FBC Afaan Oromo
2.68K subscribers
582 photos
581 links
Download Telegram
Ityoophiyaatti wixineen qajeelfama itti fayyadama xiyyaara nama maleessaa qophaa’e

Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Abbaan Taayitaa Siiviil Aviiyeeshinii Ityoophiyaa wixinee qajeelfama itti fayyadama Xiyyaara nama maleessaa qopheessuu beeksise.   Naannoo qilleensa biyyattii too’achuu fi nageenyummaa isaa mijataa taasisuuf dhiyeessiin geejjiba qilleensaa akka jiraatu mirkaneessuuf wixineen qajeelfama itti fayyadama xiyyaara nama maleessaa (Droonii) qophaa’uu himameera.   Abbaan Taayitichaa itti fufiinsaan Eejansii Nageenya Infoormeeshinii ,Tajaajila…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ityoophiyaatti-wixineen-qajeelfama-itti-fayyadama-xiyyaara-nama-maleessaa-qophaae/
Bara baajatichaatti liqii fi deeggarsaan Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi biilioonni 6 ol argame

Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Bara baajataa 2012tti liqii fi deeggarsaan Birrii biiliyoonni dhibbi 1 fi biilioonni 6 ol argamuu Ministeerri Maallaqaa beeksise.   Birrii biiliyoonni 37.38 dhaabbilee Faayinaansii fi biyyoota garaagaraarraa liqiin kan argameedha.   Biiliyoonni 96.495 ammoo liqaa haaraa fi deeggarsan kan argame ta’uu ibsameera.   Bara baajatichaatti maallaqa argachuuf karoorfame keessaa…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/bara-baajatichaatti-liqii-fi-deeggarsaan-birrii-biiliyoonni-dhibbi-1-fi-biilioonni-6-ol-argame/
Balaa lolaa xiqqeessuuf hojii misooma sululaarratti xiyyeeffaannoo laachuun murteessadha – Dammaqaa Makkoonniin

Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Itti aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqaa Makkoonniin Balaa lolaa xiqqeessuuf hojii misooma sululaarratti xiyyeeffaannoo laachuun murteessadha jedhan.   Obbo Dammaqaan naannooleen balaa lolaan miidhamanitti dhibee daddarboon akka hin qunnamne of eeggannoon godhamuu akka qabu qajeelfama kennaniiru.   Miseensoonni Mana Maree Ittisa Balaa Biyyaalessaa fi qindeessaa qophummaa guyyaa har’aa…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/balaa-lolaa-xiqqeessuuf-hojii-misooma-sululaarratti-xiyyeeffaannoo-laachuun-murteessadha-dammaqaa-makkoonniin/
Namoonni dabalataa 1,733 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’e

Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,733 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24 kaleeessa darbeen qorannaan laabraatoorii samuudaa 18,766 kan gaggeeffame yoo ta’u, namoota 1,733 irratti vaayrasichi argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera. Kaleessa lakkoofsi namoota lubbuu isaanii dhabani 13 yoo ta’an, waliigala lubbuu namoota 758 darbeera. Haaraan…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/namoonni-dabalataa-1733-vaayrasii-koroonaatin-qabamuun-isaanii-mirkanaae/
Manni Maree naannoo Hararii muudama haara mirkaneesse

Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) – Manni Maree naannoo Hararii muudama haara mirkaneesse. Manni Maree naannoo Hararii af-yaa’ii mana maree olaanaa fi itti aanaa preezdaantii muude. Manni marichaa walga’ii ariifachiisaa 1ffaa marsaa 5ffaa waggaa 5ffaa guyyaa har’aa gaggeesseen muddamtoota haaraa kan mirkaneesse. Bu’uuruma kanaan aadde Addisalem Bazaabih Af-yaa’ii Olaantuu mana marichaa taasisuun muudeera. Akkasumas, aadde…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/manni-maree-naannoo-hararii-muudama-haara-mirkaneesse/
Waliigalteen sadeenii hidha haaromsaarratti taasifamu Fulbaana 4, 2013 itti fufa

Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Waliigalteen sadeenii hidha haaromsaarratti taasifamu Fulbaana 4, 2013 itti fufa. Ityoophiyaa, Sudaanii fi Gibts dambii guutinsaa fi lakkinsa bidhaanii hidha haaromsaarratti waliigalteen sadeenii taasifamu baatii Fulbaanaa irratti akka itti fufu Ministeerri Bishaanii, Jallisii fi Inaarjii beeksise. Ministeerri Bishaanii, Jallisii fi Inaarjii ministeeronni dhimma bishaanii biyyoota sadeenii guyyaa kaleessaa walga’ii gaggeessu…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/waliigalteen-sadeenii-hidha-haaromsaarratti-taasifamu-fulbaana-4-2013-itti-fufa/
Yuunivaarsiitiin Hawaasaa fi Baahir Daar barattoota sagantaa garagaraan leenjisaa ture kuma 12 fi 300 eebbisiise

Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Yuunivaarsiitiin Hawaasaa fi Baahir Daar barattoota sagantaa garagaraan leenjisaa ture kuma 12 fi 300 eebbisiise. Yuunivaarsiitiin Hawaasaa fi Baahir Daar barattoota sagantaa garagaraan leenjisaa ture kuma 12 fi 300 eebbisiiseera. Kanneen keessaa Yuunivaarsiitiin Hawaasaa barattootaa sagantaa garagaraan leenjisaa ture kuma 4 fi 780 eebbisiiseera. Preezdaantiin yuunivaarsiitichaa Dooktar Ayyaanoo Barasoo eebbifamtootaan…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/yuunivaarsiitiin-hawaasaa-fi-baahir-daar-barattoota-sagantaa-garagaraan-leenjisaa-ture-kuma-12-fi-300-eebbisiise/
Namoonni Ityoo-Teeleekoom burjajjeessuun shakkaman 11 too’ataman

Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) – Namoonni Ityoo-Teeleekoom burjajjeessuun shakkaman 11 too’ataman. Namoonni Ityoo-Teelekoom burjajjeessuun shakkaman 11 meeshaa isaanii waliin too’annoo jala akka oolan taasisuu Tajaajjilli Nageenya Odeeffaannoo Biyyalessaa beeksise. Namoonni shakkaman kunneen ergawwan sagalee biyyaa alaarra gara Ityoophiyaatti taasifaman gama Saatalayitii Niitwoorkii Dhaabbata Ityoo-Teeleekoomin darbuu osoo qabanu meeshaalee teeleekoomii seeran alaa hayyama Minsiteera Innooveeshinii…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/namoonni-ityoo-teeleekoom-burjajjeessuun-shakkaman-11-tooataman/
Faransaay vaayrasichi amma deebi’ee itti hammaate

Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) – Weerara vaayrasii koroonaarraa haga tokko dandamattee kan turte Faransaay vaayrasichi amma deebi’ee itti hammaateera. Kaleessa namoota 7,379tu qabaman, kunimmoo erga Bitootessa darbeetii isa olaanaadha. Preezdaantiin biyyattii Imaanu’eel Maakroon, uggura sochii uummataa haarawa kaa’uuf jedhu. Uggurri amma kaa’amu garuu kan akka isa jalqabaa diinagdee biyyaa miidhu ta’uu hin qabu jedhan.…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/faransaay-vaayrasichi-amma-deebiee-itti-hammaate/
Komiishiniin Poolisii Federaalaa uffannaa dambii (Reenjarii) Poolisota Federaalaa jijjiire

Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) – Komiishiniin Poolisii Federaalaa uffannaa dambii (Reenjarii) Poolisota Federaalaa jijjiire. Reenjarii haaraan eebbifame kun torbee lama keessatti poolisoota Federaalaa maraaf rabsamee, bara haaraatti ilaalcha haaraadhaan hojiin nageenya kabachiisuu kan ittiin hojjatamu ta’uutu ibsame. Sagantaa kanarratti keessummaa kabajaa ta’uun kan argaman Ministirri Nageenyaa aadde Mufariyaat Kamiilii fi komiishinara jeneraalaa Komiishinii Poolisii…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/komiishiniin-poolisii-federaalaa-uffannaa-dambii-reenjarii-poolisota-federaalaa-jijjiire/
Itti Aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqee Mokonnin Hoospitaala Fiildi covid 19 Finfinnee daawwatan

Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Itti Aanaan Muummee Ministiraa FDRI obbo Dammaqee Mokonnin Hoospitaala Fiildi covid 19 Finfinnee daawwatan. Itti Aanaan Muummee Ministiraa obbo Dammaqee Mokonnin Ministira Fayyaa Dooktar Liyaa Taaddasaa waliin ta’uun kutaa magaalaa Boolee Boolee Bulbultaatti tajaajila yaalaa covid 19f qophaa’aa kan jiru Hoospitaala Fiildi covid 19 Finfinnee daawwataniiru. Hoospitaalli Fiildi covid 19…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/itti-aanaan-muummee-ministiraa-fdri-obbo-dammaqee-mokonnin-hoospitaala-fiildi-covid-19-finfinnee-daawwatan/
Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 212 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame

Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni dabalataa 212 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo laabraatoorii namoota 3002 hojjetameen vaayrasichi namoota 212 irratti argamuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa Oromiyaa beeksiseera. Oromiyaatti hanga guyyaa kanaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 6,005 ga’eera. Waliigala Lubbuun namoota 42 darbeera. Nammoonni…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/naannoo-oromiyaatti-gabaasa-qorannoo-saaa-24-darbeetiin-namoonni-dabalataa-212-vaayrasii-koroonaan-qabamuu-ibsame/
Finfinneen giddugala tola ooltummaa akka taatuuf hirmaannaan dargaggootaa, ogeessota aartii fi hawaasa Ispoortii cimee itti fufuu qaba – aadde Adaanach Abeebee

Finfinnee, Hagayya 23, 2012 (FBC) –Finfinneen giddugala tola ooltummaa akka taatuuf hirmaannaan dargaggootaa, ogeessota aartii fi hawaasa Ispoortii cimee itti fufuu qaba – aadde Adaanach Abeebee Finfinneen giddugala tola ooltummaa akka taatuuf hirmaannaan dargaggootaa, ogeessota aartii fi hawaasa Ispoortii taasisaa jiran cimsanii itti fufuu akka qaban Itti Aantuun Kantiibaa Bulchiinsa Magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/finfinneen-giddugala-tola-ooltummaa-akka-taatuuf-hirmaannaan-dargaggootaa-ogeessota-aartii-fi-hawaasa-ispoortii-cimee-itti-fufuu-qaba-aadde-adaanach-abeebee/
Yuunivarsitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota damee fayyaa fi maadisummaan eebbisiise

Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Yuunivarsitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota damee fayyaa fi maadisummaan leenjisaa ture 502 eebbisiise. Yuunivarsitiichi damee barnoota maandisummaa fi fayyaan barnoota digrii lammaffaa fi tiveetiin leenjisaa ture eebbisiiseera. Sirna eebbicharratti Eetaamaajoorri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Adam Mahaammad argamaniiru. Yuunivarsitiichi waggoottan 19 darbaniif damee barnoota maandisummaa, fayyaan, bulchiinsa qabeenya barattoota barsise…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/yuunivarsitiin-raayyaa-ittisa-biyyaa-barattoota-damee-fayyaa-fi-maadisummaan-eebbisiise/
Yuunivarsitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota damee fayyaa fi maandisummaan eebbisiise

Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Yuunivarsitiin Raayyaa Ittisa Biyyaa barattoota damee fayyaa fi maandisummaan leenjisaa ture 502 eebbisiise. Yuunivarsitiichi damee barnoota maandisummaa fi fayyaan barnoota digrii lammaffaa fi tiveetiin leenjisaa ture eebbisiiseera. Sirna eebbicharratti Eetaamaajoorri Raayyaa Ittisa Biyyaa FDRI Jeneraal Adam Mahaammad argamaniiru. Yuunivarsitiichi waggoottan 19 darbaniif damee barnoota maandisummaa, fayyaan, bulchiinsa qabeenya barattoota barsise…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/yuunivarsitiin-raayyaa-ittisa-biyyaa-barattoota-damee-fayyaa-fi-maadisummaan-eebbisiise/
Ambaasaaddaronnii fi dippiloomaatonni biyyoota addunyaa garaagaraa irratti Ityoophiyaa bakka bu’aanaanaa Duugdatti hojii damee qonnaan hojjeetama jiru daawwatan

Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Ambaasaaddaronnii fi dippiloomaatonni biyyoota addunyaa garaagaraa irratti Ityoophiyaa bakka bu’aan naannoo Oroomiyaatti godina Shawaa bahaa aanaa Duugdatti hojii damee qonnaan hojjeetama jiru daawwatan. Daawwicharratti kan argaman preezdaantiin mootummaa naannoo Oromiyaa obbo Shimallis Abdiisaan hojiiwwan damee qonnaan hojjeetama jiruurratti ibsa laataniiru. Wabii midhaan nyaataa mirkaneessuu, oomishaalee qonnaa gabaa addunyaarratti barbaadaman oomishuun…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ambaasaaddaronnii-fi-dippiloomaatonni-biyyoota-addunyaa-garaagaraa-irratti-ityoophiyaa-bakka-buaanaanaa-duugdatti-hojii-damee-qonnaan-hojjeetama-jiru-daawwatan/
Gaazixeessaa Fiqruu Walduu boqate

Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Gaazixeessaa Fiqruu Walduu addunyaa kanarra du’an boqate. Gaazixeessaa Fiqruu Walduu dhibee irra bubuleen yaalama turuun guyyaa kaleessa umrii waggaa 33ffaatti adduunya kanarra du’an boqateera. Gaazixeessaa Fiqruu Walduu Faanaa Broodkaastiing Koorporeet gaazixeessummaan tajaajila tureera. Gaazixeessaa Fiqruu Walduu warroomee abbaa ilma 1 ture. Faanaa Broodkaastiing Koorporeet boqachuu Gaazixeessaa Fiqruu Walduu gadda itti…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/gaazixeessaa-fiqruu-walduu-boqate/
Jiraattonni magaalaa Finfinnee waldaan gurma’aani manneen waliin jireenyaa ijaaruu akka danda’aanif bulchiinsi magaalichaa lafaa fi meeshaalee ijaarsaa dhiyeessuuf murtoo dabarse

Finfinnee, Hagayya 24, 2012 (FBC)- Jiraattonni magaalaa Finfinnee waldaan gurma’aani manneen waliin jireenyaa ijaaruu akka danda’aanif bulchiinsi magaalichaa lafaa fi meeshaalee ijaarsaa dhiyeessuuf murtoo dabarse. Kabineen bulchiinsa magaalaa Finfinnee yaa’ii idilee 30ffaa har’a gaggeessen jiraattonni magaalaa Finfinnee gurmaa’ani manneen waliin jireenyaa ijaaruu akka danda’aaniif bulchiinsi magaalichaa lafaa fi meeshaalee ijaarsaa dhiyeessuuf murtoo dabarsu beeksiseera. Yaa’ichi…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/jiraattonni-magaalaa-finfinnee-waldaan-gurmaaani-manneen-waliin-jireenyaa-ijaaruu-akka-dandaaanif-bulchiinsi-magaalichaa-lafaa-fi-meeshaalee-ijaarsaa-dhiyeessuuf-murtoo-dabarse/
Baankichi gurgurtaa tikkeettii Xiyyaaraa elektirooniksiin eegale

Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Baankiin Daldala Ityoophiyaa gurgurtaa tikkeettii Xiyyaaraa elektirooniksiin eegaluu beeksiseera.   Baankiin Daldala Ityoophiyaa, dhaabbata Soolgeet Traaviil Jedhamu waliin ta’uun, gurgurtaa tikkeettii Xiyyaaraa Elektironiksiin Jalqabuu isaa beeksiseera.   Baankiin daldala Ityoophiyaa wagggoottan 78’n darbanitti, tajaajilawwan baankii ammayyawaa gara biyyaattii galchuun, hojii seenaa qabeessa hojjachaa turuutu ibsame.   Tajaajila baankii guutuu…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/baankichi-gurgurtaa-tikkeettii-xiyyaaraa-elektirooniksiin-eegale/
Oromiyaatti dabalataan namoonni 289 vaayrasii koroonaan qabaman

Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 289 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame.   Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo laabraatoorii namoota 4639 hojjetameen vaayrasichi namoota 289 irratti argamuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa Oromiyaa beeksiseera.   Oromiyaatti hanga guyyaa kanaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 7021 ga’eera.   Waliigala Lubbuun namoota…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/oromiyaatti-dabalataan-namoonni-289-vaayrasii-koroonaan-qabaman/
Manni murtichaa gaaffii mirga wabii obbo Lidaatuu Ayyaaleew kuffise

Finfinnee, Hagayya 29, 2012 (FBC) – Manni Murtii aanaa magaalaa Bishooftuu gaaffii mirga wabii obbo Lidaatuu Ayyaaleew kuffisuu himame.   Manni murtii aanaa magaalaa Biishooftuu abbaan alangaa beellama yeroo himannaa guyyoota 15 gaafate eeyyameera.   Manni murtciaa hanga himanni banamutti buufata Poolisii akka turu ajajeera.   Taariik Addunyaatu gabaase.   Odeeffannoo waqtaawaa argachuuf Teelegraama keenya…

https://www.fanabc.com/afaanoromoo/manni-murtichaa-gaaffii-mirga-wabii-obbo-lidaatuu-ayyaaleew-kuffise/