Turullee Dhugatu Mo'ata
12K subscribers
537 photos
163 videos
120 files
451 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Magaalaa_Uraagaa

#Gujii_Bahaa, #Magaalaa_Uraagaa #Guyyaa 28/01/2024 or 19/05/2016 tti, #nama_lamaa tola Rabbiitiin argannee.
#Gujii_Lixaa irraa gara #Gujii_Bahaa imallee, Faaruun kan Rabbiitii, milkiidhaan gallee.
#Gujii_Bahaa, Magaalaa #Uraagaa irratti sagantaa karoora sadi qabu, Misooma, da'waa fi Leenjii gegeeffame irratti hirmaannee, Misooma miiliyoona sadii olii, 'Islaamummaa Amantii filatamaa jedhu' dhaamsa jedhu, hawaasa hedduu (ka Kiristaanaa dabalatee jechuudhaa) sagantaa irratti hirmaatanii dabarsinee, Leenjii bareedaa booda, nama #lamaa_booji'uun, nagahaan biyyatti gallee. Yoo Rabbiin nuuf fedhe, milkiin ganaa ammallee. Inshaa Allah

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
የኢየሱስ እውነተኛ የተሰወረ ማንነት "ክፍል አራት"

https://t.me/Xaaliburidallah
#Ganda_Basaquu_Ilaalaa

#Godina_Arsii_Lixaa  #Magaalaa_Nageellee_Arsii, #Ganda_Basaquu_Ilaalaatti, Sagantaa guddaa (#Guyyaa 03/02/2024 or 26/05/2016) amantiilee jiran hunda affeeruun gegeeffamaa oole irratti, hedduun namaa dhugaa hubatee, hedduun warra duraan baaxila lallabuu qoricha dhibee isaaniitii ta'u argatee, muraasni worroonni hoggantoonni amantii ammoo namni Islaamummaan mormee hinjifate akka hin jirre waan beekuuf sodaatee baqatee, #Faaruun kan Rabbiitii, #namni_afurii  tola Rabbiitiin amantii dhalootaa Islaamummaa qabatee, sagantaan keenna milkiidhaan goolabamee gallee jirraa, Alhamdulillaah.
Yoo Rabbiin nuuf fedhe, milkiin ganaa ammallee. Inshaa Allah.

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
የኢየሱስ እውነተኛ የተሰወረ ማንነት "ክፍል አምስት"

https://t.me/Xaaliburidallah