Forwarded from Quality Button
እንደዚ አይነት ምርጥ☝️ WALLPAPER ለማግኘት ይሄን ቻናል JOIN በሉ 👇 ADD YOUR ..... @YENATU_LEG
Baay'een keenya, ni baranne malee
hin hubanne; ni qoramne malee, hin qaramne. Kanatuu ‛#dheedhii’
nu taasise.
Namni baayyeen jireenya mataa isaa dhiisee, waa’ee jireenya namaa cinqamaa oola
Namoonni waa sadii keessaa waa tokkoof si jibbu. Tokkoffaan, uumamaan namoonni addunyaan keessoo isaanii dukkanaa'e si jaallachuu hin danda'an. Namoonni bilchinni miiraa isaanii gad aanaa ta'e keessoo dukkana'aa keessa jiraatu. Addunyaan keessa kee dukkanoofnaan ifa arguu tasuma hin dandeessu. Namoonni akkanaa ifa ati addunyaa irratti ibsaa jirtu arguu waan hin dandeenyeef, dukkana kee xiqqoo irratti xiyyeeffatu. Gaarummaa kee sagaltamii sagal arguuf ga'umsa waan hin qabneef, mudaa kee tokkittii ilaalu. Isheetti quba qabu.
Lammaffaa, namoonni tokko tokko bakka ofii ga'uuf yaalanii dadhaban gaafa ati geessu akka waan ati galma isaanii isaan saamteetti itti dhaga'ama. Abjuu isaan abjootanii bira qaqqabuu dadhabanitti gaafa milkooftu miirri gaariin itti hin dhaga'amu. Diinota kee ta'uu filatu. Kana irraa kan ka'e humna qaban hundaan ol ka'insa irra jirtu irraa gad si buusuuf asii ol dhagaa sitti darbatu. Hamilee kee cabsanii deemsa kee daangessuuf karaa isaaniif danda'ame hunda deemu. Ani garuu nan jedhaa, yaa obbolee koo, namoota akkanaatti gad hin bu'iin. Jireenya kee keessatti namoota akkanaaf deebii deebisuuf jettee ol ka'insa kee irraa gad hin bu'iin. Gad buutee isaanii waliin taphachuu gaafa eegalte mo'amteetta jechuudha.
Sadaffaa immoo, namoonni tokko tokko uumamumaan hinaaftota waan ta'aniif si jibbu. Si jibbu garuu jibba si jibbaniif sababa hin qaban.
Yaa ilma koo! Namoota si jibban keessaa hedduun hamma isaaniif danda'ametti jibba isaanii baasanii hin mul'isan. Gaafa ati waan gaarii hojjette galatoomi jedhanii kan hin beekne gaafa mudaa kee argan garuu saffisa ifaan maqaa kee balleessu. Namoonni akkanaa balaafamoodha. Kan garaa garaa kaa'atanii ilkaaniin si sobu; keessi isaanii ibidda hinaaffaan gubachaa fuula ifaan si gowwoomsu.
Nama Jaalatamaa Eebbisaa Baay'isaa...
#Namni mul'ata hin qabne
mul'ata keetifis gufuudha!

Addunyaa sirraa maal eegdi?
Addunyaa uumamteef, gatii kennaa jirta moo gatii kee awwaalaa jirta? Yoom dhalatta? Guyyaa dhaloota kee kaawwatteettaa?
Akka dhalattee lafa jirtu nan arga. Dhalachuun dhalachuu jijiiramaafi milkaa’inaa miti. Ofitti amanamummaa ati waa'ee jireenya keetiif qabdu, dhugaa eenyummaa kee uumuuf humna qaba. Har'a dhalattee lafarraa jiraatteef, dhaladhee ra yoo jette sun deebii egaalee hirkataa ta'a. Deebii guutuu ta’uu kan danda’u waan dhalateef raawwattee, bu'aa fi bu’uura jijiirama dhalootaa taatee yoo darbite, dhuguma dhalatteetta. Waan dhalatteefis, qarree fiixaan ba'iinsaa taateetta.
