VICTORY OFFICIAL (with A.Oromoo Guidance)
289 subscribers
15 photos
Download Telegram
Channel name was changed to ยซVICTORY OFFICIAL (with A.Oromoo Guidance)ยป
Afaan Amaariffaa qofaan qophaa'aa kan ture VICTORY TUTORIAL gaaffii barattoota baay'eetiin amma Afaan Oromootiin qopheessinee jalqabuu keenya gaafa ibsinu gammachuu guddaa dhaan.

Barattonnii 1000 ol bara 2016 keessa victory tutorial fayyadamanii fooyya'iinsa guddaa fi yeroo isaanii sirriitti fayyadamanii baay'ee dhiphachuu fi yaadda'uu utuu isaan hin gaafatin mala qo'annaa baay'ee bu'aa qabeessa ta'een qabxii gaarii fiduu danda'aniiru.

Maarree isinis victory tutorial fayyadamuun qabxii gaarii galmeessisuun Enterance darba.

VICTORY IS A STATE OF MIND!
๐Ÿ‘3
Baga gammadan!๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰๐ŸŽ‰

Guyyaa har'aa irraa eegalee gatii madalawaa ta'een kaffaltii si'a tokkoon ji'a 12'f kan turu dhiphina irraa bilisa kan ta'een qophii bu'aa qabeessa kan isin ittiin gootan baay'een kan dhugaa ba'aniif galmeen Victory tutorial ifatti jalqabee jira!
Fuulli kitaaba hin dhumnee sun xixiqqeeffamee sirriitti ibsamee
Barreeffamni dheeraan xinneeffamanii ibsamanii
Halaa salphaa ta'ee fi karaa salphaan hubachuudhaaf.
Gaaffiiwwan baay'ee fi deebii isaa wajjin tartiibaan
Akka ajaa'ibaatti qabxii gaarii galmeessuu yoo barbaaddan
victory tutor amma join godhaa.

Barattoota fudhachuu jalqabneerra barattonni baay'een galmaa'anii barumsa isaanii hordofuu jalqabanii jiru.

VICTORY IS A STATE OF MIND!
Qoramtoonni kutaa 12ffaa kan bara 2017 ammuma kaastanii qophii keessan akka jalqabdaan isiin yadaachisaa akkasuma qophii kenyaa karaa salphaa fi mala bu'aa qabeessa ta'een qopheeffachuudhaan isiniin gargaaruuf qophii kenya xumurree jirra.

Barri 2017 nuu wajjiniin bara olka'umsaa fi mo'ichaa ni ta'aa!
Qoramtoota Entrance tiif

โœจYeroo keessan kan qusatu
โœจ Topic entrance wajjin kan wal ilaallatu yoo isiniif qophaa'e ,
โœจKaraa nama bashannansiisuun sirriittis namaaf ifuun yoo isiinf qophaa'e ,
โœจ Gaaffiiwwan ibsa bal'aa wajjin yoo isiniif qophaa'e ,

Enterance darbuun hammam isiniiti haa salphatuu๐Ÿคซ๐Ÿคซ๐Ÿคซ???
๐Ÿ‘7
waan isin ajaa'ibu qophiin Entrance hanga kana salphatee hin beeku!

Hin shakkinaa kufuu keessaniif kan isinitti kolfamu osoo hin taane qabxii olaanaa galmeessisuu keessaniif boquu keessan ol qabattanii maatiin keessan akka isiniin boonan nii gootu.

Kunis:
๐Ÿ“Œ9 hamma 11 base(ka'umsa) hin qabuu jettanii utuu hin yaadda'in

๐Ÿ“ŒEessaan jalqaba jettanii utuu hin dhiphatin

๐Ÿ“Œunit kutaa 9 hamma 12 jiru organize gochuudhaan utuu yeroo hin gubin

๐Ÿ“Œkaraa nama bashannansiisanii fi bohaarsaniin bohaaraa, mala qo'annaa xiqqoo dhaan baay'ee hubachuu qabuun, qophii gochaa

๐Ÿ“ŒTechinika ittiin Enterance Exam hojjetan 100% darbuu keessan VICTORY  waliin ofitti amanamummaa keessan guddisaa.     

Isiniin jenna.

VICTORY IS A STATE OF MIND!
๐Ÿ‘8
Akkata bareda fi duubisuuf namaaf salphaatu kanan isiinif dhihesuuf qophii kenyaa hundaa xummuree jiraa.
Isiin kan isiin irra egaamu hiriyoota kessanif share gootanii waliin qabxii olaanaa galmesissu dha!๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช๐Ÿ’ช
Share waliif gochuu hin dagatinaa wanta isiin gargaruu fi fayyeduu qabanee dhufaa jiraa... Hiriyonii kessan akka fayyedamaanif biraan nuuf ga'aa. ๐Ÿ™๐Ÿ™