WANTOOTA ABJUU DHALOOTAA AJJEESAN!
▬▬▬▬▬▬▬▬
1) Abdii kutannaa: Namni abdii kutate har'a qofatu itti mul'ata; fuuldurri isaa dukkana. Kanaafuu egereen kee borii akka hin dukkanoofneef abdii kutachuun barbaachisaa miti. Dhaloota abdiidhan jiraatu haa taanu.
2) Gabaabsanii yaaduu: Egeree ofii gabaabsanii yaaduun doofummatti nama gata. Daandii nu milkeessuu fi nu kuffisuu danda'u sirriitti kan nuti adda baafannu; fageessinee yeroo yaadnudha. Kanaafuu dhaloota fageessee yaadu haa taanu.
3) Sirna Addunyaa fi imala karaa addunyaa adda baafachuu dhabu: Sirnootni addunyaa kana keessa jiran kan nama fayyadan akkuma jiran faallaa isaa immoo kan baay'ee nama miidhanis sirriitti jiru. Kanneen kana adda hin baafannu yoo ta'e abjuun keenya kufuuf lakkoofsa tokko irra jira. Abjuu keenyaa fi kaayyoo keenya milkeessuuf sirnootni addunyaa kana keessa jiru adda baafachuun barbaachisaadha.
4) Jijjiiramaaf qaama biroo eeguu: Jijjiiramaaf qaama biroo eegna yoo ta'e hirkattummaa jalatti kufna; abjuu keenyatu maseena. Kanaafuu abjuun keenya akka hin maseenneef jijjiiramaaf hojjechuun barbaachisaadha. Dhaloonni qubee dhaloota jijjiirama fidu malee dhaloota jijjiiramaaf qaama biroo irraa eegu miti.
5) Yeroo ofii seeraan fayyadamuu dhabuu: Abjuu keenya milkeessuu keessatti yeroon nuti qabnu baay'ee murteessadha. Yeroon warqeedha. Itti fayyadamnaan boollaa nama baasa; itti hin fayyadamnu yoo ta'e garuu bool'a nama buusa. Yeroo duukaa fiiguun galma keenya qaqqabuuf hojjechuun abjuu keenya milkeessuu keessatti ga'ee ol aanaa qaba.
6) Of tuffachuu: Dhalli namaa beekaas haa ta'u wallaalaa karoora mataa isaa ni qabaata. Akkasuma haa guddatu, haa xiqqaatu abjuu mataa isaa ni qabaata. Yeroo kallattii garagaraatiin teenyee yaadnu wantoonni haamilee nu buusanii abjuu keenya doomsan jiraachuu malu. Nuti garuu abjuu qabanne galmaan gahuuf hojii tokko keessatti of tuffachuun hin barbaachisu.
7) Hiyyummaa kunuunsuu: Abjuu ofii kunuunsuu keessatti hiyyummaa kunuunsuun hin barbaachisu.
💓💓💓💓💓💓💓💓💓
@visiontodo

👍2
ⒿⒺⒸⒽⓄⓄⓉⒶ ⒷⒺⒺⓀⓉⓄⓉⒶⒶ
➴➴➴➴➴➴➴➴➴➴
—Kadhataan filataa ta’uu hin danda’u.
—Hiriyaan dhugaa hiriyaa gaafa rakkooti
—Namni mana daawwitii keessa taa’u dhagaa namatti
darbachuu hin qabu.
—Hanga yaaltee argitutti beekuukee hin beektu.
—Yeroo kofaltu adduunyaatu siduukaa kolfa. Yeroo boossu
garuu qofaakee boossa.
—Utaaluukee dura hubadhu.
—Namni hin balleessine nama hojii hin hojjennedha.
—Seera uumamaa irraa kan hafe biyya lafaa irraa kan hin
jijjiiramne hin jiru.
—Kan dagalee tokko nama hin gargaarre manakee jabeessii
ijaarradhu namaan jedha.
—Beekaa jechuun nama wallaalummaasaa beekudha.
—Baayi’ee dubbachuurra baayi’ee dhaggeeffachuun bu’aa
qaba.
—Guyyaa tokko odeessuurra sa’atii tokko hojjechuutu
faayidaa qaba.
—Of jaallattuun of hin beektu.
—Furtuun warqeerraa hojjetame waan hundaa bana. (Jecha
Amaaraa)
—Sareen mana ishee biratti dutti (Jecha Oromoo)
—Nama tokko eenyummaa isaa beekuu yoo barbaadde
galfata itti kennii ilaali (jecha Yuugozlaaviyaa)
—Yoo hiriyaakee natti agarsiifte eenyummaakeen sitti hima
(jecha Xaaliyaanii)
—Sareen halaalaan iyyitu nama hin ciniintu (Jecha
Jarmanootaa)
—Adurreen Adurreedha kan jedhamtu hantuuta qabachuu
irratti dandeettii qabduunidha. (Jecha Chaayinotaa)
—Ol kaattus gadi kaattus duuti allaattii lafuma (Jecha
Oromoo)
—Mirgaan yaabbattus bitaan yaabbattus walga’iin
kooraadhuma. (Jecha Oromoo)
__Jecha yeroo tokko afaani bahe fardaa afuriin ari'ani hinqaqqaban.( Jecha Jaappanota)
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

❤3👍1
Forwarded from Michuu Galaan Offical
Forwarded from MIJUU SAMMUU
Nagaan koottuu qalamnikee haa mirgisu!
COMING SOON MIILIIKOO
✔️Machii(Michuu²²)
Barreessan: Miliyoon Caalaa
Dubbisuun itti fufa........
@Mijuu_sammuu
COMING SOON MIILIIKOO
Waan dhaban dhabuu caalaa waan qaban dhabuutu, iccitii waan dhaban ittiin argatan dhabuuti. Akka sabaattis, akka sababaattis, sabni tokkummaa hin qabne nagaa fiduus, fichisiisuus hin danda'u. Nagaan filannoo hin qabu; yoo nagaa fi nagaa ta'een alatti. Akkuma Oromoon, ''Warra wal nyaatu jidduudhaa waa nyaatu" jedhu sana karaa fi karra ofii ofiin diinaf baneen waan dhabe dhabee argachuuf, aarsaa daangeeffama dhabe kaffalaa jiraachaa jira. Kanaaf, iccitii guddaan tokkummaa beekuu caalaa, tokkummaa dhabuudha. Kitaabni kunis, gumbii iccitii Oromoon waan dhabe ittiin argatu kan akeekuudha. Dhukaa fi dhama waan qabduuf dhandhamadhaa
✔️Machii(Michuu²²)
Barreessan: Miliyoon Caalaa
Dubbisuun itti fufa........
@Mijuu_sammuu
©Dubbii warra sadii akka sadiin fixan.
1 Dubbii warra gowwaa sossobaan fixan.
2 Dubbii warra hayyuu dhugaa itti himuun fixan.
3 Dubbii warra lugnaa sodaachisaan fixan
👉Kitaabilee eenyuu barbaadduu? 🔗 gadii tuquun barreessuu ni dandeessu.

Forwarded from Quality Button Creator - Banner Creator
ARSENAL MOO CRYSTAL PALACE MO'ATA?
Tilmaama sirrii namni kaa'e badhaasaa Kaardii abbaa 100 qaba. Tilmaamuuf chaanalii gadii #Join godhi.👇👇👇👇👇👇