Forwarded from Ortodoksii Tawaahidoo Tube
Sirna Qiddaasee
• Sirni Qiddaasee yoomii fi Eenyuun jalqabame?
• Sirna Qiddaasee irratti Meeshaalee Qulqullaa'oo nuti fayyadamnu maal maalidha? Iccitii fi fakkeenyi isaanii hoo?
• Sirni Qiddaasee yeroo jalqabamu maalif Beetaliheem irraa gara Mana Qulqullummaatti deemama? Iccitiin isaa hoo?
• Sirna Qiddaasee irratti Lubootaa fi Diyaaqonoonni maalif fakkeeffamu?
• Sirna Qiddaasee irratti Labsiiwwan Diyaaqoniin labsu maal maalidha? yeroo Diyaaqoniin labsu nuti maal gochuu qabna? Iccitii fi fakkeenyummaan isaanii hoo?
• Sirna Qiddaasee irratti Kitaaboleen dubbifaman iddoo kam kamii kan walitti ba'anidha? kallattii kam kamiin dubbifamu?
• Wal harkaa fuudhiinsa Duuka Bu'ummaa jechuun maal jechuudha? Iccitiin isaa hoo?
• Sirna Qiddaasee irratti Luboonni «Sibhat» jedhanii kan naanna'aan maalifi? fakkeenyummaa fi iccitiin isaa hoo?
Waa'ee Hiikoo Sirna Qiddaasee kanaa fi k.k.f link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! Hiriyoota keessaniifis qoodaa!
👇👇👇
https://bit.ly/3dctV4h

Forwarded from MECHOT CARS 🚙 🇪🇹
Sadaasa 26 : Baga Guyyaa Yaadannoo Abbaa keenya Abuna Iyyesuus Mohaatiin nagaan isin gahe!
Abuna Iyyesuus Mohaan eenyudha?
Link kana tuquun dubbisaa!
👇👇👇
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/12/iyyesuusmohaa.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/12/iyyesuusmohaa.html
Abuna Iyyesuus Mohaan eenyudha?
Link kana tuquun dubbisaa!
👇👇👇
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/12/iyyesuusmohaa.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/12/iyyesuusmohaa.html
Forwarded from Ortodoksii Tawaahidoo Tube
Koorsiiwwan Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Afaan Oromootiin karaa Blog keenya darbaa jiran hordofaa!
👇👇👇
Qulqulloota Kutaa 1ffaa
https://bit.ly/3BK3WLW
https://bit.ly/3BK3WLW
Tsoomii Tsiggee
https://bit.ly/3iTsNWn
https://bit.ly/3iTsNWn
Hiikoo Sirna Qiddaasee
https://bit.ly/3xvedKG
https://bit.ly/3xvedKG
Meeshaalee Qulqullaa'oo fi Iccitii isaanii
https://bit.ly/3rf5Wt9
https://bit.ly/3rf5Wt9
Barumsa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa waa'ee Iyyesuus Kiristoos
https://bit.ly/3Cg0Kar
https://bit.ly/3Cg0Kar
Hiikoo Andimtaa Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara Ibrootaatti erge
https://bit.ly/3DHedsV
https://bit.ly/3DHedsV
Hiikoo Andimtaa Wangeela Qulqulluu Maatewoos
https://bit.ly/3kQdMFT
https://bit.ly/3kQdMFT
Hubachiisa :- Akkasumas Koorsiiwwan darbaa jiran kunneen kutaa kutaadhaan waan dhiyaataniif kutaalee itti aanan akka dafanii isin bira gahaaniif;
Step 1 :- Link kana tuquun Browser Chrome ykn Firefox irratti banaa!
👇👇👇
https://ortodoksii12.blogspot.com
https://ortodoksii12.blogspot.com
Step 2 :- Link isin bantan sun hanga load taasisee xumurutti eegaa! Sakandii 10 booda «Barreeffamoota Afuurawaa Mana Kiristaanaa Website keenya irraa argachuuf 'Subscribe' kan jedhu tuqaa» barreeffamni jedhu gara gadiitti isiniif dhufa, isinis «Subscribe» kan jedhu tuqaa!
Step 3 :- «Subscribe» kan jedhu erga tuqxan booda «Baga Gammadan! Website keenya irraa.......» kan jedhu isiniif dhufa, yeroo kanas «Allow» kan jedhu tuqaa! xumurtan sana booda Browser keessan Chrome ykn Firefox irratti notification isiniif dhufa akkuma Blog keenya irraa post taasisneen.
Yoo isin rakkise Photo kanaa gadi jiru ilaalaa! ykn @oro_tech_bot irratti nu gaafadhaa!

🙉1
Forwarded from MECHOT CARS 🚙 🇪🇹
𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐨𝐫𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐌𝐮𝐝𝐝𝐞 29 𝐦𝐨𝐨 𝐃𝐞𝐜𝐞𝐦𝐛𝐞𝐫 25 𝐝𝐡𝐚?
𝐌𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐮𝐥𝐪𝐮𝐥𝐥𝐞𝐞𝐭𝐭𝐢𝐢 𝐎𝐫𝐭𝐨𝐝𝐨𝐤𝐬𝐢𝐢 𝐓𝐚𝐰𝐚𝐚𝐡𝐢𝐝𝐨𝐨 𝐈𝐭𝐨𝐨𝐩𝐡𝐢𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐨𝐫𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐌𝐮𝐝𝐝𝐞 29 𝐤𝐚𝐛𝐚𝐣𝐣𝐢?
𝐖𝐚𝐫𝐫𝐞𝐞𝐧 𝐋𝐢𝐱𝐚𝐚 𝐡𝐨𝐨 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐚𝐟𝐚 𝐃𝐞𝐜𝐞𝐦𝐛𝐞𝐫 25 𝐤𝐚𝐛𝐚𝐣𝐮?
𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨𝐧 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐲𝐨𝐨𝐦 𝐣𝐚𝐥𝐪𝐚𝐛𝐚𝐦𝐞?
𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚𝐧 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐨𝐫𝐢𝐜𝐡𝐢 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐠𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐢𝐧𝐧𝐢 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐚𝐭𝐞 𝐡𝐨𝐨 𝐧𝐢 𝐛𝐞𝐞𝐤𝐚𝐦𝐚𝐚?
𝐆𝐮𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧 𝐀𝐲𝐲𝐚𝐚𝐧𝐧𝐢 𝐘𝐚𝐚𝐝𝐚𝐧𝐧𝐨𝐨 𝐝𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐐𝐨𝐫𝐢𝐜𝐡𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐢𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚𝐛𝐚𝐣𝐚𝐦𝐮 𝐲𝐤𝐧 𝐲𝐚𝐚𝐝𝐚𝐭𝐚𝐦𝐮 𝐰𝐚𝐫𝐫𝐚 𝐋𝐢𝐱𝐚𝐚 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐟𝐢 𝐧𝐮 𝐛𝐢𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐲𝐤𝐧 𝐌𝐚𝐧𝐚 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐚𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐦𝐚𝐚𝐥𝐢𝐟 𝐠𝐚𝐫𝐠𝐚𝐫 𝐭𝐚'𝐞?
𝐆𝐚𝐚𝐟𝐟𝐢𝐥𝐞𝐞 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧𝐢𝐢 𝐟𝐢 𝐤𝐚𝐧𝐧𝐞𝐞𝐧 𝐛𝐢𝐫𝐨𝐨 𝐰𝐚𝐚'𝐞𝐞 𝐃𝐡𝐚𝐥𝐨𝐨𝐭𝐚 𝐆𝐨𝐨𝐟𝐭𝐚𝐚 𝐤𝐞𝐞𝐧𝐲𝐚 𝐈𝐲𝐲𝐞𝐬𝐮𝐮𝐬 𝐊𝐢𝐫𝐢𝐬𝐭𝐨𝐨𝐬 𝐢𝐫𝐫𝐚𝐭𝐭𝐢 𝐤𝐚'𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢𝐟 𝐝𝐞𝐞𝐛𝐢𝐢 𝐢𝐬𝐚𝐚𝐧𝐢𝐢 𝐥𝐢𝐧𝐤 𝐤𝐚𝐧𝐚𝐚 𝐠𝐚𝐝𝐢 𝐣𝐢𝐫𝐮 𝐭𝐮𝐪𝐮𝐮𝐧 𝐝𝐮𝐛𝐛𝐢𝐬𝐚!
👇👇👇
https://bit.ly/3yzLswZ

Forwarded from Nehemiah Promotion
Kitaabolee Afuurawaa kanneen keessaa isa kam barbaaddu?
💠 Kitaaba Qulqulluu Abbaa 81
💠 Kitaaba Qulqulluu Abbaa 66
💠 Kitaaba Sirna Qiddaasee
💠 Raajii Maariyaam
💠 Kitaaba Hiikoo Andimtaa
💠 Sirna Mana Kiristaanaa
💠 Seenaa Mana Kiristaanaa
💠 Kitaaba Aksimaaroos
💠 Kitaabolee Kadhannaa
💠 Dubbii Maariyaam
💠 Seenaa Mana Kiristaanaa Itoophiyaa
💠 Qabsuura Duuka Bu'ootaa fi k.k.f mobile kanaa gadi jiru keessaa argadhaa!
👇👇👇
╭━━━━━━━╮
┃ ● ══ ▪ ┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃███████┃
┃ ▥ ▢ ▽ ┃
╰━━━━━━━╯

