#Sanbatee_Siinqillee
Godina #Arsii_Lixaa, magaalaa #Sanbatee_Siinqilleetti, sagantaa bareedaan (#Eebba_Nashiidaa fi #Simannaa_Ramadaanaa) haala gaariin gegeeffame jira.
Sagantaan #Eebba_Nashiidaa fi #Simannaa_Ramadaanaa (26/06/2016) mata duree jedhuun sagantaan guyyaa har'aa gegeeffamaa oolle, nagahaan goolabuun gallee jirraa, Alhamdulillaah.
Sochii bareedaa biyya guutuu keessatti eegalame kana Rabbiin fiixaan nuu haa baasu. Amiiiin.
https://t.me/Xaaliburidallah

Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Islaamummaan_Diin_jabaa #diin_hunda_irra_caalee ...
Dhugaan jiru tanumaa, kan beekne haa beekuu, kan hubatinis haa hubatuu.
https://t.me/Xaaliburidallah
Dhugaan jiru tanumaa, kan beekne haa beekuu, kan hubatinis haa hubatuu.
https://t.me/Xaaliburidallah
#Dodolaa (#DMJ
#Dhaloonni_bu'aa_qabu #yoo_hoogganaa_bu'aa #qabu_argate seenaa hojjatuun akkaan laafaadhaa. #Irraa_baradhaa, xurree isaanii qabadhaa.
Guyyaa kaleessaa (30/06/2016) sagantaa bareedaa Ramadaanaa akkamitti simanna mata duree jedhu irratti, seenaan bareedaan biyya keennaaf fakkeenya gaarii ta'u hojjatamee.
Haadha qabaatuu woyyaa, sanuu qabaattuu woyyaa jedhamaa miree. #Dargaggoonni_magaalaa #Dodolaa dheebuu bara dheeraaf hawwaa turan, lafa galma, mana kitaabaa fi eddoo bashannanaan halaal ta'e, hooggantoota gara garaa gaafataa fi kadhataa turan, hayyuu biyyaa yaadu ka dhaloota akka itti kunuunsan beeku #obboo_Jamaal, Kaantiibaa magaalaa Dodolaa irraa, yeroo gabaabaa keessatti akka lafti barbaadamee, eddoo isaan fakkaatutti kennamuuf waadaa galameefii jiraa. Rabbiin eddoo jirtutti isa haa tissuu, aangoo isaallee gara muummeetti ol isaaf haa siqsuu naa jedhaanii. Ijji hamtuun isa hin argin.
Dhaloonni bu'aa qabu yoo hoogganaa bu'aa qabu argate akkana kunoo. Maashaa Allah.

#Itiyoophiyatti_Seenaa #Jalqabaati.
Hawaasni biyya keennaa, akkasumas Addunyaa guutuu #Baga_Gammaddan. Alhamdulillaah
Guyyaa seenaa guddaa Oromiyaa fi darbeesii Itiyoophiyaa kan ta'e, eebba #Mana_Yaalaa_Giddu_Galeessa kan ta'e, #Dubartootaan_Dubartootaaf guyyaa har'aa (08/07/2016) #Magaalaa_Shaashamannee keessatti eebba Barattootaa #Rufeeydaa_marsaa_lammaffaa wojjiin, eddoo hayyoonni Urjiiwwan biyyaa ta'an argamanitti eebbisiifnee haala hawataa ta'een xumuramee jiraa. Hayyoonni imala fagoo deemuun guyyaa seenaa kana irratti nuuf hirmaattaniif hayyootaa fi hawaasa Magaalaa Shaashamannee Rabbiin toltuu ji'a kana keessa Rabbiin gabroota isaatii qoode isinii haa kennu. Irra deebi'uun baga gammadne baga gammaddani. Alhamdulillaah