"Hagere TV"n mirga tamsaasa kallattii Waancaa Addunyaa argate!
"Hagere TV"n dorgommii Waancaa Addunyaa 2026 Ameerikaa, Meeksikoo fi Kaanadaa waliin ta'uun qopheessan, Itoophiyaa keessatti qofa (exclusively) tamsaasuuf mirga argateera.
Dhaabbatichi dhaabbata "New World TV" jedhamu waliin waliigaltee gochuun, biyyoota Sahaaraa gadiitti mirga tamsaasa qabu waliin waliigaltee irra ga'eera.
Dorgommiin Waancaa Addunyaa 2026 kun Waxabajjii 4 irraa eegalee hanga Adoolessa 12, 2026 tti ni gaggeeffama. "Hagere TV" ammoo lammiilee Itoophiyaa hundaaf bilisaan (free) kallattiin akka dabarsu beeksiseera.
Taphoota kallattiin filataman malees, taphoonni halkan gaggeeffaman yeroo mijataa ta'etti bifa "Highlight" jedhuun ni dhiyaatu.
Seenaa miidiyaa Itoophiyaa keessatti, dhaabbanni televizhiinii dhuunfaa tokko yeroo jalqabaatiif Waancaa Addunyaa kallattiin tamsaasuuf mirga argachuun isaa kun seenaa haaraa dha.
Dabalataanis, "Hagere TV"n dorgommiiwwan atileetiksii addunyaa kanneen atileetonni Itoophiyaa keessatti hirmaatan, waggoota 4 itti aananiif hanga 2029tti qofa tamsaasuuf mirga argateera.
Dirree Ispoortii

๐1
Ministeerri barnootaa appilikeeshinii โAgent AI Teacher Assistantโ (Agentic AI Teacher Assistant) jedhu kan guutummaatti sarara irraa bahee hojjetu fi of dandaโee murtee kennuu dandaโu horateera.
-----------------//-------------
(Ginbot 28/2018 E) Ministeerri barnootaa AI appilikeeshinii hojii guyyaa guyyaa barsiisota sadarkaa 2ffaa hirโisu, guutummaatti sarara irraa badee hojii of dandaโee hojjeta.
Akka ICT fi Digital Education CEO Zelalem Asaffaa (Doctor) jedhanitti, application kun sarvarii giddugaleessa ykn teeknooloojii duumessa irratti hin hirkatu, garuu salphumatti kompitara naannoo irratti kan feโamu fi dandeettii keessoo qaba jedhe.
Akkaataa sirna barnootaa haaraatti kitaabota kutaa 9ffaa - 12ffaa akka Datasettti, guutummaatti qoratanii hubachuuf AI application qophaโeera. (Model Fine-Tuning).
Appilikeeshinichi karoora barnootaa qopheessa, gaaffilee qormaataa fi assaayimentii sadarkaa isaa eeggate kan maddisiisu, akkasumas tarsiimoowwan barsiisummaa mataa isaatiin qindeessuu kan Kunis yeroo gatii qabeessa barsiisonni hojii birokiraasii guyyaa irratti dabarsan guutummaatti kan hirโisu taโuus himaniiru.
Barsiisonni yeroo gahaa barattoota isaanii waliin qunnamtii kallattii akka qabaatan gargaaruun alatti qulqullina barnootaa mirkaneessuu keessatti shoora olaanaa akka qabu Dr. Zelaalem eeraniiru.
CEOn akka jedhetti teeknooloojiin kun ulfaatina ifaa LLM moodeela salphaa taโe laptoppii yookiin desktop kompiitara kamirrattuu osoo hin barbaachisin feโuu dandaโa.
Muuxannoo manneen barnootaa filatamaniitiin appilikeeshiniin bu'aa gaarii argamuu kan ibsan ogeessi kun, barsiisotaafi ogeessota teeknooloojii naannolee hundarraa dhufaniif leenjiin kennamuus ibsaniiru.
Gorsaan kutaa ICT Muluneh Atnaafuu (Doktor), gama isaaniitiin, appilikeeshiniin AI kun qaama tarsiimoo dijitaalaayizeeshinii barnootaa waliigalaa ministeera barnootaa baase akka taโe ibsanii jiru.
