Abbu Tech
39.7K subscribers
9.05K photos
367 videos
143 files
4.79K links
🌟 Stay Ahead in Technology!
πŸ”Ή Get the latest tech news and updates
πŸ”Ή Discover insights and trends in crypto

Join us as we explore the future of tech

Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech

CEO: @Abi_Jss
Download Telegram
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Kutaa 1 ffaa.

Alpha Event πŸ€”

1. Akkamitti Trade goona.
2. Trade Volume maalidha.
3. Dollar meeqan jalqabuu?
πŸ‘12❀4πŸ”₯3
🫳Gaaffii Obbolleessa Keenya.

Dabalataan immoo Namoonnii Alpha Event Beekan Hojii Testnet fi Mainnet or Sometimes Depin illee ni tufaatu, sana booda

🫳Kan namoonnii Itti dadhabanii, Airdroppii isaa eeggatan yeroo list ta'uuf jedhu, Binance Alphoonnii Gidduu galanii Gatii hir'isuu. Sana booda Baqa projectiin kun Scamiidha jenna.

Dhoksaa jiruu garuu Investarootadha. Sana booda Alpha Point guddaa Create godhanii Eegu. Sana booda isa nuti ji'a 6 ykn waggaa 1 or 2 itti dadhabne isaan Alpha pointiin Token claim godhatu.

🫳Community muraasa argatta.

🫳Kun wallettii Connect, mining fi guyyaa guyyaan claim gochuun hin jiru, guyya guyyaati Trade gochuu duwwaadha.

No Scammer but Risk, yeroon Trade godhu sana hagan na jala hir'ise argitaniitu, inni immoo Demo accountii miti, dollar dhugadha.
❀8πŸ‘1
Qoyi maalidha kunπŸ€”
❀5
Dhumne
😱7
Abbu Tech
Qoyi maalidha kunπŸ€”
Dollar 3.8 buufne πŸ˜‚ Isinoo?
πŸ‘7😱1
🫳 Donald Trump just crashed crypto 😳
πŸ‘2❀1πŸ‘1
Limit qofaan Dollar 16 ✌️ isinoo mee Comment barreessa.

🫳Be active πŸ€”
❀11πŸ‘4
Crypto Crashed!!!!πŸ”½πŸ”½πŸ”½
ETB to the moon
πŸ”ΌπŸ”ΌπŸ”ΌπŸ˜‚
➿➿➿➿➿➿

Good Morning family❀️
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘10πŸ‘3πŸ”₯2
🚨 Balaa Guddaa Gabaa Crypto Mudate!

Pirezidaantii Trump Lola Trade War Deebisan!

Pirezidaantiin Ameerikaa ammaa, Donald Trump, lola daldalaa USA fi China gidduu jiru deebisanii eegaluun, gabaa crypto garmalee raaseera!

Labsii haaraan Pirezidaantii Trump baasaniin, meeshaalee China irraa gara USAtti galan hunda irratti 100% tariff (gatii alaa) akka kaa'an beeksisaniiru.

Labsii dinagdee kana hordofee, balaan guddaan market keessatti uumame.

πŸ“‰ Kufaatii Gurguddaa fi Liquidation

Yeroo gabaabaa keessatti, namoonni leverage (liqa) guddaatti fayyadamanii turan qabeenya isaanii guddaa dhabaniiru.

* Sa'aatii 24 keessatti, qabeenyi $9.5 Billion (Biliyoona 9.5) ol ta'u market guutuu keessaa liquidate (qisaasama) ta'eera.

Kun seenaa crypto keessatti yeroo muraasaaf isa jalqabaa dha!

* Akaawuntii guddichi liquidate ta'e: $87.5 Million (Miliyoona 87.5) HTX Exchange irratti ture.

Dhiibbaa Gatii (Price Impact):
πŸͺ™ Bitcoin (BTC): Gatiin isaa -12% gadi bu'ee hanga $105,896 ga'ee ture, garuu yeroo booda gara $114,707tti ol deebi'e.

