🫳Alpha Event.
🫳Namoonnii beektan Itti fufaa. Warra hin beekneef...
🫳No Refer, no minig but Investment and Trading ( buy/sell)
1. Binance Alpha ta'uu ni dandeenya?🤔 Akkamitti
2. Binance Alphaan maalidha.
3. Qarshii irraa hojjatamaa?
4. Jalqabuuf hoo maltuu barbaachisa.
5. Investment qabaa.
6. App download gochuudhamoo Trading dha.
7. Alpha Pointidha Qarshii hangam Argadhaa. Guyyaati meeqa ykn point meeqa Trade yoon godhe argadha.
8. Alpha Event jala kan jiran maalidha isaani
9. Balance point, Volume point fi Task point maalidha.
10. Airdrop, Computation, TGE ,Booster fi Earn Maalidha isaani
➥Maalummaafuu Sammuuti qabaadha.
➥Binance exchange banachuun dirqaama verified ta'uun.
➥Link hin barbaachisuu, Dollar keessan Binance irra walitti qabaadhaa.
➥Fedha keessan ilaallee Tutorial isiniif gad dhiisa. ✌️
➥Yoo xiqqaate guyyaati Projectiin yoo dhufeefi fi Binance Alpha point yoo qabaatan Dollar 50 hanga 100ti hojjachuu ni dandeessu.

🫳Yoo Hojjataniis yoo dhistaniis ana hin fayyadu. Isiin fayyaduuf malee...
❤29👍8🥰2😱2🔥1
Abbu Tech
🫳Alpha Event. 🫳Namoonnii beektan Itti fufaa. Warra hin beekneef... 🫳No Refer, no minig but Investment and Trading ( buy/sell) 1. Binance Alpha ta'uu ni dandeenya?🤔 Akkamitti 2. Binance Alphaan maalidha. 3. Qarshii irraa hojjatamaa? 4. Jalqabuuf hoo maltuu…
Wow baayyee waan jaalattan fakkaata.
🫳Video Isiniif hojjadhaa. ✌️
➥Wantoota Beeku qabdan.
1. Kun Investment gaafata. Yeroon jedhu, namootaf ergina ykn kirreessina osoo hin taane binance wallet osoo hin taane Binance Exchange irraa qabaachuu qabna Dollar Spot or Fund wallet rakkoo hin qabu.
Garuu
🫳 Rewardiin ykn Task karaa Twitter ni dhufuu isaniis Token baayyee kenu, Kanaaf X ykn Twitter banaadha, Achiin Binance keessa seenaatii Connect godhadhaa ykn Authorization kenaafi.
🫳Gmail isaa gar gara yoo ta'ees rakkoo hin qabu. Jechuun gmail kan binance bannee fi X banne jechuu kooti.
✌️Kan biraa immoo Binance wallet kan jenuu immoo darbee darbee waan dhufuuf isaas isinitti nan argisiisa.
2. Guyyaa guyyaan Trade gochuu gaafataa. Akkasumaa guyyaa guyyaan waan arganuuf, lose kan qaqqabuu dollar 1$ keessadha
🫳Mee Akkas Haa goonu,
Hundii keessan.
1. X page banadhaa. (Be ready Live Twitter Gubbaati galla yoo nan jalqaba jettanii isin jalqabsiisna. Achirrattii haasofne guddunfinaa. )
2. Binance Account verified ta'aa.
3. Dollar 100 ~ 120 fi isaa ol yoo dandeessan qabaadha.
Hub:
➥Gaaffiiwwaan qopheeffadhaa.
➥Waanan maxxansuu Note qabaadhaa.
➥Comment jalattii wanta barreessittaniif immoo barreessee deebii isaa isiniif maxxansa.
➥Dollar 100 yoon jedhu, immoo isaa gad hoo ? Kan jedhuuf immoo isin hubaachisaa.
🤝Hojii kanarrattii namni kamiyyuu isin irraa homaa hin argattu.
Be active always.
Share like godhaa channel kanaa✌️
👇👇👇👇👇
https://t.me/abbu_tech

❤11👍4
Abbu Tech
Wow baayyee waan jaalattan fakkaata. 🫳Video Isiniif hojjadhaa. ✌️ ➥Wantoota Beeku qabdan. 1. Kun Investment gaafata. Yeroon jedhu, namootaf ergina ykn kirreessina osoo hin taane binance wallet osoo hin taane Binance Exchange irraa qabaachuu qabna Dollar…
➥Video Daqiiqaa 7 kana dhaggeeffadhaa.
Edit maleettii🙏
Eega Upload godhaa jira.
Edit maleettii🙏
Eega Upload godhaa jira.
👍3👏1
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Kutaa 1 ffaa.
Alpha Event 🤔
1. Akkamitti Trade goona.
2. Trade Volume maalidha.
3. Dollar meeqan jalqabuu?
Alpha Event 🤔
1. Akkamitti Trade goona.
2. Trade Volume maalidha.
3. Dollar meeqan jalqabuu?
👍12❤4🔥3
🫳Gaaffii Obbolleessa Keenya.
Dabalataan immoo Namoonnii Alpha Event Beekan Hojii Testnet fi Mainnet or Sometimes Depin illee ni tufaatu, sana booda
🫳Kan namoonnii Itti dadhabanii, Airdroppii isaa eeggatan yeroo list ta'uuf jedhu, Binance Alphoonnii Gidduu galanii Gatii hir'isuu. Sana booda Baqa projectiin kun Scamiidha jenna.
Dhoksaa jiruu garuu Investarootadha. Sana booda Alpha Point guddaa Create godhanii Eegu. Sana booda isa nuti ji'a 6 ykn waggaa 1 or 2 itti dadhabne isaan Alpha pointiin Token claim godhatu.
🫳Community muraasa argatta.
🫳Kun wallettii Connect, mining fi guyyaa guyyaan claim gochuun hin jiru, guyya guyyaati Trade gochuu duwwaadha.
No Scammer but Risk, yeroon Trade godhu sana hagan na jala hir'ise argitaniitu, inni immoo Demo accountii miti, dollar dhugadha.