Digital divide riqicha: AI application guutumatti Offline Mode irratti hojjeta. Appilikeeshinichi tajaajila addaan hin cinne kenna jedhan keessumaayyuu manneen barnootaa baadiyyaafi fageenyatti bakka networkiin interneetii hin jirre yookiin baayโee murtaaโaa taโe.
Kunis garaagarummaa manneen barnootaa magaalaa fi baadiyaa gidduu jiru akkasumas qulqullina barnootaa (Digital Divide) sadarkaa olโaanaatti akka ceesisu hubataniiru.
Zero Infrastructure & Subscription Costs ilaalchisee application kompitara irratti yoo feโame kaardiin interneetii jiโaan hin jiru, network diriirsuu ykn AI fayyadamuun akka barbaachisu ibsanii jiru.
AI application kun barsiisota ammayyaaโaa fi salphaa kan taasisu qofa osoo hin taane, barattoonni deeggarsa fooyyaโaa karaa walitti fufiinsa qabuun akka argatan gochuun firii isaanii akka fooyyessu ni ibsa.
Pirojektiin Cehumsa Barnoota Itoophiyaa baankii addunyaatiin deeggarame sadarkaa yaalii AI application (Pilot) hojiirra oolchuu fi babalโina dabalataa deeggarsa teeknikaa barbaachisaa taโe gochuudhaan manneen barnootaa keessatti ijaaramuun buโaa olaanaa qaba.

โค2๐1
Forwarded from Oromian Students
Oromian Students
Photo
#Beeksisa
Barattoota #Qormaata_Naannoo_Kutaa_8ffaa Bara 2018 Fudhatan Hundaaf
----------
BBO - Adoolessa 14/2018 Qormaatni Naannoo Kutaa 8ffaa Bara 2018 Waxabajjii 11-12/2018 tti kennamaa ture qabxiin/firiin/ isaa guyyaa boruu Adoolessa 15/2018 Waaree Dura Sa'aatii 4:00 -6:00 keessatti kan ibsamu ta'a.
Kanaafuu, Fuula FB keenya kanarratti akka nu hordoftan beeksifna.
#Hubachiisa:- #Qabxiin_Qormaata_Kutaa_6ffaa guyyoota kudhan booda kan ibsamu ta'uu odeeffannoo argannerraa hubachuun danda'ameera. Obsaan nu eeggadhaa!

๐ฅฐ2
Forwarded from Oro Tech Tips
Baankiin Biyyaalessaa dhaabbilee tajaajila dabarsa maallaqaaf eeyyama hin qabne ifoomse
Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa hawaasni, miseensonni diyaaspooraa fi maamiltootni bakka buโoota dhaabbilee dabarsa maallaqaa eeyyama hin qabne akka hin fayyadamne akeekkachiisera.
Baankichi ibsa baaseen, hojiiwwan seeraan alaa kun seera Itoophiyaatiin kan dhorkaman taโuu ibseera.
Karaa seeraan alaa kanaan maallaqa erguun yookaan fudhachuun maamiltoota kasaaraa maallaqaa guddaa, harkifannaa kaffaltii, herrega baankii cufamuu ykn daangessuu, akkasumas itti gaafatamummaa seeraa jala ooluu akka dandaโaniif saaxila jedheera.
Maallaqni gara biyya keessaa seenu dabalaa dhufuu waliin walqabatee, lammiileen karaa dabarsa maallaqaa eeyyama seeraa qaban qofa akka fayyadaman Baankiin Biyyaalessaa gorseera.
Karaa seeraan alaa fayyadamuun namoota maallaqa erganis taโe maatii maallaqa sana fudhatan, seerota hojiirra jiran irratti hundaaโuun tarkaanfii bulchiinsaa fi seeraa jala oolchuu akka dandaโu hubachiiseera.
Dabalataanis, Baankiin Biyyaalessaa Itoophiyaa dhaabbilee tajaajila dabarsa maallaqaa Itoophiyaatti kennuuf eeyyama hin qabne 17 maqaa isaanii eeruun ifoomsera.
