Istaandaardii Manneen Barnootaa Fooyyessuuf Haa Hojjannu.
Yeroo Ammaa Kana Imaammatni Barnoota Haaraa Akka biyyaatti Hojiirra Ooluuf Sochiiwwan Adda Addaa Raawwatamaa Jira.
IMAAMMATA BARNOOTA HAARAA (NEW EDUCATION POLICY) Kana hojiitti hiikuuf istaandardiin manneen barnootaa dhimma dursi kennamuufiidha.
Qulqullina barnootaa mirkaneessuu keessatti dhaabbilee barnootaa hojii baruu-barsiisuutiif mijaawaa ta’an sadarkaa sadarkaan jiraachuun baay’ee murteessaadha.
Kanaaf,manneen barnoota tajaajila hojii barnootaaf oolan sadarkaa jiranutti istaandaardii iddoo isaaniif barbaachisu guutanii argamuun isaanii iddoo olaanaa qaba.
Haata’u malee, madaallii ani qabuun akka aanaa Ammayyaatti manneen barnootaa sadarkaan jiran MB yeroo ammaa hojii baruu-barsiisuu keessatti gaaggeessaa jirru dhimmoota ijoo ta’an irratti istaandaardii taa’een gadi waan ta’aniif bu’aa barachuu barattootaa foyyeessuun qulqullina barnootaa mirkaneessuuf gufuu guddaadha.
Keessattuu, manneen barnootaa baadiyyaa hedduun isaanii akka mana barnootaatti lakkaa’amuu waan hin dandeenyeef carraa jiru hundatti fayyadamuun sadarkaa isaanii foyyeessuun filannoo utuu hin taane dirqama hunda keenyaa ta’a.
Haaluma kanaan, Istaandaardii Manneen barnoota aanaa keenyaa gara barbaadamutti fooyyessuuf toora xiyyeeffannoo keenyaa sirriitti adda baasuun karaa qindaa’ee fi karoora of danda’een hoogganamee jijjiirama fiduu akka dandeenyuuf tarsiimoon masakamnee karaa salphaa ta’een hojiitti hiikuun jijjiiramaa fiduuf hojjachuu qabna.
DHIMMOOTA XIYYEEFFANNOO
• Hooggansi Barnootaa humna raawwachiisummaa ofii cimsachuu, walitti dhufeenya manneen barnootaa fi hawaasa barnootaa cimsuu, hojiiwwan karaa salphaan raawwatamuu danda’an m.barnootaa gara istaandardiitti siiqsuun bu’aa barachuu barattootaa irratti jijjiirama barbaadamu fiduuf carraaquu.
• Gamoowwan,Faasiliitiiwwaniifi Meeshaalee Deeggarsa Barnootaa guuttachuu;
• Karooraan hogganamuu,
• Leecalloo faayinaansii barnootaa guuttachuu;
• Nageenya MB mirkaneessuu;
• Mul'ata, ergamaa fi sonawwan waliinii qabaachuu;
• Karoora FMB haala hirmaachisaa ta’een qopheessuu
Barnoonni barsiisaan barsiisu mala barattoota GG kan godhateen barsiisuu isaanii hordofaa deemuu,
• Qabiyyeen barnootaa haala kaalaandariin xumuramuu hordofuu.
• Karoorsuu,Hordofuu,Madaaluu,Duub-deebii kennuufi fooyyeessaa deemuu ;
• Barattootni sirnaan madaalamuufi duub-deebii barbaachisaa ta’e argachuu isaanii mirkaneeffachuu.
• Hooggansi MB I/G gurmaa’inoota adda addaa karoora yeroon baafachuun yeroon hojiitti hiikuu isaanii hordofuu;
• MB sirna itti fayyadama maallaqaa fi qabeenyaa diriirsuun iftoomina uumuun kiraasassabdummaa barnoota keessaa balleessuu fi ga'umsa itti fayyadama maallaqaa mirkaneessuun baasii xiqqaan hojii guddaa hojjachuuf dhama'uu qabna.