Mallattoo Fannoo guddaa kana tuquudhaan waan isiniif bahu ilaalaa!
Channel kana keessatti Barumsa Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Afaan Oromootiin mi argattu join taasisaa!
👇👇👇
✞✞✞✞✞
✞❤✞❤✞
✞❤✞❤✞
✞❤✞❤✞
✞❤❤❤ ✞ ❤❤❤✞
✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞✞

Forwarded from Koree eebba Mana Kiristaanaa Ishee Xiqqoo
Nageenyi Waaqayyo Isiinif haa baayyatu akkam jirtan ?
Eyyemamoo taatanii gara koree eebba kitaaba mana kiristaanaa ishee xiqqoo tti dhuftan. Kitaaba kana hanga danda'ame eebba gaarii taasisuun dhaloota boru mana amantaa keenya nuuf bu'aniif daandii ykn balbala akka banuuf miseensoonni mana amantaa hundi, waldoolleen hundi, barattoonni mooraa yaa'iiwwanii, duuka bu'oonni Kolleejjiiwwan Afuuraa warreen isiin beektan, Abbootii amantaa dabalatee akka afeera dhiyyeesinu.
Inni biroon yaada dimshashaa kitaaba kana kan hirmatootaaf ibsuu danda'an tajaajiltoota Gurguddoo nama afur osoo filataanii kitaaba kana dubbisuun akka itti qopha'an gochuu. Kanaaf tajaajiltoota kana afeeruu.
Miseensoonni mana amantaa karaa sab qunnamtii hawaasa ammayyaan onlive irratti hirmachisuun akka sagantaa hordofaan taasisuu. Kanaafis haala mijjeessuu.
Koreen tokko miseensa meeqa dammaqsuu akka qabu murteessuu fi irratti hojjechuun barbachisaadha.

"Beekaa Beekamtii Hin Arganne"
Guta Cheru Jedhama.
Eebba kitaaba kana nu affeeree jira.
Irraa hin hafina irraa hin hafamu !
Barsiisaa Jabaa Amantootni Ortodooksiin Oromoo namaa kitaaba nu barreessee fi barreessuu qabna jennee qomaa dhiibne dubbatanu keessaa #B/saa D.n Guutaa Charuu isa angafaa dha.

Bara homaa nama hin gammachiisne keessa jirra.
Wanti ilaalluu, dhageenyu, dubbisnu, wanti barreessinu hundinu kan namatti hin tollee dha.
Yeroo ammaa kana oduu gidiraa fi oduu hamaa, oduu cabsaa, oduu gaddaa irraan kan hafee wanti namatti toluu hin jiru. Barichi faallaa taheera.
Oduu nagaan jibbamtee; oduun jibba jaallatamtee. Gaarii kan ta'ee Hundinuu namatti hadha’eera.
Garuu sagaleen waaqayyoo “Yeroo hundumaa gooftaatti gammadaa! Ammas irra deebi'ee nan jedha, gammadaa!” nuun jedha. Filp. 4:4

❤1
FB_IMG_15775464887250435.jpg
219.7 KB
Ergamaa du'aatiin kufuu jalaa kan nama baastu Yaa #Gabri'eel ! Nagaan siif haa tahuu.
Halkanis guyyaas ati nu eegi. Ameen
Halkanis guyyaas ati nu eegi. Ameen
Wanti kamiyyuu harka waaqayyoo keessa akka jiru hubadhuutii kadhannaa geggeessi. Hojiin kamiyyuu harka kee keessa akka jiru beekiiti hojii hojjedhu. Bakka gahuu barbaaddu gahuudhaaf dandeettii qabdu hundatti fayyadami hojjedhu. Nama dadhabaa hin ta'iin. Hojiiwwan kamiyyuu abdiidhaan hojjedhu. Kan barumsa barannus firii gaarii qofa galmeessuuf miti. Kan hojjennuufis minda guddaan akka nuuf kaffalamu qofaaf miti. Jireenya keenyatti gammadne akka jiraannuuf malee. Dhiphachuu fi yaaddoo keessa galuu gaafa eegalu furmanni isaa harka waaqayyoo akka jiru hin dagatin. Hanga dandeettii keetii yoo hojjette kan biroo immoo waaqayyoo akka siif dabalu amani. Inni dubbii isaaf amanamaa dha.
Maddi: bu'ura jireenya afuuraa ykn mootii nageenyaa kan jedhurraa🙏💓🙏