Buโuuruma kanaan;
โก๏ธAdulis Money Transfer
โก๏ธAmal Express
โก๏ธAmal USA
โก๏ธAmana Express
โก๏ธAvanti
โก๏ธAwash Direct
โก๏ธBakal Money Transfer
โก๏ธJuba Express
โก๏ธRasmi Pay
โก๏ธRemad Pay (yookaan Ramada Pay Kah)
โก๏ธShigey Money Transfer
โก๏ธTaj Financial Service
โก๏ธTasa Pay
โก๏ธTewakel Money Services
โก๏ธUSWire
โก๏ธWorld Direct Link
โก๏ธZola
Dhaabbileen kunneen tajaajila dabarsa maallaqaa kennuuf eeyyama seeraa kan hin qabne taโuun ibsameera.
Maamiltoonni nageenya maallaqa isaanii eeguuf, akkasumas maallaqni isaanii karaa amanamaa taโeen qaama barbaadame bira gaโuu isaa mirkaneessuuf, bakka buโoota dabarsa maallaqaa Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaatiin eeyyamni seeraa kennameef qofa akka fayyadaman baankichi hubachiiseera.
Dabalataan, maallaqa kamiyyuu osoo hin dabarsin dura, dhaabbanni dabarsa maallaqaa filatame seeraan eeyyamameera moo hin eeyyamamne jechuun mirkaneessuuf marsariitii Baankii Biyyaalessaa Itoophiyaa https://nbe.gov.et/mta/ seenuun ilaaluun akka dandaโamu baankichi beeksiseera.

โค2
Garaagarummaa IT fi ICT maalii?
Yeroo ammaa addunyaa dijitaalaa keessatti IT fi ICT hubachuun murteessaa dha. Mee balโinaan haa ilaallu.
๐ป IT (Information Technology) Maali?
IT jechuun Information Technology jechuudha.
Inni teknooloojiiwwan odeeffannoo kuusuu, qopheessuu, sirreessuu, eegu fi tamsaasuuf fayyadan irratti xiyyeeffata.
๐น Wantoota IT of keessaa qabu:
๐ฅ๏ธ Koompiitaraa (Desktop, Laptop)
๐พ Software (Windows, Linux, MS Word, Excel)
๐๏ธ Database
๐ง Server
๐ ๏ธ System Administration
๐จโ๐ป Programming fi Software Development
๐ Cybersecurity (eegumsa odeeffannoo)
๐น Kaayyoo IT
Odeeffannoo kuusuu (Storage)
Odeeffannoo qindeessuu (Processing)
Odeeffannoo sirnaan bulchuu (Management)
Rakkoo sirna teknooloojii furuu (Technical support)
๐ Fakkeenya:
Baankii keessatti sirna kuusaa odeeffannoo maallaqaa bulchuu
Mana hojii tokko keessatti database hojjechuu
Software app tokko uumuu
=>> IT irra caalaa odeeffannoo of keessatti bulchuu irratti xiyyeeffata.
๐ ICT (Information and Communication Technology) Maali?
ICT jechuun Information and Communication Technology jechuudha.
ICT = IT + Qunnamtii (Communication)
Kana jechuun IT irratti hundaaโee, dabalataan sirna wal qunnamtii dabalata.
๐น Wantoota ICT of keessaa qabu:
๐ฑ Bilbila harkaa (Mobile phone)
๐ Internet
๐ก Network (LAN, WAN)
๐ง Email
๐บ Television digital
๐ป Radio digital
๐ฐ๏ธ Satellite communication
๐ฒ Social Media
๐น Kaayyoo ICT
Odeeffannoo dabarsuu (Transmission)
Namoota wal qunnamsiisuu
Odeeffannoo saffisaan addunyaatti tamsaasuu
Barnoota, daldala, mootummaa dijitaalaa deeggaruu
๐ Fakkeenya:
Zoom fi Google Meet irratti wal arguu
Email erguu
Online barachuu
Mobile banking fayyadamu
๐ ICT keessatti odeeffannoo qofa osoo hin taane wal qunnamtiin iddoo guddaa qaba.
๐ฏ Hubannoo Ijoo
ICT balโinaan IT of keessatti hammata.
