Mootummaan Jarman deeggarsa damee barnootaan Itoophiyaaf taasisaa ture cimsee akka itti fufu beeksise
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Mootummaan Jarman deeggarsa damee barnootaan Itoophiyaaf taasisaa ture cimsee akka itti fufu beeksise. Ministirri Ministeera Barnootaa Doktaar Injiinar Geetahuun Makuriyaa Itoophiyaatti ambaasaaddarri Jarman Isteefeen Awiriin waliin dhimmoota gara garaarratti mari’ataniiru. Ambaasaaddarichi deeggarsa mootummaan Jarman damee barnootaafi leenjiin Itoophiyaaf taasisaa ture ammas cimee akka itti fufu dubbataniiru. Isteefeen Awiriin bara…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/mootummaan-jarman-deeggarsa-damee-barnootaan-itoophiyaaf-taasisaa-ture-cimsee-akka-itti-fufu-beeksise/

Ameerikaatti laakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 6 qaqqabe
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Ameerikaatti laakkoofsi namoota vaayrasii koroonaatin qabamanii miiliyoona 6 qaqqabuu himame. Biyyattitti lakkoofsii namoota vaayrasii koroonatin qabamanii miiliyoona 6 ol qaqqabee yoo ta’u, lubbuu namoota kuma dhibba 1 olii darbeera. Namoonni miiliyoonni 3 ol ammoo warreen dandamataniidha. Kanafiis Ameerikaan namoota vaayrasichaan qabamanii fi du’a oolaan galmeessuun addunyarraa sadarkaa jalqabaarratti…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ameerikaatti-laakkoofsi-namoota-vaayrasii-koroonaatin-qabamanii-miiliyoona-6-qaqqabe/

Waltajjiin mata duree ‘Shaggar gara biyya’ jedhu gaggeeffama jira
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Waltajjiin ‘Shaggar gara biyya’ jedhu waajjira muummee ministiraatti gaggeefama jira. Maricharratti muummeen ministiraa duraanii fi walitti qaban boordii tuuriizimi obbo Haayilamaariyaam Dasaaleny, Ministirri Ministeera Innooveeshinii fi Teeknooloojii Dooktar Abrahaam Balaay, Ministiri Deettaan Ministira Maallaqaa Dooktar Iyoob Takkaaliny , daayreektarri olaanaa Abbaa Taayitaa Daandiwwan Ityoophiyaa Injinaar Haabtaamuu Tagaany dabalatee qamooleen…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/waltajjiin-mata-duree-shaggar-gara-biyya-jedhu-gaggeeffama-jira/

Inistitiyuutiin leenjii idileefi ogummaa poolisii Amboo Sanqallee poolisoota idilee 728 eebbise
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Inistitiyuutiin leenjii idileefi ogummaa poolisii Amboo Sanqallee leenjii haaromsaa marsaa 8ffaaf poolisoota idilee 728 baatiwwan lamaaf leenjisaa ture har’a eebbisiseera. Hogganaan Inistitiyutii Leenjii Poolisii Idilee Sanqallee Komaandar Taariiku Sorsaa, akkaataa leenjiin itti kenname ibsuun Poolisiin Gaachana uummataa waan ta’eef dirqama qabdan bahachuun rakkoo uummatarra gahuu furuu qabdu jechuun dhaamsa…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/inistitiyuutiin-leenjii-idileefi-ogummaa-poolisii-amboo-sanqallee-poolisoota-idilee-728-eebbise/

Manni maree nageenya magaalaa Finfinnee hundeeffame
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Manni maree bulchiinsa magaalaa Finfinnee har’a hundeeffameera. Manni maricha magaalaa Finfinneetti nageenya waarawa buusuuf walitti bu’iinsa mudatan, tasgabbii wayita dhibamuu dursanii ittisuu, olaantuumma seeraa kabachiisuufi walitti bu’iinsa mudatee kaaraa nagaan furuuf hawaasan hirmaachisuun nageenyuumma jiraattotta mirkaneessuuf kan huundeeffame ta’uu ibsameera. Hundeeffama mana maricharratti kan argaman itti aantuu kantiiba magaalaa…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/manni-maree-nageenya-magaalaa-finfinnee-hundeeffame/

