Turullee Dhugatu Mo'ata
12.2K subscribers
546 photos
184 videos
120 files
475 links
Sobni miseensa guddaa qabaatuun yeroo dheerefatun ni malaa, garuu dhugaa hinjifatuu ammoo gonkumaa hin danda'u.
Download Telegram
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#ክፍል 1 "ሐ"

በነቢያቶቻችን (ኢየሱስ፣ ሙሴ፣ አብርሃም፣ ወዘተ...) ስም የሚደረግ ሕገወጥ ንግድ ይቁም::
ማንም ሰው እነዚህ ነቢያት (ኢየሱስ፣ ሙሴ፣ አብርሃም ወዘተ...) የኛ ናቸው የሚል ካለ ማስረጃ ያምጣ።

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#kutaa #1ffaa "D"

Daldalli seeraan alaa maqaa Nabiyyoota keennaatiin (Yesuus, Muusee, Abraaham fi kkf...) gegeeffamu nurraa haa dhaabbatuu.
Namni Nabiyyoonni kunniin (Yesuus, Muusee,Abraaham fi kkf...) keenna jedhu yoo jiraate, ragaa haa fidatuu.

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#ክፍል 1 "መ"

በነቢያቶቻችን (ኢየሱስ፣ ሙሴ፣ አብርሃም፣ ወዘተ...) ስም የሚደረግ ሕገወጥ ንግድ ይቁም::
ማንም ሰው እነዚህ ነቢያት (ኢየሱስ፣ ሙሴ፣ አብርሃም ወዘተ...) የኛ ናቸው የሚል ካለ ማስረጃ ያምጣ።

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
#Tuun #tanaa, #Tuun #ganaa

Faaruun kan Rabbii dhugaa isaa suutuma suutaan Addunyaaf ifa galchaa jiruutii.

Osoo worri haqa qabate, haga waan faayidaa isaa hin qabne sheer taasisuuf woreegama kafaluu, dhugaa arge nama biraanu gahuuf gahee ofii bahee, silaa Islaamummaan ganda mara yeroo gabaabaa keessatti wol gahee.

#Sheeyxaanaa #waan #keeyrii #sheeri #taasisuu #harka #nu #qabu Rabbiin nurraa haa qabuu. Amiiiin

እባኮትን የዚ ግሩፕ ሊንክ ለጓደኞቻችሁ በማጋራት ሁሉም ሰው የዚህ ግሩፕ ትምህርት ተጠቃሚ እንዲሆን ግዴታችሁን ተወጡ።

Mee link garee kanaa hiriyoota keessanii sheeri taasiisaa, baruumsa garee kanaa akka namni irraa fayyadamu dirqama keessan bahaa. Rabbiin duniyaa fi aakeratille isin haa qananiisuu. Amiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah
Turullee Dhugatu Mo'ata
https://t.me/Xaaliburidallah
Ragaa 1ffaa, kitaabni Macaafa Qulqulluu jedhamu fooyya’uu /ለመጽሐፍ ቅዱስ ማሻሻል አንደኛ ማስረጃ
Turullee Dhugatu Mo'ata
https://t.me/Xaaliburidallah
Ragaa 2ffaa, kitaabni Macaafa Qulqulluu jedhamu fooyya’uu /ለመጽሐፍ ቅዱስ ማሻሻል ሁለተኛ ማስረጃ
#Dhaamsa_kiyya_kana_mee #qalbiin_dubbisaa.

hiikkaan ዓ.ም maal akka ta'e beektuu ⁉️

ዓ.ም, gabaajee (ዓመተ ምህረት) jechuuti.
Hiikni isaa, bara araaraa jechuudha.

Akkaataan seenaa isaa gabaabatti, akka worroonni Islaamumman ala jiran hiikkatanitti, sababa Nabi Aadam fi Haawwaan muka Rabbiin hin nyaatinaa jedhan nyaataniif, waaqni namatti dallanee, wol dhabbiin jidduu namaatii fi Waaqaatti uumamee jedhu (anaa mitii hubadhaa, Worroonni Yesuus nuuf jecha du'ee jedhanii yaadanii). Yeroo dheeraadhaaf Waaqni namaan wol dhabee jiraataa erga turee booddee, karaa Yesuusiin namatti araaramuu murteeffatee, Yesuusiin ergatee (dhalatee jechuudha). Guyyaa san irraa eegalee, bara araaraa "የምህረት ዓመት" jedhamee akka laakkahamu murtaahe jedhu. Guyyaa san irraa eegalee, "የምህረት ዓመትnii" afaan keennatti barri araaraa tokko jedhamee laakkahamuu eegalee jedhanii yaadu. "የምህረት ዓመት" kana yeroo dubbisan, " ዓመት ምህረት" jedhanii, yoo gabaajeffamu ammoo ዓ.ም t'ee barraahaa jechuudha. Yeroo nama tokkoon baga bara 2016ni si gahe jettu, baga bara araaraa 2016ni si gahe jechuu kee beektee jirtaa⁉️
Muslimni lammii biyya Itiyoophiyaa ta'e kanaafuu laakkofsa kana fayyadamuu hin qabu jechuu hedaa⁉️ jettee hin dallanin. Dhaamsi kiyya waa lama (2) ta'uu naaf hubadhu.

