Qabsuura Abbootii
786 subscribers
60 photos
2 files
163 links
" Warri akka fedha fooniitti jiraatan,Waaqayyoon garaa ciibsuu hin danda'an. "
Rome 8: 8
"Seexanni Abdii hin qabu Garuu Abdii hin kutattu", Dhallii Nama Abdii qaba Garuu Abdii kutata"
@Baliye_bot
@Baliye
Download Telegram
Ifoota Addunyaa kan jedhaman Duuka Bu'oonni Qulqulluun Pheexiroos fi Qulqulluun Phaawuloos eenyu fa'i?

Link kanaa gadi jiru tuquun guutummaa Qabsuuraa fi Seenaa isaanii ajaa'ibaa dubbisaa! irraa baradhaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Duuka Bu'icha Qulqulluu Pheexiroos

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html

Duuka Bu'icha Qulqulluu Phaawuloos

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html

#Share taasisuu hin dagatiinaa!
Sirna Qiddaasee

โ€ข Sirni Qiddaasee yoomii fi Eenyuun jalqabame?
โ€ข Sirna Qiddaasee irratti Meeshaalee Qulqullaa'oo nuti fayyadamnu maal maalidha? Iccitii fi fakkeenyi isaanii hoo?
โ€ข Sirni Qiddaasee yeroo jalqabamu maalif Beetaliheem irraa gara Mana Qulqullummaatti deemama? Iccitiin isaa hoo?
โ€ข Sirna Qiddaasee irratti Lubootaa fi Diyaaqonoonni maalif fakkeeffamu?
โ€ข Sirna Qiddaasee irratti Labsiiwwan Diyaaqoniin labsu maal maalidha? yeroo Diyaaqoniin labsu nuti maal gochuu qabna? Iccitii fi fakkeenyummaan isaanii hoo?
โ€ข Sirna Qiddaasee irratti Kitaaboleen dubbifaman iddoo kam kamii kan walitti ba'anidha? kallattii kam kamiin dubbifamu?
โ€ข Wal harkaa fuudhiinsa Duuka Bu'ummaa jechuun maal jechuudha? Iccitiin isaa hoo?
โ€ข Sirna Qiddaasee irratti Luboonni ยซSibhatยป jedhanii kan naanna'aan maalifi? fakkeenyummaa fi iccitiin isaa hoo?

Waa'ee Hiikoo Sirna Qiddaasee kanaa fi k.k.f link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! Hiriyoota keessaniifis qoodaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://bit.ly/3dctV4h
https://bit.ly/3dctV4h
Sadaasa 26 : Baga Guyyaa Yaadannoo Abbaa keenya Abuna Iyyesuus Mohaatiin nagaan isin gahe!

Abuna Iyyesuus Mohaan eenyudha?

Link kana tuquun dubbisaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/12/iyyesuusmohaa.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/12/iyyesuusmohaa.html
โ€‹โ€‹Koorsiiwwan Afuurawaa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Afaan Oromootiin karaa Blog keenya darbaa jiran hordofaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Qulqulloota Kutaa 1ffaa

https://bit.ly/3BK3WLW
https://bit.ly/3BK3WLW

Tsoomii Tsiggee

https://bit.ly/3iTsNWn
https://bit.ly/3iTsNWn

Hiikoo Sirna Qiddaasee

https://bit.ly/3xvedKG
https://bit.ly/3xvedKG

Meeshaalee Qulqullaa'oo fi Iccitii isaanii

https://bit.ly/3rf5Wt9
https://bit.ly/3rf5Wt9

Barumsa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa waa'ee Iyyesuus Kiristoos

https://bit.ly/3Cg0Kar
https://bit.ly/3Cg0Kar

Hiikoo Andimtaa Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara Ibrootaatti erge

https://bit.ly/3DHedsV
https://bit.ly/3DHedsV

Hiikoo Andimtaa Wangeela Qulqulluu Maatewoos

https://bit.ly/3kQdMFT
https://bit.ly/3kQdMFT

Hubachiisa :- Akkasumas Koorsiiwwan darbaa jiran kunneen kutaa kutaadhaan waan dhiyaataniif kutaalee itti aanan akka dafanii isin bira gahaaniif;

Step 1 :- Link kana tuquun Browser Chrome ykn Firefox irratti banaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://ortodoksii12.blogspot.com
https://ortodoksii12.blogspot.com

Step 2 :- Link isin bantan sun hanga load taasisee xumurutti eegaa! Sakandii 10 booda ยซBarreeffamoota Afuurawaa Mana Kiristaanaa Website keenya irraa argachuuf 'Subscribe' kan jedhu tuqaaยป barreeffamni jedhu gara gadiitti isiniif dhufa, isinis ยซSubscribeยป kan jedhu tuqaa!