Koreen hojii raawwachiftuu liigii dubartoota paartii badhaadhinaa magaalaa Bishooftuutti marii gaggeessa jira
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Koreen hojii raawwachiftuu liigii dubartoota paartii badhaadhinaa magaalaa Bishooftuutti marii gaggeessa jira. Koreen hojii raawwachiftuu kun marii guyyaa lamaaf gaggeeffamuu kana irratti raawwii hojii bara 2012 gamaaggamuudhaan, karoora bara 2013 irratti mari’ata jira. Miseensooni liigichaas qajeelfama sassaabbi buusii irratti mari’achuun ni raggaasisu jedhamet eegama. Dabalatanis yaada mana maree gorsaa…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/koreen-hojii-raawwachiftuu-liigii-dubartoota-paartii-badhaadhinaa-magaalaa-bishooftuutti-marii-gaggeessa-jira/

Bara 2012tti gandoonni fi mandaroonni 325 itti fayyadamtoota elektiriika taasifamuu danda’aniiru-Tajaajila Elektiriika Ityoophiyaa
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Baajata bara 2012tti gandoonni fi mandaroonni 325 itti fayyadamtoota elektiriika taasufamu Tajaaajjilli Elektiriika Ityoophiyaa beeksiseera. Tajaaajjilli Elektiriika Ityoophiyaa raawwii 2012 fi karoora 2013 irratti xiyyeeffachuun kallattii kahuun ibsa laatera. Hoji raawwachisaa olaanaa Tajaajila Elektiriika Ityoophiyaa,obbo Shifarraaw Taliilaa, baajata bara 2012tti magaaloota 495, gandoota fi mandaroota baadiyya itti fayyadamtoota elektiriika…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/bara-2012tti-gandoonni-fi-mandaroonni-325-itti-fayyadamtoota-elektiriika-taasifamuu-dandaaniiru-tajaajila-elektiriika-ityoophiyaa/

Hooggantoonni olaanoo fi giddugaleessa mana murtii waliigalaa FDRI ‘maaddii biyyaaf’ miindaa baatii 1 laachuuf waada galan
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Hooggantoonni olaanoo fi giddugaleessa mana murtii waliigalaa FDRI ‘maaddii biyyaaf’ miindaa baatii 1 laachuuf waada galaniiru. Abbaa Alangaa Waliigalaa Federaalaa Dooktar Geediyoon Ximootiyoos, Shaggar miidhagsuu fi paarkii Inxooxxootti hojiin dinqisisaan muuldhatan gara iddoowwan birattii akka babaldhataniif ashaaraa keenyaa ka’uuf yaaduun waada gallee jedhaniiru. Haaluma walfakkatuun hooggantonnii fi hojjeettonni mana…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/hooggantoonni-olaanoo-fi-giddugaleessa-mana-murtii-waliigalaa-fdri-maaddii-biyyaaf-miindaa-baatii-1-laachuuf-waada-galan/

Oromiyaatti sababa balaa loolaatin namoonni kumni 12 ol buqqa’aniiru
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti sababa balaa loolaatin baatii Adooleesarra eegalee namoonni kumni 12 ol buqqa’uusanii komishiniin Sodaa Balaa Oromiyaa beeksisera. Naanichatti roobni ganna roobu erga eegalee kaasee namoonni kumni 100 ol sababa loolaatiin miidhaaf saaxilamuu isaani ibsameera. Itti aanaan komishinii Sodaa balaa Oromiyaa komishinaar Garramuu Oliiqaa, yeroo adda addaatti balaa loolaa…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/oromiyaatti-sababa-balaa-loolaatin-namoonni-kumni-12-ol-buqqaaniiru/