Dhimmi Barnootaa DHIMMA nama hundaati.
Hawaasni Barnootaa Aanaa Ammayyaa hundi barattoota 40,000 ol jiraachisuuf hojjachaa jirra waan ta'eef, ennaa inni tokko dhimma barnootaaf socho'u osoo danqaa hin ta'iin dhaabbannee ilaaluu dhiifnee jijjiirama fiduuf haa hojjannuun dhaamsa kooti.
Karaa siif danda'ame hundumaan,bakka
siif danda'ame hundumaatti,namoota
dandeessu hundumaaf, hamma siif danda'ame hundumaan,waan gaarii siif danda'amu hundumaa hojjedhuuf!"
Gaarii ta'uu fi gaarii yaaduun gaariin akka siif godhamuuf haala mijeessa!
Akkuma Oromiyaa fi Uummata Oromoo Aanaan Ammayyaa Bal'oo fi baayyeedha,waan hunda qabeenya maallaqaas haa ta'uu humna namaa Ammayyi gahaa qabdi;gurmeessuu qofatu nu hafa; waan ta'eef stake holderoonni barnootaa jabaannee bara 2014 haa hojjannu.
Waajjira Barnoota Aanaa Ammayyaa Fulbaana 08/2014

Forwarded from Refera Gutu
Ijaarsa Mana Barumsa Bu'uura Boruu Aanaa Ammayyaa Magaala Gindoo Naannaawaa Caffee Gindootti Haala Gaariin Calqabamee Jira.
Forwarded from Refera Gutu
Ittiin Bulmaata M.Barnootaa.docx
215.4 KB
Forwarded from Gebremichael Abomsa
WEEKLY PERIOD ALLOTMENT FOR GRADES 1-8.doc
116 KB
Forwarded from Diriba Deresa
Waajjira Barnootaa Aanaalee Godina keenyaaf
Akkam jirtu?
##Galmee Barattootaa fi Ijaarsa Bu'ura Boruu;
~Hooggansummaan keenya Raawwii keenya walcaalchisee jira. Aanaaleen Supparvaayizaroota, daarikterootaa fi barsiisota isaanii qixaan hojiitti galchan Galmee barattootaa Sadarkaa xumuraa irra gahanii jiru. Aanaaleen faallaa kanaan duubatti harkifachuun rakkoo keessa jiranis jiru. Fknf.Qarsaa Maallimaa fi Wanci. Aanaaleen biroos hanga karoora keessan hin xumurretti gatii hin qabu.
Kanaafuu Guyyaa boruu(19/01/2014) kaasee hanga Jimaataatti(21/01/2014) Supparvaayizarri, Daarikteerri, barsiisaan bakka barattoonni harca'anii osoo hin galmaa'iin hafanitti duulanii galmeessuu qabu. Hooggansi galmee barattootaa harcaase itti fufuu hin danda'u.kun dhugaadha. Jimaata sa'aa 11:00tti Aanaan galmee Sadarkaa barbaadamuun hin geenye, hojii barnootaa Hoogganuu waan hin dandeenyeef ' resin' gochuu qaba. Supparvaayizarri, Daarikteerri Galmee barattootaa hin milkeessine omaafuu hin fayyadu.hin barbaachisu. Wiirtuun Bachoo fi Walisoo kana irratti waliif gallee jirra.
Qabxiin biraa Xumura Ijaarsa Bu'ura Boruuti. Aanaan hojii kanaan ajaa'iba hojjechaa jiru akkuma jiru, kan hanqina qabanis jiru. Karoorri Bu'ura boruus torbee kana keessa xumuramuu qaba. Aanaaleen baay'een xumuranii jiru.kana booda xumura isaa irratti xiyyeeffachuu qabdu. Hojiin Kunis jiraachuu keenya Murteessa.
