Qabsuura Abbootii
786 subscribers
60 photos
2 files
163 links
" Warri akka fedha fooniitti jiraatan,Waaqayyoon garaa ciibsuu hin danda'an. "
Rome 8: 8
"Seexanni Abdii hin qabu Garuu Abdii hin kutattu", Dhallii Nama Abdii qaba Garuu Abdii kutata"
@Baliye_bot
@Baliye
Download Telegram
๐‡๐ข๐ข๐ค๐จ๐จ ๐’๐ข๐ซ๐ง๐š ๐๐ข๐๐๐š๐š๐ฌ๐ž๐ž | ๐Š๐ฎ๐ญ๐š๐š 5๐Ÿ๐Ÿ๐š๐š

โ™ฆ Sirna Qiddaasee irratti Ahaaduu maalif jedhama? Hiikni isaa hoo?
โ™ฆ Sirna Qiddaasee irratti yeroo meeqa sagadna?
โ™ฆ Sirna Qiddaasee irratti yeroo meeqa harka fuuna?
โ™ฆ Sirna Qiddaasee irratti yeroo Wangeelli dubbifamu maal gochuu qabna?

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://bit.ly/3nIEwsf
https://bit.ly/3nIEwsf
Forwarded from Nehemiah Promotion
Tokkummaa ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo biyyoota alaa jiraatanii

Baga Nagaan gara Channel kanaatti dhuftan! Channel kun Tokkummaa ijoollee Ortodoksii biyyoota alaa kanneen akka;

โ™ฆ Ameerikaa Kaabaa
โ™ฆ Awuroppaa
โ™ฆ Biyyoota Baha fagoo fi Baha giddu galeessaa ykn Biyyoota Arabaa
โ™ฆ Awustiraaliyaa fi kanneen biroo cimsuuf akkasumas walitti fiduuf kan banamedha waan ta'eef Channel kana join taasisaa!

Akkasumas Channel kana keessatti;

โ€  Faaruuwwan Afuurawaa
โ€  Walaloowwan Afuurawaa
โ€  Koorsiiwwan Afuurawaa
โ€  Barumsa Mana Kiristaanaa
โ€  Kitaabolee Mana Kiristaanaa bifa Pdf
fi kanneen biroo ni dhiyaatu waan ta'eef ยซ๐Ÿ‡ฏ ๐Ÿ‡ด ๐Ÿ‡ฎ ๐Ÿ‡ณยป kan jedhu tuquun tokkummaa ijoollee Tawaahidootti makamaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โ•”โ•ฆโ•ฆโ•ฆโ•โ•ฆโ•—โ•”โ•โ•ฆโ•โ•ฆโ•โ•โ•ฆโ•โ•—
โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•ฉโ•ฃโ•šโ•ฃโ•โ•ฃโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•ฉโ•ฃ
โ•šโ•โ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•ฉโ•ฉโ•ฉโ•โ•
๐Ÿ“’๐Ÿ““๐Ÿ“”๐Ÿ“•๐Ÿ“–๐Ÿ“—๐Ÿ“˜๐Ÿ“™
โ”€โ•”โ•—โ”€โ”€โ”€โ•”โ•—โ•”โ•โ•ฆโ•—
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ”€โ•‘โ•‘โ•”โ•โ•—โ• โ•ฃโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘
โ•”โ•ฃโ•‘โ•‘โ•ฌโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘
โ•šโ•โ•โ•šโ•โ•โ•šโ•โ•šโ•ฉโ•โ•
Forwarded from Nehemiah Promotion
Hiikoo Sirna Qiddaasee

โ™ฆ Sirna Qiddaasee jechuun maal jechuudha? Sirni Qiddaasee yoomii fi eenyuun jalqabe?
โ™ฆ Gosoota Qiddaasee
โ™ฆ Qophii dursaa Sirna Qiddaasee hirmaachuuf deemuu keenyaan dura taasifnu;
โ™ฆ Sirna Qiddaasee irratti of eeggannoowwan nuti taasisuu qabnu;
โ™ฆ Sirni Qiddaasee yeroo jalqabamu wantoota nuti taasisuu qabnu;

