Turullee Dhugatu Mo'ata
Worronni baruumsa Amantii Islaamaa fi Kiristaanaa wol bira qabuun baratu barbaaddan garee Chaanaala asii gadii tuqaa seenaa π https://t.me/Xaalibu6504
Link asii olii kana hiriyoota keessan ergaa.π
Kutaa_2ffaa_Turullee_dhugatu_moyataa.wav
17.8 MB
Kutaa 2ffaa Turullee dhugatu moyataa https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #3ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa Wangeela Maatewos 23:8-9 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
Maatewos 23:8-9
βΈ "Isin garuu '#Barsiisaa guddaa ofiin hin jechisiisinaa! Barsiisaan keessan inni guddaan #tokkicha (#Yesuus); isin immoo hundumti keessan obboloota.
βΉ Lafa irratti nama akka abbaatti hin waammatinaa! #Abbaan #keessanoo #tokko, innis #isa #waaqa irraa ti.
ππππππ
Akkaataa Wangeela
Maatewos 23:8-9 ibsutti, #Yesuus #gaheen isaa maali?
A. #Yesuus #barsiisaa akka ture, kan ammoo abbaa namaa kamiituu jechuun dhoorgaa ta'ee fi yaadni Wangeela Maatewos 23:8-9 #sirrii akka ta'e.β β β
B. Yesuus barsiisaa jechuun waan fedhii worroota Amantii Kiristaanaa hordofan faallessuuf, fedhii isaaniitti akka galuuf, Yesuus Gooftaa waan jedhaniif (Gooftaa jechuun ammoo Waaqa jechutti waan hiikaniif, Waaqa jechuun ammoo abbaa waan jedhaniif) kanaafuu, Wangeelli #Maatewos 23:8-9 yaadni isaa #guutumatti yaada kana waan faallessuuf (akka worra Kiristaanaatti jechuudhaa) #soba #akka #ta'e.
ππππππ
Qabxiin ijoon nuti asitti argannu π
#Yesuus #barsiisaa jechutuu (ummata Israa'eliif) dhugaa fi fudhatama malee, akka namoonni tokko tokko yaadnitti, Yesuus abbaa ilma namaati jechuun akkuma hin tolle, #Yesuus #waaqaa jechuunille #dogongora guddaa akka ta'e hubadhaa.
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
βͺ #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1α αα° α°α°ααα α°αα½ 5:21 ααα αα΅α #ααα«ααα #α«αα€ πππdhaamsa jedhu isinii dhaamaa.
βͺ hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa π
https://t.me/Xaaliburidallah

Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Kutaa_3ffaa_Turullee_dhugatu_irra_aanaa.wav
15.3 MB
Kutaa 3ffaa Turullee dhugatu irra aanaa https://t.me/Xaaliburidallah
Forwarded from Muhammed Essa
https://youtu.be/lTDfpwyPY1w
α α²α±α α¨α©α±α₯ α»ααα½αα ααα α°α₯α΅αα«αα₯α αΌα α αα΅α¨α ααααα
α α²α±α α¨α©α±α₯ α»ααα½αα ααα α°α₯α΅αα«αα₯α αΌα α αα΅α¨α ααααα
Turullee Dhugatu Mo'ata
https://youtu.be/lTDfpwyPY1w α α²α±α α¨α©α±α₯ α»ααα½αα ααα α°α₯α΅αα«αα₯α αΌα α αα΅α¨α ααααα
Diraamaa diin keenna irratti hojjatamaa jiru mee ilaalaa
#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #4ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa Wangeela Maatewos 12:50 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
Maatewos 12:50
βJaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu eenyu iyyuu, #obboleessa #koo ti, #obboleettii #koo ti, #haadha #koo tis" jedhe.β
ππππππ
Akka Wangeelli Maatewos 12:50 ibsutti, namoota akkamtu #oboleessa, #oboleettii fi #haadha Yesuus?
A. Namoota akkuma Yesuus jaalala Waaqaa (ajaja Rabbii) godhe (raawwate), isaanis ajaja Waaqaa guutan hundi, isaannan sun yoo dhiira taate oboleessa, yoo shamarran taate oboleettii yookaa yoo dubartii gurguddoo taate ammoo haadha Yesuus jedhamuu, yaadni Wangeela #Maatewos #12:50 lle #sirri.β β β
B. Nama #Yesuusuun yaa #gooftaa jedhee ganamaa galgalaa #sirbutu yoo dhiira taate oboleessa, yoo shamarran taate oboleettii yookaa yoo dubartii gurguddoo taate ammoo haadha Yesuus ta'uu, yaadni Wangeela #Maatewos #12:50 ammoo #soba jechuudha.
