Turullee Dhugatu Mo'ata
12K subscribers
537 photos
163 videos
120 files
451 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Karoora_namoonni_biroo #keessa_jiranii fi #hirriba_nuti_keessa_jirru mee wol bira qabaa laalaa. Yoo coraan kan isin hin hadoonnee fi rifachuu dandeettan taate, mee hirriba keessa jirtan irraa ka'aa.

#ሌሎች_ሰዎች_ያሉበትን_እቅድ እና #እኛ_የለንበት_እንቅልፍ_ጋር እሲት አወዳድሩ።  ሰውነታችን ከልደነዘዜ እና መንቃት ከቻን እባክዎን እንንቃ።

https://t.me/Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Diraamaa umman wonbadeen hojjatu mee qalbiidhaan laalaa. #Maaf isaan #Islaamummaa_qofa irratti xiyyeeffatu beektuu?
የነዚህ ወንበዴ ህዝብ #ድራማ በደንብ ተመልከቱት።  #ለምን #እስልምና_ላይ_ብቻ እንደሚያተኩሩ ታውቃላችሁ?

https://t.me/Xaaliburidallah
Liinkiin garee isa kanaa
👇👇👇

https://t.me/Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Badawachoo_Qeerransoo 1ffaa.

Faaruun kan Rabbiitii, oolmaa hedduu nama gammachiisu.
Godina #Hadiyaa , Dhiha #Badawachoo, #Qeerransoo 1ffaatti (በሀድያ ዞን ምስራቅ በድወቾ, 1ኛ ቄረንሶ), guyyaa 23/12/2023 or 13/04/2016, Hojiiwwan hedduu namaa gammachiisa 2ni guyyaa har'aa irra oolle. #Paastara_jabaa, barnootaa isaaniitiin #digirii qabu mormii dheeraa booda, amantii dhalootaatti Rabbiin nuuf deebisuu fi #saboonni #gurguddaa #Shan, #Halaabaa, #Hadiyyaa, #Oromoo, #Wolaayittaa fi #Kambaataa irratti hirmaatan, haala bareedaan, gegeessaa oolle xumurree nagahaan gallee jirraa. Alhamdulillaah


https://t.me/Xaaliburidallah
#Qabsoon_haqaa_itti_fufaa, #lallabni_baaxilaa yeroo dhihoo keessatti fedhii Rabbiitiin #ni_kufaa. Leenjii bareedaan, barattoota magaalaa shaashamannii manoota baruumsa hedduu irraa wolitti dhufuun, #Islaamummaan_Addunyaan_jedhu" bara kana keessa, yeroo lammaffatiif gegeeffamaa oole (24/12/2023) or 14/04/2016, haala bareedaan xumuramee, Alhamdulillaah gallee jirraa. Diiniif jiraatuu fi diinii haqaa (Islaamummaa) irratti jiraatuu, Rabbiin qoodaa kiyyaa kee haa taasisuu. Amiiiin.

https://t.me/Xaaliburidallah