Ityoophiyaanonni kumni 25 ol Sawuudii fi Emmireetoota Araba Gamtoomaniirra gara biyya isaanii deebi’uufi
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Rakkoo keessaatti kan argaman lammiileen Ityoophiyaa kumni 25 ol Sawuudii fi Emmireetoota Araba Gamtoomanirra gara biyya isaanii akka deebi’aan ibsame. Saa’ud Arabiyaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Abdullaziiz Ahimad, eeyyama jireenya seeraa qabeessa kan hin qabne Ityoophiyaannonni hedduun biyyattitti akka argaman ibsaniiru. Ta’uus lammiilee kanneen nageenyi isaanii eegame gara biyya isaanii akka…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ityoophiyaanonni-kumni-25-ol-sawuudii-fi-emmireetoota-araba-gamtoomaniirra-gara-biyya-isaanii-deebiuufi/

Naannoo Oromiyaatti Gabaasa Qorannoo Sa’aa 24 Darbeetiin Namoonni dabalata 134 Vaayrasii Koroonaan Qabamuu Ibsame
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Naannoo Oromiyaatti gabaasa qorannoo sa’aa 24 darbeetiin namoonni 134 vaayrasii koroonaan qabamuu ibsame. Naannichaatti sa’aa 24 darbeetiin qorannoo laabraatoorii namoota 4214 hojjetameen vaayrasichi namoota 134 irratti argamuu Biiroon Eeggumsa Fayyaa Oromiyaa beeksiseera. Oromiyaatti hanga guyyaa kanaatti lakkoofsi namoota vaayrasii koroonaan qabamanii 5588 ga’eera. Waliigala Lubbuun namoota 42 darbeera. Nammoonni…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/naannoo-oromiyaatti-gabaasa-qorannoo-saaa-24-darbeetiin-namoonni-dabalata-134-vaayrasii-koroonaan-qabamuu-ibsame/

Afrikaa Bahaatti godantoonni miiliyoonatti lakkaawwaman beelaafi nyaata hin madaalamneef saaxilamu ni danda’u -DhMG
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Afrikaa Bahaatti godantoonni miiliyoonatti lakkaawwaman beelaafi nyaata hin madaalamneef saaxilamu akka danda’an Dhaabbanni Mootummoota Gamtoomanii beeksiseera. Dhaabbanni Nyaataa Addunyaa akka ibsetti, godaantoonni miiliyoonaan lakkaawwaman deeggarsa midhaan nyaataa argachuuf dhaabbaticharratti hirkatoo ta’an beelaa hamaafi hanqina nyaata madaalamaf ni saxilaamu jedheera. Dhiibbaan vaayrasiin koroonaa diinagdeefi hawaasummaarraan gahe deeggarsa maallaqaa…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/afrikaa-bahaatti-godantoonni-miiliyoonatti-lakkaawwaman-beelaafi-nyaata-hin-madaalamneef-saaxilamu-ni-dandau-dhmg/

Mata duree ‘qaammee hanga qaammeetti ni qaqqabna’ jedhuun bara dhufu sosochiin nageenya daandii ni aademsifama-Ministeera Geejjiba
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Mata duree ‘qaammee hanga qaammeetti ni qaqqabna’ jedhuun bara 2013ttii sosochiin nageenya daandii akka gaggeeffamu Ministeerri Geejjiba beeksiseera. Ministirri minsteera Geejjibaa aadde Daagimaawwiit Mogas, sochichaa irratti hundaa’uun ibsa laataniiru. Sochichi waggicha gutuu kan gaggeeffamuu ta’uu ibsuun nageenya daandii eeguun lubbuu lammiilee balaarraa eeguu qabna jedhaniiru. Sosochichi qaammee 1 irraa…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/mata-duree-qaammee-hanga-qaammeetti-ni-qaqqabna-jedhuun-bara-dhufu-sosochiin-nageenya-daandii-ni-aademsifama-ministeera-geejjiba/

Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Federaalaa sababa hokkooraa ka’ee namoota miidhamaniif deeggarsa taasisan
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Miseensonni Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa Federaalaa godina Arsii Lixaatti rakkoo nageenyaa ajjeefamuu artist Haacaaluu Hundeessaan booda mudateen namoota miidhaan irra gaheef deeggarsa meeshaalee Birrii miiliyoona 18.7 olitti tilamaamamu taasisan. Deeggarsa meeshaalee kanneeni kan dhiyyeesan itti aantuun Afa Yaa’ii Mana Maree Bakka Bu’oota Ummataa FDRI aadde Shiittaayee Minaaleeti. Qaamoleen…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/miseensonni-mana-maree-bakka-buoota-ummataa-federaalaa-sababa-hokkooraa-kaee-namoota-miidhamaniif-deeggarsa-taasisan/

Ityoophiyaanota biyyaa alatti argama rakkoo keessa jiraaniif bakka jiraanitti deeggarsii taasifamafi jiraachuu ibsame
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanota biyyaa alatti argama rakkoo keessa jiraaniif bakka jiraanitti deeggarsii taasifamafi jiraachuu ibsame. Saa’ud Arabiyaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Abdullaziiz Ahimad, eeyyama jireenya seeraa qabeessa kan hin qabne Ityoophiyaannonni hedduun biyyattitti akka argaman ibsaniiru. Ta’uus lammiilee kanneen nageenyi isaanii eegamuuf mootumma Sawuudii waliin waloon hojjeecha jiraachuu ibsaniiru. Haaluma wal fakkatuun Emmireetoota…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ityoophiyaanonni-kumni-25-ol-sawuudii-fi-emmireetoota-araba-gamtoomaniirra-gara-biyya-isaanii-deebiuufi/
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Ityoophiyaanota biyyaa alatti argama rakkoo keessa jiraaniif bakka jiraanitti deeggarsii taasifamafi jiraachuu ibsame. Saa’ud Arabiyaatti ambaasaaddarri Ityoophiyaa Abdullaziiz Ahimad, eeyyama jireenya seeraa qabeessa kan hin qabne Ityoophiyaannonni hedduun biyyattitti akka argaman ibsaniiru. Ta’uus lammiilee kanneen nageenyi isaanii eegamuuf mootumma Sawuudii waliin waloon hojjeecha jiraachuu ibsaniiru. Haaluma wal fakkatuun Emmireetoota…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ityoophiyaanonni-kumni-25-ol-sawuudii-fi-emmireetoota-araba-gamtoomaniirra-gara-biyya-isaanii-deebiuufi/
Yuunivarsiitiin Jimmaa yeroo jalqabaatiif digrii proofeesarummaa dubartiif kenne
Finfinnee, Hagayya 21, 2012 (FBC) – Yuunivarsiitiin Jimmaa yeroo jalqabaatiif digrii proofeesarummaa dubartiif kenne. Yuunivarsiitii Jimmaatti proofeesarummaa kan argatan haadha ijoollee sadii Proofeesar Tsiggee Katamaa barnootni isaanii saayinsii Baayoomedkaaliin yoo ta’u, isaan waliin ogeessa yaala dhibee keessaa kan ta’an Dooktar Isaayyaas Kabbadas proofeesarummaa argataniiru. Sagantaan beekamtii proofeesarummaa kun yunivarsiitii Jimmaatti kan qophaa’eedha. Preezdaantiin yunivarsitichaa, Dooktar…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/yuunivarsiitiin-jimmaa-yeroo-jalqabaatiif-digrii-proofeesarummaa-dubartiif-kenne/