πŸͺ™Ethereum (ETH): Market Cap (Maarket Kaappii) isaa $200 Billion ol hir'isee, gatiin isaa -18% gadi bu'ee haga $3,574 ga'e.

Altcoins: Kan akka Solana, XRP, Dogecoin, fi Cardano daqiiqaawwan muraasa keessatti 15% hanga 25% gadi bu'an.

Eksiinjiwwan Dhiibbaan Irra Ga'e:
Liikwideshiniin guddichi kun

πŸ’ΈBinance ($2.5 Billion),
πŸ’ΈBybit ($1.8 Billion),
πŸ’ΈOKX ($1.2 Billion),
HTX ($800 Million), fi Hyperliquid ($400 Million) irra ga'eera.

πŸ”” Of Eeggannoo:

Volatility (jijjiirama saffisaa) yeroo ammaa kana baay'ee guddaa waan ta'eef, risk management keessan cimsadhaa.

Emotional decisions gochuu fi liqa guddaatti fayyadamuu irraa fagaadhaa.

Stay Safe!
🫢

Via: 433Crypto

✈️ @Abbu_Tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘7😱6πŸ”₯4❀2πŸ₯°2
βœ…  Storacha x Xenea

πŸ”“ Code - STORA2

✈️ @Abbu_Tech
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀5πŸ”₯2πŸ₯°1πŸ‘1
πŸ”₯Today's Old GP price

➑️2023 birr 1200
➑️2016/22 birr 1500
+3Sms
➑️January 2024 ❌
➑️February 2024 ❌
➑️March 2024 birr 700
+3Sms
➑️April birr 600

➑️May birr 400

➑️June-Dec :150 birr

πŸ’¬Inbox @Abi_Jss
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀7πŸ‘3πŸ”₯1πŸ₯°1πŸ‘1
βž₯Kunoo kan guyyaa har'a namoota point alpha 200 qabuutu Claim godhata.

🫳Ani garuu akkuma video irra isinitti argiisisee 145 pointiidha. Galgala Trade godheen 14 itti dabaleedha. Kanaaf amma point 159 qaba. Ani eligible hin taane maalif yoo jettan inni point 200 waan gaafateef kanaaf nan dhiisa jechuudha.

Please Don't forget to open X page.πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡πŸ‘‡


🫳 Twitter Page

.
❀7πŸ‘3✍1πŸ”₯1🍾1
Abbu Tech
βž₯Kunoo kan guyyaa har'a namoota point alpha 200 qabuutu Claim godhata. 🫳Ani garuu akkuma video irra isinitti argiisisee 145 pointiidha. Galgala Trade godheen 14 itti dabaleedha. Kanaaf amma point 159 qaba. Ani eligible hin taane maalif yoo jettan inni point…
Token 640 $CDL ~ 50$

Ended 🫠🫠 Garuu Kun Dhumeera.

Kanaaf Dollar 50 Argataniiru. Kanaaf Itti Qophaa'a ni jalqabna.
πŸ₯°6πŸ‘2
🫳Tokenoota stability ta'an Website kanaan Track Goona.

https://alpha123.uk/

Yeroo Trade goota Point argaatan suura gubbaa jira.

FKF

Point Ykn Alpha Point 15 guyyaati argachuuf Trade Volume $32768 Create gochuu qabna.
❀1πŸ’―1
Abbu Tech
🫳Tokenoota stability ta'an Website kanaan Track Goona. https://alpha123.uk/ Yeroo Trade goota Point argaatan suura gubbaa jira. FKF Point Ykn Alpha Point 15 guyyaati argachuuf Trade Volume $32768 Create gochuu qabna.
Please Binance keessan Update hin godhinaa.

🫳Buy / Sell section jijjiraniiru.

Isa duraa wayya ture, Buy goone yeroo sell jennu Xiqqoo Fee baayyee kutaa jira.