Yoo hanga ammayyuu abjuu kee hin arganne, maaltu sitti dhaga'amnaan jireenya hawwita? Jireenyi abjuu fi kaayyoo malee jireenya miti, fakkeessummaa jireenyaati malee. Fira ko, na hubattaa laata? Abjuu kee barbaaddadhu, addunyaan nama of dagataafi of gataaf gatii yeroo laattu hin qabdu. Gatiin kee Harkuma kee jira.
Addunyaan kun namoota miira sodaatiin guutaman hedduu qabdi. Warreen yaada jijjiiramaafi milkaa’inaa uumanii, naatoo fi simboo isheef ta'an immoo muraasa qofaa qabdi. Garuu dhiibbaa guddaa uumuus warreen danda’anis isaanumadha. Addunyaan dhiibbaa Qajeelaa akka ati uumtu, malee kufaatii sodaattee, holqa maddiifi bakkisaa hin beekamne keessa akka dhokattu hin feetu. Bakka dhokattee jirtuu, gara addunyaatti bahuuf, jalqaba eenyu akka taate of iyyaaffadhu.
Waan addunyaan sirraa barbaaddu beeki; gatii Dhugaa isheef kennii darbi. Yoos gatiin kee gatii isa guddaa fi yoomiyyuu kan hin dagatamne ta'a. Ofii keef hiika kenni. Wantootaaf hiika gad-fagoo barbaaduurra, ofiif hiika sirriifi bakka si kaawwadhu.
Iyyaafannoo jireenyaa itti fufi. Waan barbaaddu cufa ni argatta. Addunyaan sammuu kee keessa jirti. Sammuu namaa keessa jiraachuuf, hoj-manee qixa sirriin hojjedhuu fiixaan baasi.
Gatii kee qaalomsadhu. Bor of hin komatin.
Na qunnamuuf
👇👇👇👇🌹
👇👇👇👇👇
@dugo6436

Jechoota(Quote) Jajjaboo Billy Girham Kudha Lamaan.
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@Visiontodo
1. "Qabeenyi yeroo badu wanti badu hin jiru; fayyaan yeroo badu wanta xiqqootu bada; amalli yeroo badu hunduu ni bada."
2. "Manni koo Waaqa keessa jira. Karaa Addunyaa kanaan gara isaa dhaqa.
3. "Ija jabinni namootatti daddarba. Namni jabaa tokko yeroo ejjennoo fudhatu yeroo baayyee lafeen dugdaa namoota biroo ni jabaata."
4. "Jaalala dhugaa malee wanti miira nageenyaa dhugaa gara manaatti fiduu danda'u hin jiru."
5. "Imimmaan ofiif dhangala'u imimmaan dadhabbiiti, imimmaan namootaaf dhangala'u garuu mallattoo jabinaati."
6. "Mucaan warra isaaf kabaja dhabuun hayyamameef kabaja dhugaa eenyuufuu hin qabaatu."
7. "Jireenyi waggaa dheeraa yeroo kennamu umuriin dulloomuun waanuma jiruudha, ayyaanaan dulloomuun garuu filannoodha."
8. "Jechi 'jaalalaa' jedhu akka galmeen jechootaa jedhutti gammachuu, gammachuu, fi waan garmalee dhugaa ta'e jechuudha jedha. Ta'us Jaalalli umurii guutuu turuu qaba."
9. "Nama biraa sababii sanyii ykn sabaan ofirraa gadi ta'ee ilaaluun cubbuu natti fakkaata, wanti guddaan gochuu qabdu Waaqayyo jaalala isaaniif akka siif kennu kadhachuudha jedheen yaada, anis nan godha."
10. "Kristaana ta'uun battalumatti jijjiiramuu qofa osoo hin taane - adeemsa guyyaa guyyaa itti guddachuun caalaatti Kiristoos fakkaachuudha."