❤8👍1
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍10👏3🔥2
Pirezidaantii Trump Lola Trade War Deebisan!
Pirezidaantiin Ameerikaa ammaa, Donald Trump, lola daldalaa USA fi China gidduu jiru deebisanii eegaluun, gabaa crypto garmalee raaseera!
Labsii haaraan Pirezidaantii Trump baasaniin, meeshaalee China irraa gara USAtti galan hunda irratti 100% tariff (gatii alaa) akka kaa'an beeksisaniiru.
Labsii dinagdee kana hordofee, balaan guddaan market keessatti uumame.
Yeroo gabaabaa keessatti, namoonni leverage (liqa) guddaatti fayyadamanii turan qabeenya isaanii guddaa dhabaniiru.
* Sa'aatii 24 keessatti, qabeenyi $9.5 Billion (Biliyoona 9.5) ol ta'u market guutuu keessaa liquidate (qisaasama) ta'eera.
Kun seenaa crypto keessatti yeroo muraasaaf isa jalqabaa dha!
* Akaawuntii guddichi liquidate ta'e: $87.5 Million (Miliyoona 87.5) HTX Exchange irratti ture.
Dhiibbaa Gatii (Price Impact):
Altcoins: Kan akka Solana, XRP, Dogecoin, fi Cardano daqiiqaawwan muraasa keessatti 15% hanga 25% gadi bu'an.
Eksiinjiwwan Dhiibbaan Irra Ga'e:
Liikwideshiniin guddichi kun
HTX ($800 Million), fi Hyperliquid ($400 Million) irra ga'eera.
Volatility (jijjiirama saffisaa) yeroo ammaa kana baay'ee guddaa waan ta'eef, risk management keessan cimsadhaa.
Emotional decisions gochuu fi liqa guddaatti fayyadamuu irraa fagaadhaa.
Stay Safe!
Via: 433Crypto
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
👍7😱6🔥4❤2🥰2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤5🔥2🥰1👏1
+3Sms
+3Sms
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❤7👍3🔥1🥰1👏1
➥Kunoo kan guyyaa har'a namoota point alpha 200 qabuutu Claim godhata.
🫳Ani garuu akkuma video irra isinitti argiisisee 145 pointiidha. Galgala Trade godheen 14 itti dabaleedha. Kanaaf amma point 159 qaba. Ani eligible hin taane maalif yoo jettan inni point 200 waan gaafateef kanaaf nan dhiisa jechuudha.
Please Don't forget to open X page.👇👇👇👇👇
🫳 Twitter Page
.

❤7👍3✍1🔥1🍾1
Abbu Tech
➥Kunoo kan guyyaa har'a namoota point alpha 200 qabuutu Claim godhata. 🫳Ani garuu akkuma video irra isinitti argiisisee 145 pointiidha. Galgala Trade godheen 14 itti dabaleedha. Kanaaf amma point 159 qaba. Ani eligible hin taane maalif yoo jettan inni point…
Token 640 $CDL ~ 50$
Ended 🫠🫠 Garuu Kun Dhumeera.
Kanaaf Dollar 50 Argataniiru. Kanaaf Itti Qophaa'a ni jalqabna.
Ended 🫠🫠 Garuu Kun Dhumeera.
Kanaaf Dollar 50 Argataniiru. Kanaaf Itti Qophaa'a ni jalqabna.
🥰6👍2
🫳Tokenoota stability ta'an Website kanaan Track Goona.
https://alpha123.uk/
Yeroo Trade goota Point argaatan suura gubbaa jira.
FKF
Point Ykn Alpha Point 15 guyyaati argachuuf Trade Volume $32768 Create gochuu qabna.
https://alpha123.uk/
Yeroo Trade goota Point argaatan suura gubbaa jira.
FKF
Point Ykn Alpha Point 15 guyyaati argachuuf Trade Volume $32768 Create gochuu qabna.
❤1💯1
Abbu Tech
🫳Tokenoota stability ta'an Website kanaan Track Goona. https://alpha123.uk/ Yeroo Trade goota Point argaatan suura gubbaa jira. FKF Point Ykn Alpha Point 15 guyyaati argachuuf Trade Volume $32768 Create gochuu qabna.
Please Binance keessan Update hin godhinaa.
🫳Buy / Sell section jijjiraniiru.
Isa duraa wayya ture, Buy goone yeroo sell jennu Xiqqoo Fee baayyee kutaa jira.
🫳Kanaaf jedhe.
🫳Buy / Sell section jijjiraniiru.
Isa duraa wayya ture, Buy goone yeroo sell jennu Xiqqoo Fee baayyee kutaa jira.
🫳Kanaaf jedhe.
❤8
Abbu Tech
AMERICAN DOLLAR 1 FEE gaafattee DV dhaaf.🤣 👉🏼Gass Fee Jalqabanii isaanis Mee Ni illaallaka. DV2027 Jalqabeeti
➥Waayyee DV chatGPT gaafanaan Passport Dirqaama nan jette😭
➥Warri qabdan baga gammaddan ka.😂
➥Source: ChatGPT
➥Warri qabdan baga gammaddan ka.😂
➥Source: ChatGPT
😱8❤1👍1