REWARD kana irratti hirmaachuf:
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π36β€6π₯°2
Abbu Tech
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Bitget keessan irraa bakka inni isiniif gale argachuun yoo isin rakkise video kana ilaalaa!
Exchangoota biroo itti aansinee isinii maxxansina!
Exchangoota biroo itti aansinee isinii maxxansina!
π17π₯9π₯°4β€3π1
Cats irratti OG pass kan jedhu Ton 1 kaffaltaniittuu?
Anonymous Poll
15%
Eeyyee Kaffaleera
85%
Lakki hin kaffalle
β€1
Trends app . Kan Telegram Center Badhasa Dogs 2.5 million qophessani jiru. Kana hirmaachuudhaf Channel isaanii subscribe godhaa ,wallet keessan connect godha Taskoota gara garaa dalagaa guyyaa 5 qofaaf tura.https://t.me/community_bot/join?startapp=id_73825-r_Njg2NzQ3N183ODcx
Telegram
Community
Start this amazing journey now β‘οΈ
π11β€2π±2π1
Telegram
Hrum
Hrum Hrum
π12β€4π₯°2π₯1
Abbu Tech
Cats bor sa'atii 7 irratti List ni ta'a!
Namoonni Exchange irratti kana dura withdraw hin godhin jirtan
October 10 booda Jedhamee Jira!
October 10 booda Jedhamee Jira!
π25π15π₯°5π«‘3π2
AMMAS ITTI FUFNEE GUUTAA JIRRA
Namoonni baayyeen ammas suuraa sirrii hin taane nuuf ergaa jirtu!
Haala suuraa as irra jiru kanaan ergaa yoo milkaa'uu barbaaddan
ABBU TECH DV FORM 2026
Fakkeenya kanaan nuuf ergaa...
Foormii DV-2026
Tartiibaan erguu qabdu!!
1. Maqaaπ
i. Maqaa akaakayyuu = CHALI
ii. Maqaa kee = SIMERA
iii. Maqaa abbaa = TAYE
2. Guyyaa dhalootaa
πakka lakk. Itoophiyaatti
i. Jia =
ii. Guyyaa =
iii. Bara=
3. Saala
i. Dhi ykn
ii. Dha
4. Magaalaa itti dhalatte = ADDIS ABABA
5. Magaalaa keessa jiraattu = ADDIS ABABA
6. Lakk. bilbilaa = +2519..........
7. E-mail kee / ........
8. Sadarkaa barnootaa..... DEGREE
9. Fuuteettaa/Heerumteettaa?
10. Suura 3x4. kan qulqullina qabu fi duubi isaa adii kan tahe
Username kana irra nuuf ergaa!
@AbbuDv2026
@AbbuDv2026
Odeeffannoo Dabalataaf..!
T.me/abbu_tech

π16β€2π₯1
Forwarded from CATS Community
All CATS tomorrow! πΊ
We hope youβre happy with your final results, cats!πββ¬
π Airdrop balances are already showing on some partner exchanges, and soon theyβll be available on all platforms.
As promised, weβve made it clear that CATS rewards those who truly support the project, not just those clicking around πΉπͺ.
And donβt worry, we havenβt forgotten about the cats who were active β youβll get some food too! π₯
Remember, TGE isnβt the end β itβs just the beginning.
In 2 days, one of the biggest updates will go live π₯. Weβll open the door to exclusive CATS PFPs that will represent your unique βmeowβ in this new digital era, where your digital life is just as important as your real one.
Also, the off-chain claim will open 2 days after the TGE, so stay tuned!
And hereβs a little hint, cats πΎ:In Season 2, your $CATS token will play a key role! Youβll need it not only to upgrade your PFP, but also to access exclusive pools in the app, where you can earn more rewards and tokens, not just on TON, but beyond. So, holding onto your CATS might just bring you even greater rewards in the future π€
CATS grow in silence, but the roar is comingπ
We hope youβre happy with your final results, cats!
As promised, weβve made it clear that CATS rewards those who truly support the project, not just those clicking around πΉπͺ.
And donβt worry, we havenβt forgotten about the cats who were active β youβll get some food too! π₯
Remember, TGE isnβt the end β itβs just the beginning.
In 2 days, one of the biggest updates will go live π₯. Weβll open the door to exclusive CATS PFPs that will represent your unique βmeowβ in this new digital era, where your digital life is just as important as your real one.
Also, the off-chain claim will open 2 days after the TGE, so stay tuned!
And hereβs a little hint, cats πΎ:
CATS grow in silence, but the roar is coming
Please open Telegram to view this post
VIEW IN TELEGRAM
π30β€5π₯1
Cats irratti gaaffii addaa ni qabduu?
As jalatti nuuf barreessaa!
As jalatti nuuf barreessaa!
π26β€10π3π₯2
"Kadhannee Wal Awwaaluurraa Kadhannee wal haa yaalchifnu".
Ergaa Deeggarsaa Ariifachiisaa...
Artistiin Gameessa fi Jaalatamaa, waggaa 30 oliif Artii Oromoo Keessatti Aaree, boba'ee ramaccii ta'ee bara afaan oromoo dubbatamuu sodaatamutti keesumaa gama Diraamaa, Fiilmii fi tiyaatiraan Aadaa, Duudhaa fi safuu oromoo beeksisuu fi waltajjiitti baasee dubbataa kan ture artist Tasammaa Galataa yeroo ammaa kana dhibee dhukkuba kaanserii dhiigaatiin qabamee eega mana kireeffatee jiraatu keessa ba'uu dadhabee kunoo ji'a jaha guutee jira. haaluma kanaan dhukkuba kanaaf qoricha kiimoo jedhamu hospitaala paawuloositti eegalus, qorichi kun qaala'iinsa gatii irraan kan ka'e guyyaatti qarshii 15,000-20,000 baasuun humnaa ol itti ta'eera. mana kiraas kan kanfalatu dhabee dhukuba isaa waliin cinqii keessa jira. kanummarraa ka'uudhaan akka dooktarootarraa odeeffannetti dhukkubni kun sadarkaan isaa isa jalqabaa waan ta'eef humni yoo jiraate biyya alaa deemee yoo yaalame dafee akka fayyuu danda'u nuuf himaniiru. Haata'uutii artistiin tokko sanuu artistiin oromoo biyya alaa deemee yaalamuu miti asittu kan itti dawwaa bitatu hinqabu.Tasammaanis Akkasuma. kanaafuu Uummanni Oromoo, Mootummaan naannoo oromiyaa, oromonni biyya alaa, Abootiin qabeenyaa fi namoonni dhuunfaa hanga dandeenye waliif gumaachinee akka biyya alaa deemee yaalamu kaan ciree keenya dhiifnee , kaan laaqana bira dabarre kaanimmoo hirbata bira tarree qabeenya uummataa Tasammaa Galataatiif harka keenya haadiriirsinuufii dhaamsa kooti.
Waliif haabirmannu..waliif haabirmannu !!!!!
Tasammaa Galataa
CBE- 1000345360399
"
Awash- 01320023848800
"
CBO- 1000039297721
Hadha Warraa Isaa Roman Asaffaa
CBE 1000144102154
Odeeffannoo dabalataaf
091145 9364 Tasammaa/
Roomaan 0927190480
Share!

π60π18β€10π4π₯°3