Abbu Tech
39.8K subscribers
9.05K photos
367 videos
143 files
4.79K links
🌟 Stay Ahead in Technology!
πŸ”Ή Get the latest tech news and updates
πŸ”Ή Discover insights and trends in crypto

Join us as we explore the future of tech

Buy ads: https://telega.io/c/Abbu_Tech

CEO: @Abi_Jss
Download Telegram
✈️Owner Telegram kan tahe Pavel Durov Bitcoin $1,000,000 (million 1$) akka gahu tilmaamee jira.πŸ•―

πŸ–₯Source: Watcher Guru
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘9❀3πŸ”₯1😱1πŸŽ‰1
❔Namooni binance qabdan carraa red packet kana yaalaa.

🟒Carraa al tokkootiin $0.01 - 2$ argachuu dandeessu link gadiitiin seenee carraa keessan yaalaa!

πŸ”—Link: https://app.binance.com/uni-qr/6mk2FPVc?utm_medium=web_share_copy
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀3πŸ‘2πŸ”₯1
πŸ“… OCTOBER 1, 2025 β€” OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS

βœ… Knovus β†’ B
βœ… Marina β†’ C
βœ… Xenea β†’ B { TGE : Q4 2025 }🫑
βœ… Spur β†’ C
βœ… Syntax β†’ A

https://t.me/abbu_tech
https://t.me/abbu_tech
❀7πŸ‘2
🫑KNOVUS AIRDROP UPDATE !!!

New Promo Code: KNOVUS150K
Total Reward: 200 Points

Knovus: link
knonus.xyz

.
πŸ‘4πŸ”₯3❀1
XENEA TGE Q4

Q4 jechuun, Sep,Oct,Nov,Dec dha!

Source :
https://x.com/Xenea_io/status/1972993686649606572
πŸ”₯6πŸ‘2❀1
πŸ”·MEXC Exchange has invested πŸ’΅66,000,000 ($66 million) in Ethena ($ENA)πŸ”₯
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ”₯5πŸ‘3
Abbu Tech
Haala Salphaan jireenyi nama 1 osoo itti hin yaadamin jijjiiramuu mala! #Bybitafrica Ati barataa Univeristy dhaa? Mee carraa kana eenyuutu yaalaa jira? Challenge $4000 ykn birr kuma 650 olii ...kun immoo Ethiopia fi kenya qofaafi Criteria cimaa isin hin…
🚨 Odeeffannoo Challenge Bybit barattoota Ethiopia fi keeniyaa qofaaf qopheessee jiru:

Hiriyyaa kee university jiruuf ergaa kana dabarsi

Bybit Scholarship Program!

Miseensota keenya Yuunivarsitii fi Koolleejjii Itoophiyaa fi Keeniyaa jirtaniif bybit carraa guddaa qaba.

Bybit, dhaabbanni daldala kiriptoo beekamaan, sagantaa Iskoolaarshiippii barattootaaf gargaarsa godhu jalqabeera.
Kunis "Challenge" ( viidiyoo yoo ta'u, daldala kiriptoo gochuun hin barbaachisu!

Ibsa challenge kanaa!

βœ”οΈ Namoota Dorgoman: Barattoota Yuunivarsitii ykn Koolleejjii ammaan kana Itoophiyaa ykn Keeniyaa keessatti barachaa jiran.

*
βœ”οΈBadhaasa: hanga $4,000 USD (Doolaara Ameerikaa kuma afurii) gahu argachuu dandeessu. Badhaasni xiqqaan hanga $100 ta'u barattoota 100 oliif ni kennama.

βœ”οΈ Yeroon Xumuraa (Deadline): November 17, 2025 (Yeroon hafe torbee 2!)


Akkaataa Itti Dorgomtan!

Duesa Viidiyoo gabaabaa tokko hojjettu:

1. Viidiyoo Keessan Hojjedhaa:
βœ”οΈ Viidiyoo gabaabaa (hanga daqiiqaa 3) hin caalle.

βœ”οΈ Of-beeksisaa, Yuunivarsitii keessan fi waan barachaa jirtan ibsaa

βœ”οΈ Bakka Ijoo: Gargaarsi maallaqaa Bybit kun galma jireenyaa keessan gahuuf akkamitti akka isin gargaaru sirriitti ibsaa.


2. Miidiyaa Hawaasaa Irratti Upload godhaa:

βœ”οΈViidiyoo keessan X (Twitter Old) ykn TikTok irratti Maxxansaa.

βœ”οΈTag Gochuun Dirqama: @BybitAfrica fi @Bybit.Africa jedhaa.

βœ”οΈHashtaag Fayyadamaa: #WSOT2025 fi #RewriteAndReshape jedhu fayyadamuu hin dagatinaa!

βœ”οΈHaala Badhaasaa:
βœ”οΈViidiyoon keessan akka armaan gadiitti madaalama:

βœ”οΈ Dandeettii Uumamaa (Creativity)
βœ”οΈDhugummaa (Authenticity),
βœ”οΈYaada ifaa tahe akkasuma Jechoota dhugaa tahan fii nama amansiisan fayyadamuu keessan fi kan kana fakkaatan irratti xiyyeeffachuun hojjedhaa!