ππππππ
Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Maatewos #12:50 irraa barannu;
Yesuus Waaqa dubbiin jedhu guutumatti dubbii ololaa akka ta'e, ragaan Wangeela Maatewos 12:50 qofti gahaadha. Akkamitti? yoo jettan:
1ffaa- Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu Jedhe malee jaalala kiyyaa kan godhu (raawwatu) hin jenne.
2ffaa- Namni jaalala (ajaja) abbaa (Waaqa) raawwate hundi anaaf gabricha kiyyaa hin jenne, maal malee? Oboleessa, oboleettii yookaa haadha jedhe malee. Kanaafuu, Yesuus Waaqaa dubbiin jedhu haasawa sobaa hidda hin qabnee jechuudha.
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
βͺ #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1α αα° α°α°ααα α°αα½ 5:21 ααα αα΅α #ααα«ααα #α«αα€ πππdhaamsa jedhu isinii dhaamaa.
βͺ hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa π
https://t.me/Xaaliburidallah
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #4ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa Wangeela Maatewos 12:50 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
Maatewos 12:50
βJaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu eenyu iyyuu, #obboleessa #koo ti, #obboleettii #koo ti, #haadha #koo tis" jedhe.β
ππππππ
Akka Wangeelli Maatewos 12:50 ibsutti, namoota akkamtu #oboleessa, #oboleettii fi #haadha Yesuus?
A. Namoota akkuma Yesuus jaalala Waaqaa (ajaja Rabbii) godhe (raawwate), isaanis ajaja Waaqaa guutan hundi, isaannan sun yoo dhiira taate oboleessa, yoo shamarran taate oboleettii yookaa yoo dubartii gurguddoo taate ammoo haadha Yesuus jedhamuu, yaadni Wangeela #Maatewos #12:50 lle #sirri.β β β
B. Nama #Yesuusuun yaa #gooftaa jedhee ganamaa galgalaa #sirbutu yoo dhiira taate oboleessa, yoo shamarran taate oboleettii yookaa yoo dubartii gurguddoo taate ammoo haadha Yesuus ta'uu, yaadni Wangeela #Maatewos #12:50 ammoo #soba jechuudha.
ππππππ
Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Maatewos #12:50 irraa barannu;
Yesuus Waaqa dubbiin jedhu guutumatti dubbii ololaa akka ta'e, ragaan Wangeela Maatewos 12:50 qofti gahaadha. Akkamitti? yoo jettan:
1ffaa- Jaalala abbaa koo isa waaqa irraa kan godhu Jedhe malee jaalala kiyyaa kan godhu (raawwatu) hin jenne.
2ffaa- Namni jaalala (ajaja) abbaa (Waaqa) raawwate hundi anaaf gabricha kiyyaa hin jenne, maal malee? Oboleessa, oboleettii yookaa haadha jedhe malee. Kanaafuu, Yesuus Waaqaa dubbiin jedhu haasawa sobaa hidda hin qabnee jechuudha.
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
βͺ #Worroota #Amanti Kiristaanaatiif;
1 #Tasaloniiqee 5:21
" Garuu waan hundumaa qoraa, #isa #gaarii #jabeessaatii #qabadhaa! "
1α αα° α°α°ααα α°αα½ 5:21 ααα αα΅α #ααα«ααα #α«αα€ πππdhaamsa jedhu isinii dhaamaa.
βͺ hawaasni keenna ammoo, "#sababa #keetiin #namni "tokko "qajeeluun, #gaala #diddiimaa #karaa #Rabbii #keessatti #kennatu #siif #caala, ka Nabiyyiin Rabbii (nagahaa fi Rahmanni Rabbii isaan irratti haa jiraatu), jedhanii Aliyyiif dhaaman siif dhaama. Sheer taasisuun sin kafalchiisu, lammiiwwan keenna beektu hundaa ergii, toltuu guyyaa boruutti si fayyaddu guduunfadhu.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Gaafii fi yaada baruumsa kana irratti qabdan kamuu, eddoo #'leave a comment' jedhu tuquun bareessuu hin dagatinaa.