Forwarded from Galmee Seenaa Qulqulloota! (#Baliye #Melaku)
Eebba VCD abbaa fi obboleessa keenya kana sirriitti beeksisuu qabna.
Wal haa jajjabeessinu !
Wal haa jajjabeessinu !
Forwarded from Galmee Seenaa Qulqulloota! (#Baliye #Melaku)
YouTube
VCD F/taa Dn Daagim Jootee Faarfannaa Haaraa Afaan Oromoo
#kennaa_tube #Afaan_Oromoo
Forwarded from Haile
YouTube
Faarfaanna Afaan Oromo Gaabbii, Dhiifama, F/taa Dn Daagim Jootee
Watch "Faarfaanna Afaan Oromo Gaabbii, Dhiifama, F/taa Dn Daagim Jootee" on YouTube
https://youtu.be/RWgz1D4l99M
https://youtu.be/RWgz1D4l99M
YouTube
Faarfaanna Afaan Oromo Gaabbii, Dhiifama, F/taa Dn Daagim Jootee
✔Ilma kee isa arjaa fayyisaa addunyaa.
✔ Gugee koo*2 gugee garaa laafeetti koo maariyaam giiftii harmee gooftaa koo qalama warqeetiin barreessi maqaa koo.
✔ Nutti hin hidhiin badii keenyaa maariyaam giiftii harmee gooftaa keenyaa du'a ka'uu keetiin si kadhanneera.
✔ Eenyuuti himadhuree gaddaa keessaa koo si malee maariyaam giiftii harmee gooftaa koo dafiitti naaf dhaga'ii kadhannaa koo.
✔ Yaa giiftii keenyaa*2 nuu to'adhuu kaa gargaarsi ilma kee nurraa hin siqiin kaa.
✔ Nun gatiin kaa nurraa hin siqiini nun muufatiinikaa yaa waaqaa nagaa nutti araarami kaa.
✔ Waaqa muusee, waaqaa haroon waaqicha izraa hamaarra nu oolchii adaraa.
✔ maqaa waaqa abbaafi ilmaa, afuura qulqulluu waaqarrattii si kadhannaa maariyaam duraaf booddeetti gaddaashee dhaga'i boo’ichaa fi iyyaashee kan amantaa keenya tewahidoo kadhannashee.
@qulqulloota @qulqulloota

Forwarded from #Baliye #Melaku
Walaloo ajaa'iba sagalee dhaan argachuu yoo barbaaddan,
Linkii kanaan seenuun walaloo walaleessaa
F/taa D.n Nimoonaa Geetaachoo subscribe godha.
https://www.youtube.com/watch?v=n9gVhuOH-t4

Dn Nimoonaa Geetaachoo_Xalayaa_Addaamiif
#Galmakoo_galgalaa suursagalee/viidiyoo isaa yeroo dhiyootti, #Xalayaa_Addaamiif walaloo onnee namaa tuqu #filannoo jechootaa gaggaariidhaan qindaayee dhiyaateera
Yaa waaqa Qulqulluu Rufaa'eel !
dhiphina foonii fi lubbuu jalaa na dhoksi !
Yaa Rufaa'eel ! Humni dadhabootaa si'iidha hoo.
Yaa Rufaa'eel ! Ajaa'iba kan hojjettu waan taateef ajaa'ibawwan kee nan dubbadha.
Yaa Rufaa'eel ! Kadhannaa koo fi galata koo ol gara samiitti akka ol na baastuuf, maqaa waaqayyoo Ilmaa fi haadhaasaa #Durboo Maariyaamiin sin kadhadha.
Hiriyoota koo dhiphina foonii fi lubbuu jalaa isaan dhoksi !
https://t.me/abbootii
T.me/qulqulloota
🙏💓🙏

Telegram
Qabsuura Abbootii
" Warri akka fedha fooniitti jiraatan,Waaqayyoon garaa ciibsuu hin danda'an. "
Rome 8: 8
"Seexanni Abdii hin qabu Garuu Abdii hin kutattu", Dhallii Nama Abdii qaba Garuu Abdii kutata"
@Baliye_bot
@Baliye