11. "Fuula macaafa qulqulluu isa dhumaa dubbiseera. Hundi isaa gaarii ta'uuf jira."
12. "Yeroo dhihootti jireenyi koo akka xumuramu nan beeka. Waaqayyoon nan galateeffadha, kanaafis, jireenya kana keessattis waan inni naaf kenne hundumaaf...Garuu waaqaa hawwiidhaan eeggadha."
❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️❤️
@Visiontodo
WANTOOTA ABJUU DHALOOTAA AJJEESAN!
▬▬▬▬▬▬▬▬
1) Abdii kutannaa: Namni abdii kutate har'a qofatu itti mul'ata; fuuldurri isaa dukkana. Kanaafuu egereen kee borii akka hin dukkanoofneef abdii kutachuun barbaachisaa miti. Dhaloota abdiidhan jiraatu haa taanu.
2) Gabaabsanii yaaduu: Egeree ofii gabaabsanii yaaduun doofummatti nama gata. Daandii nu milkeessuu fi nu kuffisuu danda'u sirriitti kan nuti adda baafannu; fageessinee yeroo yaadnudha. Kanaafuu dhaloota fageessee yaadu haa taanu.
3) Sirna Addunyaa fi imala karaa addunyaa adda baafachuu dhabu: Sirnootni addunyaa kana keessa jiran kan nama fayyadan akkuma jiran faallaa isaa immoo kan baay'ee nama miidhanis sirriitti jiru. Kanneen kana adda hin baafannu yoo ta'e abjuun keenya kufuuf lakkoofsa tokko irra jira. Abjuu keenyaa fi kaayyoo keenya milkeessuuf sirnootni addunyaa kana keessa jiru adda baafachuun barbaachisaadha.
4) Jijjiiramaaf qaama biroo eeguu: Jijjiiramaaf qaama biroo eegna yoo ta'e hirkattummaa jalatti kufna; abjuu keenyatu maseena. Kanaafuu abjuun keenya akka hin maseenneef jijjiiramaaf hojjechuun barbaachisaadha. Dhaloonni qubee dhaloota jijjiirama fidu malee dhaloota jijjiiramaaf qaama biroo irraa eegu miti.
5) Yeroo ofii seeraan fayyadamuu dhabuu: Abjuu keenya milkeessuu keessatti yeroon nuti qabnu baay'ee murteessadha. Yeroon warqeedha. Itti fayyadamnaan boollaa nama baasa; itti hin fayyadamnu yoo ta'e garuu bool'a nama buusa. Yeroo duukaa fiiguun galma keenya qaqqabuuf hojjechuun abjuu keenya milkeessuu keessatti ga'ee ol aanaa qaba.
6) Of tuffachuu: Dhalli namaa beekaas haa ta'u wallaalaa karoora mataa isaa ni qabaata. Akkasuma haa guddatu, haa xiqqaatu abjuu mataa isaa ni qabaata. Yeroo kallattii garagaraatiin teenyee yaadnu wantoonni haamilee nu buusanii abjuu keenya doomsan jiraachuu malu. Nuti garuu abjuu qabanne galmaan gahuuf hojii tokko keessatti of tuffachuun hin barbaachisu.
7) Hiyyummaa kunuunsuu: Abjuu ofii kunuunsuu keessatti hiyyummaa kunuunsuun hin barbaachisu.
💓💓💓💓💓💓💓💓💓
@visiontodo

👍2
ⒿⒺⒸⒽⓄⓄⓉⒶ ⒷⒺⒺⓀⓉⓄⓉⒶⒶ
➴➴➴➴➴➴➴➴➴➴
—Kadhataan filataa ta’uu hin danda’u.
—Hiriyaan dhugaa hiriyaa gaafa rakkooti
—Namni mana daawwitii keessa taa’u dhagaa namatti
darbachuu hin qabu.
—Hanga yaaltee argitutti beekuukee hin beektu.
—Yeroo kofaltu adduunyaatu siduukaa kolfa. Yeroo boossu
garuu qofaakee boossa.