Namoonni miseensa asiin dura hin ta'in, baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa π
https://t.me/Xaaliburidallah
Telegram
Turullee Dhugatu Mo'ata
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Kutaa_4ffaa_Turullee_dhugatu_irra_aana.wav
20 MB
Kutaa 4ffaa Turullee dhugatu irra aana https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #5ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa Wangeela Maatewos 12: 28 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
Maatewos 12: 28
βAni (#Yesuus) garuu #hafuura #Waaqayyootiin hafuurota hamoota kanan baasu erga ta'ee, mootummaan Waaqayyoo isin irratti dhufeera.β
ππππππ
#Yesuus hafuura #Waaqayyootiin hafuurota hamoota baasuu jechuun maal jechuudha?
A. #Yesuus #qarqaarsa yookaa #hayyama Waaqaatiin, ka #dandeettii #isaatiin #hin #taane hafuura hamootaa baasuu isaa mudhisaa.β β β
B. Yesuus qarqaarsa yookaa hayyama #Waaqaatiin #malee, dandeettii isaatiin hafuura hamootaa baasuu isaa mudhisaa.
C. #Yesuus #tooftaaf akkas jedhe malee, dubbiin Wangeela #Maatewos 12: 28 irratti ibsame hundi waan dandeettii Yesuus ni qaba jedhanii worroonni amantii Kiristaanni hordofan yaadan faalessuuf, kanaafuu dubbiin Wangeela kanaa #soba ta'aa jechu.
ππππππ
Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Maatewos #12:28 irraa barannu;
Yesuus wonta hojjatu kamuu dandeettii isaatiin osoo hin taane qarqaarsa yookaa hayyama Waaqaatiin akka ta'ee fi Worroonni maqaa Yesuusiin hafuura hamootaa baasna jedhan hundi, haasofni isaanii hundi akka hidda hin qabne fi haasawa soba ta'e ifatti mudhisaa.

Kutaa_5ffaa_Turullee_dhugatu_irra_aanaa.wav
17.1 MB
Kutaa 5ffaa Turullee dhugatu irra aanaa https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #6ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa Wangeela Yohannis 14:24 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
ππππππ
Yohannis 14:24
βNamni ana hin jaallanne immoo dubbii koo hundumaa hin raawwatu, #dubbiin #isin #dhageessan kunis #kan #abbicha isa #na #ergee ti malee, #kan #koo #miti" jedheen.β
#Gaafii πππ
Akka Wangeela Yohannis 14:24 tti, Yesuus;
βͺeennutu dubbii koo hin raawwatu jedhe?
βͺdubbiin ilmi nama dhagahee raawwatu hoo dubbii eennuti jedhe?
βͺInni ammoo maal ta'uu ufi ibse?
#A.
βͺNamni na hin jaalanne jedhe.
βͺ ka abbicha na ergeeti malee kan koo miti jedhe.
βͺ ergamaa ta'uu ufi ibse.
#B.
βͺNamni na jaalatu jedhe.
βͺ kiyya jedhe.
βͺ ergamaa akka hin taane ufii mirkaneesse.
#C.
βͺNamni na hin jaalanne jedhe.
βͺ ka abbicha isa na ergeetii miti jedhe.
βͺ ergamaa osoo hin taane aangoo dhossaa qabaatuu ufi ibse.
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Yesuus akka dubbii Wangeela kanaatti #qabxii ijoo #sadi(3) dubbate:
I. Namni ana(#Yesuus) #hin #jaallanne dubbii koo hundumaa #hin #raawwatu jedhe (fkn ani Waaqa qabaa osoo inni jedhu, atuu Waaqa ka ati nuuf himtu hin feenuu jechuu).
II. #Dubbiin inni #dubbatee barsiisaa ture (fkn Waaqni tokko taβuun) ka #Waaqaa #isa #ergee malee ka isaa akka hin taane.
III. #Kan #abbicha #na #erge yeroo jedhu, Yesuus #ergamaa #Waaqaa ta'uun ifatti mirkaneesse.

Kutaa_6ffaa_Turullee_dhugatu_irra_aanaa.wav
13.4 MB
Kutaa 6ffaa Turullee dhugatu irra aanaa https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #7ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa Wangeela Yohannis 7: 28 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
ππππππ
Yohannis 7: 28
" Isa irratti #Yesus utuu mana qulqullummaa keessatti barsiisuu sagalee isaa ol fudhatee, "Dhuguma ana beektu, #nama eessaa akkan ta'es in beektu. #Ofiin #hin #dhufne, #inni #ana #erge #jira; inni amanamaa dha, #isin immoo isa #hin #beektan."
Gaafii πππ
Akka Wangeela Yohannis 7: 28 keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Yesuus nama taβuu fi eddoon inni irraa dhufellee beekkama ta'uu (namni osoma beeku akka waan wollaale Yesuusiin Waaqa jechuuf akka toluuf samii bu'e jedhee akka olola haasawaa jiran).
B. Yesuus Waaqatu erge malee ofiin akka hin dhufin ibsamee jiraachu.
C.Hedduun ilma namaa Waaqa gabbarama dhugaa ta'e akka hin beekne (fkn Yesuusiin Waaqa worri jedhu hundi worroota Rabbiin hin beekne ta'uu ibsa).
D. Hunduu sirriidha.
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
Hedduun worri ufiif nama biroo jeequu (Yesus Gooftaa jedhee) maalumma Yesuus qajeelatti hin beekuu. Gabaabinnaan, akka dubbii Wangeela kanaatti qabxii ijoo sadi(3) hubanna;
1ffaa- Yesuus Israa'el keessatti dhalatee, Israa'el qofaaf ergamuun ilma nama kamiifuu ifa ta'uu, garuu hundi worroonni Kiristaanaa akka waan wollaalee, haqa fudhachuu diduuf Yesuus waaqaa irraa dhufe jechuu isaanii.
2ffaa- Yesuus akka Waaqni ergee fi kan ufiin hin dhufne ta'uu osoo ifatti beekan, worroonni haqa Rabbii dhoksuu barate, Yesuus ergamaa Waaqaati jechuu diddaaf haqa kana dhoksaa akka jiran.
3ffaa- Worroonni Waaqa hin beekne hedduun ilma namaa keessa akka jiran, mallattoon isaanii ammoo ilma namaatii fi Nabiyyii Rabbii kan ta'e Yesuusiin Waaqa jechuu isaanii hubannaa jechuudha.

Kutaa_7ffaa_Turullee_dhugatu_irra_aanaa.wav
20.2 MB
Kutaa 7ffaa Turullee dhugatu irra aanaa https://t.me/Xaaliburidallah
Kutaa_8ffaa_Turullee_dhugatu_irra_aanaa.wav
20 MB
Kutaa 8ffaa Turullee dhugatu irra aanaa https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #8ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa #1 #Qorontos #11: 3 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
ππππππ
1 Qorontos 11: 3
" Amma immoo #Kristos mataa warra #dhiiraa, #abbaan #manaa mataa #haadha #manaa, #Waaqayyo mataa #Kristos ta'uu isaa, akka beektan nan barbaada. "
Gaafii πππ
Akka 1 Qorontos 11: 3 ttii hima kamtuu π΄sirrii miti?
A. Kiristoosii (Yesuusii) fi warri dhiiraa wol qixa.
B. Abbaan manaa fi haati manaa wol qixa.
C.Waaqaa fi Yesuus (Kiristoosii) wol qixa.
D. Hunduu deebi.β β β
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
Akka ragaa 1 Qorontos 11: 3 irratti ibsametti, fakkeenna ifa bahaa ta'e tokkoo fi Qabxiiwwan ijoo sadi(3), argachuu dandeenna.
Fakkeenni kaahame, abbaan manaa mataa haadha manaa (abbaan manaa bulchaa yookaa hoogganaa haadha manaa) kan jedhu, ammas waan gara garaa ta'uu osoma namuu beeku ibsamuu isaa.
Qabxiiwwan ijoon tuqaman ammoo:
1ffaa- Yesuus mataa worra dhiiraa ta'uu isaa. Kana jechuun Yesuus hoogganaa yookaa barsiisaa ummata itti ergamee (Israa'el) ta'uu akeeka.
2ffaa- Waaqayyo mataa Kiristoosiitii yeroo jedhu, Yesuus ammoo Waaquma ta'ee qaama mataa hin taane ka mataa gadiitii argamuu yaada jedhu agarsiisuuf osoo hin taane , wonti ibsamuu barbaadame;
I. Waaqaa fi Yesuus waan gara garaa ta'uu (Waaqaa fi Yesuus tokkoo dubbiin jedhu olala ta'uu) isaa ifatti kaahee.
II. Waaqaa fi Yesuus wol qixallee akka hin taane (Waaqni akkuma waa kamiituu olii Yesuusille ol ta'uu) ifatti dubbatee.
III. Waaqni mataa Yesuus jechuun, Yesuus uumama tooyannoo fi hayyama Rabbiitiin jiraatu kan ta'e, gabrichaa fi ergamaa Rabbii ta'uu isaa ifatti mirkaneesse.
