Turullee Dhugatu Mo'ata
11K subscribers
508 photos
129 videos
110 files
413 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
#Magaalaa_Goljootaa

#Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Heeban Arsii #Magaalaa_Goljootaatti  Sagantaan guddaan (#Guyyaa 21/04/2024 or 13/08/2016) Islaamummaan Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan, namoonni amantii biroollee kan ta'an keessattuu #Paastaroonnii hirmaatuun gaafii fi deebii boodaa Yesuus Ergamaa Rabbii ta’uu amanuun, Yesuus Waaqaa jechuun dogongora akka ta'e hubatuun sagantaan keenna milkiidhaan goolabamee, nagahaan faaruun kan Rabbii keennaatii gallee jirraa. Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Baalaa_Gizee jedhaman fakkaatuuu, waan hojjatamaa jiru mee laalaa!‼️‼️‼️

Osoo gochi kun #Hawaasa_Musilmaa taatee, maaltu akka jedhamu beektuu⁉️ hayyoonni ni beekuu‼️‼️‼️

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Eenyummaa_Yesuus_isa #dhugaa_kan_dhokate. Kutaa 1ffaa '#C'

#Islaamummaa_Addunyaan gahuuf, hawaasni Muslimaa hundi, #liinkii_asii_gadii hiriyoota keessanii #sheer_taasisuun dirqama keessan akka baatan, tumsitoota haqaa akka taatan, jaalala fi kabajaadhaan isin gaafadha. Maaltu beekaa, sababa keetiin namni tokko ibidda Jahannam irraa bitamuun malaa. Ati sababa sagantaa tokko hiriyaa keetii sheerii taasisuutiin, #mindaa_Rasuulli (S.A.W) Sahabaa isaanii #Aliyyii_dhaaman argachuun malaa. #Nu_hundaa_Rabbiin #nu_haa_milkeessu. Amiiiin.

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Alii

#Godina_Baalee, #Magaalaa_Aliitti, Markaza Daaral Hijrateeyni, #Guyyaa 24/04/2024 or 16/08/2016tti, Urjii Rabbiin Oromiyaa keenna badhaase, kan dhaloota xurree hundaan qaruun (Diinii fi Baruumsa Idilee), barsiisuun seenaa biyya keenna keessatti asiin dura hin argaminiif hin beekkamne hojjachuun dhaloota xurree hundaan qaroome qaree baasuun beekkamu Shek Qamar ziyaaruun, Sagantaan leenjii  #Islaamummaan #Addunyaaf jedhu turtii sa'aa sadii (3) kennuun, gammachuu guddaan du'aa'ii Hayyuu keennaa Shek Qamar fudhachuun milkiidhaan goolabnee, gara magaalaa birootti imallee jirraa. Imalli keenna kan Baalee akka milkii guddaa ta'u du'aa'ii keessaniin nu faanaa jiraadhaa. Hawaasa keenna kan rafe hunda Rabbiin nuuf haa dammaqsuu. Amiiiin


https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Naaqee_Nagawoo

#Godina_Baalee, Aanaa Gaasaraa Magaalaa #Naaqee_Nagawootti, sagantaa Guddaa #Guyyaa 25/04/2024 or 17/08/2016tti Eebba Barattootaa Madda Haraashii Haawwotaa fi Shamarranii fi Leenjii #Islaamummaa_Addunyaaf jedhu salaata Magriibaa booda  kennuun, gammachuu guddaan goolabnee, gara biyyaa nagahaan gallee jirraa Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah