#Magaalaa_Wolta'ii
#Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Gadab #Asaasaatti, #Guyyaa 24/05/2024 or 16/09/2016tti Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu, salaata Juma'aa booda hanga Asraatti kennamaa ture haala bareedan xumuruun nagahaan gallee jirraa, Alhamdulillaah.
https://t.me/Xaaliburidallah

#Magaalaa_Shaashamannee
#Seenaan_kee_yoomuu_dacha
#Godina_Arsii_Lixaa, #Magaalaa_Shaashamanneetti, #Guyyaa 25/05/2024 or 17/09/2016tti marii #Warroota #Peenxee wojjiin mata duree #Yesuus_Waaqaa moo #nama, #karaan_Jannata #Islaamummaa moo #Kiristaanumma jedhuun gegeeffamaa Ture ol aantummaa haqaatiin, Yesuus nama ta'uu Akka shakkii hin qabnee, Yesuus Ani Waaqaa na Waaqessaa konkumaa Akka barsiisee hin beeknee fi akkasumas karaa Jannata Kiristaanumma wonti jedhamee Akka ragaan hin jirre fi Islaamummaa qofa ta'uu ragaan bahamuun sagantaan haala bareedan xumuruun nagahaan gallee jirraa, Alhamdulillaah.

#Magaalaa_Kolooba_Boolloo
Ummata galaana fakkaatu, #galanni_kee_Firdoosiin haa taatu.
#Godina_Arsii_Bahaa, #Aanaa_Jajuu, #Magaalaa_Kolooba_Boollootti #Guyyaa 26/05/2024 or 18/09/2016tti Qubsiisa Aalima guddaa Shek #Muhammadamiin #Muhammad (yookaa shek #Muhammadamiin_Kussee jedhumaan beekkaman) #deebisanii_qubsiisuuf karoorfamee haala nama gammachiisuun erga goolabnee booda leenjii gabaabaa #Islaamummaa_Addunyaafi jedhu kennuun, gumaata guddaa #du'aaii Aalima keennaatii fi hayyoota Islaamaa fudhannee gara sagantaa itti aanutti ceenee jirraa, Alhamdulillaah.