Hiikoo jechoota Sirna Qiddaasee irratti jedhamanii;

โ™ฅ Ahaduu
โ™ฅ Kadhannaadhaaf ka'aa!
โ™ฅ Waaqayyoof Sodaadhaan Sagadaa!
โ™ฅ Egzi'oo Meharinne Kiristos
fi k.k.f hiikoo isaanii argachuuf ยซReadยป kan jedhu tuqaa!

โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ”€โ•‘โ•‘โ•”โ•โ•—โ• โ•ฃโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘
โ•”โ•ฃโ•‘โ•‘โ•ฌโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘
โ•šโ•โ•โ•šโ•โ•โ•šโ•โ•šโ•ฉโ•โ•
Wangeela Qulqulluu Yohaannis

โ™ฅ Wangeelli Yohaannis yoom, eenyuun fi eessatti barreeffame?
โ™ฅ Wangeelli Yohaannis eenyuuf barreeffame?
โ™ฅ Wangeelli Yohaannis Wangeelota sadan ykn Wangeelota Sinooptikii irraa maaliin adda ba'a?
โ™ฅ Wangeelli Yohaannis iddoo meeqatti qoodama?

Kanneeniifi kanneen biroo waa'ee Wangeela Qulqulluu Yohaannis dubbisuuf Link jala jiru tuqaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://bit.ly/3c3EZjh
https://bit.ly/3c3EZjh
Duuka Bu'oota Qulqulluu Yaa'iqoob fi Qulqulluu Indiriyaas

โ™ฅ Akka Kitaaba Qulqulluutti Yaa'iqoob meeqatu jiru?
โ™ฅ Qabsuuraa fi Seenaa Qulqulluu Yaa'iqoob fi Qulqulluu Indiriyaas
โ™ฅ Biyyoota Qulqulluu Yaa'iqoob fi Qulqulluu Indiriyaas itti Lallaban?

Kanneeniifi kanneen biroo waa'ee Qulqulluu Yaa'iqoob fi Qulqulluu Indiriyaas link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://bit.ly/3wMda90
https://bit.ly/3wMda90
Forwarded from Nehemiah Promotion
Tokkummaa ijoollee Ortodoksii Tawaahidoo biyyoota alaa jiraatanii

Baga Nagaan gara Channel kanaatti dhuftan! Channel kun Tokkummaa ijoollee Ortodoksii biyyoota alaa kanneen akka;

โ™ฆ Ameerikaa Kaabaa
โ™ฆ Awuroppaa
โ™ฆ Biyyoota Baha fagoo fi Baha giddu galeessaa ykn Biyyoota Arabaa
โ™ฆ Awustiraaliyaa fi kanneen biroo cimsuuf akkasumas walitti fiduuf kan banamedha waan ta'eef Channel kana join taasisaa!

Akkasumas Channel kana keessatti;

โ€  Faaruuwwan Afuurawaa
โ€  Walaloowwan Afuurawaa
โ€  Koorsiiwwan Afuurawaa
โ€  Barumsa Mana Kiristaanaa
โ€  Kitaabolee Mana Kiristaanaa bifa Pdf
fi kanneen biroo ni dhiyaatu waan ta'eef ยซ๐Ÿ‡ฏ ๐Ÿ‡ด ๐Ÿ‡ฎ ๐Ÿ‡ณยป kan jedhu tuquun tokkummaa ijoollee Tawaahidootti makamaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

