Pirezidaantii Trump Lola Trade War Deebisan!
Pirezidaantiin Ameerikaa ammaa, Donald Trump, lola daldalaa USA fi China gidduu jiru deebisanii eegaluun, gabaa crypto garmalee raaseera!
Labsii haaraan Pirezidaantii Trump baasaniin, meeshaalee China irraa gara USAtti galan hunda irratti 100% tariff (gatii alaa) akka kaa'an beeksisaniiru.
Labsii dinagdee kana hordofee, balaan guddaan market keessatti uumame.
Yeroo gabaabaa keessatti, namoonni leverage (liqa) guddaatti fayyadamanii turan qabeenya isaanii guddaa dhabaniiru.
* Sa'aatii 24 keessatti, qabeenyi $9.5 Billion (Biliyoona 9.5) ol ta'u market guutuu keessaa liquidate (qisaasama) ta'eera.
Kun seenaa crypto keessatti yeroo muraasaaf isa jalqabaa dha!
* Akaawuntii guddichi liquidate ta'e: $87.5 Million (Miliyoona 87.5) HTX Exchange irratti ture.
Dhiibbaa Gatii (Price Impact):
Altcoins: Kan akka Solana, XRP, Dogecoin, fi Cardano daqiiqaawwan muraasa keessatti 15% hanga 25% gadi bu'an.
Eksiinjiwwan Dhiibbaan Irra Ga'e:
Liikwideshiniin guddichi kun
HTX ($800 Million), fi Hyperliquid ($400 Million) irra ga'eera.
Volatility (jijjiirama saffisaa) yeroo ammaa kana baay'ee guddaa waan ta'eef, risk management keessan cimsadhaa.
Emotional decisions gochuu fi liqa guddaatti fayyadamuu irraa fagaadhaa.
Stay Safe!
Via: 433Crypto
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π7π±6π₯4β€2π₯°2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€5π₯2π₯°1π1
+3Sms
+3Sms
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€7π3π₯1π₯°1π1
β₯Kunoo kan guyyaa har'a namoota point alpha 200 qabuutu Claim godhata.
π«³Ani garuu akkuma video irra isinitti argiisisee 145 pointiidha. Galgala Trade godheen 14 itti dabaleedha. Kanaaf amma point 159 qaba. Ani eligible hin taane maalif yoo jettan inni point 200 waan gaafateef kanaaf nan dhiisa jechuudha.
Please Don't forget to open X page.πππππ
π«³ Twitter Page
.

β€7π3β1π₯1πΎ1
Abbu Tech
β₯Kunoo kan guyyaa har'a namoota point alpha 200 qabuutu Claim godhata. π«³Ani garuu akkuma video irra isinitti argiisisee 145 pointiidha. Galgala Trade godheen 14 itti dabaleedha. Kanaaf amma point 159 qaba. Ani eligible hin taane maalif yoo jettan inni pointβ¦
Token 640 $CDL ~ 50$
Ended π« π« Garuu Kun Dhumeera.
Kanaaf Dollar 50 Argataniiru. Kanaaf Itti Qophaa'a ni jalqabna.
Ended π« π« Garuu Kun Dhumeera.
Kanaaf Dollar 50 Argataniiru. Kanaaf Itti Qophaa'a ni jalqabna.
π₯°6π2
π«³Tokenoota stability ta'an Website kanaan Track Goona.
https://alpha123.uk/
Yeroo Trade goota Point argaatan suura gubbaa jira.
FKF
Point Ykn Alpha Point 15 guyyaati argachuuf Trade Volume $32768 Create gochuu qabna.
https://alpha123.uk/
Yeroo Trade goota Point argaatan suura gubbaa jira.
FKF
Point Ykn Alpha Point 15 guyyaati argachuuf Trade Volume $32768 Create gochuu qabna.
β€1π―1
Abbu Tech
π«³Tokenoota stability ta'an Website kanaan Track Goona. https://alpha123.uk/ Yeroo Trade goota Point argaatan suura gubbaa jira. FKF Point Ykn Alpha Point 15 guyyaati argachuuf Trade Volume $32768 Create gochuu qabna.
Please Binance keessan Update hin godhinaa.
π«³Buy / Sell section jijjiraniiru.
Isa duraa wayya ture, Buy goone yeroo sell jennu Xiqqoo Fee baayyee kutaa jira.
π«³Kanaaf jedhe.
π«³Buy / Sell section jijjiraniiru.
Isa duraa wayya ture, Buy goone yeroo sell jennu Xiqqoo Fee baayyee kutaa jira.
π«³Kanaaf jedhe.
β€8
Abbu Tech
AMERICAN DOLLAR 1 FEE gaafattee DV dhaaf.π€£ ππΌGass Fee Jalqabanii isaanis Mee Ni illaallaka. DV2027 Jalqabeeti
β₯Waayyee DV chatGPT gaafanaan Passport Dirqaama nan jetteπ
β₯Warri qabdan baga gammaddan ka.π
β₯Source: ChatGPT
β₯Warri qabdan baga gammaddan ka.π
β₯Source: ChatGPT
π±8β€1π1
π π₯ CRYPTO MARKET UPDATE β LAST 24 HOURS π₯
π° Bitcoin (BTC)
π High: $122,550 | π Low: $102,000 | π΅ Current: ~$111,980
π Ethereum (ETH)
π High: $4,390 | π Low: $3,435 | π΅ Current: ~$3,835
β‘ Solana (SOL)
π High: $224 | π Low: $168 | π΅ Current: ~$185
π₯ BNB (BNB)
π High: $1,274 |
π Low: $860 |
π΅ Current: ~$1,278.77
π Toncoin (TON)
π High: $2.74 |
π Low: $0.55 |
π΅ Current: ~$2.21
π§ XRP (XRP)
π High: $2.83 |
π Low: $1.25 |
π΅ Current: ~$2.47
πΆ Dogecoin (DOGE)
π High: $0.25 |
π Low: $0.095 |
π΅ Current: ~$0.19
πΉ Hamster Kombat (HMSTR)
π High: $0.00063 |
π Low: $0.00020 |
π΅ Current: ~$0.0004
πΎ Dogs (DOGS)
π High: $0.00014 |
π Low: $0.00001 |
π΅ Current: ~$0.000074
π£ NOTCOIN (NOT)
π High: $0.0015 |
π Low: $0.00021 |
π΅ Current: ~$0.00093
Share and Like Abbu Tech

