee guutu kan hojjatan mannaa, isa wixaata…
Seenaa amma fudhadhaa. ✌️ Point 40FD duwwaa😂
➥Saatii hangana guutu eegne.
Garuu X page isaaniirattii 717FD jedhani, 😂 jarrii Soba jalqabanii moo rakkoo Serveriittiree😂

❤8👍2
🫳🏻Due to a temporary system glitch in today’s Epic Monday task, some users received only 40 FD Points instead of the intended 717 FD Points.
We sincerely apologize for the inconvenience 🙏
If you did not receive the full 717 FD Points, please fill out this form to claim your missing points:
👉 https://forms.gle/zzTJdvrLsY6XwoMJA
👉🏼Namoonnii 717 hin fudhannee Yoo jiraatan Formii kana Guuta, Isiniif kenama.
🔥Haaraa Yoo jiraattan Link kanan jalqabuu dandeessu unich.xyz
@abbu_tech

❤9👍4
Abbu Tech
🫳🏻Due to a temporary system glitch in today’s Epic Monday task, some users received only 40 FD Points instead of the intended 717 FD Points. We sincerely apologize for the inconvenience 🙏 If you did not receive the full 717 FD Points, please fill out this…
Sorry Fam.
Kun saattii 24 Qofadha, garuu hanga guyyaa 3 gidduuti Pointicha isiniif seerreesu. gmail itti jalqabdaniin galchiitu, screenshot fi gmail akka hin daganne.

❤6🙏3