โ•”โ•ฆโ•ฆโ•ฆโ•โ•ฆโ•—โ•”โ•โ•ฆโ•โ•ฆโ•โ•โ•ฆโ•โ•—
โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•ฉโ•ฃโ•šโ•ฃโ•โ•ฃโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•ฉโ•ฃ
โ•šโ•โ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•ฉโ•ฉโ•ฉโ•โ•
๐Ÿ“’๐Ÿ““๐Ÿ“”๐Ÿ“•๐Ÿ“–๐Ÿ“—๐Ÿ“˜๐Ÿ“™
โ”€โ•”โ•—โ”€โ”€โ”€โ•”โ•—โ•”โ•โ•ฆโ•—
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บJOIN โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ”€โ•‘โ•‘โ•”โ•โ•—โ• โ•ฃโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘
โ•”โ•ฃโ•‘โ•‘โ•ฌโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘
โ•šโ•โ•โ•šโ•โ•โ•šโ•โ•šโ•ฉโ•โ•
๐Ÿ‘1
Dhuguma akka Shakkitoonni jedhan Manni Kiristaanaa keenya Qulqulleettii Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaan Iyyesuus Kiristoos hin lallabduu???

Kutaa 1ffaa

Gaaffii Shakkitoonni yeroo hedduu kaasaniif deebii isaa! Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! Share taasisaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://bit.ly/3Cg0Kar
https://bit.ly/3Cg0Kar
#Share! taasisaa ijoollee Tawaahidoo hundaaf!

Gaaffilee Kitaaba Raajii Maariyaam irratti ka'aaniif Deebii isaanii;

1. Dubroon Maariyaam Addunyaan osoo hin uumamiin akkamitti beekamte?
2. Raajii ishee kan dhageeffate akka Fooniifi Dhiiga isaa fudhateetti ta'aafii?
3. Uumamni hundinuu Dubroo Maariyaam galateeffachuuf uumamee?

Deebii isaanii link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

http://bitly.ws/h9FM
http://bitly.ws/h9FM
Manneen Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Kutaalee Addunyaa garaa garaatti akkamitti? yoom? fi eenyuun? hundeeffaman?

Biyyi keenya Itoophiyaan Biyya Qulqulleettii Iyyerusaaleemitti Mana Kiristaanaa fi Gadaamii kan hundeessite yoomi? qormaanni ishee mudatan hoo? ammahoo haala akkamii irra jira?

Link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://bit.ly/3nlxsmp
https://bit.ly/3nlxsmp
Forwarded from Nehemiah Promotion
๐Œ๐ž๐ž๐ฌ๐ก๐š๐š๐ฅ๐ž๐ž ๐๐ฎ๐ฅ๐ช๐ฎ๐ฅ๐ฅ๐š๐š'๐จ๐จ

Koorsii kana keessatti;

โ€ข Maalummaa Meeshaalee Qulqullaa'oo
โ€ข Akkaataa Qophii Meeshaalee Qulqullaa'oo
โ€ข Kadhannaa Meeshaalee Qulqullaa'oo irratti taasifamu
โ€ข Iccitii fi Hiikoo Meeshaalee Qulqullaa'oo
โ€ข Tajaajila Meeshaaleen Qulqullaa'oon Mana Kiristaanaa keessatti kennanii
fi k.k.f ni argattu

ยซReadยป kan jedhu tuquun kutaa kutaadhaan dubbisaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ•”โ•ฆโ•ฆโ•ฆโ•โ•ฆโ•—โ•”โ•โ•ฆโ•โ•ฆโ•โ•โ•ฆโ•โ•—
โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•ฉโ•ฃโ•šโ•ฃโ•โ•ฃโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•ฉโ•ฃ
โ•šโ•โ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•ฉโ•ฉโ•ฉโ•โ•
๐Ÿ“’๐Ÿ““๐Ÿ“”๐Ÿ“•๐Ÿ“–๐Ÿ“—๐Ÿ“˜๐Ÿ“™
โ”€โ•”โ•—โ”€โ”€โ”€โ•”โ•—โ•”โ•โ•ฆโ•—
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ”€โ•‘โ•‘โ•”โ•โ•—โ• โ•ฃโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘
โ•”โ•ฃโ•‘โ•‘โ•ฌโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘
โ•šโ•โ•โ•šโ•โ•โ•šโ•โ•šโ•ฉโ•โ•