Ityoophiyaatti weerarri vaayrasii koroonaa saffisaan babal’achuu itti fufeera
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Gabaasa qorannaa sa’aa 24 kaleessa darbeetin namoonni dabalataa 1,186 vaayrasii koroonaatin qabamuun isaanii mirkanaa’era. Sa’aa 24 kaleeessa darbeen qorannaan laabraatoorii samuudaa 18,060 kan gaggeeffame yoo ta’u, namoota 1,186 irratti vaayrasichi argamuu Ministeerri Fayyaa beeksiseera. Kaleessa lakkoofsi namoota lubbuu isaanii dhabanii 20 yoo ta’an, waliigala lubbuu namoota 745…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/ityoophiyaatti-weerarri-vaayrasii-koroonaa-saffisaan-babalachuu-itti-fufeera/

Magaalaa Finfinneetti Manni Maree Nageenyaa hundaa’e
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) –Magaalaa Finfinneetti Manni Maree Nageenyaa hundaa’uu itti aantuu Kaantibaan magaalaa Finfinnee aadde Adaanach Abeebee beeksisan. Preezdaantiin Yuunvarsiitii Finfinnee Profeessar Xaasewu Waldehaannaan Preedaantii Mana Marichaa, Artiist Maqdas Tsaggaayee ammoo Itti aantuu Preezdaantii ta’uudhaan filatamaniiru. Aadde Adaanach,filatamtoonni kunneen dhimmi nageenya magaalaa Finfinnee nu ilaallata jechuudhaan jiraattota magaalichaa waliin hiriiruu isaaniif…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/magaalaa-finfinneetti-manni-maree-nageenyaa-hundaae/

Hoggantoonni olaanoon Ministeera Fayyaa dhaabbilee Fayyaa Kaaba Shawaa daawwatan
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Hoggantoonni olaanoon Ministeera Fayyaa kenniinsa tajaajila yaala idilee fi vaayrasii koroonaa dhaabbilee Fayyaa Kaaba Shawaa daawwataniiru. Jilli Ministirri Ministeera Fayyaa FDRI Dooktar Liyaa Taaddasaan durfamu Buufata Fayyaa Hambisoo, Koolleejjii Saayinsii Fayyaa Yuunvarsiitii Salaalee, Hospitaala waliigalaa Fiichee fi giddugala yaala vaayrasii koroonaa Hospitaala Muka xurrii daawwateera. Koolleejjii Saayinsii…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/hoggantoonni-olaanoon-ministeera-fayyaa-dhaabbilee-fayyaa-kaaba-shawaa-daawwatan/

Imalli Badhaadhinaa hoggantoota ga’umsa qaban horachuudha –MM FDRI Dooktar Abiy
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) –Imalli Badhaadhina hooggantoota ga’umsa qaban horachuudha jedhan Muummeen Ministiraa FDRI Dooktar Abiy Ahimad. Dooktar Abiy, imalli badhaadhinaa keenya jijjiirama hiika qabu biyya keenyaaf fiduu bira darbee hoggantoota ga’umsa qaban horachuuf dhimmee hojjeta jedhan Fuula Feesbuukii isaaniin. Hoggantoonni akka joobiraa isa fagoo ilaalan, kaayyoosaanii ijoorraa utuu hinmaqiin galmasaanii irratti…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/imalli-badhaadhinaa-hoggantoota-gaumsa-qaban-horachuudha-mm-fdri-dooktar-abiy/

Muummeen Ministiraa Jaappaan Shiinzoo Abbeen aangoo gadi dhiisuufi jedhame
Finfinnee, Hagayya 22, 2012 (FBC) – Muummeen Ministiraa Jaappaan rakkoo fayyaa isaan qunnameen aangoo gadi dhiisuuf akka jedhan dubbatame. Shiinzoo Abbeen hojii mootummaa isaaniitti gufuu ta’uurra aangoo gadi dhiisuu filachuu isaanii maddeen oduu biyyattii gabaasaniiru. Haalli Fayyaa Muummeen Minitiraachaa yeroo gara yerootti yaaddeessaa ta’aa dhufuu himameera. Aangoon isaanii bara Faranjootaa 2021 kan…
https://www.fanabc.com/afaanoromoo/muummeen-ministiraa-jaappaan-shiinzoo-abbeen-aangoo-gadi-dhiisuufi-jedhame/