Abbu Tech
AMERICAN DOLLAR 1 FEE gaafattee DV dhaaf.π€£ ππΌGass Fee Jalqabanii isaanis Mee Ni illaallaka. DV2027 Jalqabeeti
π«³Karaa Website isaanii waan kanfalamuuf... wantoota
1. Card garagaraa qabaadha.
MasterCard
PayPal fi wantoota biraas.
Maybe
β₯Bybit Card.
π«³Ammuma kaasatii qopheeffadhaa.
π«³Akkuma Beekamuu Onkolloossa Keessa jalqaba.
Gaaffii
1. Yoo nuuf dhufuu baate, dollar keenya ni deebi'a. π
- Lakki
Sababni isaa ykn kan isaan ka'aan.
1. Enhance IT
2. Cyber security Prevention
3. Fraud prevention hojii irra olchina jedhaniiru.

β€9π±2
https://t.me/Oro_DV_Lottery
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€9π₯2
+3Sms
+3Sms
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€5π2π₯1π±1
π
OCTOBER 10, 2025 β OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS
β Knovus β D
β Marina β A
β Xenea β D
β Spur β A
β Syntax β D
β Knovus β D
β Marina β A
β Xenea β D
β Spur β A
β Syntax β D
β€5
π«³Namoota Haaraa taataniif Application kana wajjiin mine haa goonu.
π«³Guyyaati al tokko qofa tuquudha.
π«³Verification fixaa.
Pi is a new digital currency developed by Stanford PhDs, with over 55 million members worldwide. To claim your Pi, follow this link
π«³ https://minepi.com/daretube0
π«³ https://minepi.com/daretube0
and use my username (
Download App βοΈ

daretube0 ) as your invitation code.Download App βοΈ
β€7π6
π«³Alpha Event.
π«³Namoonnii beektan Itti fufaa. Warra hin beekneef...
π«³No Refer, no minig but Investment and Trading ( buy/sell)
1. Binance Alpha ta'uu ni dandeenya?π€ Akkamitti
2. Binance Alphaan maalidha.
3. Qarshii irraa hojjatamaa?
4. Jalqabuuf hoo maltuu barbaachisa.
5. Investment qabaa.
6. App download gochuudhamoo Trading dha.
7. Alpha Pointidha Qarshii hangam Argadhaa. Guyyaati meeqa ykn point meeqa Trade yoon godhe argadha.
8. Alpha Event jala kan jiran maalidha isaani
9. Balance point, Volume point fi Task point maalidha.
10. Airdrop, Computation, TGE ,Booster fi Earn Maalidha isaani
β₯Maalummaafuu Sammuuti qabaadha.
β₯Binance exchange banachuun dirqaama verified ta'uun.
β₯Link hin barbaachisuu, Dollar keessan Binance irra walitti qabaadhaa.
β₯Fedha keessan ilaallee Tutorial isiniif gad dhiisa. βοΈ
β₯Yoo xiqqaate guyyaati Projectiin yoo dhufeefi fi Binance Alpha point yoo qabaatan Dollar 50 hanga 100ti hojjachuu ni dandeessu.

π«³Yoo Hojjataniis yoo dhistaniis ana hin fayyadu. Isiin fayyaduuf malee...
β€29π8π₯°2π±2π₯1
Abbu Tech
π«³Alpha Event. π«³Namoonnii beektan Itti fufaa. Warra hin beekneef... π«³No Refer, no minig but Investment and Trading ( buy/sell) 1. Binance Alpha ta'uu ni dandeenya?π€ Akkamitti 2. Binance Alphaan maalidha. 3. Qarshii irraa hojjatamaa? 4. Jalqabuuf hoo maltuuβ¦
Wow baayyee waan jaalattan fakkaata.
π«³Video Isiniif hojjadhaa. βοΈ
β₯Wantoota Beeku qabdan.
1. Kun Investment gaafata. Yeroon jedhu, namootaf ergina ykn kirreessina osoo hin taane binance wallet osoo hin taane Binance Exchange irraa qabaachuu qabna Dollar Spot or Fund wallet rakkoo hin qabu.
Garuu
π«³ Rewardiin ykn Task karaa Twitter ni dhufuu isaniis Token baayyee kenu, Kanaaf X ykn Twitter banaadha, Achiin Binance keessa seenaatii Connect godhadhaa ykn Authorization kenaafi.
π«³Gmail isaa gar gara yoo ta'ees rakkoo hin qabu. Jechuun gmail kan binance bannee fi X banne jechuu kooti.
βοΈKan biraa immoo Binance wallet kan jenuu immoo darbee darbee waan dhufuuf isaas isinitti nan argisiisa.
2. Guyyaa guyyaan Trade gochuu gaafataa. Akkasumaa guyyaa guyyaan waan arganuuf, lose kan qaqqabuu dollar 1$ keessadha
π«³Mee Akkas Haa goonu,
Hundii keessan.
1. X page banadhaa. (Be ready Live Twitter Gubbaati galla yoo nan jalqaba jettanii isin jalqabsiisna. Achirrattii haasofne guddunfinaa. )
2. Binance Account verified ta'aa.
3. Dollar 100 ~ 120 fi isaa ol yoo dandeessan qabaadha.
Hub:
β₯Gaaffiiwwaan qopheeffadhaa.
β₯Waanan maxxansuu Note qabaadhaa.
β₯Comment jalattii wanta barreessittaniif immoo barreessee deebii isaa isiniif maxxansa.
β₯Dollar 100 yoon jedhu, immoo isaa gad hoo ? Kan jedhuuf immoo isin hubaachisaa.
π€Hojii kanarrattii namni kamiyyuu isin irraa homaa hin argattu.
Be active always.
Share like godhaa channel kanaaβοΈ
πππππ
https://t.me/abbu_tech

β€11π4
Abbu Tech
Wow baayyee waan jaalattan fakkaata. π«³Video Isiniif hojjadhaa. βοΈ β₯Wantoota Beeku qabdan. 1. Kun Investment gaafata. Yeroon jedhu, namootaf ergina ykn kirreessina osoo hin taane binance wallet osoo hin taane Binance Exchange irraa qabaachuu qabna Dollarβ¦
β₯Video Daqiiqaa 7 kana dhaggeeffadhaa.
Edit maleettiiπ
Eega Upload godhaa jira.
Edit maleettiiπ
Eega Upload godhaa jira.
π3π1
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Kutaa 1 ffaa.
Alpha Event π€
1. Akkamitti Trade goona.
2. Trade Volume maalidha.
3. Dollar meeqan jalqabuu?
Alpha Event π€
1. Akkamitti Trade goona.
2. Trade Volume maalidha.
3. Dollar meeqan jalqabuu?
π12β€4π₯3
π«³Gaaffii Obbolleessa Keenya.
Dabalataan immoo Namoonnii Alpha Event Beekan Hojii Testnet fi Mainnet or Sometimes Depin illee ni tufaatu, sana booda
π«³Kan namoonnii Itti dadhabanii, Airdroppii isaa eeggatan yeroo list ta'uuf jedhu, Binance Alphoonnii Gidduu galanii Gatii hir'isuu. Sana booda Baqa projectiin kun Scamiidha jenna.
Dhoksaa jiruu garuu Investarootadha. Sana booda Alpha Point guddaa Create godhanii Eegu. Sana booda isa nuti ji'a 6 ykn waggaa 1 or 2 itti dadhabne isaan Alpha pointiin Token claim godhatu.
π«³Community muraasa argatta.
π«³Kun wallettii Connect, mining fi guyyaa guyyaan claim gochuun hin jiru, guyya guyyaati Trade gochuu duwwaadha.
No Scammer but Risk, yeroon Trade godhu sana hagan na jala hir'ise argitaniitu, inni immoo Demo accountii miti, dollar dhugadha.

β€8π1
π«³ Donald Trump just crashed crypto π³
π2β€1π1
Crypto Crashed!!!!π½ π½ π½
ETB to the moonπΌ πΌ πΌ π
βΏ βΏ βΏ βΏ βΏ βΏ
Good Morning familyβ€οΈ
ETB to the moon
Good Morning familyβ€οΈ
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π10π3π₯2
Pirezidaantii Trump Lola Trade War Deebisan!
Pirezidaantiin Ameerikaa ammaa, Donald Trump, lola daldalaa USA fi China gidduu jiru deebisanii eegaluun, gabaa crypto garmalee raaseera!
Labsii haaraan Pirezidaantii Trump baasaniin, meeshaalee China irraa gara USAtti galan hunda irratti 100% tariff (gatii alaa) akka kaa'an beeksisaniiru.
Labsii dinagdee kana hordofee, balaan guddaan market keessatti uumame.
Yeroo gabaabaa keessatti, namoonni leverage (liqa) guddaatti fayyadamanii turan qabeenya isaanii guddaa dhabaniiru.
* Sa'aatii 24 keessatti, qabeenyi $9.5 Billion (Biliyoona 9.5) ol ta'u market guutuu keessaa liquidate (qisaasama) ta'eera.
Kun seenaa crypto keessatti yeroo muraasaaf isa jalqabaa dha!
* Akaawuntii guddichi liquidate ta'e: $87.5 Million (Miliyoona 87.5) HTX Exchange irratti ture.
Dhiibbaa Gatii (Price Impact):
Altcoins: Kan akka Solana, XRP, Dogecoin, fi Cardano daqiiqaawwan muraasa keessatti 15% hanga 25% gadi bu'an.
Eksiinjiwwan Dhiibbaan Irra Ga'e:
Liikwideshiniin guddichi kun
HTX ($800 Million), fi Hyperliquid ($400 Million) irra ga'eera.
Volatility (jijjiirama saffisaa) yeroo ammaa kana baay'ee guddaa waan ta'eef, risk management keessan cimsadhaa.
Emotional decisions gochuu fi liqa guddaatti fayyadamuu irraa fagaadhaa.
Stay Safe!
Via: 433Crypto
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π7π±6π₯4β€2π₯°2
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
β€5π₯2π₯°1π1