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
Hiikoo Sirna Qiddaasee | Kutaa 1ffaa

โ€ข Hiika Sirna Qiddaasee
โ€ข Qoqqoodama Sirna Qiddaasee
โ€ข Sirna Qiddaasee eenyutu jalqabe?
โ€ข Qurbaanaa fi Qiddaasee jalqabaa irratti warra hirmaatan
โ€ข Kaayyoo guddaa Sirna Qiddaasee

Link kana tuquun dubbisaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://bit.ly/3CaeDaX
https://bit.ly/3CaeDaX
Wangeela Qulqulluu Yohaannis

โ™ฅ Wangeelli Yohaannis yoom, eenyuun fi eessatti barreeffame?
โ™ฅ Wangeelli Yohaannis eenyuuf barreeffame?
โ™ฅ Wangeelli Yohaannis Wangeelota sadan ykn Wangeelota Sinooptikii irraa maaliin adda ba'a?
โ™ฅ Wangeelli Yohaannis iddoo meeqatti qoodama?

Kanneeniifi kanneen biroo waa'ee Wangeela Qulqulluu Yohaannis dubbisuuf Link jala jiru tuqaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://bit.ly/3c3EZjh
https://bit.ly/3c3EZjh
Qo'annaa Kitaabolee Qulqullaa'oo ykn Hiikoo Andimtaa Kitaabolee Qulqullaa'oo Link kanaa gadi jiran tuquun dubbisaa!

Hiikoo Andimtaa Wangeela Maatewoos | Seensa 1ffaa

http://bitly.ws/h9sU
http://bitly.ws/h9sU

Hiikoo Andimtaa Wangeela Maatewoos | Seensa 2ffaa

https://bit.ly/3oRpgeZ
https://bit.ly/3oRpgeZ

Qo'annaa Wangeela Maarqoos

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/maarqoos.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/maarqoos.html

Qo'annaa Wangeela Luqaas

http://bitly.ws/hcdq
http://bitly.ws/hcdq

Qo'annaa Wangeela Yohaannis

https://bit.ly/3c3EZjh
https://bit.ly/3c3EZjh

Qo'annaa Kitaaba Hojii Duuka Bu'ootaa

http://bitly.ws/hcdq
http://bitly.ws/hcdq

Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara warra Roomeetti erge

https://bit.ly/3jOJkv2
https://bit.ly/3jOJkv2

Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara warra Qoronxoositti erge

http://ortodoksii12.blogspot.com/2021/11/qoronxoos.html
http://ortodoksii12.blogspot.com/2021/11/qoronxoos.html

Hiikoo Andimtaa Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara Ibrootaatti erge | Seensa 1ffaa

https://bit.ly/3DHedsV
https://bit.ly/3DHedsV

Hiikoo Andimtaa Ergaa Qulqulluu Phaawuloos gara Ibrootaatti erge | Seensa 2ffaa

https://bit.ly/3na1p7S
https://bit.ly/3na1p7S

Kanneeniifi kanneen biroo Barumsa Mana Kiristaanaa Ortodoksii Tawaahidoo Itoophiyaa Afaan Oromootiin iddoo tokkotti argachuuf link kana tuqaa! ๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://ortodoksii12.blogspot.com

Ijoollee Tawaahidoo hundaaf #Share taasisuu hin dagatinaa!
๐Ÿ†1
Forwarded from Nehemiah Promotion
Hiikoo Sirna Qiddaasee

โ™ฆ Sirna Qiddaasee jechuun maal jechuudha? Sirni Qiddaasee yoomii fi eenyuun jalqabe?
โ™ฆ Gosoota Qiddaasee
โ™ฆ Qophii dursaa Sirna Qiddaasee hirmaachuuf deemuu keenyaan dura taasifnu;
โ™ฆ Sirna Qiddaasee irratti of eeggannoowwan nuti taasisuu qabnu;
โ™ฆ Sirni Qiddaasee yeroo jalqabamu wantoota nuti taasisuu qabnu;

