Baga gammadan!🎉🎉🎉
Guyyaa har'aa irraa eegalee gatii madalawaa ta'een kaffaltii si'a tokkoon ji'a 12'f kan turu dhiphina irraa bilisa kan ta'een qophii bu'aa qabeessa kan isin ittiin gootan baay'een kan dhugaa ba'aniif galmeen Victory tutorial ifatti jalqabee jira!

Fuulli kitaaba hin dhumnee sun xixiqqeeffamee sirriitti ibsamee
Barreeffamni dheeraan xinneeffamanii ibsamanii
Halaa salphaa ta'ee fi karaa salphaan hubachuudhaaf.
Gaaffiiwwan baay'ee fi deebii isaa wajjin tartiibaan
Akka ajaa'ibaatti qabxii gaarii galmeessuu yoo barbaaddan
victory tutor amma join godhaa.
Barattoota fudhachuu jalqabneerra barattonni baay'een galmaa'anii barumsa isaanii hordofuu jalqabanii jiru.
VICTORY IS A STATE OF MIND!

Qoramtoonni kutaa 12ffaa kan bara 2017 ammuma kaastanii qophii keessan akka jalqabdaan isiin yadaachisaa akkasuma qophii kenyaa karaa salphaa fi mala bu'aa qabeessa ta'een qopheeffachuudhaan isiniin gargaaruuf qophii kenya xumurree jirra.
Barri 2017 nuu wajjiniin bara olka'umsaa fi mo'ichaa ni ta'aa!

Qoramtoota Entrance tiif
✨Yeroo keessan kan qusatu
✨ Topic entrance wajjin kan wal ilaallatu yoo isiniif qophaa'e ,
✨Karaa nama bashannansiisuun sirriittis namaaf ifuun yoo isiinf qophaa'e ,
✨ Gaaffiiwwan ibsa bal'aa wajjin yoo isiniif qophaa'e ,
Enterance darbuun hammam isiniiti haa salphatuu🤫🤫🤫???

👍7
waan isin ajaa'ibu qophiin Entrance hanga kana salphatee hin beeku!
Hin shakkinaa kufuu keessaniif kan isinitti kolfamu osoo hin taane qabxii olaanaa galmeessisuu keessaniif boquu keessan ol qabattanii maatiin keessan akka isiniin boonan nii gootu.
Kunis:
📌9 hamma 11 base(ka'umsa) hin qabuu jettanii utuu hin yaadda'in
📌Eessaan jalqaba jettanii utuu hin dhiphatin
📌unit kutaa 9 hamma 12 jiru organize gochuudhaan utuu yeroo hin gubin
📌karaa nama bashannansiisanii fi bohaarsaniin bohaaraa, mala qo'annaa xiqqoo dhaan baay'ee hubachuu qabuun, qophii gochaa
📌Techinika ittiin Enterance Exam hojjetan 100% darbuu keessan VICTORY waliin ofitti amanamummaa keessan guddisaa.
Isiniin jenna.

👍8
Akkata bareda fi duubisuuf namaaf salphaatu kanan isiinif dhihesuuf qophii kenyaa hundaa xummuree jiraa.
Isiin kan isiin irra egaamu hiriyoota kessanif share gootanii waliin qabxii olaanaa galmesissu dha!💪💪💪

Share waliif gochuu hin dagatinaa wanta isiin gargaruu fi fayyeduu qabanee dhufaa jiraa... Hiriyonii kessan akka fayyedamaanif biraan nuuf ga'aa. 🙏🙏
!! Mala kana lamaan utuu hin barin ENTRANCE dhaaf qophaa’uu hin eegalinaa !!
Barattoonni social fi natural ergaan kun isiniif dha.
HUB- Ergaan kun barattoota kutaa gadiitti fi g/galeessaatti hundee cimaa hin qabneef dha.
Fakkeenyaaf barattoonni Ntural ENGLISH’n ala subject 4 kan boqonnaa 97 qabu akka dubbifamuuf qophaa’ee jira.
Kana hundumaa dubbisanii , hubatanii , akkasumas gaaffii barbaachisoo hojjetanii qormaata entrance dhaaf qophaa’uun kan abdii hin qabnee fi kan nama nuffisiisu dha.
Kanaafuu yaaddoo keessan irraa kan bilisa isin baasu mala ajaa’ibaa lama isin biraan geenya.
1. Baay’ina gaaffii ENTRACE EXAM bara 2011-2016tti ba’an odeeffannoo sassaabbachuu.
Fakkeenyaaf barnoota fiiziksii boqonnaa 27 qabo keessaa , gaaffii baay’een kan keessaa ba’u gara boqonnaa 15-20 filattaanii baafachuu.
Dabalataaf akka fakkeenyaatti kan barattoota VICTORY ACADEMY dhaan ba’e gara gadiitti ilaaluu ni dandeessu.

👍3