1ffaa- Dhugaa kana beekii, baga ittiin si gahee irraa of qusadhu.

2ffaa- 2016 ዓ.ም hin jedhinii, 2016 ዓ.ል (ዓመተ ልደት), bara dhaloota Nabi Isaa (Nageenni Rabbii isa irratti haa jiraatu) jedhii fayyadam.

Dhaamsi kiyya kanaa, siif ta'u fudhadhuu, yoo didde cubbuu dubadhuu mindaa cubbuu boru Rabbiin biraa eegadhu.

Jallataa hunda Rabbiin haa qajeelchu. Amiiiin

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Hiikkaa sirrii jecha '#Gooftaa' jedhu, Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti waan Waaqaa hin taane hundaaf. kutaa '#A'


https://t.me/Xaaliburidallah
Hiikkaa sirrii '#Gooftaa' Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti kutaa '#B'

https://vm.tiktok.com/ZMjk9FL2r/
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Hiikkaa sirrii jecha '#Gooftaa' jedhu, Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti waan Waaqaa hin taane hundaaf. kutaa '#B'


https://t.me/Xaaliburidallah
Hiikkaa sirrii '#Gooftaa' Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti kutaa '#C'

https://vm.tiktok.com/ZMjSC94ea/
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Akkanatti nama dhamaasaa, Amantii Waaqaatii koottaa qabadhaaf asii achi fiiguu.

Faaruun kan Rabbiin diin haqaan malee dharaan hin ijaaramne nu badhaaseetii.

Hiriyoota keessan ka dhamaasaa keessa jiraniin gahaa, deebi'uulle dadhabdu haa hubattuu.

https://t.me/Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Falfalli, malaanmaltummaa fi gandummaan hojii worra kamii akka ta'e yoo beekuu barbaaddan viidiyoo kana dhaggeeffadhaa.

Ammas Alhamdulillaah Rabbiin diinii bareedaa hojii gadhee irraa nama dhoorgu nu badhaase.

https://t.me/Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Rabbiin uumaa akkanaa fa'a uumee qabaa hubadhaa.

Hawaasni Oromoo gariin, ka akkanaa kanaan beeka jedhee jala gugataa.

Jallatee jallisaa Rabbiin nurraa haa qabuu.

Naqarsi Islaamummaa guddaan, worroota maqaa sabaatiin daldalan ta'uu beekaa. Kun yoo carraa argate, deeggartoota isaa wojji, munaafiiqallee dabalatee, saba Oromoo addaan diiguuf asii achi fiiguun isaa hin ooluu quba qabaadhaa.

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Hiikkaa sirrii jecha '#Gooftaa' jedhu, Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti waan Waaqaa hin taane hundaaf. kutaa '#C'

https://t.me/Xaaliburidallah
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
Kutaa wolii galaa, Hiikkaan sirrii jecha 'Gooftaa' jedhu Macaafa Qulqulluu jedhamu keessatti maal akka ta'e.

https://t.me/Xaaliburidallah
This media is not supported in your browser
VIEW IN TELEGRAM
Gurri kijiba malee dhugaa dhagahuu hin feene hin dhageefatuu, worroonni dhugaan gurra keessan seenuun isin hin cinqine dhagahaa mee, guyyaa wohiitiif isinii tolaa.

https://t.me/Xaaliburidallah
https://youtu.be/rAxCDHSczeA?si=xCY6B9cUyXNO6Jkd


#Oduu_gammachiisaa.
#Page_YouTube_kiyya_kana, sagantaa gurguddaa (#Islaamummaa #Addunyaaf mata duree jedhuun) isinii dhiheessuu barbaadaa, yoo hordofuu fi subscribe godhuun isin hin miine taate, qooda irraa fudhaa, guyyaa wohiitiif isinii tolaa.
Media is too big
VIEW IN TELEGRAM
በመጽሐፍ ቅዱስ ውስጥ '#ጌታ' የሚለው ቃል ከፈጣሪ ዉጭ ለለዉ ነገር ሁሉ ትክክለኛው ትርጉም ምን እንደሆነ ታውቃላችሁ? #ክፍል '#ሀ'

https://t.me/Xaaliburidallah