3ffaa- Akkuma abbaan manaatii fi haati manaa wol qixa, yookaa Yesuusii fi dhiirri wol qixa jechuun hin malle, inumaayyu Waaqaa fi Yesuus wol qixa jechuun gonkumaa hin maluu yaada jedhu ibsaa jechuudha.

#Kutaa #9ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa Wangeela #Yohannis 17: 3 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
ππππππ
Yohannis 17: 3
" Waaqayyo isa tokkicha, isa dhugaa, Yesus Kiristosin isa ati ergites beekuun isaanii jireenya bara baraa ti."
Gaafii πππ
Akka Wangeela Yohannis 17: 3 keessatti ibsametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Waaqni dhugaa tokkicha qofa ta'uu isaa.
B. Yesuus Kirstoosii ergamaa Waaqni ergate ta'uu isaa.
C. Jireenni bara baraa kan argataniin, Waaqa tokkicha dhugaatii fi ergamaa Waaqaa kan ta'e Yesuus beekuun akka ta'e.
D. Hunduu deebi.β β β
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Yohannis 17: 3 irraa argannu;
1ffaa- #Waaqni #sadi(3) dubbiin jedhu yoomuu haasawa #kijibaa ta'uu ifatti mudhisa. #Waaqni #dhugaa #tokkicha #qofa akka ta'e, kan Waaqa dhugaa booda himamu kamuu (fkn Yesuusiin yookaa Hafuurri qulqulluun) Waaqa jechuu soba akka ta'e mirkaneessaa jechuudha.
2ffaa- #Yesuus #Kirstoosii #ergamaa Waaqni isa ergate akka ta'e, ammoo haasofni dubbii kana faallessuuf dubbatamu kamuu (fkn #Yesuus #Waaqaa kan jedhu) #olola dharaa akka ta'e ragaa bahaa jechuudha.
3ffaa- #Namni #jireenna #bara #baraa (Jannata) kan argatuun, Yesuus Gooftaa jedhee sirbuun osoo hin taane, #Waaqni dhugaa #tokkicha ta'uu fi #Yesuus ammoo #ergamaa Waaqaatii jechuu #beekanii itti #hojachuun akka ta'e. Ammas dabalataan namni haasawaa fi hojiin waan kana faallessee argame kamuu, jiruu bara baraa akka hin arganne ifatti nuuf mirkaneessaa jechuudha.

Kutaa_9ffaa_Turullee_dhugatu_irra_aanaa.wav
17.9 MB
Kutaa 9ffaa Turullee dhugatu irra aanaa https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #10ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa Wangeela #Yohannis #14: 28 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
ππππππ
Yohannis 14: 28
" 'Amma #nan #adeema deebi'ees isin bira #nan #dhufa' akkan isiniin jedhe dhageessaniittu; #utuu na jaallattu taatanii, waanan gara #abbaa #dhaquuf in gammaddu turtan, abbaan #na #caala'o, "
Gaafii πππ
Akka Yohannis 14: 28 Keessatti dubbatametti, hima kamtuu sirriidha?
A. Yesuus lamuu gara dachiitti deebi'ee hin dhufu.
B. Worroonni Yesuus gara Waaqaatti deemutti gammadu, worroota Yesuus jaalatu.
C. Yesuusii fi Waaqni wol qixa.
D. Deebiin hin jiru.β β β
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
Qabxiin ijoon nuti ragaa Wangeela #Yohannis 14: 28 irraa barannu;
1ffaa- #Yesuus akka gara #dachiitti #deebi'ee dhufu. Kun ammoo wonti mirkaneessu:
I. Waaqni foon uffatee dhufee yaadni jedhu olola ta'uu.
II. Yesuus cubbuu keennaaf duraa gara dachii dhufeen dubbii kijibaa ta'uu.
III. Ilma ilma kiyya irraa dhaladhee isin fayyisa Waaqni jedheen, dubbii fudhatama hin qabne ta'uu.
IV. Yesuus akkuma uumamni kamuu du'utti gara dachii deebi'ee kan du'u ta'uu nuuf mirkaneessa jechuudha.
2ffaa- #Utuu #na #jaallattu taatanii waanani #gara #abbaa #dhaquuf in gammaddu turtan yeroo jedhu ammoo, Qabxiiwwan itti aanee dhufuu nuuf ibsa.
