#Magaalaa_Shaashamannee
#Seenaan_kee_yoomuu_dacha
#Godina_Arsii_Lixaa, #Magaalaa_Shaashamanneetti, #Guyyaa 25/05/2024 or 17/09/2016tti marii #Warroota #Peenxee wojjiin mata duree #Yesuus_Waaqaa moo #nama, #karaan_Jannata #Islaamummaa moo #Kiristaanumma jedhuun gegeeffamaa Ture ol aantummaa haqaatiin, Yesuus nama ta'uu Akka shakkii hin qabnee, Yesuus Ani Waaqaa na Waaqessaa konkumaa Akka barsiisee hin beeknee fi akkasumas karaa Jannata Kiristaanumma wonti jedhamee Akka ragaan hin jirre fi Islaamummaa qofa ta'uu ragaan bahamuun sagantaan haala bareedan xumuruun nagahaan gallee jirraa, Alhamdulillaah.
https://t.me/Xaaliburidallah

Guyyaa Iidaallee #nama_sagalii tola Rabbiitiin arganne. Alhamdulillah
Godina #Gujii_Bahaa, #Aanaa_Gooroo_Doolaa, magaalaa #Harqalloo tola Rabbiitiin #nama_sagal (9) gara Amantii dhalootaatti (#Islaamummaa) deebi'uu argannee, hawaasa buqqaatota achi jiran dubbisnee, amaanaa Ustaaz Qamar Huseen irraa arganne biraan qaqqabsiifnee, Zuhurii irraatti magaalaa Waadaraa fi Asraa irraatti ammoo Adoolaa ziyyaarree dhaamsa gaggabaabaa hawaasa dabarsinee, hiree Rabbiin nu badhaaseen Alhamdulillah jennee, gara biyya keennaa nagahaan galle.
Ka nu taajjabullee jiraachuu ima beeknaa, garuu hawaasa nu jaalate nu barbaadu filannee, hojii Rabbiin ittiin nama milkeessu waan hin beekneef haga hireen jirtu toltuu carraaquu woyyaan jennee deemnee, eddoo Rabbiin nuuf fedhe oollee Alhamdulillah. Hireen ganda duniyaa isiinuu gabaabdu, osoo Rabbiin fixattee bahi hin jenne bahuu woyyaa wol taajjabu dhiifnee woliin haa diiniif hojjannuu koottaa isiniin jedhaa. Hunda keennaa Rabbiin nu haa milkeessu. Amin