IT malee ICT hin jiraatu.
Garuu ICT, IT caalaa balโaa dha.
=>>Gabaabumatti:
IT = Odeeffannoo bulchuu
ICT = Odeeffannoo + Qunnamti

โค4
Yeroo dheeraaf chaarjii irraa akka fagaattan yoo beektanii fi bilbilli keessan akka turu mirkaneeffachuu yoo barbaaddan haala humna qusachuu qofa ibsuu. Haala kanaan, waaโee baatiriin gadi buโuu yaaddaโuu hin qabdu.
โป๏ธJOIN AND ๐SHARE
โโโโโโโโโโโโโโ
๐งโ๐ปJOIN: @ABBI_TECH
๐งโ๐ปJOIN: @ABBI_TECH
โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
โป๏ธJOIN AND ๐SHARE
โโโโโโโโโโโโโโ
๐งโ๐ปJOIN: @ABBI_TECH
๐งโ๐ปJOIN: @ABBI_TECH
โโโโโโโโโโโโโโ โฒ
๐ฑYeroo dheeraaf chaarjii irraa akka fagaattan yoo beektanii fi bilbilli keessan akka turu mirkaneeffachuu yoo barbaaddan haala humna qusachuu qofa ibsuu. Haala kanaan, waaโee baatiriin gadi buโuu yaaddaโuu hin qabdu.
Jalqaba gara #Settings tti qajeeli, achiis #Battery and device care tuqi. #Battery tuqi, achiis Power saving tuqi. Iswiichii sana tuquun ibsuuf. Kunis wantoota tokko tokko meeshaa keessan irratti, kan akka fayyadama networkii duubaa fi walsimsiisuu ni daangessuu.
โ Filannoo humna qusachuu dabalataa akkasumas fayyadamuu dandeessa:
1.Yeroo hunda Agarsiisa Irratti Cufi: Kun amala Yeroo hunda Agarsiisa Irratti Argamu ni hanqisa.
2.Saffisa CPU gara 70%tti daangeessuu: Saffisa adeemsa meeshaa keessanii hir'isa.
3.Ifa %10 hirโisuu: Filannoo kana tuquun iskiriinii meeshaa keessanii %10n dukkanaaโaa.
โ Apps fi Home screen daangeessuu: Filannoon kun sochii duubaa daangessuudhaan, Home screen salphaa ta'e fayyadamuun, fi apps jiran daangeessuudhaan humna guddaa qusachuu siif kenna. Akkasumas Edge panels ni dhaamsa.
Filannoowwan kana ibsuuf ykn dhaamsuuf, Power saving hanqifamuu qaba. Erga sirreeffama barbaadde gootee booda, Power saving deebiftee ibsuu dandeessa. Akkasumas appii hin fayyadamne setting apps rafaa qabaniin rafuudhaan humna baatirii qusachuu dandeessu.
๐Hubachiisa: Meeshaaleen One UI 2.5 fi isaa gadi qaban filannoowwan humna qusachuu adda addaa ni qabaatu, kanneen akka Optimized, Medium power saving, fi Maximum power saving. Filannoowwan kana argachuuf, Sajoo banaa, Device care tuqi, Battery tuqi, achiis Power mode tuqiโโ

ABBI TECH
Photo
๐ป๐ฝ ๐๐๐๐๐๐๐ ๐พ๐-๐ญ๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ (๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐๐) sagantaalee adda addaa, viidiyoo fi fiilmii toora intarneetii irraa kallattiin daawwachuuf filannoo gaariidha. Haalli itti fayyadamaa fi walqunnamsiisuu akkaataa gosa TV keessanii irratti hundaa'a.
1.๐จ๐๐๐๐๐๐๐ ๐บ๐๐๐๐ ๐ป๐ฝ ๐พ๐-๐ญ๐ ๐พ๐๐๐๐๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐
Yoo TV'n keessan Smart TV (kan intarneetii ofiin fudhatu) ta'e, tarkaanfiiwwan armaan gadii hordofaa:
=>>๐บ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐:Rimoottii (Remote) TV keessanii irraa furtuu Settings ykn mallattoo giirii (โ๏ธ) tuqaa.