Hiikoo jechoota Sirna Qiddaasee irratti jedhamanii;

โ™ฅ Ahaduu
โ™ฅ Kadhannaadhaaf ka'aa!
โ™ฅ Waaqayyoof Sodaadhaan Sagadaa!
โ™ฅ Egzi'oo Meharinne Kiristos
fi k.k.f hiikoo isaanii argachuuf ยซReadยป kan jedhu tuqaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡
โ•”โ•ฆโ•ฆโ•ฆโ•โ•ฆโ•—โ•”โ•โ•ฆโ•โ•ฆโ•โ•โ•ฆโ•โ•—
โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•ฉโ•ฃโ•šโ•ฃโ•โ•ฃโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•ฉโ•ฃ
โ•šโ•โ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•โ•ฉโ•ฉโ•ฉโ•ฉโ•โ•
๐Ÿ“’๐Ÿ““๐Ÿ“”๐Ÿ“•๐Ÿ“–๐Ÿ“—๐Ÿ“˜๐Ÿ“™
โ”€โ•”โ•—โ”€โ”€โ”€โ•”โ•—โ•”โ•โ•ฆโ•—
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ–ˆโ–ˆโ–“โ–’โ–บREAD โ–บโ–’โ–“โ–ˆโ–ˆ
โ”€โ•‘โ•‘โ•”โ•โ•—โ• โ•ฃโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘
โ•”โ•ฃโ•‘โ•‘โ•ฌโ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘โ•‘
โ•šโ•โ•โ•šโ•โ•โ•šโ•โ•šโ•ฉโ•โ•
Hiikoo Andimtaa Wangeela Maatewoos

Kutaa 1ffaa

โ™ฅ Qoqqoodama Wangeela Maatewoos Boqonnaa 1
โ™ฅ Wangeela Maatewoos Boqonnaa 1 irratti maalif Abrahaam irraa jalqabe?
โ™ฅ Wangeela Maatewoos Boqonnaa 1 irratti maalif Abrahaam fi Daawwit qofa kophaatti baase?
โ™ฅ Daawwit Ilma Abrahaam osoo ta'ee jiruu akkamitti dursee Ilma Daawwit itti aansee ammoo ilma Abrahaam jedhe?
โ™ฅ Wangeela Maatewoos kana irratti Abrahaam Yisihaaqiin ala ijoollee hedduu osoo qabuu maalif Yisihaaq qofa caqase?
โ™ฅ Yeroo dhaloota Yisihaaq kaasetti Ijoolleen Abrahaam warri kaan Yisihaaq waliin hin caqasamne, dhaloota Yaa'iqoob irrattis akkasuma Eesaawu hin caqasamne amma garuu ijoolleen Yaa'iqoob kudha tokkoon hafan ยซobboloota isaaยป maalif jedhaman?
โ™ฅ Wangeela Maatewoos Boqonnaa 1 irratti maalif Yihudaa qofti adda bahee maqaan caqasame?
โ™ฅ Wangeela Maatewoos Boqonnaa 1 irratti maqaa Dubartoota kanneen akka Saaraa fa'a osoo hin caqasamiin maalif maqaan Ti'imaar caqasame?