Step 3 :- ยซSubscribeยป kan jedhu erga tuqxan booda ยซBaga Gammadan! Website keenya irraa.......ยป kan jedhu isiniif dhufa, yeroo kanas ยซAllowยป kan jedhu tuqaa! xumurtan sana booda Browser keessan Chrome ykn Firefox irratti notification isiniif dhufa akkuma Blog keenya irraa post taasisneen.

Yoo isin rakkise Photo kanaa gadi jiru ilaalaa! ykn @oro_tech_bot irratti nu gaafadhaa!
๐Ÿ™‰1
๐†๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐ง ๐๐ก๐š๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐†๐จ๐จ๐Ÿ๐ญ๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐๐จ๐ซ๐ข๐œ๐ก๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐ˆ๐ฒ๐ฒ๐ž๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐Š๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ฌ ๐Œ๐ฎ๐๐๐ž 29 ๐ฆ๐จ๐จ ๐ƒ๐ž๐œ๐ž๐ฆ๐›๐ž๐ซ 25 ๐๐ก๐š?

๐Œ๐š๐ง๐ง๐ข ๐Š๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐š๐š๐ง๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐ž๐ž๐ญ๐ญ๐ข๐ข ๐Ž๐ซ๐ญ๐จ๐๐จ๐ค๐ฌ๐ข๐ข ๐“๐š๐ฐ๐š๐š๐ก๐ข๐๐จ๐จ ๐ˆ๐ญ๐จ๐จ๐ฉ๐ก๐ข๐ฒ๐š๐š๐ง ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ข๐Ÿ ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š๐š ๐˜๐š๐š๐๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ก๐š๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐†๐จ๐จ๐Ÿ๐ญ๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐๐จ๐ซ๐ข๐œ๐ก๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐ˆ๐ฒ๐ฒ๐ž๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐Š๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ฌ ๐Œ๐ฎ๐๐๐ž 29 ๐ค๐š๐›๐š๐ฃ๐ฃ๐ข?

๐–๐š๐ซ๐ซ๐ž๐ž๐ง ๐‹๐ข๐ฑ๐š๐š ๐ก๐จ๐จ ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ข๐Ÿ ๐๐ก๐š๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐†๐จ๐จ๐Ÿ๐ญ๐š๐š ๐ ๐š๐š๐Ÿ๐š ๐ƒ๐ž๐œ๐ž๐ฆ๐›๐ž๐ซ 25 ๐ค๐š๐›๐š๐ฃ๐ฎ?

๐˜๐š๐š๐๐š๐ง๐ง๐จ๐จ๐ง ๐๐ก๐š๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐†๐จ๐จ๐Ÿ๐ญ๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐ˆ๐ฒ๐ฒ๐ž๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐Š๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ฌ ๐ฒ๐จ๐จ๐ฆ ๐ฃ๐š๐ฅ๐ช๐š๐›๐š๐ฆ๐ž?

๐†๐จ๐จ๐Ÿ๐ญ๐š๐š๐ง ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐๐จ๐ซ๐ข๐œ๐ก๐ข ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐ˆ๐ฒ๐ฒ๐ž๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐Š๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ฌ ๐ ๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐ง ๐ข๐ง๐ง๐ข ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐๐ก๐š๐ฅ๐š๐ญ๐ž ๐ก๐จ๐จ ๐ง๐ข ๐›๐ž๐ž๐ค๐š๐ฆ๐š๐š?