=>>๐ต๐๐๐๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐ ๐๐๐: Kan itti aanee dhufu keessaa filannoo Network ykn Network & Internet jedhu barbaadaa.
=>>๐พ๐-๐ญ๐ ๐บ๐๐๐๐๐:Itti aansuun Wi-Fi ykn Wireless kan jedhu filachuun 'On' godhaa.
=>>๐ด๐๐๐๐ ๐พ๐-๐ญ๐ ๐ญ๐๐๐๐ ๐๐๐: Maqaa Wi-Fi keessanii (Network name) tarree dhufe irraa filadhaa.
=>>๐ฐ๐๐๐๐๐๐ ๐ฎ๐๐๐๐๐๐: Iccitii (Password) Wi-Fi keessanii sirritti galchaa, sana booda Connect ykn OK tuqaa. "Connected" kan jedhu yoo agarsiise milkooftaniittu.
2. ๐๐๐ ๐ป๐ฝ'๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐ ๐บ๐๐๐๐ ๐ป๐ฝ ๐ป๐'๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐ ๐ฏ๐๐?
TV'n keessan bifa durii ykn intarneetii kan ofiin hin fudhanne yoo ta'e, meeshaalee dabalataa fayyadamuun gara Smart TV'tti jijjiiruu dandeessu:
=>>๐๐ ๐ฝ๐ค๐ญ(Fakkeenyaaf, Android TV Box ykn Apple TV): Meeshaalee kana karaa portii HDMI TV keessaniin walqunnamsiisuun Wi-Fi itti guuttee appilikeeshiniiwwan adda addaa buufachuu dandeessu.
=>>๐ช๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐๐๐ ๐ญ๐๐๐ ๐ป๐ฝ ๐บ๐๐๐๐: Meeshaa xiqqaa flash USB fakkaatu kana HDMI TV irratti suuquun, bilbila keessan (fakkeenyaaf Infinix ykn Honor kamiyyuu) irraa kallattiin gara TV'tti viidiyoo dabarsuu (cast gochuu) dandeessu.
๐ญ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐๐๐ ๐ป๐ฝ ๐๐ ๐พ๐-๐ญ๐ ๐พ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ธ๐๐๐:
=>>๐จ๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ฒ๐๐๐๐๐๐๐๐๐ ๐ญ๐๐๐๐๐ ๐๐๐๐:YouTube, Netflix, Amazon Prime, fi kanneen biroo bilbila malee TV irraa kallattiin daawwachuu.
=>>๐๐๐ง๐๐๐ฃ ๐๐๐ง๐ง๐ค๐ง๐๐ฃ๐ (๐ ๐๐ก๐ก๐๐ฉ๐ฉ๐๐๐ฃ ๐ฟ๐๐๐๐ง๐จ๐ช๐ช):Suuraa, viidiyoo, ykn geemii bilbila keessan irra jiru guutummatti Scriinii bal'aa TV irraatti mul'isuu.
=>>๐พ๐๐ ๐ฉ๐๐๐๐๐๐: Akka kompiwtaraatti weebsaayitoota adda addaa odeeffannoo dubbisuu ykn barbaaduu.
=>>๐บ๐๐๐๐๐๐๐ ๐ผ๐๐ ๐๐๐: software TV keessanii yeroo yeroon fooyyessuun (update gochuun) nageenya fi saffisa meeshaa keessanii eeguu.
ยฉ๏ธAbbi Tech

Feesbuukiin (Meta) suuraan yknviidiyoon tokko AI'n hojjetamuu isaa karaalee armaan gadiitiin beeka:
โMallattoo C2PA (Content Credentials): Meeshaaleen AI beekkamoo (fakkeenyaaf Adobe, OpenAI, Midjourney fi kkf) yeroo suuraa uuman, odeeffannoo dhokataafi mallattoo (metadata) faayilicha keessatti dabalu.
Feesbuukiin yeroo ati suuraa ol fe'tu (upload gootu) ragaa kana dubbisuudhaan battalatti adda baasa.
