Turullee Dhugatu Mo'ata
12.2K subscribers
546 photos
184 videos
120 files
475 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
IMG-20240407-WA0022.jpg
82 KB
#Oboleettii_teenna_Ameerika irraa nuuf arjoomte fi namoota muraasa Sa'uudii fi eddoo biroo irraa hirmaattan, Rabbiin duniyaa fi aakeratille rakkoo isin haa baasu.

#Akka_cabanitti_hokkolan jedhamaa miree. Abbaa warraa tokko Kiloo giraama shanii (maatii tokkoo 5kg), (kiilogiraama 25 nama 5 wolitti jechuudhaa) qoodaa oolamee guyyaa har'aa 27/07/2016. Rakkattoota waan nyaatan hin qabne harka 10 keessaa harka tokko nuuf gahuu hin dandeenne. Namni Rabbiin qananii isaa sibira kaahe, ammas akka hawaasa keenna Gujii fi Booranaa kanaa Sagalee taatan maqaa Rabbiitiin isin gaafanna. Rabbiin rakkoo duniyaa fi aakeratille isin haa furuu. Amiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Eenyummaa_Yesuus_isa #dhugaa_kan_dhokate. Kutaa 1ffaa '#A'

#Islaamummaa_Addunyaan gahuuf, namni Rabbitti amane hundi, #liinkii_asii_gadii hiriyoota keessanii #sheer_taasisuun dirqama keessan akka baatan, tumsitoota haqaa akka taatan, jaalala fi kabajaadhaan isin gaafadha. Maaltu beekaa, sababa keetiin namni tokko ibidda Jahannam irraa bitamuun malaa. Ati sababa sagantaa tokko hiriyaa keetii sheerii taasisuutiin, #mindaa_Rasuulli (S.A.W) Sahabaa isaanii #Aliyyii_dhaaman argachuun malaa. #Nu_hundaa_Rabbiin #nu_haa_milkeessu. Amiiiin.

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Eenyummaa_Yesuus_isa #dhugaa_kan_dhokate. Kutaa 1ffaa '#B'

#Islaamummaa_Addunyaan gahuuf, namni Rabbitti amane hundi, #liinkii_asii_gadii hiriyoota keessanii #sheer_taasisuun dirqama keessan akka baatan, tumsitoota haqaa akka taatan, jaalala fi kabajaadhaan isin gaafadha. Maaltu beekaa, sababa keetiin namni tokko ibidda Jahannam irraa bitamuun malaa. Ati sababa sagantaa tokko hiriyaa keetii sheerii taasisuutiin, #mindaa_Rasuulli (S.A.W) Sahabaa isaanii #Aliyyii_dhaaman argachuun malaa. #Nu_hundaa_Rabbiin #nu_haa_milkeessu. Amiiiin.

https://t.me/Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Dhugaan jirtu isima tanaa qalbiidhaan dhaggeeffadhaa.

Warroota ilaalcha #Aatseewwaniitiin_deemuu carraan isaanii dhumee jiraachuu itti himaa.

https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Eegoo

#Godina_Arsii_Bahaa, Aanaa Muneessaa #Magaalaa_Eegootti Sagantaan guddaan (#Guyyaa 18/04/2024 or 10/08/2016) Islaamummaan Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan , leenjii fi sochii barnootaa kanaan wal qabateen namoonni sagal (9) tola Rabbiitiin amantii dhalootaa Islaamummaa qabatuu gammannee, akka cimamee itti fufamuuf leejiin kennamuun sagantaan keenna milkiidhaan goolabamee, magaalaa itti aanutti ceennee jirraa. Harakaan jiraannaan barakaan hin dhabamuu. Alhamdulillaah


https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Gudannee (kan dur ittiin beekkamtu #Qancarree)

#Godina_Arsii_Bahaa, Aanaa Muneessaa #Magaalaa_Guddanneetti, Sagantaan guddaan (#Guyyaa 19/04/2024 or 11/08/2016) #Islaamummaan #Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan , guyya deemnetti nama tokko, akkasumas sababa Kitaabaa "#Eenyummaa_Yesuus #isa_dhugaa_kan_dhokate" jedhuu fi  sochii barattoonni Diin leenjii barnoota #Islaamummaan #Addunyaaf jedhuu leenji'aniitiin namoonni digdamii lama (22) amantii dhalootaa, #Islaamummaa qabatuu gammannee, akka cimamee itti fufamuuf leejiin dabalataa kennamuun sagantaan keenna milkaahinnaan goolabnee, magaalaa itti aanutti ceennee jirraa. Namoota Islaamummaa fudhatan keessaa muraasni, kitaaba Eenyummaa_Yesuus jedhu wojjiin argituu. Hawaasni keenna simannaa fi keessummeessa keessaniif Rabbiin toltuun ganda lameeniitiin isin haa qananiisuu jedha. Harakaan jiraannaan barakaan hin dhabamuu. Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah
#Magaalaa_Goljootaa

#Godina_Arsii_Lixaa, Aanaa Heeban Arsii #Magaalaa_Goljootaatti  Sagantaan guddaan (#Guyyaa 21/04/2024 or 13/08/2016) Islaamummaan Addunyaaf jedhuun gegeeffamaa ture, gammachuu guddaan, namoonni amantii biroollee kan ta'an keessattuu #Paastaroonnii hirmaatuun gaafii fi deebii boodaa Yesuus Ergamaa Rabbii ta’uu amanuun, Yesuus Waaqaa jechuun dogongora akka ta'e hubatuun sagantaan keenna milkiidhaan goolabamee, nagahaan faaruun kan Rabbii keennaatii gallee jirraa. Alhamdulillaah.


https://t.me/Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
#Baalaa_Gizee jedhaman fakkaatuuu, waan hojjatamaa jiru mee laalaa!‼️‼️‼️

Osoo gochi kun #Hawaasa_Musilmaa taatee, maaltu akka jedhamu beektuu⁉️ hayyoonni ni beekuu‼️‼️‼️

https://t.me/Xaaliburidallah