๐†๐ฎ๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐ง ๐€๐ฒ๐ฒ๐š๐š๐ง๐ง๐ข ๐˜๐š๐š๐๐š๐ง๐ง๐จ๐จ ๐๐ก๐š๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐†๐จ๐จ๐Ÿ๐ญ๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐๐จ๐ซ๐ข๐œ๐ก๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐ˆ๐ฒ๐ฒ๐ž๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐Š๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ฌ ๐ข๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐š๐›๐š๐ฃ๐š๐ฆ๐ฎ ๐ฒ๐ค๐ง ๐ฒ๐š๐š๐๐š๐ญ๐š๐ฆ๐ฎ ๐ฐ๐š๐ซ๐ซ๐š ๐‹๐ข๐ฑ๐š๐š ๐›๐ข๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐Ÿ๐ข ๐ง๐ฎ ๐›๐ข๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ฒ๐ค๐ง ๐Œ๐š๐ง๐š ๐Š๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐š๐š๐ง๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ฆ๐š๐š๐ฅ๐ข๐Ÿ ๐ ๐š๐ซ๐ ๐š๐ซ ๐ญ๐š'๐ž?

๐†๐š๐š๐Ÿ๐Ÿ๐ข๐ฅ๐ž๐ž ๐ค๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ง๐ข๐ข ๐Ÿ๐ข ๐ค๐š๐ง๐ง๐ž๐ž๐ง ๐›๐ข๐ซ๐จ๐จ ๐ฐ๐š๐š'๐ž๐ž ๐ƒ๐ก๐š๐ฅ๐จ๐จ๐ญ๐š ๐†๐จ๐จ๐Ÿ๐ญ๐š๐š ๐ค๐ž๐ž๐ง๐ฒ๐š ๐ˆ๐ฒ๐ฒ๐ž๐ฌ๐ฎ๐ฎ๐ฌ ๐Š๐ข๐ซ๐ข๐ฌ๐ญ๐จ๐จ๐ฌ ๐ข๐ซ๐ซ๐š๐ญ๐ญ๐ข ๐ค๐š'๐š๐š๐ง๐ข๐ข๐Ÿ ๐๐ž๐ž๐›๐ข๐ข ๐ข๐ฌ๐š๐š๐ง๐ข๐ข ๐ฅ๐ข๐ง๐ค ๐ค๐š๐ง๐š๐š ๐ ๐š๐๐ข ๐ฃ๐ข๐ซ๐ฎ ๐ญ๐ฎ๐ช๐ฎ๐ฎ๐ง ๐๐ฎ๐›๐›๐ข๐ฌ๐š!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://bit.ly/3yzLswZ
https://bit.ly/3yzLswZ
Forwarded from Koree eebba Mana Kiristaanaa Ishee Xiqqoo
Nageenyi Waaqayyo Isiinif haa baayyatu akkam jirtan ?

Eyyemamoo taatanii gara koree eebba kitaaba mana kiristaanaa ishee xiqqoo tti dhuftan. Kitaaba kana hanga danda'ame eebba gaarii taasisuun dhaloota boru mana amantaa keenya nuuf bu'aniif daandii ykn balbala akka banuuf miseensoonni mana amantaa hundi, waldoolleen hundi, barattoonni mooraa yaa'iiwwanii, duuka bu'oonni Kolleejjiiwwan Afuuraa warreen isiin beektan, Abbootii amantaa dabalatee akka afeera dhiyyeesinu.

Inni biroon yaada dimshashaa kitaaba kana kan hirmatootaaf ibsuu danda'an tajaajiltoota Gurguddoo nama afur osoo filataanii kitaaba kana dubbisuun akka itti qopha'an gochuu. Kanaaf tajaajiltoota kana afeeruu.

Miseensoonni mana amantaa karaa sab qunnamtii hawaasa ammayyaan onlive irratti hirmachisuun akka sagantaa hordofaan taasisuu. Kanaafis haala mijjeessuu.

Koreen tokko miseensa meeqa dammaqsuu akka qabu murteessuu fi irratti hojjechuun barbachisaadha.
"Beekaa Beekamtii Hin Arganne"
Guta Cheru Jedhama.

Eebba kitaaba kana nu affeeree jira.
Irraa hin hafina irraa hin hafamu !

Barsiisaa Jabaa Amantootni Ortodooksiin Oromoo namaa kitaaba nu barreessee fi barreessuu qabna jennee qomaa dhiibne dubbatanu keessaa #B/saa D.n Guutaa Charuu isa angafaa dha.
Bara homaa nama hin gammachiisne keessa jirra.

Wanti ilaalluu, dhageenyu, dubbisnu, wanti barreessinu hundinu kan namatti hin tollee dha.

Yeroo ammaa kana oduu gidiraa fi oduu hamaa, oduu cabsaa, oduu gaddaa irraan kan hafee wanti namatti toluu hin jiru. Barichi faallaa taheera.

Oduu nagaan jibbamtee; oduun jibba jaallatamtee. Gaarii kan ta'ee Hundinuu namatti hadhaโ€™eera.

Garuu sagaleen waaqayyoo โ€œYeroo hundumaa gooftaatti gammadaa! Ammas irra deebi'ee nan jedha, gammadaa!โ€ nuun jedha. Filp. 4:4
โค1
FB_IMG_15775464887250435.jpg
219.7 KB
Ergamaa du'aatiin kufuu jalaa kan nama baastu Yaa #Gabri'eel ! Nagaan siif haa tahuu.
Halkanis guyyaas ati nu eegi. Ameen
Wanti kamiyyuu harka waaqayyoo keessa akka jiru hubadhuutii kadhannaa geggeessi. Hojiin kamiyyuu harka kee keessa akka jiru beekiiti hojii hojjedhu. Bakka gahuu barbaaddu gahuudhaaf dandeettii qabdu hundatti fayyadami hojjedhu. Nama dadhabaa hin ta'iin. Hojiiwwan kamiyyuu abdiidhaan hojjedhu. Kan barumsa barannus firii gaarii qofa galmeessuuf miti. Kan hojjennuufis minda guddaan akka nuuf kaffalamu qofaaf miti. Jireenya keenyatti gammadne akka jiraannuuf malee. Dhiphachuu fi yaaddoo keessa galuu gaafa eegalu furmanni isaa harka waaqayyoo akka jiru hin dagatin. Hanga dandeettii keetii yoo hojjette kan biroo immoo waaqayyoo akka siif dabalu amani. Inni dubbii isaaf amanamaa dha.


Maddi: bu'ura jireenya afuuraa ykn mootii nageenyaa kan jedhurraa๐Ÿ™๐Ÿ’“๐Ÿ™
Forwarded from Galmee Seenaa Qulqulloota! (#Baliye #Melaku)
Eebba VCD abbaa fi obboleessa keenya kana sirriitti beeksisuu qabna.
Wal haa jajjabeessinu !
Watch "Faarfaanna Afaan Oromo Gaabbii, Dhiifama, F/taa Dn Daagim Jootee" on YouTube
https://youtu.be/RWgz1D4l99M
โœ”Ilma kee isa arjaa fayyisaa addunyaa.

โœ” Gugee koo*2 gugee garaa laafeetti koo maariyaam giiftii harmee gooftaa koo qalama warqeetiin barreessi maqaa koo.

โœ” Nutti hin hidhiin badii keenyaa maariyaam giiftii harmee gooftaa keenyaa du'a ka'uu keetiin si kadhanneera.

โœ” Eenyuuti himadhuree gaddaa keessaa koo si malee maariyaam giiftii harmee gooftaa koo dafiitti naaf dhaga'ii kadhannaa koo.

โœ” Yaa giiftii keenyaa*2 nuu to'adhuu kaa gargaarsi ilma kee nurraa hin siqiin kaa.

โœ” Nun gatiin kaa nurraa hin siqiini nun muufatiinikaa yaa waaqaa nagaa nutti araarami kaa.

โœ” Waaqa muusee, waaqaa haroon waaqicha izraa hamaarra nu oolchii adaraa.

โœ” maqaa waaqa abbaafi ilmaa, afuura qulqulluu waaqarrattii si kadhannaa maariyaam duraaf booddeetti gaddaashee dhaga'i booโ€™ichaa fi iyyaashee kan amantaa keenya tewahidoo kadhannashee.




@qulqulloota @qulqulloota
Forwarded from #Baliye #Melaku
Walaloo ajaa'iba sagalee dhaan argachuu yoo barbaaddan,
Linkii kanaan seenuun walaloo walaleessaa
F/taa D.n Nimoonaa Geetaachoo subscribe godha.

https://www.youtube.com/watch?v=n9gVhuOH-t4