—Utaaluukee dura hubadhu.
—Namni hin balleessine nama hojii hin hojjennedha.
—Seera uumamaa irraa kan hafe biyya lafaa irraa kan hin
jijjiiramne hin jiru.
—Kan dagalee tokko nama hin gargaarre manakee jabeessii
ijaarradhu namaan jedha.
—Beekaa jechuun nama wallaalummaasaa beekudha.
—Baayi’ee dubbachuurra baayi’ee dhaggeeffachuun bu’aa
qaba.
—Guyyaa tokko odeessuurra sa’atii tokko hojjechuutu
faayidaa qaba.
—Of jaallattuun of hin beektu.
—Furtuun warqeerraa hojjetame waan hundaa bana. (Jecha
Amaaraa)
—Sareen mana ishee biratti dutti (Jecha Oromoo)
—Nama tokko eenyummaa isaa beekuu yoo barbaadde
galfata itti kennii ilaali (jecha Yuugozlaaviyaa)
—Yoo hiriyaakee natti agarsiifte eenyummaakeen sitti hima
(jecha Xaaliyaanii)
—Sareen halaalaan iyyitu nama hin ciniintu (Jecha
Jarmanootaa)
—Adurreen Adurreedha kan jedhamtu hantuuta qabachuu
irratti dandeettii qabduunidha. (Jecha Chaayinotaa)
—Ol kaattus gadi kaattus duuti allaattii lafuma (Jecha
Oromoo)
—Mirgaan yaabbattus bitaan yaabbattus walga’iin
kooraadhuma. (Jecha Oromoo)
__Jecha yeroo tokko afaani bahe fardaa afuriin ari'ani hinqaqqaban.( Jecha Jaappanota)
👇👇👇👇👇👇👇👇👇👇

❤3👍1
Forwarded from Michuu Galaan Offical
Forwarded from MIJUU SAMMUU
Nagaan koottuu qalamnikee haa mirgisu!
COMING SOON MIILIIKOO
✔️Machii(Michuu²²)
Barreessan: Miliyoon Caalaa
Dubbisuun itti fufa........
@Mijuu_sammuu
COMING SOON MIILIIKOO
Waan dhaban dhabuu caalaa waan qaban dhabuutu, iccitii waan dhaban ittiin argatan dhabuuti. Akka sabaattis, akka sababaattis, sabni tokkummaa hin qabne nagaa fiduus, fichisiisuus hin danda'u. Nagaan filannoo hin qabu; yoo nagaa fi nagaa ta'een alatti. Akkuma Oromoon, ''Warra wal nyaatu jidduudhaa waa nyaatu" jedhu sana karaa fi karra ofii ofiin diinaf baneen waan dhabe dhabee argachuuf, aarsaa daangeeffama dhabe kaffalaa jiraachaa jira. Kanaaf, iccitii guddaan tokkummaa beekuu caalaa, tokkummaa dhabuudha. Kitaabni kunis, gumbii iccitii Oromoon waan dhabe ittiin argatu kan akeekuudha. Dhukaa fi dhama waan qabduuf dhandhamadhaa
✔️Machii(Michuu²²)
Barreessan: Miliyoon Caalaa
Dubbisuun itti fufa........
@Mijuu_sammuu
©Dubbii warra sadii akka sadiin fixan.
1 Dubbii warra gowwaa sossobaan fixan.
2 Dubbii warra hayyuu dhugaa itti himuun fixan.
3 Dubbii warra lugnaa sodaachisaan fixan
👉Kitaabilee eenyuu barbaadduu? 🔗 gadii tuquun barreessuu ni dandeessu.

Forwarded from Quality Button Creator - Banner Creator
ARSENAL MOO CRYSTAL PALACE MO'ATA?
Tilmaama sirrii namni kaa'e badhaasaa Kaardii abbaa 100 qaba. Tilmaamuuf chaanalii gadii #Join godhi.👇👇👇👇👇👇