ﺍﻟﺴﻼﻡ ﻋﻠﻴﻜﻢ ﻭﺭﺣﻤﺔ ﺍﻟﻠﺔ ﻭﺑﺮﻛﺎﺗﺔ
"""" SENAA AJA'IBAA KANA OBSAAN DUBISII SHEEER
GODHII OBBOLEYAAN KETIIF JZK .
" # RASSULII_RABBII } ﷺ{ Senaa Aja'ibaa takkaa Nuuf
dhabarsee turee. Maal jedhee ?
An Namaa boddaraa jannataa senuu naan bekkaa
jedhee. Yeroo kanaa sahabonii yaa ergamaa rabbii mee Nuuf
himii jedhaniin .
Rasulli Rabbii ﷺ akkanaa jedhaan namichii tokkoo ergaa
qixaxaa isaa fixateen boda ""Jilbaan "" demaa ibudaa
azabaraa bahaa jedhaa .
Yeroo kanaa gabrichii rabbiin akkas jedheen yaa rabbii
kiyyaa ibbidii azabaa kuun naa gubaa jiraa fulaa isaraa
garaa biraa garaa naa galchii jedheen. Yeroo kanaa rabbiin
akkas jedheen yoon kanaa siif godhee waan biraa naa
gafataa jedheen gabrichaan?? Wly bilaay Siin gafadhu waan
biraa fulumaa ibbidaa azabaa iraa garaa biraa naa debusii
jedheen. Yeroo kanaa rabbiin kennaa fulaa isaa garaa
jannatatii garaa galchee .
Amas gabrichii kuun qanaanii jannataa argee yaa Rabbii
kiyyaa kanaa malee waan Takka Siin kadhuu ittumaa naa
dhihessii jannatatii jedheen rabbiin. Rabbiin kennaa aboo
yaa ilmaa adaam refuu belamaa waliin hin qabnu jedhen
gabrichaan. Gabrichii kanaa bodaa waan Takka Siin gafadhu
.jedheen
Rabbiin kennaa abbaan Rahmata fudhee achii siqsee
garaa jannataa .
Namtichii Jannataa achii ilalee yaa rabbii kiyyaa
jannataa kanaa yoo naa naqxee ho atii homtuu sitii hin
ulfatuu jedheen .
Rabbiin kennaa yaa ilmaa adaam belamaa refu nii digdee
.jedheen
Gabruchii akas jedheen rabbiin Yaa rabbii rahmatumaa
ketiin naa naqii jedheen. Rabbiin kennaa abbaan rahmataa
demii senii jedheen .
Gabrichii gamachumaan ka'ee figee jannataa biraa
dhaqee as debi'ee yaa rabbii kiyyaa guttamee jiraa jedheen .
Rabbiin Aboo deem senii gutuu mitii jedheen. Amas
dhaqee debi'ee gutudhaa jedheen. Rabbiin aboo deem senii
gutuu mitii jedhenii akkasitii bakkaa barbadatee senee .
# RABBIIN {SWT)} Akas jedheen. Gabrichaa kanaan
motumaa akkaa duniyyaa tanaraa.
Hub"". Adunyaa gutuu jechudh.
Taan akkanaa {10} siif kennaa fudhu ittiin gammadi
.jedhaan
# GABRICHII"" akkas jedhen rabbiin hay saa yaa rabbii
atii motii alamaa tatee natii taphataa jedhen .
# RABBIIN {SWT} Ittii kolfee lakii an sitii xaphadhu an
waniin GOCHUU barbadee godhuu naan danda'aa jedheen.
Demii fudhuu jedhen .
# ABDALAA_IBNUU_MASA 'UUD {RA} Yeroo hadisaa kanaa
odessuu nii kolfee.
maa f kolfitaa jetanii maa Na gafanee jedhen sahabotaan.
Sahabonis nii gafataan maaf kolfitee jedhaninii
Abdalaa ibnuu masu'uud {RA} """Akkasuma jedhen
sahabotaan. Bar Rassulii } ﷺ{ Guyyaa hadisaa kanaa Nuuf
himuu nii kolfee aniis kanafiin kolfee .
Yaa Rasuula Rabbii } ﷺ { Maaf kolfitaa jennee gafanaan
"" Yeroo Gabrichii Yaa rabbii atii mootii adunyaa tatee natii
xaphataa Jechuu saan rabbiin kennaa {SWT} ittiin kolfee
gabrichatii aniis kanafiin kolfee jedhaan rassulii ﷺ .
Mee Yaa obboleyaan kiiyaa akkaa rabbiin kennaa
rahmataa qabuu ilaala
Kanafuu yaa ikwanii "HUB" Irraa gad kanaan Namnii
jannataa senuu ""Akkaa namaa Aduniyaa tanaa Gutuu
yeroo {10}n kennamtefii .
hayee mee warii #JANNATUUL_FIRDIOS senaan hoo!!!???
Kanafu waan qabnuh hundaan jannataa bitachuuu
.qabnaa
Yaa Allah Warra carraqate jannata kee bitatu sanirra u
godhi
amiiiiiiiiin
#share godhu dagatin
Page tenya like godha
@unityofislam