🫳Kanaaf jedhe.
❀8
Abbu Tech
AMERICAN DOLLAR 1 FEE gaafattee DV dhaaf.🀣 πŸ‘‰πŸΌGass Fee Jalqabanii isaanis Mee Ni illaallaka. DV2027 Jalqabeeti
βž₯Waayyee DV chatGPT gaafanaan Passport Dirqaama nan jette😭

βž₯Warri qabdan baga gammaddan ka.πŸ˜‚


βž₯Source: ChatGPT
😱8❀1πŸ‘1
🌍 πŸ”₯ CRYPTO MARKET UPDATE β€” LAST 24 HOURS πŸ”₯

πŸ’° Bitcoin (BTC)
πŸ“ˆ High: $122,550 | πŸ“‰ Low: $102,000 | πŸ’΅ Current: ~$111,980

πŸ’Ž Ethereum (ETH)
πŸ“ˆ High: $4,390 | πŸ“‰ Low: $3,435 | πŸ’΅ Current: ~$3,835

⚑ Solana (SOL)
πŸ“ˆ High: $224 | πŸ“‰ Low: $168 | πŸ’΅ Current: ~$185

πŸ”₯ BNB (BNB)

πŸ“ˆ High: $1,274 |
πŸ“‰ Low: $860 |
πŸ’΅ Current: ~$1,278.77

πŸ’  Toncoin (TON)

πŸ“ˆ High: $2.74 |
πŸ“‰ Low: $0.55 |
πŸ’΅ Current: ~$2.21

πŸ’§ XRP (XRP)

πŸ“ˆ High: $2.83 |
πŸ“‰ Low: $1.25 |
πŸ’΅ Current: ~$2.47

🐢 Dogecoin (DOGE)

πŸ“ˆ High: $0.25 |
πŸ“‰ Low: $0.095 |
πŸ’΅ Current: ~$0.19

🐹 Hamster Kombat (HMSTR)

πŸ“ˆ High: $0.00063 |
πŸ“‰ Low: $0.00020 |
πŸ’΅ Current: ~$0.0004

🐾 Dogs (DOGS)
πŸ“ˆ High: $0.00014 |
πŸ“‰ Low: $0.00001 |
πŸ’΅ Current: ~$0.000074

🟣 NOTCOIN (NOT)

πŸ“ˆ High: $0.0015 |
πŸ“‰ Low: $0.00021 |
πŸ’΅ Current: ~$0.00093


Share and Like Abbu Tech
.
❀8πŸ‘1
Traderoonni 10 har'a $247,110,000 loss godhan sababa Hyperliquidity dhaaf.

Warra kana keessaa namni 5 account isaanii guutummaa guutuutti wipe jalaa tahee jira😒


Soo sad😞😭



Kun osoo isin tahee maal gootu?
😒18😱6πŸ’”2❀1
#InterLink #ITLG #ITL

Namni amma InterLink keessatti hojii eegale ji’a tokko keessatti meeqa
$ITLG walitti qabachuu danda’a?

Wanti asii olitti argitu ka’umsa isaa akka X account irraa kan fudhatame yoo ta’u, nama tokko yeroo ammaa irratti
$ITLG miliyoona lama ol walitti qabuusaa X account isaatiin maxxanseera. Amma garuu dhugaa kana irratti xiyyeeffanna.

Namni amma
#InterLink irratti of galmeessu, yoo hojii gaarii hojjechuu eegale, ji’a tokko booda $ITLG meeqa argachuu akka danda’u haa ilaallu:

βœ… Yeroo baay’ee
$ITLG argachuuf karaalee hedduutu jira, garuu asitti kanneen ijoo ta’an irratti haa xiyyeeffannu β€”

1. Tapha (Game): Namni InterLink app keessatti tapha hedduu taphatu, ji’a tokko keessatti
$ITLG 750 hanga $10,000 argachuu danda’a.


2. Referral (Nama affeeruu): Yoo ji’a tokko keessatti nama shan affeerte, namoonni sunis active ta’an,
$ITLG 2,500 argatta. Namoota dabalataan yoo affeerre immoo, nama tokkotti $ITLG 250 itti dabala.
❀7