โTeeknolojii Sakatta'iisaa (Algorithms): Meta'n ofuma isaatiifis teeknolojii fi 'machine learning' fayyadamuun boca suuraa, halluu, fi akkaataa piiksiliin itti qindaa'e sakatta'uun bifa AI'n qophaa'uu isaa ni tilmaama.
โQajeelfama Industry-Standard: Dhaabbileen teeknolojii gurguddoon hundi waliigaltee idil-addunyaa qabaachuun faayiloonni AI irraa maddan mallattoo addaa akka qabaatan waan taasisaaniif, sirni Feesbuukii salphaatti irratti dammaqu danda'a.

๐ฅฐ2๐1
Feesbuukiin akka AI ta'uu hin beekne gochuuf, metadata dhokataa (C2PA) faayilichaa haquu ykn suuraa/viidiyicha bifa haaraan edit gochuu qabda.
โScreenshot kaasuu: Karaan inni salphaan suuraa AI sana banteeti screenshot kaasuun qarqara isaa muraasa (crop) godhachuu dha; kun metadata AI sun qabu guutummaatti dhabamsiisa.
โMetadata (EXIF) haquu: Meeshaalee metadata haqan (akka ExifCleaner ykn websaayitoota "Remove EXIF data" kennan) fayyadamuun mallattoo AI faayilicha keessaa dhiqanii baasuu.
โApp editor fayyadamuu: Faayilicha Canva, Photoshop, ykn Snapseed keessa galchuudhaan filteera, ifa (brightness), ykn miidhagina muraasa jijjiirtee 'export' deebistee gochuu.
โWhatsApp ykn Telegram irratti erguu: Suuraa sana akka faayiliitti osoo hin taane akka suuraa idileetti ofitti ergitanii yoo deebiftanii 'save' gootan, sirnoonni kunniin metadata duraanii hedduu ni haqani.
@Abbi_tech

โค2๐ฅ1
Forwarded from Oro Tech Tips
Oro Tech Tips
Photo
๐ฆ๐ฎ๐ฟ๐๐ฎ๐ฟ๐ผ๐ผ๐ป๐ป๐ถ (๐ฆ๐ฒ๐ฟ๐๐ฒ๐ฟ๐) damee Netwoorkingii fi IT (Teknooloojii Odeeffannoo) keessatti gahee guddaa qabu. Gosti sarvarii tokkoon tokkoon isaa tajaajila addaa fayyadamtootaa (users) fi meeshaaleef akka kennuuf kan qophaa'edha.
Ibsa bal'aa ๐ด๐ผ๐๐ผ๐ผ๐๐ฎ ๐๐ฎ๐ฟ๐๐ฎ๐ฟ๐ถ๐ถ kunooti:
๐๏ธ ๐๐ฎ๐๐ฎ๐ฏ๐ฎ๐๐ฒ ๐ฆ๐ฒ๐ฟ๐๐ฒ๐ฟ (๐ฆ๐ฎ๐ฟ๐๐ฎ๐ฟ๐ถ๐ถ ๐๐๐๐๐ฎ๐ฎ ๐๐ฎ๐ฎ๐๐ฎ๐ฎ) โ Daataa bifa qindaawaa ta'een kuusa, akkasumas ni bulcha.
โก๏ธIbsa: Sarvariin kun odeeffannoon dhaabbata tokkoo (fakkeenyaaf, ragaa hojjettootaa, kuusaa maallaqaa ykn maamiltootaa) haala salphaa, sirrii fi amansiisaa ta'een akka kuufamuu fi yeroo barbaadametti dafee akka argamu taasisa.
๐ ๐๐ถ๐น๐ฒ ๐ฆ๐ฒ๐ฟ๐๐ฒ๐ฟ (Sarvarii Faayilii) โ Faayiloota adda addaa netwoorkii irratti kuusuu fi qooduuf tajaajila.
โก๏ธIbsa: Hojjettoonni waajjira tokko keessa jiran waraqaa USB (Flash) dhaan walii kennuu mannaa, sarvarii kana irraa kallattiin faayilii (barreeffama, viidiyoo, suuraa) waliin fayyadamuu fi wal jijjiiruu danda'u.