Miseensota keenya hundaaf carraa gaarii hawwina!



Waan siniif hin galle Comment irra

Video Guide Comment irra siniif kaa'ee jira!
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
8❀21πŸ‘6πŸ₯°3
Good Morning β˜€οΈ

⚑️⚑️⚑️⚑️⚑️⚑️⚑️⚑️

XENEA DAILY QUIZ: [Option 4]

πŸ—“ 2 Octo
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀5πŸ‘1
πŸ”₯Today's Old GP price

➑️2023 birr 1100
➑️2016/22 birr 1500

➑️January 2024 ❌
➑️February 2024 ❌
➑️March 2024 birr 600

➑️April birr 500


πŸ’¬Inbox @Abi_Jss
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀6πŸ‘6πŸ₯°2
Bee Network Meeqa geessan.

1. Al tokko seentanii Mine gochuudha, Akkuma Pi,Rubi fi kk fa'aadha.

2. Application mataa isaa qaba.

Download App : Link

Use referal Code:
daretube

3. Boost isa jedhu yoo tuqxan, pointiin keessan baayinaan lakka'aa.
4. Namoota active hin taane yoo jiraataniis akka isaan active ta'an ping gochuufi dandeessu.

@abbu_Tech
πŸ‘4❀2
Abbu Tech
πŸ“Œ JABBEESSA HOJJADHA.          πŸ“Œ Part 1 βœ… #InterLink   βž₯ Link βœ… #Unich         βž₯ Link βœ… #Marina       βž₯ Link βœ… #Pi                βž₯ Link βœ… #Me_Pass   βž₯ Link βœ… #AriWallet   βž₯ Link (   682bfe76323cd )          πŸ“Œ Part 2 βœ… #Xenea  βž₯ Link βœ… #Spur     βž₯ Link…
πŸ“… OCTOBER 2 , 2025 β€” OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS


βœ… Knovus β†’ C
βœ… Marina β†’ A
βœ… Xenea β†’ D
βœ… Spur β†’ D
βœ… Syntax β†’ B



🚨 Q4 2025 Crypto Project Listings 🚨


✌️Q4 - Oct-Dec
Confirmed/Soon:
OneFootball: Q4
Grass: S2 Airdrop Q4
Xenea: Mainnet Q4
Ariwallet: TGE Q4
❀6πŸ‘1
βž₯Jara keenya, Binance Q4 jedheera, Me maal akka Umaamu ni ilaalla.

🫳Barrii 2017 yeroo dadhabbii malee bu'aan hin jiru, garuu barrii 2018 bara gaarii akka ta'u abdiin qaba.

βž₯βž₯Mee yaada keessan Comment jala✌️
πŸ‘24πŸ”₯4πŸ‘3❀1
Good Morning 😐
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸŽ‰7❀1πŸ‘1
βœ…Oduu Gammachiisaa

Namootaa Chanaali hordoftoota 10K + ol tahe qofaf carraa bareeda hangaa har'aatti wave qulqullina qabu afaan oromon hin jiru kanamu sababefachuun wave qulqullina qabu kan 10k+ tahe fi view bareeda qabu egaalle jirra Chanaali kessaan ammumma fidaadha

◼️Kara
@OroarsenalWave nu qunnamaa

Oddefannoo dabalataaf Kara kessaa nuu dubbisaa
❀6πŸ‘2πŸ₯°2
XENEA DAILY QUIZ: [Option 3]

πŸ—“ 3 Octo
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘3πŸ”₯2❀1
πŸ”₯Today's Old GP price

➑️2023 birr 1100
➑️2016/22 birr 1500

➑️January 2024 ❌
➑️February 2024 ❌
➑️March 2024 birr 600

➑️April birr 500


πŸ’¬Inbox @Abi_Jss
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
❀10πŸ‘3πŸ”₯2
πŸ“… OCTOBER 3 , 2025 β€” OFFICIAL DAILY QUIZ ANSWERS.


Kan guyyaa har'aati. ✌️

βœ… Knovus β†’ A
βœ… Marina β†’ B
βœ… Xenea β†’ C
βœ… Spur β†’ A
βœ… Syntax β†’ D


@abbu_tech
❀6πŸ‘1
πŸ”₯Today's Old GP price

➑️2023 birr 1100
➑️2016/22 birr 1500

➑️January 2024 ❌
➑️February 2024 ❌
➑️March 2024 birr 600

➑️April birr 500


πŸ’¬Inbox @Abi_Jss
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
πŸ‘5❀2πŸ”₯2
Usdt P2p Yeroo darbe isinii maxxanseen ture!

Nama meeqatu hojjetaa jira? Waan nama rakkisu ni jiraa?
❀20πŸ‘9πŸ”₯5
Binance P2P Full Video Hanga dhumaatti sirriitti ilaalaa waan isin rakkise immo gaafadhaa!

https://youtu.be/u372mg3LN-g?si=7fc_pF09v1S4sQFF
❀8πŸ”₯4πŸ‘3πŸ‘2