Qabxiin sadaffaan xiyyeeffannoo barbaadu galmee fi jalqabbii barnoota ga'eessotaati.kunis ammaa kaasee hojii barnootaa Idilee Wajjin walitti hidhuun deemuu barbaachisa. Hojii idileen adda baasuun hin danda'amu.Kanaafuu itti xiyyeeffadhaa Hoogganaa.
Qabxiin murteessaan biraa waa'ee deeddeebii Hooggansaa fi barsiisotaati.namni kamuu deddeebiin hojjechuu hin danda'u. Mana jireenya barsiisotaa hirmaannaa ummataan ijaarratanii itti galuun kan abbaati.kunis dirqama.
25/01/2014 Gamaggama hojii Kurmaana 1ffaa fi Kallattii hojii baru barsiisuu 2014 Sadarkaa Godinaatti gaggeeffama.
Qaama hirmaatu: I/G Waajjira Barnootaa Galmee barattootaa xumure qofa.
Xumura
Torbee kana guyyaa boruu kaasee hanga Jimaataatti Garee fi Gooxii qooddattanii achi galuu. Sababeeffannan kamuu fudhatama hin qabu.

Barattoota kutaa 8ffaa Aanaa Ammayyaa Bara 2013 Qormaata fudhatan keessaa kanneen qabxii darbiinsaa argatan dhiira 998 dub 645 walitti 1643 yammuu ta'an karoorri galmee keenyaa kutaa 9ffaa kanatti dhiyaata.

Ijaarsi bu'uura boruu 2ffaan magaalaa gindootti ijaaramaa jiru as irra gahee jira
Forwarded from Diriba Deresa
Akkam jirtu?
Yaadachiisa.
~Ijaarsi bu'ura boruu fi Galmeen barattootaa Fulbaana 30/2014 akka xumuramuu ni beektu. Haata'uu malee Tolee, S/Sooddoo, Q/Maallimaa, S/Daaccii fi Iluun Bu'ura Boruu hin xumurre.Wixataa fi Kipxata keessa ijaarsa isaa yoo eegaluu baattan Waltajjii gamaggamaatti hirmaachuu hin dandeessan.
~Galmee barattootaa ilaalchisee Aanaalee Raawwiin keessan harkifataa ta'ee fi Caasaa barnootaa duula mana manaatti boobbaasuu dadhabdanii, waa'ee ol ka'uu karooraa odeessitan, osoo Hooggansaa fi barsiisaa keessan qixaan hooggantanii duula mana manaatti bobbaaftanii isiniif wayya.
Taajjabbii!
Jimaata(21/01/2014) mana barnootaa 5 ilaaleen ture.shanan isaaniiyyuu duula Mana manaa barsiisaa isaanii hin bobbaafne. Sa'aa 5:30 hanga 6:30 Mana barnootaa lama seeneen Waardiyyaallee keessaa dhabe.
Kanaafuu Aanaan barsiisaa bobbaasee Raawwii galmee isaa fooyyessuu hin dandeenyes Gamaggama irratti hin hirmaatu.
Waliigala Milkaa'innis kufaatinis lachuu harka keessan jira. Kan Caasaa isaa qixaan hojiitti galche, milkaa'ee jira.kan Caasaa isaa Hoogganuu hin dandeenye sababa shantama tarreessa. Maalumaafuu raawwiin keessan boruu isin Murteessa.
Fayyaa ta'aa!!