๐ ๐๐ก๐ฆ ๐ฆ๐ฒ๐ฟ๐๐ฒ๐ฟ (Sarvarii DNS) โ Maqaa doomeenii (domain names) gara teessoo IP (IP addresses) tti jijjiira.
โก๏ธIbsa: Akkuma galmee bilbilaa maqaa fi lakkoofsa walitti qabsiisu, sarvariin kun maqaa marsariitii salphaatti sammuutti qabamuu danda'u (fkn, google.com) gara lakkoofsa kompiwutarri hubatutti (fkn, 192.168.1.1) jijjiiruun akka wal-quunnaman gargaara.
โ๏ธ ๐๐ฝ๐ฝ๐น๐ถ๐ฐ๐ฎ๐๐ถ๐ผ๐ป ๐ฆ๐ฒ๐ฟ๐๐ฒ๐ฟ (Sarvarii Appilikeeshinii) โ Appilikeeshinoota dalagsiisuun fayyadamtootaaf tajaajila dhiyeessa.
โก๏ธIbsa: Sarvariin kun piroograamoonni garaa garaa (software) akkaataa itti hojjetanii fi ragaa raabsan qindeessuudhaan kompiwutaroota biraatiif dandeettii tajaajila kennuu uuma.
๐จ๏ธ ๐ฃ๐ฟ๐ถ๐ป๐ ๐ฆ๐ฒ๐ฟ๐๐ฒ๐ฟ (Sarvarii Piriintarii) โ Piriintaroota waliin fayyadamnuu fi hojii piriintii bulcha.
โก๏ธIbsa: Kompiwutaroonni baay'een piriintarii tokkotti fayyadamanii akka waraqaa maxxansan to'ata. Waraqaan eenyu dura akka ba'uu qabu tartiibaan qindeessa.
๐ง ๐ ๐ฎ๐ถ๐น ๐ฆ๐ฒ๐ฟ๐๐ฒ๐ฟ (Sarvarii Imeelii) โ Imeelii erguu, fudhachuu fi kuusuu to'ata.
โก๏ธIbsa: Ergaawwan karaa Gmail, Outlook, ykn imeelii dhaabbataa darban iddoo kana keessummeeffamu. Yeroo imeelii ergitu, sarvariin kun ergaa kee fuudhee gara nama isa qaqqabuu qabutti dabarsa.
๐ ๐ช๐ฒ๐ฏ ๐ฆ๐ฒ๐ฟ๐๐ฒ๐ฟ (Sarvarii Weebii) โ Marsariitii (websites) fi appilikeeshinoota weebii keessummeessa (hosts).
โก๏ธIbsa: Yeroo intarneetii fayyadamnee waan tokko barbaadnu, barreeffamoonni, suuraawwanii fi viidiyoowwan nuuf dhihaatan kan dhufan sarvarii weebii kana irraati.
๐ ๐ฃ๐ฟ๐ผ๐ ๐ ๐ฆ๐ฒ๐ฟ๐๐ฒ๐ฟ (Sarvarii Pirooksii) โ Fayyadamtootaa fi intarneetii gidduutti akka gidduu-galeessaatti (intermediary) hojjeta.
โก๏ธIbsa: Iccitiin (IP Address) kompiwutara fayyadamaa akka hin baane dhoksuuf, nageenya dabaluuf, fi saffisa intarneetii fooyyessuuf akka dallaa ykn riqichaatti gargaara.
๐ฎ ๐๐ฎ๐บ๐ฒ ๐ฆ๐ฒ๐ฟ๐๐ฒ๐ฟ (Sarvarii Geemii) โ Taphoota namoota baay'een taphataman (multiplayer) keessummeessuu fi walquunnamtii taphattootaa bulcha.
โก๏ธIbsa:Namoonni addunyaa garaa garaa irraa yeroo tokkotti intarneetiin wal-arganii akka taphatan, akkasumas taphichi bifa saffisaa fi wal-fakkaatuun hunda bira akka ga'u haala mijeessa.
โข Gosoota sarvarii kana beekuun namoota Netwoorkingii, Bulchiinsa Sirnaa (System Administration), ykn Nageenya Saayibarii (Cybersecurity) qo'achuu eegalaniif bu'uura baay'ee gaariidha.