β€8π1
#InterLink #ITLG #ITL
Namni amma InterLink keessatti hojii eegale jiβa tokko keessatti meeqa $ITLG walitti qabachuu dandaβa?
Wanti asii olitti argitu kaβumsa isaa akka X account irraa kan fudhatame yoo taβu, nama tokko yeroo ammaa irratti $ITLG miliyoona lama ol walitti qabuusaa X account isaatiin maxxanseera. Amma garuu dhugaa kana irratti xiyyeeffanna.
Namni amma #InterLink irratti of galmeessu, yoo hojii gaarii hojjechuu eegale, jiβa tokko booda $ITLG meeqa argachuu akka dandaβu haa ilaallu:
β Yeroo baayβee $ITLG argachuuf karaalee hedduutu jira, garuu asitti kanneen ijoo taβan irratti haa xiyyeeffannu β
1. Tapha (Game): Namni InterLink app keessatti tapha hedduu taphatu, jiβa tokko keessatti $ITLG 750 hanga $10,000 argachuu dandaβa.
2. Referral (Nama affeeruu): Yoo jiβa tokko keessatti nama shan affeerte, namoonni sunis active taβan, $ITLG 2,500 argatta. Namoota dabalataan yoo affeerre immoo, nama tokkotti $ITLG 250 itti dabala.

β€7
Abbu Tech
#InterLink #ITLG #ITL Namni amma InterLink keessatti hojii eegale jiβa tokko keessatti meeqa $ITLG walitti qabachuu dandaβa? Wanti asii olitti argitu kaβumsa isaa akka X account irraa kan fudhatame yoo taβu, nama tokko yeroo ammaa irratti $ITLG miliyoonaβ¦
3. Mining: Namni referral hin qabne, yoo guyyaa guyyaatti saβaatii 6 mining godhe, guyyaa tokkotti $ITLG 180 argata. Jiβa tokko keessatti (torban 4) $ITLG 5,040 argachuu dandaβa.
4. Security Group: Yoo guyyaa guyyaatti active taβe, torban 4 keessatti $ITLG 5,040 argachuu dandaβa.
5. Ambassador: Namoonni InterLink jala hojjatan, hojii isaanii irratti hundaaβuun jiβa jiβaan $ITLG mindaa argatu.
6. Spin Game: Tapha βspinβ jedhu yoo taphatte fi beeksisa ilaaltan, $ITLG 20 itti dabalataan argatta.
Jalqabuufπ
https://interlinklabs.ai/8968068

π7β€3
π
OCTOBER 11, 2025 β OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS
β Knovus β C
β Marina β B
β Xenea β D
β Spur β B
β Syntax β A
β Knovus β C
β Marina β B
β Xenea β D
β Spur β B
β Syntax β A
β€6π1
Good Morning Everyone π
β€6π3π€©2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€3π2π₯2
Abbu Tech
Batch 7 jalqabeera hanga October 12 ti Tura. 1. Interlink Ambassador ta'uuf warra fedha qaban Qofa. 2. Content akkamitti akka hojjaniillee qaba. 3. Interlink jalqabuun dirqaama. Jalqabuuf Link kana fayyadama. β₯ Download Formii kan guutun keessaniin duraaβ¦
Har'a Dhuma βοΈ
https://forms.gle/s9FQb2fzQM9d5i3u6
https://forms.gle/s9FQb2fzQM9d5i3u6
β₯Interlink Ambassador Ta'uu Yoo barbaaddanβ‘οΈ
For Support Click Here
https://forms.gle/s9FQb2fzQM9d5i3u6
https://forms.gle/s9FQb2fzQM9d5i3u6
β₯Interlink Ambassador Ta'uu Yoo barbaaddanβ‘οΈ
For Support Click Here
β€4π1
π
OCTOBER 12, 2025 β OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS
β Knovus β A
β Marina β D
β Xenea β A
β Spur β A
β Syntax β B
β Knovus β A
β Marina β D
β Xenea β A
β Spur β A
β Syntax β B
β€3π2
Abbu Tech
Kana Qofarraa Dollar 60
Guyyaa Har'aati.
1. Namoota point 200 ol qaban duwwaatu eligible dha.
2. Isaa gad yoo ta'ee ineligible dha, jechuun Airdrop keessa hin hirmaatu.
3. Yeroo kana binance App keessan Update yoo gootan akka kooti baayyee rakkatuu, Buy | Sell akka version 3.4.3 miti. Dollar hanga 2 lose godheera Trade Volume create gochuuf.
inni haaraan Version isaa Version 3.4.4 jimaata darbee gad dhiisanii turan
4. Kanaaf binance keessan update hin godhinaa.
5. Tarii Update gootanituu yoo ta'e immoo Reverse Order Fayyadamaa.
π«³Hub:
β₯Namoonnii Guyyaati Trade gootanii point 10 gad hangas mara isin hin fayyadu.
β₯Haala Qindeessa Jira. Waan ta'eef qophaa'a.
Maal fa'aa.
1. Open X
2. Dollar
3. Interest βοΈ

β€18π4