Forwarded from Deleted Account
Nagaa jirtuu duubdeebii galmee barataa hanga guyyaa hardhatti irra jirru ilaaluun qooda fudhattootni hundi tumsa akka nuuf gootan adaraa jenna lammii baratetu lammiif qoricha waan ta'eef qaamni carraa argannee dubbifne hundi ijoollee garamana baruumsaatti erguuf tumsa akka nuuf gootan kabajaan isin gaafachaa sadarkaan manneen barnootaa
%60 gadi warri jiran
1 jibaatii 50.9
2 sadarkaa 2ffaa dalledaak 31
3Qacama 57
4 Abuyyee 55
5 Sadarkaa 2ffaa qotaa 56
%60--70
1. Dugda dheeraa 63.3
2. A/Randaa 63.6
3 Arba suubboo 67.97
4.Bolaa Gaattiraa 67.4
5.Hudaada 10 69.67
%70---80
1. Roggee 70.4
2. dhankaaka 71.3
3. Beeroo 71.3
4.Abbaadhoo 71.6
5.Guultii 72.1
6.Dirree 74.6
7.sadar. 2ffaa gindoo 76
8.Baroo 76.5
9.marii 79.9
10.A/Lixaa 77.5
11.dalledask 72
12. Muunyoo70.8
13.shonkee 80
14.A/Baabboo
15.Harroojjii 77.8
16.Bino 79.3
17.Arbasadeen 70.6
18.Gurraa 74.4
19.Hud. 9 78.1
20.cahaa 78.6
%80----90
1.Ilaala 80.8
2.Jaftii 87.9
3.Doobbii 83.4
4.Ammayya 82
5.Gilimar 80.1
6.Kaabbaa 81.13
7.A/Bahaa 82.3
8.Birbirsa 81
9.Gomboree 86.6
10.Saqalaa84.95
11.Agamtee 82
12.Kuraa bolaa 84.7
13.Qarsaa 83.1
14. Bareeda 86.3
15. Murii 88.5
16.Hudaada 2 81.9
%90-----100
1.Yaayyaa 96.8
2.Qasee 92
3.koonnoo 90
4. Nadhii 97
5. Beerree 91
6.Tsige 92.9
7.Hudaada3 83.9
8.mokkoo 90
%100fi 0l kan xuumuuran
1 xiroo
2 Ajjaamoo
3. Qalxayii Qoraattiib
4. Bolaa mana jabaa
5. Goljaa
%60 gadi warri jiran
1 jibaatii 50.9
2 sadarkaa 2ffaa dalledaak 31
3Qacama 57
4 Abuyyee 55
5 Sadarkaa 2ffaa qotaa 56
%60--70
1. Dugda dheeraa 63.3
2. A/Randaa 63.6
3 Arba suubboo 67.97
4.Bolaa Gaattiraa 67.4
5.Hudaada 10 69.67
%70---80
1. Roggee 70.4
2. dhankaaka 71.3
3. Beeroo 71.3
4.Abbaadhoo 71.6
5.Guultii 72.1
6.Dirree 74.6
7.sadar. 2ffaa gindoo 76
8.Baroo 76.5
9.marii 79.9
10.A/Lixaa 77.5
11.dalledask 72
12. Muunyoo70.8
13.shonkee 80
14.A/Baabboo
15.Harroojjii 77.8
16.Bino 79.3
17.Arbasadeen 70.6
18.Gurraa 74.4
19.Hud. 9 78.1
20.cahaa 78.6
%80----90
1.Ilaala 80.8
2.Jaftii 87.9
3.Doobbii 83.4
4.Ammayya 82
5.Gilimar 80.1
6.Kaabbaa 81.13
7.A/Bahaa 82.3
8.Birbirsa 81
9.Gomboree 86.6
10.Saqalaa84.95
11.Agamtee 82
12.Kuraa bolaa 84.7
13.Qarsaa 83.1
14. Bareeda 86.3
15. Murii 88.5
16.Hudaada 2 81.9
%90-----100
1.Yaayyaa 96.8
2.Qasee 92
3.koonnoo 90
4. Nadhii 97
5. Beerree 91
6.Tsige 92.9
7.Hudaada3 83.9
8.mokkoo 90
%100fi 0l kan xuumuuran
1 xiroo
2 Ajjaamoo
3. Qalxayii Qoraattiib
4. Bolaa mana jabaa
5. Goljaa