I. Worroota Yesuus hin jaalanetu, Yesuus gara Rabbii ol fuudhamuu kijibsiisee olola du'ee haasawu.
II. Yesuus gara abbaa dhaqa jedhe malee Waaqa waan tureef, turtii koo fixadhee gara samiitti galaa jiraa akka hin jenne.
III. Waan gara abbaa #dhaquuf jechuun, qaama lamaa gara garaa ka itti dhaqamuu fi ka itti dhaqu akka jiru, akkasumas Yesuus Waaqatti geeddaramuu ka hin dubbanne fi geeddaramuulle akka hin dandeenne ta'uu ifatti mudhisaa jechuudha.
3ffaa- #abbaan #na #caala'o yeroo jedhu:
I. Dubbiin Yesuus fakkeessuu akka hin taane, dhugaan jirtu Waaqni waan kamuu (Yesuusillee dabalatee) caaluu.
II. Worroonni dubbiin tun isaanii liqimsamuu diddu, worrota Yesuusiin ittiin daldalatuuf malee dubbii isaa fudhatuuf fedhii takkaa hin qabne ta'uu ifatti mirkaneessa.

Kutaa_10ffaa_Turullee_dhugatu_irra_aanaa.wav
18.1 MB
Kutaa 10ffaa Turullee dhugatu irra aanaa https://t.me/Xaaliburidallah
#Turullee #dhugatuu #irra #aana
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Kutaa #11ffaa
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
#Hojii #manaa
πππ
Ragaa Wangeela Maarqos 12: 29 dubbisuun, gaafii itti aanee dhufuuf, deebii sirrii ta'e filadhuu deebisi.
ππππππ
Maarqos 12: 29
" #Yesus deebisee, "Inni hundumaa #irra #caalu, 'Dhaga'i, yaa Israa'el! Gooftichi #Waaqayyo #keenya #kophaa #isaa #gooftaa dha. "
Gafii πππ
Akka ragaa Wangeela #Maarqos #12:29 keessatti dubbatametti, hima kamtuu barsiisaa Yesuus?
A. Inni hundumaa irra caalu Anaan Gooftaa jechuu keessan jedhe.
B. Inni hundumaa irra caalu Waaqayyo Gooftaa keessan jedhe.
C. Inni hundumaa irra caalu Waaqayyo Anaan wojji Gooftaa keessan jedhe.
D. Deebiin hin jiru.β β β
π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦π₯¦
βͺ Worroonni Amantii Kiristaanaa nuuf deebisaa.
βͺ hawaasni keenna ammoo worroota Amantii Islaamummaatiin ala jiran biraan gahaa haqa jiru hubachiisaa.
Qabxiiwwan ijoon nuti ragaa Wangeela #Maarqos #12:29 irraa argannu;
1ffaa- Wonti barsiisaa Yesuus barsiisaa ture keessatti hundumaa irra caalaa ilmi nama beekuu qabu, wa'ee Waaqaa irratti akka ture. Sunis:
I. #Waaqni uumaa hundaa, #Waaqa #Yesuusille ta'uu isaa. (#Waaqayyo #Keenya Yeroo Yesuus jedhu).
II. #Waaqni #Waaqa #qabaa jechuun sammuu fayyaa qabdu biratti akkuma #kijibaa, Yesuus ani Waaqa qaba osoo jedhu, dubbii #Yesuus faallessanii #innuu #Waaqaa jechuun dubbii #ololaa akka ta'e ifa taasisa.
III. Ammas Gooftummaan waaqaa, akka afooshaa fi woldaa yookaa sheerii kaampaaniitti kan gamtaan ijaaramte osoo hin taane, Waaqni Gooftaa uumama hundaa #kophama #isaatti #Gooftaa akka ta'e.
IV. Wolumaa galatti, Yesuus Gooftaa jedhamee eddoo gara garaatti (Macaafa Qulqulluu jedhumu keessatti jechuudha) argamuun, Waaqumma Yesuus ibsuuf akka hin taane ifa taasisa jechuudha.
Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu.
β»οΈβ»οΈβ»οΈβ»οΈBy:XR β»οΈβ»οΈβ»οΈ
Baruumsa fakkata kanaa, ka asiin dura #kennamaa #turanii fi kana boodas #kennaman argachuu yoo barbaaddan, linkii asii gadii tuquun, garee Telegiraamaa seenaa nu hordofaa π
https://t.me/Xaalibu6504