Kanneeniifi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://bit.ly/3kQdMFT
https://bit.ly/3kQdMFT
Baga jalabultii guyyaa yaadannoo kan hangafa ergamootaa Qulqulluu Mikaa'eeliin nagaan isin gahe!
๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ๐Ÿ’œ
๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ
๐Ÿ’•๐Ÿ’•๐Ÿ’•๐Ÿ’•๐Ÿ’•๐Ÿ’•๐Ÿ’•๐Ÿ’•๐Ÿ’•๐Ÿ’•
โ™ฆ Hangafni Ergamootaa Qulqulluun Mikaa'eel eenyudha? Hiikni maqaa isaa hoo?
๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ๐ŸŒผ
โ™ฆ Qulqulluun Mikaa'eel maal maal irratti muudame?
๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ๐Ÿ’Ÿ
โ™ฆ Maqaan Qulqulluu Mikaa'eel Kitaaba Qulqulluu keesatti yeroo meeqa barreeffamee argama? iddoo kam kamitti?
๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน๐ŸŒน
โ™ฆ Akka Mana Kiristaanaa keenyatti ayyaanonni yaadannoo waggaa kan Qulqulluu Mikaa'eel yoom yoomi?
๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ๐ŸŒพ
Kanneenii fi kanneen biroo link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!
๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ๐ŸŒธ
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/06/hangafni-ergamootaa-qulqulluun-mikaa.html
#Share! taasisaa ijoollee Tawaahidoo hundaaf!

Kitaaba Raajii Maariyaam

โ™ฅ Seenaa Kitaaba Raajii Maariyaam fi akkaataa dhufaatii fi walitti qabamuu isaa!

โ™ฅ Gaaffilee Kitaaba Raajii Maariyaam irratti ka'aaniif Deebii isaanii;

1. Dubroon Maariyaam Addunyaan osoo hin uumamiin akkamitti beekamte?
2. Raajii ishee kan dhageeffate akka Fooniifi Dhiiga isaa fudhateetti ta'aafii?
3. Uumamni hundinuu Dubroo Maariyaam galateeffachuuf uumamee?

Deebii isaanii link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa!

http://bitly.ws/h9FM
http://bitly.ws/h9FM
Ifoota Addunyaa kan jedhaman Duuka Bu'oonni Qulqulluun Pheexiroos fi Qulqulluun Phaawuloos eenyu fa'i?

Link kanaa gadi jiru tuquun guutummaa Qabsuuraa fi Seenaa isaanii ajaa'ibaa dubbisaa! irraa baradhaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

Duuka Bu'icha Qulqulluu Pheexiroos

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/pheexiroos.html

Duuka Bu'icha Qulqulluu Phaawuloos

https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html
https://ortodoksii12.blogspot.com/2021/10/phaawuloos.html

#Share taasisuu hin dagatiinaa!
Sirna Qiddaasee

โ€ข Sirni Qiddaasee yoomii fi Eenyuun jalqabame?
โ€ข Sirna Qiddaasee irratti Meeshaalee Qulqullaa'oo nuti fayyadamnu maal maalidha? Iccitii fi fakkeenyi isaanii hoo?
โ€ข Sirni Qiddaasee yeroo jalqabamu maalif Beetaliheem irraa gara Mana Qulqullummaatti deemama? Iccitiin isaa hoo?
โ€ข Sirna Qiddaasee irratti Lubootaa fi Diyaaqonoonni maalif fakkeeffamu?
โ€ข Sirna Qiddaasee irratti Labsiiwwan Diyaaqoniin labsu maal maalidha? yeroo Diyaaqoniin labsu nuti maal gochuu qabna? Iccitii fi fakkeenyummaan isaanii hoo?
โ€ข Sirna Qiddaasee irratti Kitaaboleen dubbifaman iddoo kam kamii kan walitti ba'anidha? kallattii kam kamiin dubbifamu?
โ€ข Wal harkaa fuudhiinsa Duuka Bu'ummaa jechuun maal jechuudha? Iccitiin isaa hoo?
โ€ข Sirna Qiddaasee irratti Luboonni ยซSibhatยป jedhanii kan naanna'aan maalifi? fakkeenyummaa fi iccitiin isaa hoo?

Waa'ee Hiikoo Sirna Qiddaasee kanaa fi k.k.f link kanaa gadi jiru tuquun dubbisaa! Hiriyoota keessaniifis qoodaa!

๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡๐Ÿ‘‡

https://bit.ly/3dctV4h
https://bit.ly/3dctV4h